#Kaayyoodhugaa1
Qeerroo fi qarreef
1. Osoo cabdee jirtuu, bifa suukaneessaa keessa jirtuu, miira gaddisiisaa keessa jirtuu fi yeroo jireenyi kee jeequmsa keessa jiruutti hin jaallatin. Dursa jireenya kee sirnaan qabadhu.
2. Hojii idilee qopheessi. Guyyaa hunda sa'aatii Halkan 5:00 tti rafii, ganama sa'aatii 1:00 AM irratti dammaqi.
3. Guyyaan daqiiqaa 60 dubbisi, barreessi waan hubatte xiinxaluun dabarsi.
4. Ogummaa galii guddaa qabu kan ji'atti $10k+ siif argamsiisu baradhu.
5. Waan gatii salphaa ari'uu dhiisi. Gammachuu caalaa waan barbaachisaa ta'eef dursa kenni.
6. Jabaatanii turuuf yoo xiqqaate guyyaatti pushup 200 fi squats 100 rukuti. Akkasumas namoota %97 caalaa fayyaa taata.
7. Ganama bishaan qorraa tokko Shower fudhachuun amala kee ijaari.
8. Intarneetii madda galii keessanii godhi. Maallaqa argachuuf carraawwan dhuma hin qabne jiru.
9. Jireenya keetif itti gaafatamummaa 100% fudhadhu malee haala ykn nama kamiyyuu gonkumaa hin komatin.
10. Fayyaa keessan fooyyessuuf pirootiinii, fuduraalee haaraa fi bishaan liitira lama nyaata guyyaa guyyaa keessan keessatti hammadhu.
11. Namoota sochii godhanii fi jireenya gaarii jiraachuu hawwan waliin jiraadhu. Gareen keessan wal hamannaa, wal komannaa, wal hinaaffaa hin qaban.
12. Uffata gaarii, urgooftuu gaarii irratti invast godhaa, akkaataa itti haasa'anis baradhaa. Milkaa'ina kee %94n ni guddifta.
13. Uumama waliin michuu ta'i, guyyaatti tarkaanfii 10,000 deemuun sammuu kee qulqulleessi, miira kee guddisi fi dandeettii kalaqaa kee argadhu.
14. Namoota fedhii isaanii qofaaf kan kee caalaa dursa kennan irraa fagaadhu . Isaan duubatti deebi'iinsa keef isa guddaadha.
15. Caatii, poornoogiraafii fi dhugaatii alkoolii dhiisuuf qaroo ta'i. Isaanis yaada namaa kan jeeqan kan hamaa kee ol kaasan, afaan si hidhu, akka dhiphinnis sitti dhagahamu kan godhaniidha.
━━━━━━━━━━━
Share & Like 👍