Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐐𝐨𝐟𝐚! avatar

𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐐𝐨𝐟𝐚!

Chaanaala kana irratti Dhugummaa Amantii Islaamaa fi Hubannoo Amantichaa hedduu argattu.Miseensa keenya ta'aa ittis nama affeeraa! https://t.me/AmantindhugaIslamumadha
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verified
Trust
Not trusted
Location
LanguageOther
Channel creation dateJan 18, 2025
Added to TGlist
Mar 14, 2025

Records

07.04.202523:59
163Subscribers
27.03.202523:59
50Citation index
13.03.202505:08
246Average views per post
05.04.202523:59
346Average views per ad post
15.03.202523:59
75.00%ER
13.03.202505:08
319.48%ERR
Subscribers
Citation index
Avg views per post
Avg views per ad post
ER
ERR
MAR '25MAR '25MAR '25APR '25APR '25APR '25

Popular posts 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐐𝐨𝐟𝐚!

Ittiin Bohaaraa 🤣🤣🤣

Lallaabni Wangeelaa Akkuma Itti Fufetti Jiraa 😂😂😂

Gaafa qormaata entrance akkan jedhu
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁

Entrance exam

https://t.me/Caayaadiinaalislaam
02.04.202514:36
Warroonni amantiin islaamummaa maal Akka ta'e galuufii dhabee/wallaalanii ta'aa jiran garaa nama nyaatu.
Caalaattimmoo warri utuu hin galiniif amanticha qeeqan hedduu garaa nama nyaatu😢

Ee Ummata miskiina wlh😢😢

Kottaa Waan islaamummaan ta'e ofumaa keessanii baraa jechuun affeerraa keenyadha!

Namarraa dhageessee carraa Gaabbii zalaalam jalaa ba'uuf qabdu of hin dhabsiisin!

Irra hedduun warra islaamummaa irraa isin baqachiisaa jiranii faayidaa xiqqoollee taatu argachaa jiru. Ati garuu dhugaas horodofaa hin jirtu faayidaa xiqqoo sanas argachaa hin jirtu.

Kottu Mee yeroo tokko tokko of ta'uun bareeda Waan ta'eef of ta'ii, Ofumaa keef ilaalii, islaamummaan Kun maal Akka ta'e baradhu!🙏♥️👌🥰

#share itti godhaa haa arganii!!
@islamumanqaromina
28.03.202501:14
Qabrii Kee Keessatti Saahibni Kee Dalagaa kee Gaarii Qofa kanaafuu Addunyaa kana Keessatti Dalagaa kee Tolchi. #Khalaas
Assalaamu Alayikum warahmatullaahi wabarakaatuhuu

•Chaanaala kana irraa Waan silaa Barachuu qabdanu garuu hanga ammaa osoo hin baratin jirtanu Barachuu dandeessu. Join godhaa miseensa dubbistootaa ta'aa! Share godhaa Hiree keessan obbolaa keessaniif qoodaa!

•Kheyrii irratti Wal kakaasuun Haala ummanni Muhammad (s. a. w) ittiin beekkamuudha. Jabaannee Wal haa jabeessinu!🙏😘
https://t.me/AmantindhugaIslamumadha
Ustaaz Raayyaa 🥰🥰😍💪
04.04.202514:31
وَمَا كَانَ لِمُؤْمِنٍ وَلَا مُؤْمِنَةٍ إِذَا قَضَى اللَّهُ وَرَسُولُهُ أَمْرًا أَن يَكُونَ لَهُمُ الْخِيَرَةُ مِنْ أَمْرِهِمْ ۗ وَمَن يَعْصِ اللَّهَ وَرَسُولَهُ فَقَدْ ضَلَّ ضَلَالًا مُّبِينًا

Mu’uminaafi mu’umintittiif yeroo Rabbiifi ergamaan Isaa dhimma tokko murteessan ajaja isaanii irraa filannoon biraa isaaniif jiraachuun hin taane.Namni Rabbiifi ergamaa Isaa dide, dhugumatti inni jallina ifa ta’e jallateera.

Suratul Ahzaab
33:36
https://t.me/AmantindhugaIslamumadha
28.03.202501:19
Eessaa dhufte,Maaliif dhufte, garamittimmoo deemta?
Gaaffii muslimni kamuu of gaafatee Deebii isaas argatee itti hojjachuu qabuudha.
Yaa rahmaan of nun dagachiisin🤲🤲🤲🤲

https://t.me/AmantindhugaIslamumadha
06.04.202518:30
Gorsa kana qabadhu!!

Gaafa namoonni umuriin isaanii sii ol ta'e,Jireenya isaanii keessatti waan isaan mudate/muuxannoo Jireenya isaanii irratti hundaa'anii gorsa siif Kennan,yeroma sanatti gorsa isaanii hojii irra oolchuu qabda.malee anis akkuma keessanin umurii keessan irra yommuun ga'en hubadha Amma naaf hin ta'u hin jedhin yaa habiibiikoo yaa habbiibatii koo⭐💕

Nama umuriin sii olii kan gorsa siif laatu argachuun carraa guddaadha.
As keessatti waan hubachuu qabdu tokkotu jirra innis rabbiin duraa fi duuba nu gochuun,bu'aan fedhame wayii jiraachuu isaa agarsiisa.ati gaafa daa'ima taatee dhalattu nama Tika keetiif dhaabbatu kan umuriin dachaa meeqa si caalan haadhaa fi Abbaa keetu siif dhaabbatee karaa sitti agarsiisee asiin si gahe kana beeki!!

Walumaa galatti hangafootaan haa gorfamnu.keessattuu gorsa sheekkotii fi hayyoota barataniin haa qaramnu.gaafas fuuldurri keenya ifee nutis warra boodaaf ifaa taana!!


✍️@faridjournal1212
https://t.me/AmantindhugaIslamumadha
02.04.202513:08
Warreen barreessitoota macaafaa ta'an Kun Wal hin beekanii sila?
https://t.me/AmantindhugaIslamumadha
26.03.202502:42
Jaalala fii yaadni seensi isaanii ijaanii ja'an. Garuu Habiibin kheenya osoo hin argamin Jaalatamanii osoo ijaan hin arkin isa yaaddaman sani!.❤️‍🩹🖇

اللَّهُــمَّ صَلِّ وَسَـــلِّمْ وَبَارِكْ على نَبِيِّنَـــا مُحمَّد ﷺ
@Amantindhugaislamumadha
Assalaamu Alayikum warahmatullaahi wabarakaatuhuu

•Chaanaala kana irraa Waan silaa Barachuu qabdanu garuu hanga ammaa osoo hin baratin jirtanu Barachuu dandeessu. Join godhaa miseensa dubbistootaa ta'aa! Share godhaa Hiree keessan obbolaa keessaniif qoodaa!

•Kheyrii irratti Wal kakaasuun Haala ummanni Muhammad (s. a. w) ittiin beekkamuudha. Jabaannee Wal haa jabeessinu!🙏😘
https://t.me/AmantindhugaIslamumadha
28.03.202521:07
Dhaloota Duraa fi Kan ammaa!!

•Dhaloota Duraa Maaliif ibaadaa kana raawwatta?
Deebii... Sunnaa Waan ta'eefikaa.
•Dhaloota Ammaa maaliif ibaadaa kana hin raawwattu?
Deebii... Sunnaa Waan ta'eefikaa.

•Isiniif galeera jedheen yaada.
Yaa Obboleeyyan kiyya of dhaqqabatuutu nurra Jira wallaah!😥😥

Yaa Rabbanaa waajiba qofa Osoo hin taane warra sunnaallee raawwatu nu taasisi🤲🤲
Ramadan 29/1446HC
07.04.202518:02
بسم الله الرحمن الرحيم



😥Kiristoos Eenyuu?



Kutaa 26ffaa



46:-Hojii ergamoota
7:55-56 irratti "istifaanos garuu hafuura Qulqulluudhaan guutamee,utuu ija irraa hin buqqifatinis waaqa keessaa ol ilaale,ulfina waaqayyoo, Yesuusinis gàrà mirga waqqayyoo dhaabatee Arge.'kunoo,Ani bantiiwwaan waaqaa banamanii,ilmi namas gàrà mirga waqqayyoo dhaabatee Nan arge' jedhe" Akkasumas...wangeellaa maarqos 16:19 irraati..."yesus gooftaan isaanii wajjiin erga dubbatee booddee,gàrà waaqa keessaatti olfudhatamee mirga waqqayyoo taa'e jedha.


👉Waaqni waaqayyoo moo Yesuusin mirgaa waaqayyoo dhaabatee 🤔?

👉Moo lamaan isaanittiyuu🤭??

👉"Waaqni tokko" kan jedhamu maal irratti😳?


👉 Waaqayyoo yoo jennuu Yesuusin ni dabalata moo hin dabalatu🙄?


👉 Waaqayyoo kan teessoo irraa jiru moo yesuusii mirgaan dhaabbatee🥺?


🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥


✨ Akkasumaas akka kiristaanummatti Hafuurri Qulqulluun waaqa🤭.


👉Maarree Isxifaanos waaqan guutamee😰?


✨ Isxifaanos Yesuusin erga ol fuudhame booda cinaa waaqayyoo yoo dhaabattu "Ilma nama" jedhee waame👌...


👉Maarree erga ol fuudhameen boodas "Nama" ta'uu isaa nutti himuu barbadettii miti😥?



https://t.me/Aljannatu_haqqun
07.04.202515:42
"Ilmoon namaa yeroo lubbuun isaa of jaji/of dhaadi jettee Akka inni boonuu qabu itti himte, Waan biraa dhiisee Waan garaa keessa jiru sana haa yaadatu. Sana yaadachuun isaa Akka inni of hin dhaadneef sababa ta'uun tajaajila Waan ta'eef" Jedhan Ulamaa'iin Islaamaa wayii.

Yaa namaa kanaa🤔🤔
Assalaamu Alayikum warahmatullaahi wabarakaatuhuu

•Chaanaala kana irraa Waan silaa Barachuu qabdanu garuu hanga ammaa osoo hin baratin jirtanu Barachuu dandeessu. Join godhaa miseensa dubbistootaa ta'aa! Share godhaa Hiree keessan obbolaa keessaniif qoodaa!

•Kheyrii irratti Wal kakaasuun Haala ummanni Muhammad (s. a. w) ittiin beekkamuudha. Jabaannee Wal haa jabeessinu!🙏😘
https://t.me/Islamumanqaromina
Log in to unlock more functionality.