Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

🔊KEYRAL-UMMA-TUBE
«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Page FB👇 like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralumma Page
Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZY
Yaadaaf @Keyralumma_bot
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Page FB👇 like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralumma Page
Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZY
Yaadaaf @Keyralumma_bot
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verifiedTrust
Not trustedLocation
LanguageOther
Channel creation dateJul 06, 2019
Added to TGlist
Apr 03, 2025Linked chat

🔊Muslim_students🕋
1.6K
Records
03.04.202514:59
8.1KSubscribers04.04.202523:59
300Citation index03.04.202514:59
330Average views per post03.04.202514:59
343Average views per ad post21.04.202523:59
6.47%ER03.04.202514:59
4.10%ERRGrowth
Subscribers
Citation index
Avg views per post
Avg views per ad post
ER
ERR
02.04.202512:49
Assalaamualeyikum Worahamatullaahi Wobarakaatuhu hordoftoota keenya qaqaalii jaallatamoo Yaada yoo qabaattan karaa kanaan nuun gahaa
👉 @Muslim1234_bot
Barnootaa asirratti barbaaddan argachuu yoo feetan nu dubbisaa barnoota aqiidaa toohidaa seenaa qur'aana hundinuu jira barnoonni keenya hundi isiniif dhiheessinu kafaltii isin in barbaachisu Niyyaa hamilee barachuu qabaachuu keessan qofti nu gammachiisa
✍️✍️ @Muslim1234_bot

31.03.202520:28
🌹#jaalalli maali jedhanii na gaafatan🌺?
Deebii....🌹waan jaalattu Nama jaalattuuf hawwuudha....🌸
Jannata jaaladhee🫀isiniif jaaladheera....🌸isinis waan jaalattan naaf jaaladhaa🌹🥰
🌹🌹Halkan Gaarii🌹🌹
Deebii....🌹waan jaalattu Nama jaalattuuf hawwuudha....🌸
Jannata jaaladhee🫀isiniif jaaladheera....🌸isinis waan jaalattan naaf jaaladhaa🌹🥰
🌹🌹Halkan Gaarii🌹🌹
04.04.202518:05
Yaa Rabbi araara/rahmata keetiin qoma koo haxaa'i..gadda hirriba koo jeequ kamiinuu, in dhiisin yaaddoo hirriba ija koo irraa hatu kamiinuu, boo'icha lubbuu koo dhamaasu kamiinuu na hin dhiisin..Rabbii koo, dhimma koo gara fuula duraa waan gaarii ta'e Naa guuti/xumuri, hawwii koos guuti, addunyaa kana irrattis na eegi/na satari, hammeenya warra inaaffaas na irraa fagaassi, ati hunda caalaa tiksitoota..Yaa Rabbi/Yaa Waaqayyo, ani karaa koo irratti milkaa'ina, lubbuu koo keessatti jajjabina, dhimma kootiif haala mijeessuu si gaafadha💜.
يـا رب امسح على صدري برحمتك..ولا تدع لي حزنًا يقلق مضجعي ولا هماً يسرق النوم من عيني..ولا بكاء يرهق روحي..ربي تمم أموري القادمة على خير وحقق لي ما اتمنى واستر علي في هذه الدنيا وأبعد عني شر الحاسدين أنت خير الحافظين ..اللهم أني أسألك توفيقاً في طريقي وراحة في نفسي وتيسيراً لأموري💜.

02.04.202512:22
Deebiin Gaaffii keenyaa kana taha worri sirrii deebiftan hundi shukran jazaakumullaahu kayiran Rabbiin isinirraa hajaallatu baakumsa guddaa isiinf hadabalu worri yaaltanis Rabbiin isinirraa hajaallatu shukran galatooma jenna hirmaannaan keessan akkasumaan itti hafufu 👏👏👏👏👏👏👍👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️❤️👌👌👌👌👌👌👍👍👍
1.A Xalahaa ilma Ubeeydullaah
2.B Hasanii ilma Aliyyii
3.B Mootii Habashaa Najjaashii
4.A Hijiraa irraa bara shantamii afuri
5.A Umar ilma kaxxaab
1.A Xalahaa ilma Ubeeydullaah
2.B Hasanii ilma Aliyyii
3.B Mootii Habashaa Najjaashii
4.A Hijiraa irraa bara shantamii afuri
5.A Umar ilma kaxxaab
02.04.202517:30
الإمام أبو عبد الله محمد بن إدريس الشافعي قال:
أخى لن تنال العلم إلا بستة:-
.١. ذكاء
٢. وحرص
٣. واجتهاد
٤. وبلاغة
٥. وصحبة أستاذ
٦. وطول زمان
Imaam Abu Abdallah Muhammad Bin Idriis Ash-Shaafi'iy akkana jechuun namoota gorsan:-
Yaa Obboleessa koo! Wantootni Jaha guutaman malee beekkumsa goonkumaa hin argattu jedhan:
1. Gamnummaa (cimummaa fi hubannaa)
2. Fedhii hin dhumne (Hifaatii irraa bilisa ta'uu)
3. Qabsoo (wallaansoo),
4. Meeshaawwan barnootaa( kitaaba, qalama, ...),
5. Barsiisaa wajjiin hiriyyoomuu ykn michoomuu fi
6. Dheerina yeroo (dhiha aduu takkatti beekaa hin ta'an).
Wanti guddaa fi hundaa caalu ammoo badii/yakka/ irraa fagaatanii argamuudha. Aalimni kun haasawa isaanii biroo keessatti gorsa barsiisa isaanii tuquun akkana jedhu:
ونور الله لا يؤتاه المعاصي
"Beekkumsi ykn ifni Allaaha nama yakkamaa ta'eef hin qoodamu."
@keyralumma

01.04.202513:35
✍️Gaaffiif deebii keenya arraa kanaratti hirmaadhaa
@keyralumma @keyralumma
1: Gaafa lola Uhud namni Rasuula (Sallallaahu aleyhi wa sallam) baatee dhagaa irratti oliin bahe, eenyu?
A.Xalahaa ilma Ubeeydullaah.
B.Zayid ilma Haarisaa
2.Namni Nabi Muhaammad (Sallallaahu aleyhi wa sallam) yaarabbii ani nama kana ni jaaladhaa atilleen jaaladhu jedheen eennu?
A.Osaamaa ilma Zayid
B.Hasanii ilma Aliyyii ti.
3.Namni Nabi Muhaammad (Sallallaahu aleyhi wa sallam) salaatul gaa’ib irratti salaate eennu?
A.Jaafar ilma Abi Xaalib
B.Mootii Habashaa; Najjaashii
4.Usaamaan ilma Zeeydii (jaalalle ilma jaalallee Rasuulaa) (Sallallaahu aleyhi wa sallam) kan ta’e bara kam du’e?
A.Hijraa irraa bara shantamii afuri (54)
B.Hijraa irraa bara soddomii lama (32)
5.Namni ollaa Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) fi Abbaa Bakriitti awwaalame eenyu?
A.Umar ilma kaxxaab.
B.Usmaan ilma Affaan
Deebii tartiibaan asirraan nuu deebisaa
👉 T.me/Ibnuabbaas ✍️
Share 👇
T.me/keyralumma

01.04.202514:00
As wr wb Hordoftoota keenya rabbiin isinirraa hajaallatu kayirii hunda Rabbiin isin ha woffaqu
Deebisaa Gaaffii keenyaa keessaan nuuf deebisaa Lakkoofsa Telegram jara kana lamaan irratti nuuf ergaa
👉 @Qalbifilmadinah
👉 @Ibnuabbaas
Deebisaa Gaaffii keenyaa keessaan nuuf deebisaa Lakkoofsa Telegram jara kana lamaan irratti nuuf ergaa
👉 @Qalbifilmadinah
👉 @Ibnuabbaas
02.04.202503:21
‼️Dunyaa irratti Namni akka rasuulaa...Qormaanni itti baay'ate hin jiru😰🥹
✍Abbaa isaanii kan dhaban.....otoo garaa haadhaa keessa jiran...!😰
✍Haadha isaanii kan dhaban....waggaa 6ffaa isaaniirratti😔
✍Kan isaan guddise...Akaakayyuu isaanii...waggaa 8titti dhaban...Abbeeraa isaaniitti kennaman 🥹
✍Wanti nyaatamu dhabamee....guyyaa 40f🥹
✍Rafaa kan..turan akka koof kee...firaashaa Gaarirra hin turre😭
✍Haadha manaa isaanii...khadiijaa fi...Abbeeraa isaanii...Abu xaalib...wal dhihotti dhaban....😭
✍ijoollee isaanii 6n..otoo lubbuun jiranii...(nabiin otoo jiran)Awwaallatan😭
✍Hojii..isaaniitiin maletti...maqaan itti bahe...😰
✍Waan Abu lahab...fa'aan irra gahe..isiniif dhiisa😭
So........!Kana kana yoo yaadattu😊Dunyaan Ergamaa rabbiif akkatti jabaatte...anaaf maali?🤔jettee yoo Yaadde...salphaadha jettee yaadda💪💪💪
Yaa Dunyaa‼️‼️‼️‼️
Jabaadhaa Obboloota kooo...🌷🫀💐isin jaalladha🌹🌹🌹🌹🌹rabbif jecha🌹🫀🥰
Yoo isinitti tole..share🌹🌹🌺🌺👇👇
https://t.me/keyralumma
01.04.202521:04
🤝Waan tola siif kenname fudhachuun..Duratti....waan isa...Duuba jiru...Qoradhu🔺...
Halkan Gaarii🌺🌺
share🌸🌸👇
https://t.me/keyralumma
Halkan Gaarii🌺🌺
share🌸🌸👇
https://t.me/keyralumma

01.04.202504:06
Na Ajaa'ibe ukhtii koo....Na ajaa'ibe obboleettii koo....!‼️🤚🧕
Waan na ajaa'ibeef obboleettii koo akhiraa...
Deebii barbaaduun gaafii kaasuu kootiifi....!
‼️Qur'aana fi Hadiisarraa...ragaa naaf dhiheessi....!‼️
Bareedinni waan gaarii....Eenyuudhaaf ?...natti himi...
👉🔺Yeroo manaa baatu shittoo...diddibachuu🤦♀
👉🔺ummataafi moo..jinniidhaafi insiif?‼️
👉🔺Abaayaa....ammas beelloo...faashinaan hodhamee🤷♀
👉🔺Garaa kee irratti hiitee...boca kee mul'isaa....😭
👉🔺Hojiin kun guutuun isaa..eenyuf fitnaa ta'uuf🥺😥
👉🔺ya ilahi😭😭🤲
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺
👉🔺Gammaduu kan qabu..bitamuu kan qabu...Halaala keeti ukhtii🔺‼️
👉🔺Bareedun mul'achuun...yoo ta'e ummataaf😥
👉🔺Rabbii kee duratti hin hafu..Gaafiin siif dhihaatun😥😭
👉🔺Otoo hin..sin dabarre.....ka'ii gammachuun keessan....haa baay'atu...‼️
👉🔺Yoo feete bareedinna uffadhu..hijaaba kee‼️🥺
👉Taa'i hin sobamin Addunyaa badduu tanaan😥
Itti fufa inshaa'allaah🌺
Share🌸🌺🌺🌺👇
https://t.me/keyralumma
02.04.202517:29
HUBADHU
🌷حيات القلب علم فاغتنمه وموت القلب جهل فاجتنبه ✍️
📚 Akkuma bekamu qalbin ilma namaa tasgabbiifi fayyaa tahu barbaaddi barnoota barbaaddi
📢 Kanaafu qalbiin ilma namaa wonti isiin ittiin jiraattu barnoota dafiiti saammadhu baradhu
❤️ Ammas qalbin ilma namaa niduutii woonni qalbii ilma namaa ajjeesu wollaa lummadhaa erraa fagadhu
Shear

18.04.202518:43
─━❪KUTAA 5️⃣FFAA❫━─
Kutaa 4ffaa dubbisuu hubadhaa
❂ MALLATTOO DADHABINA IIMAANAA
❂ QOMNI ISAA DHIPHACHUU HAALLI ISAA JIJJIIRAMUU UUMAMNI ISAA WALITTI HIDHAMUU DHA.
◉ Akka waan namicha irra ba’aan guddaan inni ittiin deemu jiruuti. Namichi waan xiqqoo wahii irratti haalli isaa jijjiiramee uff! jechuu baay’ata. Sochii namni naannoo isaatii godhu cufaanuu qomni isaa dhiphachuutu itti dhaga’ama. Bal’inni nafsii isa irraa deemti. Ergamaan Rabbii (S.A.W) waa’ee iimaanaa ibsanii ni jedhan: “iimaanni obsaafi qoma bal’achuudha.” Mu’umina immoo akkana jedhanii ibsan: “inni namaan waliif ta’a namnis isaan wal bara. Nama namaan wal hin barreefi ittiin wal hin baramne keessa khayriin hin jiru.
✺ AAYATOOTA QUR’AANAATIIN HOMAA JIJJIIRAMUU DHABUUDHA.
◉ Wareega isaatiin dinniina isaatiin ajajaafi dhorgaa isaatiinis ta’ee ibsa isaa kan waa’ee Qiyaamaatiin hin jijjiiramu. Namni iimaanni isaa dadhabaa Qur’aana
dhaggeeffachuu irraa ni taatiyaa’a. lubbuun isaa Qur’aana qara’uu itti fufuu hin dandeessu. Hanguma Mus-hafa
banuun cufuutti dhihaata.
✺ YEROO ZIKRII FI DU’AA’II RABBIIN DAGACHUU:
• Zikriin isarratti ulfaata; yeroo harka isaa du’aa’iif ol fuudhe dafee walitti deebisee deema. Rabbiin ol ta’e immoo akkana jedhee Munaafiqoota ibse:
“xiqqoo malee Rabbiin hin faarsanu (hin zakkaranu).” (Annisaa’i: 142).
✺ YEROO WANTOONNI RABBIIN DHORGE HOJJATAMU DALLANUU DHIISUU:
• Sababni isaas balalli inaaffii qalbii isaa keessaa dhaamteetti. Qaamnis hamtuu dhorguu irraa onteetti. Hiriyaa isaa gaariitti hin ajaju; hamtuu irraa hin dhorgu. Fuulli waa’ee Rabbiitiif jecha takkumaa hin jijjiiramtu. Ergamaan Rabbii (SAW) qalbii dadhabina kanaan dhukkubsate hadiisa sahiiha keessatti akkana jedhee ibse: “mokkoroon (fitnaan) akka salleenii muka tokko tokkoon walitti fidamuu qalbii irra dhufti. Qalbiin ishee dhuge kamuu (kan isheen baay’inaan keessa seente hundinuu) qabxiin gurraattiin ishee irra buuti.” Kana booda itti fufee akkuma Ergamaan Rabbii (SAW) dhuma hadiisaa keessatti (“Akka kubbaayyaa gadi gara galee gurraacha burree kan waan qalbii isaa keessa seene san malee gaarii gaarummaa isaa hin beekne hamtuus hamtuu ta’uu isaa hin beekne ta’a” jedhan San ta’a.) Muslimtu gabaase.
◉ inni kun qalbii isaa irraa gaarii jaallachuufi hamtuu jibbuun deemeera. Wantoonni kun isa biratti wal qixxaatteetti. Maaltu gaariitti ajajuufi hamtuu irraa dhorguutti isa kaasaree? Inumaayyuu badii lafarratti hojjatamu dhaga’ee isa jaallatee diliin fakkaataa nama isarratti hirmaatee isa mirkaneessee isarratti ta’a. Ergamaan Rabbii (SAW) ni jedhan: “yeroo diliin lafa irratti hojjatamte namni isheetti
hirmaatee ishee morme akka nama irraa fagaatee ta’a. Namni ishee irraa fagaatee ishee jaallate immoo akka
nama isheetti hirmaatee ta’a.” Abuu Daawudtu gabaase. Inni Sahiih Aljaami’iin keessas ni jira.
badii kana jaalachuun isaa kun hojii qalbiiti. Isatu dilii nama itti hirmaatee isarratti fide.
Kutaa 6ffaan itti fufa inshaa'llaah......

02.04.202512:10
ʜᴀᴀʟᴀ ᴜғғᴀɴɴᴀᴀ ᴋᴇᴇɴʏᴀ‼️‼️
Uffannaan nama tokko tokkoo...nama....wallaalchisa🤔kanarraa kan..ka'e...muslima..mo..khaafira...yeroo itti addaan wallaallutu jira😳keessattuu🙊Shamarran.....
Namni tokko tokko..maaf uffata kana uffatta yoo jedhaniin🙄😁barbaachisaan keessa jedhu😳kuni hin ta'u obboleewwan koo‼️
𝑟𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖 𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 ℎ𝑎𝑎..𝑠𝑜𝑑𝑎𝑎𝑛𝑛𝑢‼️𝑜𝑏𝑏𝑜𝑙𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑘𝑜𝑜..𝑢𝑓𝑓𝑎𝑛𝑛𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 ..ᴀʟʟᴀᴀʜᴀ '..ʜᴀᴀ sᴏᴅᴀᴀɴɴᴜ ‼️
Har'a....ykn.Boru..uffata awwaalchaa..uffachuu keenya akka hin daganne😔....
Uffanni...wantoota maalummaa ibsu...keessaa...1 ta'uu.....rasuulli....sallallaahu aleyhi..wassallam himaniiru....‼️
Kan diinota keenyan wal fakkate...isaan waliini..jedhaniiruuti.....‼️
Uffanni keenya....kan..muslimtootaa/mu'mintootaa..Haa Fakkaatu..jechumaafi....Obboleewwan koo....
yoon balleesse dhiifama Naaf godhaa.....
Isin jaalladha😍🥰🥰
Share🌺🌺🌺🌺👇
https://t.me/keyralumma
Log in to unlock more functionality.