Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент
![Comparative Religion Islam and Christianity [ compatible ] or [ incompatible ] avatar](/_next/image?url=https%3A%2F%2Fstatic-storm.tglist.com%2Fda1b354b28a3cd215fbc5731e8fd06cb%2F1aa5f138-9dbb-4e97-880f-2aab3293af55.jpg%3Fw%3D240%26h%3D240&w=640&q=75)
Comparative Religion Islam and Christianity [ compatible ] or [ incompatible ]
Amantii Dhugaa, rabbin birratti fudhatamaa qabuu islaamumma qofaa.
አላህ ዘንድ ተቀባይነት ያለዉ እምነት እስልምና ብቻ ነዉ ::
አላህ ዘንድ ተቀባይነት ያለዉ እምነት እስልምና ብቻ ነዉ ::
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verifiedTrust
Not trustedLocation
LanguageOther
Channel creation dateJul 09, 2024
Added to TGlist
Dec 17, 2024Linked chat![Comparative religion islam and christanity [compatible] or [ incompatible ]](/_next/image?url=https%3A%2F%2Fstatic-storm.tglist.com%2Fda1b354b28a3cd215fbc5731e8fd06cb%2F3e9c9626-c91c-475f-bb21-fa20cf8320cb.jpg%3Fw%3D48%26h%3D48&w=96&q=75)
![Comparative religion islam and christanity [compatible] or [ incompatible ]](/_next/image?url=https%3A%2F%2Fstatic-storm.tglist.com%2Fda1b354b28a3cd215fbc5731e8fd06cb%2F3e9c9626-c91c-475f-bb21-fa20cf8320cb.jpg%3Fw%3D48%26h%3D48&w=96&q=75)
Comparative religion islam and christanity [compatible] or [ incompatible ]
67
Records
06.04.202510:21
3.2KSubscribers24.03.202512:03
100Citation index29.03.202523:59
117Average views per post29.03.202523:59
117Average views per ad post28.03.202515:08
100.00%ER29.03.202523:59
3.63%ERRGrowth
Subscribers
Citation index
Avg views per post
Avg views per ad post
ER
ERR
Popular posts Comparative Religion Islam and Christianity [ compatible ] or [ incompatible ]
29.03.202519:09
“Ergamaan Rabbii ﷺ salaata Iidal fixriitif hinbahaan ture osoo timira hin nyaatin. kan nyaatan immoo witrii godhaniiti.”🥰
Eid Mubarek 🎉🎉
@Aljannatu_haqqun
Eid Mubarek 🎉🎉
@Aljannatu_haqqun
Reposted from:
RAFIIQUL ISLAAM 🇸🇩

04.04.202503:04
𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐈𝐬𝐫𝐚𝐚'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐨𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚.
【𝑹𝒂𝒇𝒊𝒊𝒒𝒖𝒍 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎 رفيق الإسلام】
【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐨𝐨𝐬 2:5】
👌Maatewos 2:5 (HAH) Isaanis akkana jedhanii deebisaniif; “Beetlihem Yihuudaatti dhalata; kunis dubbii raajichi, “ ‘Yaa Beetlihem ishee biyya Yihuudaa, ati gonkumaa bulchitoota Yihuudaatii gad miti; bulchaan saba koo Israaʼelin tiksu si keessaa ni baʼaatii’ jedhee barreesse sanaa dha.”
【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐨𝐨𝐬 10:5-6】
👌 Maatewos 10:5 (HAH) Yesuusis warra kudha lamaan kanneen erge; akkanas jedhee isaan ajaje; “Gara Namoota Ormaa hin dhaqinaa; magaalaawwan Samaariyaa tokko illee hin seeninaa.
👌 Maatewos 10:6 (HAH) Qooda kanaa gara hoolota mana Israaʼel kanneen badan sanaa dhaqaa.
【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐨𝐨𝐬 15:24】
👌 Maatewos 15:24 (HAH) Inni immoo, “Ani hoolota mana Israaʼel kanneen badan sana qofaafan ergame” jedhee deebise.
【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐨𝐨𝐬 19:28】
👌 Maatewos 19:28 (HAH) Yesuus immoo akkana isaaniin jedhe; “Ani dhuguma isinittin hima; addunyaa haaraa keessatti, yeroo Ilmi Namaa teessoo isaa ulfina qabeessa sana irra taaʼutti, isin warri na duukaa buutanis akkasuma teessoowwan kudha lama irra teessanii gosoota Israaʼel kudha lamaanitti murtu.
【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐪𝐨𝐨𝐬 12:29】
👌 Maarqos 12:29 (HAH) Yesuusis akkana jedhee deebise; “Ajajni ajajawwan hunda caalu isa kana; ‘Yaa Israaʼel dhagaʼi! Waaqayyo Gooftaan keenya Gooftaa tokkicha.
【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐋𝐮𝐪𝐚𝐚𝐬 1:32】
👌 Luqaas 1:32 (HAH) Innis guddaa ni taʼa; Ilma Waaqa Waan Hundaa Olii jedhamees ni waamama. Waaqni Gooftaanis teessoo Abbaa isaa Daawit ni kennaaf;
【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐋𝐮𝐪𝐚𝐚𝐬 1:54】
👌Luqaas 1:54 (HAH) Inni araara qabeessa taʼuu isaa yaadachaa garbicha isaa Israaʼelin gargaareera;
【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐋𝐮𝐪𝐚𝐚𝐬 2:25】
👌 Luqaas 2:25 (HAH) Kunoo, namichi qajeelaan Waaqa sodaatu kan maqaan isaa Simiʼoon jedhamu tokko Yerusaalem keessa ture. Innis jajjabeeffama Israaʼel eeggachaa ture; Hafuurri Qulqulluunis isa irra ture.
【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐘𝐨𝐡𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢𝐬 17:6】
👌 Yohannis 17:6 (HAH) “Ani namoota ati addunyaa keessaa naa kennitetti maqaa kee beeksiseera. Isaan kan kee turan; ati isaan naa kennite; isaanis dubbii kee eeganiiru.
【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐘𝐨𝐡𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢𝐬 17:9】
👌Yohannis 17:9 (HAH) Ani isaaniif nan kadhadha. Warri ati naa kennite waan kan kee taʼaniif isaaniifin kadhadha malee addunyaaf hin kadhadhu.
【𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 5:31】
👌 Hojii 5:31 (HAH) Waaqni akka inni Israaʼeliif qalbii jijjiirrachuu fi dhiifama cubbuu kennuuf jedhee bulchaa fi Fayyisaa godhee mirga ofiitti ol ol isa qabe.
【𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 13:23】
👌 Hojii 13:23 (HAH) “Waaqnis akkuma abdachiise sana, sanyii nama kanaa keessaa Yesuus fayyisaa saba Israaʼeliif fide.
✍✍ @Rafiqul_Islaam
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1720
【𝑹𝒂𝒇𝒊𝒊𝒒𝒖𝒍 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎 رفيق الإسلام】
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐣𝐞𝐭𝐭𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐬 𝐨𝐟 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐀𝐧𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐝𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐬 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚 [𝐇𝐀𝐇] 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐚 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚. 🙈🙈

29.03.202513:43

29.03.202518:06
03.04.202517:39
بسم الله الرحمن الرحيم
🫀Kiristoos Eenyuu?
Kutaa 25ffaa
45*Yesuus akka waaqan ergamee irra deddeebin ibsamee jira🥺....fakkeenyaaf... maatewoos 10:40
marqoos 9:33
Luuqaas 9:48
Luuqaas 10: 16
Yohannis 6:44
Yohannis 6:57
Yohannis 7:16-18
Yohannis 7:28-29
Yohannis 7:33
Yohannis 8:14-16
Yohannis 8:18
Yohannis 8:28-29
Yohannis 8:42
Yohannis 9:4-5
Yohannis 15:21
Yohannis 16:5
Yohannis 17:6-9
Yohannis 17:18
Yohannis 18:23
Yohannis 18:2
Yohannis 20:21 Fi
Yohannis 13:3 irraatti ibsamee jira🤗.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
👉Akka amantii kitistaanatotati Yesuus "waaqa" jedhan osoo taatee waaqa eennutu erga🙄😕?
👉Waaqni waaqa biroo kan Isa erga qaba😳?
Ittii fufaa insha'Allah...
@https://t.me/Aljannatu_haqqun
30.03.202517:56
✔️ የሸዋል ፆም
ረሱል (ﷺ) እንዲህ ብለዋል፦
﴿مَن صامَ رَمَضانَ ثُمَّ أتْبَعَهُ سِتًّا مِن شَوّالٍ، كانَ كَصِيامِ الدَّهْرِ.﴾
“ረመዳንን ፆሞ የሸዋልን ስድስት ቀናት ፆምን ያስከተለ አመቱን ሙሉ እንደፆመ ይቆጠራል።”
📚 ሙስሊም ዘግበውታል

07.04.202518:00
بسم الله الرحمن الرحيم
😥Kiristoos Eenyuu?
Kutaa 26ffaa
46:-Hojii ergamoota 7:55-56 irratti "istifaanos garuu hafuura Qulqulluudhaan guutamee,utuu ija irraa hin buqqifatinis waaqa keessaa ol ilaale,ulfina waaqayyoo, Yesuusinis gàrà mirga waqqayyoo dhaabatee Arge.'kunoo,Ani bantiiwwaan waaqaa banamanii,ilmi namas gàrà mirga waqqayyoo dhaabatee Nan arge' jedhe" Akkasumas...wangeellaa maarqos 16:19 irraati..."yesus gooftaan isaanii wajjiin erga dubbatee booddee,gàrà waaqa keessaatti olfudhatamee mirga waqqayyoo taa'e jedha.
👉Waaqni waaqayyoo moo Yesuusin mirgaa waaqayyoo dhaabatee 🤔?
👉Moo lamaan isaanittiyuu🤭??
👉"Waaqni tokko" kan jedhamu maal irratti😳?
👉 Waaqayyoo yoo jennuu Yesuusin ni dabalata moo hin dabalatu🙄?
👉 Waaqayyoo kan teessoo irraa jiru moo yesuusii mirgaan dhaabbatee🥺?
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
✨ Akkasumaas akka kiristaanummatti Hafuurri Qulqulluun waaqa🤭.
👉Maarree Isxifaanos waaqan guutamee😰?
✨ Isxifaanos Yesuusin erga ol fuudhame booda cinaa waaqayyoo yoo dhaabattu "Ilma nama" jedhee waame👌...
👉Maarree erga ol fuudhameen boodas "Nama" ta'uu isaa nutti himuu barbadettii miti😥?
https://t.me/Aljannatu_haqqun

28.03.202503:24
Guyyaa Jumu'aatti seennee jirra. Nabiyyii keenya (saw) irratti salawaata (rahmata) buusuun bu'aa maalii qaba?
قال الله تعالى👇
إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا
Rabbiin ol ta'e ni jedhe:
Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaa Nabiyyii irratti rahmata buusu. Yaa warra amantan! isinis rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusuus buusaa. (Ahzab :56)
وفي الحديث👇
أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا،
Guyyaa Jum'aafi halkan Jum'aa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Nama rahmata tokko narratti buuse Rabbiin rahmata kudhan irratti busaa jedhaan
https://t.me/Karaa_Nabiyyootaa
https://t.me/Islamumanqaromina

HudHud Promotion🕊

07.04.202518:07
🛰𝐖𝐀𝐕𝐄 тιмє🛰🛰𝐖𝐀𝐕𝐄 тιмє🛰
📢ለእስላምክ ቻናል ባለቤቶች በሙሉ📢
ከ5⃣0⃣0⃣Subscribers በላይ ቻናሎችን
ያለምንም ክፍያ
🚦ማሳሰቢያ🚦
👇👇👇👇👇👇👇
🧿𝐀ɓσѵє📸1🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸5🅺+ ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸10🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿Aɓσѵε📸15🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸20🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸30🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀вσνє📸50🅺+ѕυвѕ¢яιвє
1𝐬𝐭 𝐅𝐨𝐥𝐝𝐞𝐫:
https://t.me/addlist/ADIco8IdBshlYmVk
2𝐧𝐝 𝐅𝐨𝐥𝐝𝐞𝐫:
https://t.me/addlist/i4V_-6ZT7WJhNDk0
👉ያልገባችሁ ካላችሁ ወይንም ዋቭ ለመግባት
👇👇👇👇
🚦🅸︎🅽︎🅱︎🅾︎🆇︎🅼︎🅴︎💌👇҉꙰҉
🛰ωανє;-@HudHud_waver👈አዋሩኝ
🛰ωανє;-@HudHud_waver👈አዋሩኝ
🛰ωανє;-@HudHud_waver👈አዋሩኝ
📢ለእስላምክ ቻናል ባለቤቶች በሙሉ📢
ከ5⃣0⃣0⃣Subscribers በላይ ቻናሎችን
ያለምንም ክፍያ
🚦ማሳሰቢያ🚦
👇👇👇👇👇👇👇
🧿𝐀ɓσѵє📸1🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸5🅺+ ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸10🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿Aɓσѵε📸15🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸20🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸30🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀вσνє📸50🅺+ѕυвѕ¢яιвє
1𝐬𝐭 𝐅𝐨𝐥𝐝𝐞𝐫:
https://t.me/addlist/ADIco8IdBshlYmVk
2𝐧𝐝 𝐅𝐨𝐥𝐝𝐞𝐫:
https://t.me/addlist/i4V_-6ZT7WJhNDk0
👉ያልገባችሁ ካላችሁ ወይንም ዋቭ ለመግባት
👇👇👇👇
🚦🅸︎🅽︎🅱︎🅾︎🆇︎🅼︎🅴︎💌👇҉꙰҉
🛰ωανє;-@HudHud_waver👈አዋሩኝ
🛰ωανє;-@HudHud_waver👈አዋሩኝ
🛰ωανє;-@HudHud_waver👈አዋሩኝ
07.04.202513:30
هنيئًا لتلك البيوت التي يُتلى فيها القرآن يوميًا
يعيشون في نعيم سرمدي، كيف لا !
وقلوب أهلها تُروى بكلام الله يوميًا ، وما تَجِفُّ قط…💙💙
https://t.me/+GyNkxa6MXItkMzA0
يعيشون في نعيم سرمدي، كيف لا !
وقلوب أهلها تُروى بكلام الله يوميًا ، وما تَجِفُّ قط…💙💙
https://t.me/+GyNkxa6MXItkMzA0
07.04.202510:40
اللّهُمَّ إِنَّا نَتَبَرَّأُ إِلَيْكَ مِنْ عَجْزِنَا الْقُدْرَةُ لَكَ، وَالْحَوْلُ لَكَ، يَا مُغِيثُ أَغِثْهُمْ.
غزّة
غزّة
07.04.202510:00
˚˚
﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾
- سُبحان الله .
- الحَمد لله .
- لا إله إلا الله .
- الله أكبر .
- لا حَول و لا قوة إلا بالله .
- سُبحان الله و بِحمده .
- سُبحان الله العَظيم .
- أستغفِرُ الله الْعَلِيُّ الْعَظِيم وَأَتُوبُ إِلَيْهِ.
-لا إِلَهَ إِلا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ.
-اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ.
-يا مقلِّبَ القلوبِ ثَبِّتْ قلبِي على دينِك .

07.04.202505:58
Log in to unlock more functionality.