خبرفوری

آهنگیفای

TrueCaller

Notcoin Community

Whale Chanel

Proxy MTProto | پروکسی

iRo Proxy | پروکسی

Findo Lucky

My Proxy | مای پروکسی

خبرفوری

آهنگیفای

TrueCaller

Notcoin Community

Whale Chanel

Proxy MTProto | پروکسی

iRo Proxy | پروکسی

Findo Lucky

My Proxy | مای پروکسی

خبرفوری

آهنگیفای

TrueCaller

𝗠𝘂̀'𝗲̂𝗲̂ 𝗕𝗮̂𝗮̂𝗹𝗲̂𝗲̂️❤️
👇👇👇 YouTube https://www.youtube.com/@Mueebaale1,
/>👇👇👇
Facebook https://www.facebook.com/muaaz.muee
/>👇👇👇 TikTok
tiktok.com/@muee_baale1
Maatii keenya tahuu hin dagatinaa🙏

TGlist रेटिंग
0
0
प्रकारसार्वजनिक
सत्यापन
असत्यापितविश्वसनीयता
अविश्वसनीयस्थान
भाषाअन्य
चैनल निर्माण की तिथिСерп 08, 2024
TGlist में जोड़ा गया
Груд 04, 2024संलग्न समूह

Faaya Diinii❤️❣️❤️
384
17.02.202518:16
√
Bareedumni Dhiiraa Areeda!
Bareedumni Dubartii hoo maali____?
.
Bareedumni Dhiiraa Areeda!
Bareedumni Dubartii hoo maali____?
.
02.02.202508:00
Akka bara Faranjiitti bara 1961 Biyya Maaleeziyaa Magaalaa Ku’aalaa Lumbuuriitti, Wal Dorgommiin Qur’aanaa Fi Azaanaa akka Idil Addunyaatti eegale.
Sagantaan guddaa fi seena-qabeessi kuni walakkaa jaarraatii ol addunyaa kana hundarra naanna’uu wajjiin biyyi keenya Itiyoophiyaan biyyi seenaa islaamaa keessatti jalqaba Qur’aana simachuub beekkamtu carraa tokko qofa bara 2022 argattee turte.
Kunoo carraa lammataallee Keessimmeessituu Sirna Baniinsa Wal Dorgommii Qur’aanaa Fi Azaana Idil Addunyaa qopheessitee guyyaa boruu gammachuu ililchuufi.
Biyyoota 60 irraa,dorgomtootaa fi keessummootni Idil Addunyaa 100 ol Itiyoophiyaa galanii jiru.
Biyya gaafa ganama Aduun Islaamaa adunyaaf as baatu akka qoma haadhaatti Sahaabota simattee ammatte, biyya Sahaabota gurguddoo akka Bilaal,haadha Usaamaa fi guddiftuu Nabi Muhammad ﷺ tan taate Ummu Eyman,Akkasuma mooticha dubbii isaa RABBIIN qur’aanaan dubbate Najjaashii (As-hamaa Bin Abjar) gumaata gumaata guddaa islamaaf kennite.
Biyya Ganaachaa fi shanacha Sulxaanota (Mootota) 14 afurii oliin biyya kana islaamaan bulchaa turte.
Biyya Imaamu Ahmad Bin Ibraahiim Al-Ghaazii,Biyya Mooticha Abbaa Jifaar…
Biyya ulamoota gurguddaa akka Sheikh Muhammad Alii Aadam Walloo,Sheikh Muhammad Amaan Al-Jaamii,Dr Abdushakuur Al-Aruusii,Sheikh Muhammad Amiin Karroo,warroota kitaabota hundee islaamaa barsiisanii fi kitaaba seenaa islaamaa keessatti barreeffamee hin beekne barreessan addunyaaf laatan gumaachitee dha.
Akka haqaa fi seenaa isiitiif galataa fi gatii gita isii gitu hin arganne. Dadhabina ummata isiitii fi Mootota irree isii bulleessaa har’a gahaniin walitti dabalamee baay’inaan Mil. 70 jala osoo geessu awwaalamte.
Galata RABBII ifaan bara meeqa dhaame har’a ifuu eegaleera.
Kaleessa ofii wallaaluun boruu ofii awwaaluu dha.".
👇
!
Maatii keenya tahuu hin dagatinaa
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
@muee_baale1

15.02.202518:45
🧹
𝑬𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒘𝒂𝒓𝒓a 𝒔𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒖𝒕𝒖 𝒈𝒂𝒂𝒇a <𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐆𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞,> 𝒔𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒖𝒕𝒖 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒂𝒕𝒊 𝒉𝒖𝒋𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒂𝒃𝒂𝒂𝒅𝒉𝒖🙌

16.02.202504:23
Odeessa Ajaa'iba...😎
👉 Pireezidaantii Raashiyaa Puutiin fi Pireezidaantii Ameerkaa Donald Trump Abbootii irree Afrikaafi Abbootii qabeenya Afrikaa irraa dhukkee irraa kaasan. "Afrikaan Afrikaanotaaf iddoo awwaalchaa qofa jedhan"
👉 Pireezidaantii Donald Trump "Ani Warra hoggantoota Afrikaa jedhaman kana Nama ta'uu isaaniitu nan shakka" jadhan...😎
👉Puutiin ammoo Dureessi Afrikaa tokko
1.Maallaqa isaa Switzerland🇨🇭 ol kaawwata.
2.Wal'aansaaf 🇫🇷 France deema.
3.Jarmanitti🇩🇪 invest godha.
4.Meeshaalee chaayinaa 🇨🇳fi Duubaay irraa bita.
5.Sagadaaf Roomaa fi Makkaa deema.
6.Ijoollee isaa Awurooppaatti barsiifata.
7. Bashannanaaf 🇺🇸Ameerikaa fi 🇨🇦Kaanaadaa deema.
Gaafa du'ummoo biyya abbaa isaa fidanii awwaalu. Afrikaan Afrikaanotaaf iddoo awwaalchaa malee waan biraa miti. Bakki awwaalchaa ammoo akkamitti guddata...😎
👉 Pireezidaantii Falassxiin Mohammed Abbaas Afeerraa Gamtaa Afrikaan Finfinnee galaniiru.
👉 Pireezidaantii Yuukireen Afeerraa Gamtaa Afrikaa Finfinnee galaniiru. Magaalli guddittiin Oromiyaa Finfinneen keessummoota gara gara simachuun ibsame.
Dubbiin Puutiin fi Donald Trump kun abbootii irree fi Abbootii qabeenya raaseera...😎
Ammaaf kana waliif qoodaa walitti deebina!!

20.02.202505:19
Si Hin Dhiisan…
“ Samiin maaf akkanatti bareeddi “ jennaan ;” Ilma namaatu irra hin jiraanne “ jedhan…
Ilma namaa moo!?
🌴 Imaamu Ahmadiin akkana jedhanii gaafatan;” Ilma namaa irraa akkamitti nagaya bahuun danda’ama !?” Jennaan, ;” Kennuufi malee irraa fudhatuu irraa fagaadhu…Yoo jarri si rakkisan deebiftee rakkisuu irraa baqadhu… dhimma isaanii baasiif malee akka dhimma kee siif baasan irra hin eegin… “ jennaan “ Yaa Imaama! Akki kuni ni ulfaata “ jennaan “ Akkasittuu mee nagaya bahi “ jedhaniin…
Ilmi namaa hedduun jireenya ofii caala,jiruu namaa keessa jiraata,akka sar**ee raqa hundarraa duta,akka tiitichaa xurii fi madaa hundarra taa’a.
Homa feete taatu sin dhiisan…
Yoo ati masjida deemuu heddummeessite… kuni muxawwaa dha jedhu.
Yoo ati Hoteela deemtes,kuni durriyyee dha jedhu.
Yoo ati haadha warraa keetiin mari’atte,kuni jaartiin hoogganama jedhan.
Yoo ati isiin mari’atuu dhiifte,kuni jaartii isaa tuffata jedhu.
Yoo ati gabbatte hin yaadu jedhu.
Yoo ati qal’atte dhibee qaba jedhu.
Yoo ati hiyyoomatte hojii hin beeku jedhu.
Yoo ati duroomte waa qaba jedhu.
Yoo ati arjoomte qabeenya qabatuu hin beeku jedhu.
Yoo ati qusatte kan harka goggogaa (Donya,bakhiila) jedhu.
Yoo ati nama gaarii taates sin dhiisan
Yoo ati badaa namaa taates sin dhiisan!
Yoo hanqinaa fi dogoggora ittiin si xureessan dhaban; ofumaaf uumanii sitti laaqu!
Kanaaf wanti nama hedduu Ibidda Jahannamitti gangalchu “ ARRABA 👅 tahe”
“ Namni obboleessa isaa waan inni hin qabneen tuqe; RABBIIN dhoqqee (dhangala’aa warra jahannamirra bahu) keessa isa galcha,hanga inni waan jedhe irraa qulqullaa’utti “ jedhan Nabi Muhammad
صلى الله عليه وسلم
Sammuu dhimma namaa qofaan duute,tan dhii**ga ilma namaa dhugaa ooltu RABBIIN nun taasisin.

25.01.202521:06
<
✔️
𝐵𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑜𝑜𝑙𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎
𝑏𝑎𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑏𝑢𝑙𝑎𝑛 𝑤𝑎𝑦𝑦𝑎!!!
❗
✔️
𝐵𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑜𝑜𝑙𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎
𝑏𝑎𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑏𝑢𝑙𝑎𝑛 𝑤𝑎𝑦𝑦𝑎!!!
❗
25.01.202521:06
👉 Hattoota kophee masjidarraa nama jalaa hataniif dhaamsa gabaabaa....biraan naaf gahaa.
✍ Akkuma beekkamu kophee masjidatti nama jalaa hatuu jechuun, karaa biraatiin keeyrii irraa nama baqachiisuu fi karaa Rabbii irraa nama deebisuu jedhama.
✍ Hattuun kopheedhaa qajeelatti duula muslimtootatti godhaa jira jechuudha... (Mana Rabbii hin seeninaa, masjida deemtanii hin salaatinaa jechaa jira).
✍ Nama meeqatu Sababa daasni ykn kopheen isaa jalaa badeef jecha salaata Masjidaa dhiise... gariin isaa inumaa isaa reef towbatee ganaa gara Masjidaa dhufaa jiruu yoo kopheen jalaa hatamu.... bakka isaatti deebi'uuf galgala sanillee hin eegu... 😁
✍ Nama masjidatti azaa godhuun, qajeelatti Masjidaan loluu jechuudha... kanaafuu wantoonni akkanaa kunniin, itti yaadameefii yaadamuu baatus, masjida irraa wal dhoorkuu jedhama.
Rabbiin qur'aana isaa kabajamaa keessatti akkana nuun jedha:
﴿وَمَن أَظلَمُ مِمَّن مَنَعَ مَساجِدَ اللَّهِ أَن يُذكَرَ فيهَا اسمُهُ وَسَعى في خَرابِها أُولئِكَ ما كانَ لَهُم أَن يَدخُلوها إِلّا خائِفينَ لَهُم فِي الدُّنيا خِزيٌ وَلَهُم فِي الآخِرَةِ عَذابٌ عَظيمٌ﴾
"Nama akka maqaan Rabbii masjida keessatti hin dubbatamneef jecha, masjidarraa nama deebise caalaa, namni lubbuu ufii miidhe hin jiru...."
Akka Ibnu_Kasiir(Rahimahullaah) filatetti, Aayata kana kan itti baaname ijaarsa keessaati malee ijaarsa mukaa miti. fkn: itti salaatuu, zikrii keessatti godhuu fi ilmii keessatti baruudhaan. As keessa ijaarsi mukaas inuma seena, garuu ijaarsa keessaattu irra caala.
✍ Namichaan kophee masjidaa hatus, Aayata tana keessatti gahee guddaa qaba. gochi isaa Kuni, masjida irraa deebisuu fi masjida onsuu/qullaa hanbisuu uf keessaa qaba.
✍ Dalagaan isaa tuni dirree nageenyaa fi tasgabbiin beekkamte, dirree qulqullinnaa gara dirree dilii fi zulmiitti geeddaruudha.
👇👇👇 YouTube https://www.youtube.com/@Mueebaale1,
👇👇👇 Telegram
https://t.me/muee_baale1
👇👇👇
Facebook https://www.facebook.com/muaaz.muee
👇👇👇 TikTok
tiktok.com/@muee_baale1
👇👇👇 Whatsapp
https://whatsapp.com/channel/0029Vb4Kz29EFeXmXUAEyq2u

18.02.202519:08
https://vm.tiktok.com/ZMk7au2vT/
Yey warri Kun kallattii kanaan seenaa mee waa ilaaltuu 🙏 kabajamtoota koo

31.01.202510:05
Eennutu yaadata ? Bara afaan tokkoon sochoonu San !!!
अधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।