05.02.202513:34
بسم الله الرحمن الرحيم
Islaamummaa keessatti Waan akkaan namni akkaan irraa of eeggachuu qabu hedduutu jira.isaan keessaa inni akkaan sodaachisaa fi Hammeenyi isaa nama hedduu bira ga'e immoo Isa kanadha.innis Waan ittiin nama gorsan ykn afaaniin dubbatan gochaan agarsiisuu dadhabuudha.hedduun Keenya Guyya guyyaadhaan namoota gorsaa oolla.namni Gorsa nurraa fudhatu sunis Akka nuti nama waan dubbatu hojiitti hiikuutti nu ilaalee nu faarsa.garuu dhugaan qabatamaan jiraachuu dhabuu mala.kunimmoo lubbuu Keenyaaf akkaan waan balaafamaadha.waan irraa of eeggachuun dirqama ta'eedha.rabbii illee kadhachuun barbaachisaadha.warra waan afaaniin dubbatu gochatti hin hiikne rabbiin akkana jechuun Isaan ibse
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لِمَ تَقُولُونَ مَا لَا تَفْعَلُونَ
Yaa warra amantan! Maaliif waan hin hojjanne haasoftu?
كَبُرَ مَقْتًا عِندَ اللَّهِ أَن تَقُولُوا مَا لَا تَفْعَلُونَ
Waan hin hojjanne haasa'uun keessan jibbaansi isaa Rabbiin biratti guddate.
Akkuma agartan kana rabbiin biratti gochi Akka kanaa akkaan waan jibbamaadha.hadiisa keessattillee wanti kun balaafamaa ta'uu isaa ergamaan Allaahaa dubbataniiru.
Walumaa galatti Warri Hanga ta'e haa ta'u waa namatti himnu kun kheyrii guddaa akkuma qabu,karaa sirriin yoo itti hin fayyadamne daran miidhamuu akka dandeenyu hubachuu qabna.
Yaa rahmaan Tika Kee Jala nu godhi🤲🤲🤲🤲🤲
https://t.me/Islamumanqaromina

01.02.202512:37
GORSA GABAABAA..
Irra baayyeen keenya Hanqina Ofii caalaa Kan namaatu nutti muldhata. Kunimmoo nama gaarii akka of seenu nugodhee daandii hin barbaachisnetti nu oofa. Hanqina namaa qofa ilaaluu irratti gaafa xiyyreffannu, qaama alaa hojii keenyaa fi dubbii keenya walbira qabee ilaalu irraa tuffiitu nu mudata. Walumaa galatti Of dagatanii nama biroo qeequu irratti jabaa ta'uun miidhaa lakkoofsa hin qabneef nu saaxila. Quba namatti qabuudhaan dura Ofii keenya Ani maali maalan gochaa jira jedhanii dhaabbatanii ilaaluun ba'eessa.
Of Beekuun Foormulaa hin qabu👌

31.01.202520:04
Mata Duree Maçaafa Eenyutu Barreesse Jedhu Irratti Immoo
Maarqosiin Eenyutu Barreessee?
Maatiwoosiin Eenyutu Barreessee?
Luqaasiin Eenyutu Barreessee?
Yohaannisiin Eenyutu Barreessee?
Ragaawwan Isaa Sagalee Kana Haa Dhaggeeffannuu!!
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1257

30.01.202512:03
Muslim].
قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: "من دعا إلى هدى كان له من الأجر مثل أجور من تبعه لا ينقص ذلك من أجورهم شيئًا ((رواه مسلم))
Ergamaan rabbii sallallaahu Aleyihi wesallam 😍🥰🥰🥰
Akkana jedhan
"Namni Gara karaa qajeelaatti nama waamee namni sun Yoon Isa hordofe,Ajrii/Mindaa fakkaataa akkuma nama Isa hordofee sanatu isaaf jira.mindaa nama Isa hordofee sana irraa isaaf kennamuun ammoo Mindaa Isa hordofees hordofamees Kan hir'isuu miti".
#Muslimtu gabaase
Riyad as-Salihin 1382
@islamumanqaromina

24.01.202519:07
إِنَّ هَٰذَا الْقُرْآنَ يَهْدِي لِلَّتِي هِيَ أَقْوَمُ وَيُبَشِّرُ الْمُؤْمِنِينَ الَّذِينَ يَعْمَلُونَ الصَّالِحَاتِ أَنَّ لَهُمْ أَجْرًا كَبِيرًا
Dhugumatti, Qur’aanni kun (karaa) ishee irra haqaafi qajeeltuu taatetti ni qajeelcha.Mu’uminoota warra gaggaarii hojjatan dhugumatti mindaan guddaan isaaniif jiraachuudhaan gammachiisa.
Alisra 17:9
https://t.me/Islamumanqaromina
Dhugumatti, Qur’aanni kun (karaa) ishee irra haqaafi qajeeltuu taatetti ni qajeelcha.Mu’uminoota warra gaggaarii hojjatan dhugumatti mindaan guddaan isaaniif jiraachuudhaan gammachiisa.
Alisra 17:9
https://t.me/Islamumanqaromina
30.10.202414:50
Nuti muslimoonni yeroo hundaa Yesuus kiristoos (Iisaa Ilma Maryam)ergamaa rabbii/waaqaa akka ta'eefi Israaelota qofaaf akka ergame amanna. Kana gaafa jennu garuu callisnee falaasama(philosophy)namni nurratti fe'e qabannee miti. Ragaa quubsaa qur'aana qabaneeti. Inumaa kana qofaa miti kitaabuma jarri Yesuus waaqa fi addunyaa guutuuf ergame jedhan itti amanna jedhanii himatan, #Wangeela irraas Ragaa barreeffamee jiru fudhanneeti. Mee ragaawwan lamaan tokko/muraasa qur'aanaafi Wangeelaa walbira qabnee haa ilaallu.
#yesuus ergamaa rabbii ta'uu isaa
Ragaan Qur'aana irraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
قَالَ إِنِّي عَبْدُ اللَّهِ آتَانِيَ الْكِتَابَ وَجَعَلَنِي نَبِيًّا
Innis (daa’imichis) ni jedhe: “Dhugumatti, ani gabricha RabbiitiInni kitaaba naaf kenneera; nabiyyiis na taasisee jira.
Suuratul_maryam 19:30
Ragaan wangeela irraa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
" Isa irratti Yesus utuu mana qulqullummaa keessatti barsiisuu sagalee isaa ol fudhatee, "Dhuguma ana beektu, nama eessaa akkan ta'es in beektu. Ofiin hin dhufne, inni ana erge jira; inni amanamaa dha, isin immoo isa hin beektan."
(Yohannis 7: 28)
Inni 2ffaan sabab israaelotaa qofaaf ergamuu isaa
Ragaa Qur'aana irraa
Suuraa Aal_imraan 3:49
Gara Ilmaan israaelittis ergamaa Isa godha.
Ragaa macaafaa
Yohaannis 10:5_6 " Isaan kudha lamaan kana Yesus ergee, "Karaa saba Waaqayyoo warra hin ta'initti isin geessu irra hin gorinaa, mandara warra Samaariyaa tokko illees hin lixinaa!"
" Kanaa mannaa gara warra akka hoolotaa karaa irraa goranii mana Israa'elii badanii dhaqaa! "
#hub...kun Ragaa quubsaadha.hedduu barreessuu Nan danda'a garuu kanuma xiinxlaatii ilaalaa.wanti kanarraa hubannu akkaan nama ajaa'ibu ammoo Yesuus Saba israaelotaa qofaaf ergamuu isaati.

04.02.202517:24
𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐑𝐚𝐬𝐮𝐮𝐥𝐥𝐢 (𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐬𝐬𝐚𝐥𝐥𝐚𝐦) 𝐘𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐀𝐧𝐢 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐍𝐢 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐀𝐭𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮?

01.02.202511:14
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮? 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐘𝐨𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚'𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐌𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚!!
Ads: 👇👇
https://t.me/+6yGiMXEw3Nk1OWJk

Reposted from:
𝐑𝐀𝐅𝐈𝐈𝐐𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇸🇩

31.01.202513:01
Kutaa 5ffaa
Kan ajjeesu musilimtoota moo kiristaanota?
🤜Qabsoo waraanaa
Waraanni yeroo jelqabaaf diinota musilmaa irraa gara nabi muhammadiifi musilimtootatti tokko jedhee kan jelqabe yeroo nabiyyiin gara madiinatti godaanan(baqatan) ture. Nabiyyiin waggaa kudha sadihiif (13) makkan keessa yeroo jiraatanitti osoma roorrifamanuu afaan qofaan gara Isilaamummaatti namoota waamaa turan.
Garuu kuffaar*I qureeshii sochii of duuba deebisuuf wantoota armaan olitti ilaalle hundaa hojjataniis milkaa'uu hin dandeenye. Milkaahuu dhabuu isaanii kanatti baay’ee gaddanii akka bakka musilimoonni fi nabiyyiin itti baqatan madiinatti deemanii akka loluu qaban murteessan... kanaaf immoo akkuma nabi muhammad saw madiinaa qubataniin ammas qureeshonni makkaa qaamota keessoo madiinaa fi naannoo isii musilimtoota fi Nab Muhammad irratti lola kaasuuf yaalii gochuu jelqaban. Nabiyyiinis dur irraa kaasee amala isaanii fi sochiisaanii waan beekuuf callise hin teenye. Akka isaan osoo hin beekkamin dhaqanii lola irratti hin banneef walitti fuufinsaan eeggumsa naannoo madiinaaf godhe... booda irratti sochiin qureeshiin gootu jabaataa gaafa dhufu kana irratti rabbiin keeyyata qur'aanaa armaan gadii kana buusuun akka isaan of irraa ittisuuf loluu akka qaban heyyameef.
أُذِنَ لِلَّذِينَ يُقَاتَلُونَ بِأَنَّهُمْ ظُلِمُوا ۚ وَإِنَّ اللَّهَ عَلَىٰ نَصْرِهِمْ لَقَدِيرٌ
Warra lolaman sababa miidhamuu isaaniitiif hayyamni godhameef Rabbiinis isaan tumsuu irratti danda’aadha.[22:39]
Kana irraa ka'uun nabi muhammad saw sahaabota irraa dura bu'aa gochuun humna furgaatuu ( sariyyaa) Kallattii addaa addaatti erguu jelqaban. Yeroo gariis ofumaa isaaniif dura bu'aa ta'uu turan.
Garuu waan nama gaddisiisu sochiin musilimtoonni diina qabeenya isaanii irraa saamuun biyya isaaniitii isaan baase sanaan quufuu dadhabee biyya baqatanii jiranitti isaaniin loluuf dhufe of irraa deebisuuf qabsoo godhaa turan ibsaa fi hubachiisa tokko malee lola musilimoonni godhan jechuun ibsame. Kana irraa ka'uun yaadni musilimoonni dirqiin lolanii musilima nama taasisu jedhus yaadamuu jelqabe. Kun immoo amma sochiin musilimoonni da'awaafi dhimma biraatiif gochaa turan lola jedhamee waamamuu fa'utti deeme. Hayyoonni seenaa warri durii sun sochii musilimoonni godhaa turan sana bakka lamatti qoodanii jiru. Sunis Gazuwaafi sariyyaadha.
Gazuwaan jechuun; sochii nabiyyiin ofiif dura bu'aa ta'anii lola dabalatee dhimmoota adda addaaf godhaniidha. Inni kun laakkofsaan (19) taha.
Sariyyaa jechuun; deemsa/sochii namni tokko ykn namni tokkoo ol musilimtoota irraa dhimma addaa addaatiif godhameedha.
Inshaa allah Isilaamummaa gabaabsinee hangana yoo ilaalle gahaadha maaf jennan Isilaamummaan nageenya nama tokkootif hangam akka iddoo qabu ilaallee hubanneerra waan ta'eef.
Inshaa allah kutaa itti aanu irraa kaasee kiristaanummaan hoo ajjechaa irratti ni deeggara moo ni morma kan jedhu kan wajjiin ilaallu ta'a.
Shera godhaa jzk
Itti fuufaa.....
https://t.me/Gingilchaadhugaa

DAARU SALAAM 🇵🇸

30.01.202511:54
#Oduu_Ammee
#Allahuakbar
Yeroo baay'ee addabaabaayii irratti Qur'aana gubuun kan beekamu namni amantaa hin qabneefi baqataa ta'ee biyya Siwiidiin jiraatu #Salwan_Momika osoo kara Tiktok Live irra jiruu dhu*kaasa itti banameen aj*jeefame.
© Amar Temam
#SpiderMedia

Assalamualeykum warahmatulahi wabarakaatuhuu
Qur'aanni 100%jecha rabbii ti.kan jennuuf waa malee miti!
Mee suuraa Qur'aanaa suratul masad wajjin haa ilaallu.
Sana dura garuu akkamitti Akka bu'e ilaalla.
Ergamaan keenya sallallaahu aleyihi wesallam 🥰🥰🥰
Kan hundaaf garaa laafu,Gaafa makkatti ergamanu osoo hin Turin ajaja rabbii bakkaan gahuuf,Da'awaa/Waamicha gara islaamummaatti godhamu,achuma biyya makkaatti adeemsisuu jalqabn.Guyyaa tokko tabba naannoo makkaa jiru tokko irratti ol ba'anii iyyanii Ummata waamani.ummannis waan achitti uumame baruuf jecha achitti walitti qabaman ennaa kana rasuulli keenya s.a.w Carraa kanatti fayyadamanii ummata Isaanii gosa Isaan Kan ta'aniifi Kan hin taanellee Akka Isaan dukkana kufrii keessaa ba'anii ifa islaamummaatti makatan gaafatan.yommuu kana Wasiila isaanii Kan ta'e Namni Abaa lahab jedhamu rasuulaan tabban laka jecha afaan arabaati.Kasaari Akka jechuuti kanumaaf walitti nu qabdee jedhee Isaan xiqqeessuu barbaade.sana booda rabbiin Aayata Qur'aanaa Kan Waa'ee Abaalahab fi haadaha manaa Isaa dubbatu Akka Armaan gadii kana jechuun buuse.
👇👇👇👇👇👇👇👇
تَبَّتْ يَدَا أَبِي لَهَبٍ وَتَبَّ
Harki Abuu Lahab lamaan badde[Innis]bade.
مَا أَغْنَىٰ عَنْهُ مَالُهُ وَمَا كَسَبَ
Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores isa hin fayyanne.
سَيَصْلَىٰ نَارًا ذَاتَ لَهَبٍ
Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira.
وَامْرَأَتُهُ حَمَّالَةَ الْحَطَبِ
Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (seenti).
فِي جِيدِهَا حَبْلٌ مِّن مَّسَدٍ
Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa ta'etu jira.
Maarree wanati Ani jechuu barbaade, osoo Qur'aanni kun Kan rabbiin biraa bu'e hin taanee, Maaliif Abaa lahab rasuulatti amanee Qur'aana kana hin sobsiisu ture? Gaafas inni lubbumaan jira. Aayanni kun Aayata jabinaa fi dhugummaa Qur'aanaa agarsiisan keessaa isii tokkodha.
Alhamdulilh amantii Akka kanaa of harkaa qabna🥰

01.02.202512:47
🔹Abu Huraira reported:
The Messenger of Allah (ﷺ) used to say while prostrating himself: O Lord, forgive me all my sins, small and great, first and last, open and secret.
" اللَّهُمَّ اغْفِرْ لِي ذَنْبِي كُلَّهُ دِقَّهُ وَجِلَّهُ وَأَوَّلَهُ وَآخِرَهُ وَعَلاَنِيَتَهُ وَسِرَّهُ " .
Abaa Hureyiraa irraa Odeeffamee...Ergamaan Allaahaa (Sallallaahu aleyihi wasallam 🥰) Akkas jedhanii du'aa'ii kadhatu turan."Yaa Allaah Badii Koo hunda isaa naaf dhiisi.xiqqaa isaas guddaa isaas,Isa jalqabaas Isa xumuraas,Isa muldhataas Isa dhokaataas🤲🤲🤲🤲
Yaa Allaah nuuf Badii keenya nuuf dhiisi 🤲🤲
:Sahih Muslim 483
@Islamumanqaromina

Quŕ'aanni Akkamitti Wolitti Qabamee?
Ustaaz Khaalid Abdoo
Ustaaz Farhaan
Ustaaz Abdii Muusaa
Alhamdulillaah Obboleettiìn Ķeenya Tokko Sagantaa Kana Irratti Garà Amantaa Dhaloota Isii Irratti Deebitee Jirtii Alhamdulillaah.
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1255
Reposted from:
Muhaajira fi Ansaara❤️

30.01.202513:37
السلام وعليكم ورحمة الله وبركاته
✅WAA'EE SOOMANA BAATII SHA'IBAAN
Ji'a ykn baatii sha'ibaan rabbiin baatii hafan irra isii caalchise, maaliin isii caalchise mee waliin haa ilaallu.
⇨ Ji'a ykn baatii Sha'ibaan ji'a rabbiin sadarkaa isii ol fuudhee sadarkaan isii irraa:-
#Ji'a ykn baatii hojiin gabroottanii tan amataa/waggaa rabbii irraa fidamtu.
#Akkuma Ergamaan Rabbii S.A.W jedhan.
#Usmaan binu affaan irraa odeessee (r.a) ni jedhe ji'oowwan ykn baatiiwwan biroo irra, sii hedduu somanuun si arge baatii Sha'ibaanaatirraa maaliif?
ﺫﺍﻙَ ﺷﻬﺮٌ ﻳﻐﻔﻞُ ﺍﻟﻨﺎﺱُ ﻋﻨﻪُ ﺑﻴﻦَ ﺭﺟﺐَ ﻭﺭﻣﻀﺎﻥَ ﻭﻫﻮ ﺷﻬﺮٌ ﻳُﺮﻓﻊُ ﻓﻴﻪِ ﺍﻷﻋﻤﺎﻝُ ﺇﻟﻰ ﺭﺏِّ ﺍﻟﻌﺎﻟﻤﻴﻦَ ﻓﺄُﺣِﺐُّ ﺃﻥ ﻳُﺮﻓﻊَ ﻋﻤﻠﻲ ﻭﺃﻧﺎ ﺻﺎﺋﻢٌ) رواه النسائي
#Ergaman rabbii S.A.W ni ja'e isiin ykn batiin Sha'ibaan isiin tan ilmi namaa ji'a ykn baatii Rajaba fi Ramadaan jiddutti irraa dagamee, isiin ji'a ykn baatii hojiin gabarotaa isii keessa gara rabbii ol fuudhamtu anaa somana qabu hojiin tiyya akka gara rabbii naaf ol fuudhamtuun fedhaa. hadiisa kana nasa'ii odessee.
#ﻋﻦ ﻋﺎﺋﺸﺔ ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻬﺎ ﺃﻧﻬﺎ
ﻗﺎﻟﺖ: ﻣﺎ ﺭﺃﻳﺖ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺍﺳﺘﻜﻤﻞ ﺻﻴﺎﻡ ﺷﻬﺮ ﻗﻂ ﺇﻻ ﺭﻣﻀﺎﻥ، ﻭﻣﺎ ﺭﺃﻳﺘﻪ ﻓﻲ ﺷﻬﺮ ﺃﻛﺜﺮ ﺻﻴﺎﻣﺎً ﻣﻨﻪ ﻓﻲ ﺷﻌﺒﺎﻥ .
ﺭﻭﺍﻩ ﺍﻟﺒﺨﺎﺭﻱ ﻭﻣﺴﻠﻢ
Aa'ishaan (R.A) Ergaman Rabbii S.A.W hanga Sha'ibaan keessa Sooma baay'isan ji'a biroo keessa kan baay'isan hin garre, jette.
Kanaaf Sha'ibaana Sooma baay'isuun barbaachisaadha
Warri ilmii qabu akki jedhu -:
Soomni sha'ibaana keessaa akka Sunnaa duraa soomni bulii jahaa shawwaal ammoo akka sunnaa booda ta'a .
Akka sunnaa Salaataa Rawaatiba duraa fi boodaa jechuuti.
Rabbiin Nama sunnaa soomane Waajibattis dabru nuhaa godhu
Aamiin Aamiin Aamiin ya rabbal aalamiin
By kalid
🥰Share share waliif godhaa jzk kheyran🥰
https://t.me/muhaajirafiAnsaara
Reposted from:
𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽 🇸🇩

28.01.202517:46
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Ads: 👇👇👇👇
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk

24.01.202517:15
𝑮𝑨𝑨𝑭𝑭𝑰𝑰 𝑯𝑰𝑹𝑴𝑨𝑨𝑪𝑯𝑰𝑺𝑨𝑨!!
𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒂𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖
𝑺𝒂𝒉𝒂𝒂𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝑱𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊𝒇 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒉𝒂𝒍𝒂𝒕𝒆 𝑬𝒆𝒏𝒚𝒖𝒖??

01.02.202512:43
31.01.202520:04
Quŕ'aanni Akkamitti Wolitti Qabamee?
Ustaaz Khaalid Abdoo
Ustaaz Farhaan
Ustaaz Abdii Muusaa
Alhamdulillaah Obboleettiìn Ķeenya Tokko Sagantaa Kana Irratti Garà Amantaa Dhaloota Isii Irratti Deebitee Jirtii Alhamdulillaah.
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1256
30.01.202512:57
Abdallaah Ibnu Umar rabbi isarraa haa jaallatu ergamaan Allaahaa sallallaahu Aleyihi wesallam 😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Akkana jedhan jedhe;"Mimbera irratti ta'ee Waa'ee sadaqaa/kennaa, Of qabuu fi kadhaa dubbatee, Harka irra keessaatu/gama oliitu Harka jalaa caala. Harki Gubbaa isii kennitu yommuu taatu, harki jalaa immoo isii fudhattu/kadhatuudha"
#Sahiiha_bukhaarii 1429
@islamumanqaromina
Akkana jedhan jedhe;"Mimbera irratti ta'ee Waa'ee sadaqaa/kennaa, Of qabuu fi kadhaa dubbatee, Harka irra keessaatu/gama oliitu Harka jalaa caala. Harki Gubbaa isii kennitu yommuu taatu, harki jalaa immoo isii fudhattu/kadhatuudha"
#Sahiiha_bukhaarii 1429
@islamumanqaromina
24.01.202519:07
بسم الله الرحمن الرحيم
Assalamualeykum warahmatulahi wabarakaatuhu
BADII KOMIITII FI HIIKA ISAA
Islaamummaa keessatti Obboleessa/ttii Kee komachuun hojii akkaan jibbamaa ta'eedha. kana irratti ragaa Qur'aanaa kana haa ilaallu.
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اجْتَنِبُوا كَثِيرًا مِّنَ الظَّنِّ إِنَّ بَعْضَ الظَّنِّ إِثْمٌ ۖ وَلَا تَجَسَّسُوا وَلَا يَغْتَب بَّعْضُكُم بَعْضًا ۚ أَيُحِبُّ أَحَدُكُمْ أَن يَأْكُلَ لَحْمَ أَخِيهِ مَيْتًا فَكَرِهْتُمُوهُ ۚ وَاتَّقُوا اللَّهَ ۚ إِنَّ اللَّهَ تَوَّابٌ رَّحِيمٌ
Yaa warra amantan! Hedduu seehaa (mamii) irraa fagaadhaa; gariin seehaa diliidha.Walis hin basaasinaa.Gariin keessanis garii hin hamatin.Tokkoon keessan foon obboleessa isaa odoo du’ee jiruu nyaachuu ni fedhaa? (Yeroo) san ni jibbitanii (isa jiraa hoo maalif nyaachuu feetan?) Rabbiin sodaadhaaRabbiin akkaan tawbaa qeebalaa, rahmata godhaadha.
49:12
akkuma asirraa hubattan,Komiin Foon Obboleessa Ofii nyaachuutti fakkeeffame.kana jechuun badii akkaan balaafamaa ta'uu isaati.
Erga kana hubannee ammoo Komiidhumti mataan isaa maali inni Kan jedhu walumaan ilaalla. foormulaa gabaa fi ifaadhaan rasuulli keenya nuuf himaniiru."الغيبة هو ذكر أخاك بما يكره"
"Komii jechuun Obboleessa/Obboleettii kee waan inni dubbatamuu isaa jibbuun waa'ee isaa dubbachuudha"jedhan.kana jechuun wanti ati dubbattu sun dhugaa yoo ta'ellee jechuudha.Kanaan wal_qabsiisee sahaabonni isaanii Wanti nuti dubbannu yoo dhugaa ta'esmoo jedhaniin.Rasuullis s.a.w yoo inni dubbatamuu hin feene ta'e Eeyyeen jedhaniin.Deebisanii sahaabonni yoo wanti nuti dubbannu sun soba ta'e hoo? jedhaniin isaanis deebisaniifii "Yemmus ati Soba guddaa isarratti feeteetta"jechuunis komiidhaa oli jechuu isaaniti.
egaa komiin yeroo ammaa hojii keenya idilee waan ta'ee jiru fakkaata.keessattuu dubartoota biratti hedduu tokko baramaadha.
yaa rahmaan tika kee jala nogodhi.arraba keenya nuuf eegi!!

02.11.202414:16
SABABA 12 YESUUS (NAGAAN IRRATTI HAA JIRAATU) MUSLIMA TA'E
Yesuus fi Muslimoonni adda ta’uu caalaa wal fakkaatu. Dhugumatti Yesus (Nageenyi Irratti Haa Ta'u) akka inni ofii isaatii barsiisee fi jiraate yoo hordofne wal fakkaata jechuun ni danda'ama:
1. Yesus Waaqayyo Tokkicha qofa akka ta’ee fi Waaqayyo tokkichi akka waaqeffamuu qabu barsiiseera akkuma Maarqos 12:29. Muslimoonnis kana akka aayata Qur’aanaa 4:171 keessatti barsiifameetti ni amanu.
.
3. Yesus jecha “As salaamu alaikum” (Nageenyi isiniif haa ta’u) jedhu Yohaannis 20:21 irratti nagaa gaafate. Muslimoonnis haala kanaan nagaa wal gaafatu.
4. Yesuus yeroo hunda yoo WAAQAYYO fedhe” (in-shaa’-Allah) jedha ture. Muslimoonnis akka Qur’aana keeyyata 18:23-24 keessatti barsiifametti waan tokko hojjechuu isaanii dura kana ni dubbatu.
5. Yesuus kadhachuu isaa dura fuula, harkaa fi miila isaa dhiqate. Muslimoonnis akkasuma godhu.
6. Yesuus fi raajonni Macaafa Qulqulluu biroo mataa isaanii lafatti qabatanii kadhatan (Maatewos 26:39). Muslimoonni akkasuma akka Qur’aana aayata 3:43 keessatti barsiifameetti ni godhu.
7.Yesus qeensa qaba ture, uffata uffatee ture. Dhiironni Muslimaa akkasuma godhu. Dubartoonnis uffata dheeraa uffatu.
8. Yesuus seera hordofee raajota hundumaatti amane, (Maatewos 5:17 ilaali). Muslimoonni akkasuma akka Qur’aana aayata 3:84 keessatti barsiifameetti ni godhu.
9. Haati Yesus Maariyaam akka 1Ximotewos 2:9, Seera Uumamaa 24:64-65, fi Qorontos 11:6 irratti argamutti qaama ishee haguuggachuu fi haguuggii mataa (hijaab) uffachuudhaan uffata gad of qabuu uffatte. Dubartoonni Musliimaas akka aayata Qur’aanaa 33:59 keessatti barsiifamutti uffata gad of qabuu uffatu.
10. Yesuus fi raajonni Macaafa Qulqulluu kan biroon hanga guyyaa 40 soomaniiru (Ba’u 34:28, Daani’eel 10:2-6 ilaali. 1Mootota 19:8, fi Maatewos 4:1-Muslimoonni ji’a Ramadaanaa keessattis akkas godhu.Muslimoonni guyyaa 30 waajiba guutuu soomachuun dirqama (Qur’aana 2:183) .
11. Yesus dhaqna qabateera. Akka Macaafni Qulqulluun Luqaas 2:21 irratti ibsametti, Yesus yeroo dhaqna qabamu umuriin isaa guyyaa saddeet ture. Dhaqna qabaan gochaalee fitraa shanan Islaama keessatti raawwataman keessaa isa tokko waan ta’eef dhiirri fi dubartiin muslimaa dhaqna qabachuun dirqama.
12. Iyyesuus afaan Araamaayikii dubbatee Waaqayyoon ”Elah” jedhee waame, kunis “Allah” wajjin wal fakkaata. Afaan Aramaayikii afaan Macaafa Qulqulluu durii ti. Afaanota Seem kan Afaan Ibrootaa, Arabaa fi Itophiyaas of keessatti hammate keessaa isa tokkodha. Aramaayikii”Elah” fi Arabiffaan “Allah” tokkuma. Hiikni isaa “WAAQAYYO” jechuudha. Akkasitti Waaqni Iyyesuus Waaqa muslimootaa fi dhala namaa hundaati.

Shown 1 - 21 of 21
Log in to unlock more functionality.