Реальна Війна

Лёха в Short’ах Long’ует

Україна Сейчас | УС: новини, політика

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Анатолий Шарий

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Лёха в Short’ах Long’ует

Україна Сейчас | УС: новини, політика

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Анатолий Шарий

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Лёха в Short’ах Long’ует

Україна Сейчас | УС: новини, політика

Islaamummaan Qaroomina!
Chaanaala kana irratti Dhugaa,Cimina fi Qaroomina addunyaa keenya keessatti Islaamummaan qabu hubatta. Gara tamsaasa keenyaatti makami! Yaadaaf @Journalist_Farid_Fira
tiktok.com/@faridfira7
https://www.facebook.com/JournalistFaridFira1212

TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verifiedTrust
Not trustedLocation
LanguageOther
Channel creation dateMar 26, 2024
Added to TGlist
Nov 05, 2024Linked chat
IQ
Islaamummaan Qaroomina!Group
132
Records
26.04.202523:59
2.1KSubscribers22.03.202523:59
450Citation index19.04.202518:16
337Average views per post19.04.202518:16
386Average views per ad post30.11.202423:59
50.00%ER23.01.202519:06
20.73%ERRGrowth
Subscribers
Citation index
Avg views per post
Avg views per ad post
ER
ERR

14.04.202512:26
Har'a humna sirriitti qabaachu dandeessa, garuu hubadhu yeroon waan kamuu caala humna qaba!!
Har'a humna qabda yoo ta'e Humna qabdu kanaan warra Humna dhabeef humna ta'i malee,Hin miidhiniin!!
Yeroo Gaarii qabaadhaa🙏🥰
https://t.me/Islamumanqaromina

03.04.202517:43
بسم الله الرحمن الرحيم
🫀Kiristoos Eenyuu?
Kutaa 25ffaa
45*Yesuus akka waaqan ergamee irra deddeebin ibsamee jira🥺....fakkeenyaaf... maatewoos 10:40
marqoos 9:33
Luuqaas 9:48
Luuqaas 10: 16
Yohannis 6:44
Yohannis 6:57
Yohannis 7:16-18
Yohannis 7:28-29
Yohannis 7:33
Yohannis 8:14-16
Yohannis 8:18
Yohannis 8:28-29
Yohannis 8:42
Yohannis 9:4-5
Yohannis 15:21
Yohannis 16:5
Yohannis 17:6-9
Yohannis 17:18
Yohannis 18:23
Yohannis 18:2
Yohannis 20:21 Fi
Yohannis 13:3 irraatti ibsamee jira🤗.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
👉Akka amantii kitistaanatotati Yesuus "waaqa" jedhan osoo taatee waaqa eennutu erga🙄😕?
👉Waaqni waaqa biroo kan Isa erga qaba😳?
Ittii fufaa insha'Allah...
@https://t.me/Aljannatu_haqqun

19.04.202512:34
Nabi Muhammadii Jiini bakka lamatti dhoohuu isaa dhageettanii jirtuu...?
Ergamaan keenya jaallatamoo fi kabajamoon Nabi Muhaammad (s.a.w) dinqiiwwan gurguddoo gara garaa kumaa (1000) ol hojjatanii jiru...
Mu’ujizaalee Nabi Muhammad ﷺ keessaa Ji’a bakka lamatti dhoosuu isaaniiti. Sahiiha Bukaarii 3781, Sahiiha Muslim 2802
Mu'ujizaawwan harka Ergamaa keenyaa irratti hayyama RABBBIItiin hojjatame bal’innaan beekuuf Kitaaba |دلائل النبوة للبيهقي | kana dubbisaa....
Erga barruu tana dubbistee xumurteen booda Ergamaa kee irratti salawaata
buufadhu...🧡
صلوات ربي وسلامه عليه
© Ifaa Dhugaa

12.04.202513:11
#Abdii_Raggaasaa Akkuma beektan Nama Dhiheenya gara islaamummaatti dhufeedha😍🥰
Har'a jimmaatti argeen dubbise.
Rabbiin sabaata haa kennuuf🤲🤲
https://t.me/Islamumanqaromina
Har'a jimmaatti argeen dubbise.
Rabbiin sabaata haa kennuuf🤲🤲
https://t.me/Islamumanqaromina
02.04.202517:06
#Dubbii_jabduu_Imaamu_hasanul_basrii...
"Hollaa garii jechuun isa hamtuu hollaa isaatti dalaguurraa of dhorge osoo hin taane, isa hammeenya hollaan isaa isaatti hojjate Obseefii dhiifama godhee irra darbeedha".
Ajaa'iba dubbiin Kun namni galeef galeera👌🥰🤩😍
Share: 🔄 (or 📤)
Like: 👍 (❤️)
@islamumanqaromina

07.04.202508:33
🫀🫀🫀
06.04.202505:58
Osoo hin hifatin DUBBISAA FIXAA✍✍✍✍
👇👇👇
🧑🦱Hi
🧕Hi
🧑🦱akkam jirta
🧕Alhamdulillah jira ati hoo....eenyu haa jedhu..?
🧑🦱Wal baruun hin danda'ama😊
🧕eeyyen...ebalun jedhama..ati hoo
🧑🦱ebalu....maqaan kee baay'ee bareeda😘
🧕mitii...galatoomi...
🧑🦱tole...na beekteetta?
🧕lakki si hin beeknee...🫡maalif photo waliif hin ergine....akka wal beeknuf...
🧑🦱yaada gaariidha😊wow😳baay'ee bareedda....
🧕mitii...🤗sirra hin caalu....
🧑🦱baay'ee natti tolte...hiriyaa...ta'uu hin dandeenyu?
🧕eeyyen..garuu.hiriyaa yoo jettu🤔
🧑🦱akkanumatti nama sirritti wal jaalannu...osoo taanee...natti tola😊
🧕anas natti tola....maarree....yoom wal haa arginu....
Kana booda kan jiru isiniif dhiiseera😰.....
Yaa..obboleessa koo...Yaa obboleetti koo😥😥kun...maaf ta'e hoo...
✍Obboleettii...koo..hin..sobamin...eeyyen hin sobamin.....😓...ati..meeshaadha moo...kan..yeroof..itti fayyadamee....gatamu😳dhagahi..siif himaa...ukhtii....jaalalli...karaa...kanaan...dhufu...kan...si sobuuti....kan....si..balleessuuti.......sin jaalladha😍siif du'a😥siifin jiraadha🥰maqaa ittiin si yaamun dhabe😘ee miskiina wallaah🙄😅maal ati...ukhtii....maaf sobamta...yoo..dhugumaan...Qalbiin isaa kan si jaalattu...ta'e...inni kan..yaadu..si janajjanuu miti😥yoo dhugumaan qalbiin isaa.si feete...oduu..sitti osoo...hin taane...kan..dhufu...gara maatii...keetiiti.🫡malee..siin dhufee...si waliin hin haasa'u......shamarran muslimaa...Qaaliidha....Rabbiin...Qaalesseet uume...maaf ofiin..of...xiqqeessina....maaf obboloota keenyas...xiqqeessina....
..Atis obboleessa koo...intalli...ati..sobaanii jirtu..tun🤔obboleetti kee...akhiraati....🧕...maaf..balleessitaan🥹hamaa malee..toltuun ati argattu achi keessa hin jirtu bar akhi koo😔yoo...kan..wal jaalattanii....wal hin balleessinaa.....karaa HALAALIN GODHAA...YOOKIN..isinitti haa hafu..obboleewwan koo......😓....
Yookiin...silaa..dhugaa..ta'eeyyu..intalli..ati walitti...haasoftuun kun...kan nama biraa ta'uu..dandeessi....gaafa san..isiin....bultii....Nagaa..fi ka barakaa..hin jiraattu...atis..akkasuma...😥maalif....umrii rabbi itti kadhatan...Qaama keessan haraamaf....Aarsaa waan gootaniif ka😰..
Kanaaf obboleewwan koo...akka..fashion...akka..jijjiirama baraa..osoo..hin taane....akka diinii keennaatti. Haa deemnu....wallaahi☝️☝️summa wallaahi☝️☝️jireenyi keenya eessattuu yoomiyyuu....hin fokkatu...ni bareeda malee🌺😍inshaa'allaah🌺🌺🌺🌺
HAALA...FEDHII,,MIIRAA,,FI,,SHEYXAANA WALIIN NU OOFU...RABBIIN NUTTI HIN KENNIN..IIMAANA ITTIIN TIKFAMNU NU HAA KENNU🤲🤲🤲
Rabbii kiyyaaf jecha☝️☝️☝️isin jaalladha...
✍
Waan dubbistaniif..galatoomaa..yoo isinitti tole..namaaf qoodaa😍💐💐💐
Share🌺🌺🌺👇👇👇
https://t.me/islamumanqaromina
ʙᴇᴇᴋᴛᴜᴜ🫡🤔𝑠ℎ𝑎𝑚𝑎𝑟𝑟𝑎𝑛..𝑧𝑖𝑛𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑘𝑢𝑓𝑢𝑢𝑛 𝑑𝑢𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖....ℎ𝑎𝑎𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑚𝑖𝑖...𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑖𝑠𝑖𝑖 𝑚𝑢𝑢𝑑𝑎𝑡𝑢😰ʙᴇᴇᴋᴛᴜᴜ🙊🤔

Obboloota koo...🥰beekumsa qabaadhee miti😥😥waanuma...gorfameefi dhagahe...irraahi😰yoo isinitti balleesse...allahamaaf jedhaatii...dhiifama naaf godhaa🥹🥰
Rabbii kiyyaaf jecha☝️☝️☝️isin jaalladha...
✍
Waan dubbistaniif..galatoomaa..yoo isinitti tole..namaaf qoodaa😍💐💐💐
Share🌺🌺🌺👇👇👇
https://t.me/islamumanqaromina

15.04.202513:24
𝗔𝗺𝗼𝗻𝗴 𝘁𝗵𝗲 𝗽𝗲𝗼𝗽𝗹𝗲 𝘄𝗵𝗼 𝗮𝗿𝗲 𝗰𝘂𝗿𝗿𝗲𝗻𝘁𝗹𝘆 𝗰𝗮𝗹𝗹𝗶𝗻𝗴/𝗚𝘂𝗶𝗱𝗶𝗻𝗴 𝘁𝗵𝗲 𝗽𝗲𝗼𝗽𝗹𝗲𝘀 𝘁𝗼 𝗜𝘀𝗹𝗮𝗺 𝘁𝗵𝗿𝗼𝘂𝗴𝗵 𝘀𝗼𝗰𝗶𝗮𝗹 𝗺𝗲𝗱𝗶𝗮, 𝘁𝗵𝗲𝘀𝗲 𝗳𝗼𝘂𝗿 𝗴𝘂𝘆𝘀 𝗮𝗿𝗲 𝗮𝘁 𝘁𝗵𝗲 𝗳𝗼𝗿𝗲𝗳𝗿𝗼𝗻𝘁 𝗳𝗼𝗿 𝗺𝗲 🙏😍🥰
𝗕𝗲 𝘀𝘁𝗿𝗼𝗻𝗴 𝗮𝗻𝗱 𝗴𝗼 𝗮𝗵𝗲𝗮𝗱 𝗺𝗮𝘆 𝗔𝗹𝗹𝗮𝗵 𝗵𝗲𝗹𝗽 𝘆𝗼𝘂.🤲🤲
𝗜 𝗮𝗽𝗽𝗿𝗲𝗰𝗶𝗮𝘁𝗲 𝗮𝗹𝗹 𝗼𝗳 𝘆𝗼𝘂😘♥️
https://t.me/Islamumanqaromina
𝗕𝗲 𝘀𝘁𝗿𝗼𝗻𝗴 𝗮𝗻𝗱 𝗴𝗼 𝗮𝗵𝗲𝗮𝗱 𝗺𝗮𝘆 𝗔𝗹𝗹𝗮𝗵 𝗵𝗲𝗹𝗽 𝘆𝗼𝘂.🤲🤲
𝗜 𝗮𝗽𝗽𝗿𝗲𝗰𝗶𝗮𝘁𝗲 𝗮𝗹𝗹 𝗼𝗳 𝘆𝗼𝘂😘♥️
https://t.me/Islamumanqaromina
04.04.202509:19
﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾
https://t.me/islamumanqaromina
https://t.me/islamumanqaromina

29.03.202515:24
BREAKING NEWS: Eid Al Fitr 1446/2025 is tomorrow: Sunday, 30 March 2025
The Crescent for the month of Shawwal 1446 was SEEN in Saudi Arabia today subsequently tomorrow is the beginning of the month of Shawwal 1446

01.04.202521:03
🤝Waan tola siif kenname fudhachuun..Duratti....waan isa...Duuba jiru...Qoradhu🔺...
Halkan Gaarii🌺🌺🥰
share🌸🌸👇
https://t.me/islamumanqaromina
Halkan Gaarii🌺🌺🥰
share🌸🌸👇
https://t.me/islamumanqaromina

19.04.202511:22
🫀
Abbaa manaa fi Haadha manaatu wal lolanii.....Qabeenya addaan qoodatanii wal hiikan....Haati manaas birrii ishee gahe sanaan Hoteela maqaan isaa....
Jettee bante...Abbaan manaas kana argee.....Aaree innis ishee fuunduratti hoteela bane...👌Hoteela kana maqaan isaa yoo maal ta'e bareeda.😁
https://t.me/islamumanqaromina
Seeqadhaa me😁Seequun sunnaadha🥰
Abbaa manaa fi Haadha manaatu wal lolanii.....Qabeenya addaan qoodatanii wal hiikan....Haati manaas birrii ishee gahe sanaan Hoteela maqaan isaa....
Hoteela seeqannaa😁
Jettee bante...Abbaan manaas kana argee.....Aaree innis ishee fuunduratti hoteela bane...👌Hoteela kana maqaan isaa yoo maal ta'e bareeda.😁
Hoteela..ilkaan kee sirraa haa yaa'uu 👌😁😁
https://t.me/islamumanqaromina
16.04.202505:16
الســـــــــــــــــــــــــــلام عليــــــــــــــــــــــــــــكم
ورحمة الله وبــركاتـــــــــــــــــــــــــــــه
•═══════════•
❂ بِسْمِ اللّهِ الرَّحْمـَنِ الرَّحِيمِ ❂
MALLATTOO LAAFINA IIMAANAA
Sagantaa barnoota haaraa
KUTAA 1️⃣FFAA ✍
MALLATTOO LAAFINA IIMAANAA
✺ YAADAA GULAALAA
◉ Kitaabni mallattoo dadhabinna
iimaanaa jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban waayee iimaanaa keessatti qopheeffame keessa isa tokko.
Abbaan isa qopheesses sheekha guddaa beekamaa shekh Muhammad saalih almunajjid Rabbi irraa haajaalatu.
Akkana jechuun nama beekamaatu kitaaba beekama ummata muslimaatiif gumaache jechuudha. Ustaaz gaalii abbaaboor carraaqa jabaa godhee afaan keenya afaan oromootti hiikee akka ummanni keenya waayee towbaa murteessituu kana afaan isaatiin dubbisee hubatu godhe. Rabbiin kan kqopheesseefii kan hikes isaan lameenu irraa haajaalatu jannataanis galata haa galchuuf. Nutis gulaallee maxxansaafii karaa interneetiinis raabsinee akka ummata keenya bira gayu goone. Rabbiin nurraa haaqeebalu.
• Dhumarratti ummata keenyaa hundaan keessaattu dargaggootaafii
barattootaan kitaaba kana akka dubbistanii irraa barattan isinii dhaamsa dabarsina. Jaarraan jirru jaarraa beekkomsaa saayinsiifii teeknoloojii waan taheef barnoota islaamaarratti akka jjajjabaattan
isiniin jennaa. Barnootaafii ogummaa qabdaniinis diin keessan akka tajaajiltan isin yaadachiisna.
⊱ DURSA ABBAA HIIKE
بسم الله الرحمن الرحيم
✍️Maqaa Rabbii akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa ta’eetiin
الحمد لله والصلاة والسلام على رسول الله نبينا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
◉ Faaruun hunduu kan Rabbii ilma namaa dhabama irraa argamsiisee akka Isa gabbaranus ajaja Isaa Ergamaa Isaatti buuseeti. Rahmanniifi nageenyi Nabiyyii keenya Muhammadiifi nama hanga Guyyaa Qiyaamaatti isaan hordofe cufa irraa haa jiraatu.
• Kana booda:
• Sababni Rabbiin ergamaa nutti ergeef akka nuti hamileedhaan isa gabbarruufi Garuu yeroo haala keenya amma itti jirru kana ilaallu hamileen ibaadaa nu keessaa fuudhamee jira. Ani kan nama biraa hin beeku malee hamileen kiyya zeeroo ta’ee jira jechuun danda’a. Rabbiin hamilecha nuuf haa deebisu. Egaa wanti kun dhukkuba guddaadha. Dhukkubni kamuu sababa mataa isaa qaba. Iddoo sababa isaa ga’uun duratti garuu namni tokko dhukkubsateera moo hin dhukkubsannee beekuuf mallattoon ittiin baran jiraachuun dirqama ta’a. Erga kanaatiiyyi sababni baramee wallaansi itti barbaadama.
✿ Yoo tarkaanfii kana hordofnee wallaansa dhukkuba kanaaf barbaanne –inshaa’a Allaahu- hamileen ibaadaa keenyaa nutti deebi’ee nashaaxaadhaan Rabbiin gabbaruu dandeenya. Egaa mallattoo dhukkuba dadhabina iimaanaa sababa inni ittiin uumamuu danda’ee fii wallaansa isaa baruuf kitaabni Shaykh Muhammad Saalih Almunajjid barreesse kun akkaan bu’a qabeessa. Nama isa dubbiseefi bu’aa guddaa buusa jechuu abdiin qaba. Sababa kanaaf hangan danda’een Afaan Oromoottis hiikuuf yaale. Nama dhukkuba iimaana isaa wallaannatee hamilee gahaa ta’een Rabbiin gabbaru hunduma keenyaa Rabbiin nu haa taasisuu. Ummata keenyas Rabbiin hamilee ibaadaa kan Qur’aana qara’uu du’aa’ii kadhachuu salaata sunnaa salaatuu sooma sunnaa soomuu zikriiwwan jechuu salaata jamaa’aatti hirmaachuufi kkf irratti nashaaxa gahaa nuuf haa kennu. Rahmanniifi nageenyi Ergamaa Rabbii maatii isaanii sahaabota isaaniifi namoota hanga Guyyaa Qiyaamaatti isaan hordofan cufa irra haa jiraatu.
☞︎︎︎Gaalii Abbaaboor✍︎
Kutaa 2ffaan itti fufa inshaa'llaah.....
https://t.me/keyralumma

11.04.202515:57
إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا بِالذِّكْرِ لَمَّا جَاءَهُمْ ۖ وَإِنَّهُ لَكِتَابٌ عَزِيزٌ
Dhugumatti, isaan erga inni itti dhufee booda yaadannotti (Qur’aanatti) kafaran (mindaa ni argatu).Dhugumatti, inni kitaaba injifataadha
لَّا يَأْتِيهِ الْبَاطِلُ مِن بَيْنِ يَدَيْهِ وَلَا مِنْ خَلْفِهِ ۖ تَنزِيلٌ مِّنْ حَكِيمٍ حَمِيدٍ
Sobni fuuldura isaatiis ta’ee duuba isaatiin itti hin dhufu.(Rabbii) ogeessa faarfamaa ta’e irraa buufame.
41:41_42

04.04.202516:37
Addunyaa Keenya har'aa keessatti namoonni walfuudhan deebi'anii ennaa wal_hiikan argaa oolla.
Kanaaf immoo sababni inni guddaan jara lamaantu walfuudhan malee Wal hin jaallanne.kana jechuun jarreen lamaanuu fedhii foonii qofaaf yookaan dhimma duuniyaa fi bareedinaa qofa irratti Waan ijaaramaniifi. Kun jaalala Dhugaa miti. Kanaafidha kan isaan diigaman.
Ammas dabalataan Kanneen waljaallatanii walfuudhan garuu Wal hiikanis hedduudha. Kunis sababa mataa isaa qaba. Innis jaalala isaaniitu jaalala isa Rabbii fi nabiin hin jaallanneedha. Jaalala safuu maatii cabseefi aadaa naannoo diige kan barakaa hin qabne kan malaayilaallee dallansiisu ta'eedha. Kanaa jiruu akkamiin jaarmayinii gidduu jaraa tolaree?
Kun hunduu garuu furmaata qaba. Innis jaalala Dhugaa keessattuu kan diiniif jechaa Wal filatan gaafa ta'eedha. Diin rabbiitiif walfilatu taanaan diigaminsi akkamiin dhufa? Sababni isaa diin rabbii Akkuma jirutti itti fufa. Akka bareedina fuulaa yookaanis qabeenya duuniyaa sanatti hin dhumu. Yeroof qofa miti kan inni hojjatu. Yoo maraa itti fufaadha.
Diinii rabbiitiif Wal haa filannuun dhaamsa Rabbiifi nabiiti s. a. w dabalataan dhaamsa kootisi kanan lubbuu kootiif isiniifillee dhaamu.

History of channel changes
Log in to unlock more functionality.