Notcoin Community
Notcoin Community
Whale Chanel
Whale Chanel
Proxy MTProto | پروکسی
Proxy MTProto | پروکسی
Whale Chanel
Whale Chanel
Proxy MTProto | پروکسی
Proxy MTProto | پروکسی
iRo Proxy | پروکسی
iRo Proxy | پروکسی
☪️🕋BARNOOTA DIINAL ISLAM🇵🇸 avatar

☪️🕋BARNOOTA DIINAL ISLAM🇵🇸

﴿وَتَزَوَّدُوا فَإِنَّ خَيْرَ الزَّادِ التَّقْوَىٰ﴾
{`Siinqeffadhu irra caalaan siinqii sodaa rabbiiti}
👇👇👇👇
kaayyoon guddaan chanala keennaa bifa Gaafii fi deebiitiin Barnoota diin islaamaa wal barsiisuudha.`﴿
TGlist रेटिंग
0
0
प्रकारसार्वजनिक
सत्यापन
असत्यापित
विश्वसनीयता
अविश्वसनीय
स्थान
भाषाअन्य
चैनल निर्माण की तिथिFeb 06, 2025
TGlist में जोड़ा गया
Jan 24, 2025
संलग्न समूह

समूह "☪️🕋BARNOOTA DIINAL ISLAM🇵🇸" में नवीनतम पोस्ट

✍ Halkan Ramadaana keessa hadha manaa wajjin walqunnamtii Sala raawwachuun ni ta'a
A. Dhugaa
B. Soba
C. A Fi B
D. Deebii hin qabu
Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhu

@ramadaanaaf guyyoota 4 qofatu hafe yaa rabbi itti nuun gahi

اللهم بلغنا رمضان وبارك لنا فيه وجعلنا
𝐖𝐚'𝐚𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐚𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦 𝐰𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐰𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

☑️𝐃𝐄𝐄𝐁𝐈𝐈


1//✅️Abu Bakar As-Siddiq
2//✅️Umar bin Al-Khattab (Al-Faruq )
3//✅️Usman bin Affan (Zun-Nurayn )
4//✅️Aliyi bin Abi Xalib
5//✅️ Xalha bin Ubaidillah
6//✅️ Zubeeir bin Awwaam
7//✅️ AbdurRahman bin Awaf
8//✅️Sa’d bin Abi Waqqas
9//✅️Sa’id ibn Zayd
10//✅️ Abu Ubeedillah Aamir bin Abdullah bin Al-Jarrah

Rabbi Imaana akka isaani nuuf haa kennu Aamiiiiiiiiiin🤲
✍Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝

☑️ Gaaffi ?????

✍ Sahaaboota 10 Rasulli 🌹SallallaahuAleyhiiWasallaam🍀Jannataan Gammachisee osoo Addunyaa tanarraa jirani enyuu fa'aa???
Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhu jama'aa @ramadaanaaf guyyoota 5 qofatu hafe mee yaa rabbi ittiin nu gahi yaa allaaaaah اللهم بلغنا رمضان وبارك لنا فيه
☆☆☆﷽☆☆☆
#SALAATA..... ♡♡♡
🌹#Salaanni... manjafiqaada nama rabbitti amaneeti.
🌹#salaanni... tiisituu fayyaati.
🌹#salaanni dhiheessituu gabrichaati... gama rabbiititti.
🌹#salaanni dura gaafatamtuu gayyaa qiyaamaati.
🌹#salaanni olfuutuu darajaati.
🌹#salaanni qulqulleessituu qaamaa qalbiiti.
🌹#salaanni ibsituu fuulaati.
🌹#salaanni dhoorgituu hamtuu fi hammeenyaa.shiraa fi sharrii namatti yaaduurraa nama dhooggituudha....

©By Alamudin Abe
KAAYYOO KEE GALMAAN GAHUUF WANTOOTA SHAN 5n HOJJADHU
---------------------------------------------------------------------
1 .Jechoota namni maal naan jedha jedhu sammuu keetii ol osoo hin ta'in miila kee jala kaa'ii irra ijjadhu
2 .Rakkinna amma keessa jirtuu fi cinqaa sitti jiru kan dura darbes yaadachuun abdii fuula duraa abdachuun bira kuti
3 .Ogummaa fi Ciminna kee namatti himuun osoo hin taane hojjachuun agarsiisi
4 .Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoon kee maal akka ta'e namatti hin odeessin
Maaliif yoo jette ilmi namaa kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijeessa waan ta'eef
5 .Waan hojjattu kamuu ofitti Amanamummaan hojjadhu

☑️ By Alamudin Abe
Assalaamu aleykum warahmatullaahi
Wabarakaatuhu

Ibboleewwan islaamaa @Ramadaanaaf guyyoota 6 qofatu hafe yaa rabbi ittin nu gahi

Mee @ramadaana kana maaliin eegaa jirtu habiboche comment godhaa malee

اللهم بلغنا رمضان وبارك لنا فيه وجعلنا من المتقين يا رب العالمين اللهم تقبل...
☆☆☆﷽☆☆☆
Haalli kun kiyya tahuu jaaladha.......👇

🪵Jaalala rabbiitiif jecha jibbaa namaatiifi tuffii namaa gonfachuu.
🪵Rabbi gammachiisuuf jecha nama dallansiisuu.
🪵Jaalala namaa dura jaalala rabbii dursuu.
🪵Daangaa Rabbii kiyyaa eeguuf jecha daangaa namaatiif bakka kennuu dhabuu...
🪵Ajaja namootaa keessa ajaja rabbii kiyyaa soquu....
🪵Gaaffii namootaa qur'aanaan deebisuu.
🪵Bareedina qaama kiyyaatirra bareedina qalbii fi haalaa filatuu.
🪵Ilma namaa waan tahe hundaaf....
🍂kan obboleessa naaf ta'ee..obbolleettii ta'uu.
🍂kan abbaa naaf taheef.....ilma ta'uu
🍂Kan ilma naaf tahee akka haadhaatti isa tajaajiluun amala kiyya tahuu jaaladha.

#Hubachiisa....
🙈Kan akka bineensaatti na adamsuu dhufeefis waraanaan isa eega.
🪵Haallli kunniin haala kiyya tahuu jaaladha.....
👌Yoo haala akkanaa feete Aamiin jedhi....👇
🤲Rabbiin haalaa fi amala
keenna nuuf haa tolchu
🤲Gochaa fi jecha keenna nuuf haa tolchu
🤲Gubbaa keennas keessa keennas nuuf haa bareechu.
🤲🌜RAMADAANAAN RABBI NU HAA GAHU 🌛

🌹AAMIIN🌹

yoo sitti tole.....👇
Join share

https://t.me/alamudinabe45
Ramadaan


#Caaltuu_Baatii_maraa


✍Baatii ramadaanaa Caaltuu baatii maraa Kayiriin hundinuu Si keessa jiraa

✍Baatii qur'aanni Keessa buufamee Caalaan anbiyaa Keessa ergamee

✍Batiin ramaadaana Fuula as deebi'ee Rahmaan nu godhii Warra milkaa'ee

✍ Kheeyrii isaa irraa Namni hoonga'ee Hojiinsaa badee Bilaasha ta'ee

✍Gariin qoodnisaa Beelaafi dheebuu Rabbii isaa biraa Humaa hin qabuu

✍Waan laaftuu mitii Waggaa gahuunii Yooniif ilaalle Ija qalbiinii

✍Hiriyaan keenya Meeqatu godaanee Kan waggaa darbe Waliin soomannee

✍Hadhaafi abbaan Maatiin keenyallee Meeqaatamatu Nu biraa galee

✍Tola keen gooftaa Harraan nu geessee Galata kan kee Hin fixu ibsee
🥀°•JECHA_ANA_ANAA !

#Ana_Anaa tana namni qabdu of keessaa balleessi🙅

◇Namni waa hunda keessatti #Ana_Ana_Anatu beeka, Anatu isin caalaa Anatu Kararra isin kaaya jechaa oolu Xiqqaattulleee #System_Application isaaf ibliis walitti gala.

□ kiniinii 💊ibliis liqimsuun isaa hin shakkisiisu😁.

○ Nama akkasii dhiigni 🩸ibliis xiqqolle taatu keessa jira jedhan

#USTAAZ_IBSAA_HASAN

https://t.me/gaafiif_Deebii_Islaamic_channel
से पुनः पोस्ट किया:
𝗠𝘂̀'𝗲̂𝗲̂ 𝗕𝗮̂𝗮̂𝗹𝗲̂𝗲̂️❤️ avatar
𝗠𝘂̀'𝗲̂𝗲̂ 𝗕𝗮̂𝗮̂𝗹𝗲̂𝗲̂️❤️
Odeessa Ajaa'iba...😎

👉 Pireezidaantii Raashiyaa Puutiin fi Pireezidaantii Ameerkaa Donald Trump Abbootii irree Afrikaafi Abbootii qabeenya Afrikaa irraa dhukkee irraa kaasan. "Afrikaan Afrikaanotaaf iddoo awwaalchaa qofa jedhan"

👉 Pireezidaantii Donald Trump "Ani Warra hoggantoota Afrikaa jedhaman kana Nama ta'uu isaaniitu nan shakka" jadhan...😎

👉Puutiin ammoo Dureessi Afrikaa tokko

1.Maallaqa isaa Switzerland🇨🇭 ol kaawwata.
2.Wal'aansaaf 🇫🇷 France deema.
3.Jarmanitti🇩🇪 invest godha.
4.Meeshaalee chaayinaa 🇨🇳fi Duubaay irraa bita.
5.Sagadaaf Roomaa fi Makkaa deema.
6.Ijoollee isaa Awurooppaatti barsiifata.
7. Bashannanaaf 🇺🇸Ameerikaa fi 🇨🇦Kaanaadaa deema.

Gaafa du'ummoo biyya abbaa isaa fidanii awwaalu. Afrikaan Afrikaanotaaf iddoo awwaalchaa malee waan biraa miti. Bakki awwaalchaa ammoo akkamitti guddata...😎

👉 Pireezidaantii Falassxiin Mohammed Abbaas Afeerraa Gamtaa Afrikaan Finfinnee galaniiru.

👉 Pireezidaantii Yuukireen Afeerraa Gamtaa Afrikaa Finfinnee galaniiru. Magaalli guddittiin Oromiyaa Finfinneen keessummoota gara gara simachuun ibsame.

Dubbiin Puutiin fi Donald Trump kun abbootii irree fi Abbootii qabeenya raaseera...😎

Ammaaf kana waliif qoodaa walitti deebina!!
👇
!
Maatii keenya tahuu hin dagatinaa
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @muee_baale1
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
से पुनः पोस्ट किया:
𝗠𝘂̀'𝗲̂𝗲̂ 𝗕𝗮̂𝗮̂𝗹𝗲̂𝗲̂️❤️ avatar
𝗠𝘂̀'𝗲̂𝗲̂ 𝗕𝗮̂𝗮̂𝗹𝗲̂𝗲̂️❤️
🧹

𝑬𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒘𝒂𝒓𝒓a 𝒔𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒖𝒕𝒖 𝒈𝒂𝒂𝒇a <𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐆𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞,> 𝒔𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒖𝒕𝒖 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒂𝒕𝒊 𝒉𝒖𝒋𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒂𝒃𝒂𝒂𝒅𝒉𝒖🙌


.
से पुनः पोस्ट किया:
𝗠𝘂̀'𝗲̂𝗲̂ 𝗕𝗮̂𝗮̂𝗹𝗲̂𝗲̂️❤️ avatar
𝗠𝘂̀'𝗲̂𝗲̂ 𝗕𝗮̂𝗮̂𝗹𝗲̂𝗲̂️❤️
𝗡𝗮𝗯𝗶 𝗠𝘂𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱𝗶𝗶 (𝗦.𝗮.𝘄) 𝗳𝗶 𝗗𝗮𝗿𝗴𝗮𝗴𝗴𝗼𝗼𝘁𝗮…

𝗦𝗲𝗲𝗿𝗮𝗮𝗻 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝘀𝗶 𝗬𝗼𝗼𝗸𝗶𝗶𝗻 𝗨𝘀𝗶.

1. Ofiifuu Dargaggoo Turan. dargaggoota Jaalatus.

2. Namoonni isaan hordofan hedduun dargaggoota turan.

3. Ijoollee fi dargaggeeyyii cinatti dhiibanii bira dabranii hin beekan.

4. 𝙐𝙨𝙖𝙖𝙢𝙖𝙖𝙝 𝙄𝙗𝙣𝙪 𝙕𝙚𝙚𝙮𝙙 umrii waggaa 17tti hoogganaa waraanaa godhanii muudan.

5. 𝙈𝙪’𝙖𝙖𝙯 𝙄𝙗𝙣𝙪 𝙅𝙖𝙗𝙖𝙡 Umrii waggaa 27tti bulchaa biyya Yaman ta’ee Muudame.

6. Nabi Muhammad (S.A.W) ifa abdii boruu dargaggoota keessaan ilaalaa ofitti qabanii barsiisaa fi qopheessaa turan.

7. 𝐌𝐮𝐬’𝐚𝐚𝐛 𝐈𝐛𝐧 𝐔𝐦𝐞𝐞𝐲𝐫, ambaasaaddara islaamaa jalqabaa ta’ee Nabi Muhammadiin (S.A.W) kan filatame dargaggeessa ture.

8. 𝐈𝐛𝐧𝐮 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚𝐬 (r.a) gaafa Rasuulli du’an, ijoollee umrii 13 ture, waggoota muraasa booda garuu, Umar Ibnul Kaxxaab (R.a) gara Aangootti dhufe. Ibnu Abbaasiin walgahii Gurguddaan ummataa taa’u walakkaa kaa’atee wajjiin mari’ataa ture.

9. Gaafa Rasuulli Hijraa irra turanitti namni qooda guddaa taphate dargaggeeyyiidha ( 𝗔𝘀𝗺𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗔𝗯𝗱𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮𝗵). Nyaataa, dhugaatii fi odeeyfannoo dhiheessuudhaan)

10. Ajajoonni waraanaa Biyyoota akka Iiraaqi, Pershiyaa, Misri, Biyyoota Afrikaa Kaabaa fi Ispeeniin Harka kennachiisanii too’atan hedduun isaanii Umriin isaanii waggaa 40 gadi.

11. 𝗠𝘂𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱 𝗜𝗯𝗻 𝗤𝗮𝗮𝘀𝗶𝗺 gootni haga biyya Indiyaa dhagee magaalaa Sind qabate, dargaggeessa Umrii waggaa 17 ture. Ajajaa waraanaati.

12. Nabi Muhammad (S.A.W) dargaggoota ofitti maxaqsanii wajjiin bobbahaa turan. Tuffatanii yookiin Umriin isaanii hin geenye jedhanii ofirraa hin fageessine.

𝗪𝗮𝗹𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗗𝗵𝗶𝗵𝗲𝗲𝗻𝘆𝗶 𝗡𝗮𝗯𝗶 𝗠𝘂𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱 (𝗦.𝗔.𝗪) 𝗱𝗮𝗿𝗴𝗮𝗴𝗴𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘄𝗮𝗷𝗷𝗶𝗶𝗻 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗻 𝗸𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗼𝗹𝗶, 𝗡𝘂𝘁𝗶 𝘀𝗮𝗯𝗮𝗯𝗻𝗶 𝗸𝘂𝗳𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗿𝘂𝘂 𝗳𝗶 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗳𝗮𝗴𝗮𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗿𝘂𝘂𝗳, 𝗱𝗵𝗮𝗹𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗼𝗳𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗾𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗾𝗮𝗯𝗻𝘂 𝗼𝗳𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗺𝘂𝗿𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗻𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮.

𝗝𝘂𝗺’𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶 𝗤𝗮𝗯𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮.
👇
!
Maatii keenya tahuu hin dagatinaa
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @muee_baale1
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━

विकास

सदस्य
उद्धरण सूचकांक
एक पोस्ट का औसत दृश्य
एक विज्ञापन पोस्ट का औसत दृश्य
ER
ERR
02 FEB '2509 FEB '2516 FEB '2523 FEB '25

☪️🕋BARNOOTA DIINAL ISLAM🇵🇸 के लोकप्रिय पोस्ट

24.02.202521:09
✍ Halkan Ramadaana keessa hadha manaa wajjin walqunnamtii Sala raawwachuun ni ta'a
A. Dhugaa
B. Soba
C. A Fi B
D. Deebii hin qabu
02.02.202507:47
Guyyaan Kun dhufuuf taa'a.
=====================
Guyyaa tokko Rassuulli SAWﷺ akkana jechuun jibriil gaafate. yaa jibiriiloo Ati Eegaan ani asirraa deemee dachii tanarratti gadi ni buutaa.? jedheen

jibriiliis 《A S》 Ee niin bu'a jedheen
Rassuulli 《S A Wﷺ》Yaa jibiriil maal godhuuf buuta.? jedheen

Jibiriil A S Yaa Muhammad siboodaan ani gara dachiitti Yeroo Afuriin 4'n bu'a jedheen.
➊》Yeroon dura bu'u Walqixxummaa haqa dalaguun dachii tanarraa fuudha.
➋》Yeroon lammaffaa bu'u barakaadhaan dachii tanarraa fuudhuu bu'a.
➌》Yeroon sadaffaa bu'u Qaanfii (hayaan dhalaa irraa fuudhuuf bu'a.
➍》Yeroon Afraffaa bu'u Qur'aanaan Fuudhuu bu'a jedheen.
Akkasitti sayyidinaa jibriil yeroo kanaan bu'a jedhee himeefi.

Mee haa laalluu haalli nuti arra keessa jirru
Haqni walqixxummaan fuudhamte.
Barakaan fuudhamte.
Qaanfiin dhalaa irraa fuudhamte.
Qur'aana maqumaatu jira malee itti dalaguun dhiifamte

Yaarabbi khaatimaa nun balleeysin Yaa rahmaan

إننا في أخر الزمان رفعت العدل والحياء والبركة لم يبقى إلا القرآن الكريم، ،أللهم أرزقنا حسن الخاتمة يا رب العالمين

Yoo dubbiftee Xumurte Nabi Muhammad SAWﷺ Irratti salawaata buusi
Jazaa kee Rabbiitu Siif kafalaa
से पुनः पोस्ट किया:
𝗠𝘂̀'𝗲̂𝗲̂ 𝗕𝗮̂𝗮̂𝗹𝗲̂𝗲̂️❤️ avatar
𝗠𝘂̀'𝗲̂𝗲̂ 𝗕𝗮̂𝗮̂𝗹𝗲̂𝗲̂️❤️
15.02.202518:47
🧹

𝑬𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒘𝒂𝒓𝒓a 𝒔𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒖𝒕𝒖 𝒈𝒂𝒂𝒇a <𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐆𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞,> 𝒔𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒖𝒕𝒖 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒂𝒕𝒊 𝒉𝒖𝒋𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒂𝒃𝒂𝒂𝒅𝒉𝒖🙌


.
09.02.202504:49
HUBADHU!
▬▬▬▬▬▬▬
❏ AARIIN:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Fira nama dhabsiisa.
⁃ Sammuu jeeqa.
⁃ Qabeenya barbadeessa.
⁃ Badiif nama saaxila.
⁃ Du’aaf nama kenna.

❏ JIBBIINSI:
⁃ Walirraa nama fageessa.
⁃ Qofa galeessa nama taasisa.
⁃ Walitti dhufeenya booressa.
⁃ Dogongoraaf karaa bana.
⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.

❏ RAKKINNI:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Waan hin qabne si barsiisa.
⁃ Abdii si kutachiisa.
⁃ Obsa si fixachiisa.
⁃ Biyyarraa siin bada.

❏ OBSI:
⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.
⁃ Hamtuu irraa nama eega.
⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.
⁃ Amala qabeessa nama taasisa.
⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.
⁃ Sammuu namaa bal'isa.
⁃ Madaaluuf nama gargaara.
⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!
«KANAAFUU OBSA QABAADHU!»

❏ JAALALLI:
⁃ Gammachuu namaaf laata.
⁃ Waan gaarii nama yaachisa.
⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.
⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.
⁃ Galma qaqqabsiisa.
⁃ Bilisummaa yaadaa laata.
«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.»

   ➦ Gαℓαтσσмαα!!!
         Υєʀσσ Gααʀιι

@alamudinabe
02.02.202509:08
🫧Suuraa shamarranii Pp ykn profile irra kaahachuun akka islaamummaatti Hayyamamaa?

✓Bismillah
Ija shari'a tiin yoo ilaalle suuraa intala safuu hin qabne pp kee irratti kaa’uun kan hin hayyamamne dha yoo suuraan sun qaaama ishee agarseesiif dargagessa faattana waan ta'eef sababni isaas Islaamummaan uffannaa safuu kan ajajuu fi qaama ufii muli'su kan dhorkuudha

"وَلَا يُبْدِينَ زِينَتَهُنَّ إِلَّا مَا ظَهَرَ مِنْهَا(An-Nour: 31)

Kana jechuun dubartiin faaya ishee haguuggachuu qabdi malee daangaa seera qabeessa ta’een malee namoota birootti agarsiisuu dhiisuu qaba


Sheek Ibnu Uthaymeen fatwaa isaa tokko keessatti akkana jedhe:
“Suuraa dubartootaa yoo uffata qaaman hunda uffatanillee maxxansuun hin hayyamamu, sababni isaas sun namoota tokko tokko fattanu danda’a Kanaafuu, yoo qaaman qulla ta'e ammo maal ta’a ree? 👂

Kana jechuun siritti haraama 👣

Suuraan sun kan intala uffata safuu hin qabne uffatte yoo ta'e haraama sababiin isaas kallattiin waamicha of miidhagsuu fi hawwata ishee mul'isuuf waan ta'eef.karaa naazitti nama gessa waan ta'eef

Suuraan sun kan shamarree hijaaba uffatte yoo ta’ellee, akka seera Islaamaatti pp irratti kaa’uun naa Laala ykn akka namni bira itti fattanamuuf sabaab ta'a

Kanaafuu suuraa shamarree uffata safuu hin qabne uffatte pp irratti kaa’uun dhorkaadha, suuraa dubartootaa xiqqaa yoo ta’e illee gara fitna ykn naazitti fiduu danda’a irraa fagaachuun gaariidha.

Rabbi nuu mara haa tiksuu fitna hunda irra 🤲

🫧Mee hadiisa asiin gadii kana keessatti if laalaa shamarran hunduu👇

عن أبي هريرة رضي الله عنه، حيث قال النبي ﷺ:

"صنفانِ من أهلِ النارِ لم أرَهما: قومٌ معهم سِياطٌ كأذنابِ البقرِ يَضرِبونَ بها النَّاسَ، ونساءٌ كاسياتٌ عارياتٌ، مُمِيلاتٌ مائلاتٌ، رُءوسُهنَّ كأسنِمَةِ البُختِ المائِلةِ، لا يَدخُلنَ الجَنَّةَ، ولا يَجِدنَ ريحَها، وإنَّ ريحَها لَيوجَدُ مِن مسيرةِ كذا وكذا." (رواه مسلم، رقم 2128).

Abuu Hureeyraa irra Rabbiin irraa haa jaalatu, Nabiyyiin nagayaa fi rahmanni isatti haa jiraatu akkana jedhan:

“Uummata kiyya irra gosa lama ani hin argine: 1- namoota akka eege horii alangee ittiin nama reeban qaban fi akkasumas

2-dubartoota uffata uffatanii qullaa deeman naa argaa na arga jedha kan deeman mataa isaanii akka dallu gaalaatti ol dhaaban . Jannata hin seenan, urgooftuu ishees hin argan 🥹

, urgooftuu ishee kan argamu deemsa Wagga 50 booda .......akkasii fi akkasii irraa.”🥹🥹

(Muslimtu gabaase, Lakk. 2128).


Ibsa hadiisa kanaa:

1. “Ummata qaccee akka eege horii qabu, kan ittiin nama reeban.”

Namoota kunneen cunqursitootaa fi gabroomfatoota haqa malee namoota dararan, kan akka poolisoota ykn qondaaltota aangoo isaaniitti fayyadamanii jal’inaa fi cunqursaa raawwachuu jechuu dha.

2. “Dubartoota Uffata fi Qullaa” 🧕.


Kunis, uffata uffatu malee qaama isaanii hin haguugan, waan ufanni dhipha 🥻, cirama 🩱 waan ta'eef, ykn gabaabaa 💃waan ta’eef, kanaaf akka waan homaa hin haguugneetti ta’a.



3. “jajallata deemuu ( naa laalii jedhu )💃👠💄” .

Kana jechuun, amala isaaniitiinis ta’e uffata isaaniitiin, haala darbamuutiin( raafamu ) deemu ykn namoota biroo fattanamuuf fi naazitti ni gessu



4. “Mataan isaanii akka🐪 dallu gaala garagaltee( ol bahe mul'ata) "


Kana jechuun rifeensa isaanii ol kaasu ykn guddifatu akka qama gaala fakkaatutti, kunis akkaataa rifeensa har’a bal’inaan mul’atu tokko tokkoo wajjin wal fakkaata.



5. “Jannata hin seenan, urgooftuu ishees hin urgaa’an.”

Kana jechuun jalqaba Jannata seenuu irraa mulqamaniiru, bara baraan (Abad ) Jahannam keessa jiraachuun dirqama osoo hin taane, hanga cubbuu isaanii irraa qulqullaa’anitti gammachuu irraa mulqamu.




Murtii Shari'aa:

Hadiisni kun dubartoonni of mul’isuu fi uffata mul’isu akka hin uffanneef akeekkachiisa cimaadha, sababni isaas yoo towbaa deebi'u baatan Jannata irraa mulqamuuf sababa ta’uu waan danda’uuf. Kanaaf dubartiin muslimaa uffata Islaamaa qaama ishee haguugee fi qormaata hin fidnetti cichuu qabdi.

Nama hundaaf qajeelluma fi milkaa'ina rabbi kiyya kadhadha 🤲🤲

🥲🥹

✍.....ᖇE‌ŤꋬⱠ

https://t.me/gafiif
22.02.202505:18
13.02.202506:23
#Haala_gaarii

Mallattoo guutamiinsa namoomaa, keessaa tokko haala gaarii qabaatuu dha,

Ergamaan rabbii ﷺ Abu hureeyraa akkana jechuun dhaamaniif:-
فقال ﷺ: { يا أبا هريرة! عليك بحسن الخلق }
"Haalli gaarii qabaatuun sirratti haa jiraatu" Beyhaqituu gabaase

Ergamaan rabbii ﷺ akkana jedhan:- "Haala gaarii irra miizana irratti wanni ulfaatuu hin jiru"

Mallattoo lee haala gaarii

👉Nama waa saalfatu tahuu,
👉Dhugaa dubbatuu kijiba irraa fagaatuu,
👉Fuula diriiruu bashaasha tahuu,
👉Toltuu namaaf yaaduu,
👉Hamtuu namarraa qabatuu, 👉Dallansuu liqimsuu,
👉Obsa qabaatuu,
24.02.202518:34
Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhu

@ramadaanaaf guyyoota 4 qofatu hafe yaa rabbi itti nuun gahi

اللهم بلغنا رمضان وبارك لنا فيه وجعلنا
08.02.202504:17
Assalaamu Aleykum worahmatullaahi wobarqkaatuhu
08.02.202522:54
اللهم إني أسألك العفو والعافية في الدنيا والٱخرة، اللهم إني أسألك العفو والعافية في ديني ودنياي وأهلي ومالي، اللهم استر عوراتي وآمن روعاتي، اللهم إحفظني من بين بدي ومن خلفي وعن يميني وعن شمالي، ومن فوقي، وأعوذ بعظمتك أن أغتال من تحتي
06.02.202508:08
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
اللَهُمَّ صَلِّ وَسَلِمْ عَلى نبِيِّنَا مُحَمَّـد.ﷺ
https://t.me/gaafiif_Deebii_Islaamic_channel
24.02.202518:10
𝐖𝐚'𝐚𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐚𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦 𝐰𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐰𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

☑️𝐃𝐄𝐄𝐁𝐈𝐈


1//✅️Abu Bakar As-Siddiq
2//✅️Umar bin Al-Khattab (Al-Faruq )
3//✅️Usman bin Affan (Zun-Nurayn )
4//✅️Aliyi bin Abi Xalib
5//✅️ Xalha bin Ubaidillah
6//✅️ Zubeeir bin Awwaam
7//✅️ AbdurRahman bin Awaf
8//✅️Sa’d bin Abi Waqqas
9//✅️Sa’id ibn Zayd
10//✅️ Abu Ubeedillah Aamir bin Abdullah bin Al-Jarrah

Rabbi Imaana akka isaani nuuf haa kennu Aamiiiiiiiiiin🤲
24.02.202504:24
✍Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝

☑️ Gaaffi ?????

✍ Sahaaboota 10 Rasulli 🌹SallallaahuAleyhiiWasallaam🍀Jannataan Gammachisee osoo Addunyaa tanarraa jirani enyuu fa'aa???
23.02.202517:02
Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhu jama'aa @ramadaanaaf guyyoota 5 qofatu hafe mee yaa rabbi ittiin nu gahi yaa allaaaaah اللهم بلغنا رمضان وبارك لنا فيه
22.02.202519:35
☆☆☆﷽☆☆☆
#SALAATA..... ♡♡♡
🌹#Salaanni... manjafiqaada nama rabbitti amaneeti.
🌹#salaanni... tiisituu fayyaati.
🌹#salaanni dhiheessituu gabrichaati... gama rabbiititti.
🌹#salaanni dura gaafatamtuu gayyaa qiyaamaati.
🌹#salaanni olfuutuu darajaati.
🌹#salaanni qulqulleessituu qaamaa qalbiiti.
🌹#salaanni ibsituu fuulaati.
🌹#salaanni dhoorgituu hamtuu fi hammeenyaa.shiraa fi sharrii namatti yaaduurraa nama dhooggituudha....

©By Alamudin Abe
अधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।