Beekkumsa walii galaa📖
☞Channel Kanarra Waantoota Argattan
💥Beekumsa Walii Galaa
💥Odeeffannoo Barnootaa
💥Kubbaa⚽️
💥Dhimma Fayyaa🩺
💥Seenaa Durii📷
💥Seenaa Hayyootaa
💥Addunyaa Guutuu🌍
💥Kana Beektu laata
💥Dhugaawwan dinqisiisoo
💥Xapha sammuu🧠
💥Beekumsa Walii Galaa
💥Odeeffannoo Barnootaa
💥Kubbaa⚽️
💥Dhimma Fayyaa🩺
💥Seenaa Durii📷
💥Seenaa Hayyootaa
💥Addunyaa Guutuu🌍
💥Kana Beektu laata
💥Dhugaawwan dinqisiisoo
💥Xapha sammuu🧠
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verifiedTrust
Not trustedLocation
LanguageOther
Channel creation dateNov 21, 2024
Added to TGlist
Apr 04, 2025Linked chat
Latest posts in group "Beekkumsa walii galaa📖"
18.05.202506:52
Chaayinaan dhukaasa haaraa maayikirooweevii jedhamu uumte.dhukaasni kuni osoo adda hin kutiin si'a 10000 dhukaasuun battalatti diroonii fi saatalayitii dhabamsiisa!
Join
@Beekkumsa_walii_galaa
Join
@Beekkumsa_walii_galaa

17.05.202514:51
Jaalala
Akka Saayinsiin jedhuutti Hiriyoonni Jalaallee lamaan yeroo hundaa Guyyaatti haga Daqiiqaa 10 waliin kolfaan dabarsuu taanan 75% Carraa haga dhumaatti waliin turuu (wal fuudhuu) Qabaatu ..
Jalaallewwam maatii @beekkumsa_walii_galaa yeroo kessaan hedduu waliin kolfuun dabarsaa!!😍

16.05.202510:41
Kana beektu?
Moonaliizaan nyaara akka hin qabne beektu? 😊

https://t.me/beekkumsa_walii_galaa

15.05.202512:23
Haati Cristiano Ronaldo yeroo inni garaa keessa jiru ofiraa baasuuf kaate😭 ajaa'iba‼️
Deleted15.05.202515:12
15.05.202508:03
Video nama kofachiswu ni bowarwuu barbaduu maree funny iddoo jedhuu tuqaa kolaafaa

14.05.202520:42
Kana beektuu laata?
*****
Gaalaaksii Andiroomeedaa, Messier 31 ykn M31 jedhamuunis kan beekamu, galaaksii guddaa Milkii Weey keenyaatti dhihoo ta'ee fi bara ifaa miliyoona 2.5 fagaatee argamuudha.
Waggaa 4000 dura Gaalaaksii kana kan argate durba Itoophiyaa maqaan ishee #Andiroomeedaa jedhamtu yoo tahu,isheenis intala mootii #Seefuyuusii fi giiftii #Kaasooppiyaa ti.
🥇JOIN ❤️👍

14.05.202518:26
#Saatarnii
• Moggaasni roomaanota durii biratti ”waaqa qonnaa” jedhamuun yaamama.
• Pilaaneetii aduurraa jahaffaarratti argamuudha.
• Pilaaneetii guddinaan 2ffaa irratti argamuudha.
Addeessota 82 qaba.
• Saatarniin teleskooppiin osoo hin
hojjataminiin duratti beekamti.
• Teleskooppiin alatti pilaaneetii lafarraa mul’atan
keessaa isa dhumaati. Qubeellaawwan saatarnii
garuu teleskooppiin malee hin mul’atan.
• Qubeellaawwan saatarnii yeroo jalqabaaf
saayintiistii Gaalaaliyoo Gaaliliitiin bara 1610
teleskooppiin mul’ifame.
• Pilaaneetii gaasawoodha. Baay’inaan
haaydiroojiiniifi hiiliyamii irraa tolfamte.

13.05.202513:31
Ajaa'iba‼️
★Qurxummiin🐟 Oyistiir jedhɑmu gɑɑfɑ wɑlqunnɑmtii gochuu bɑrbɑɑdu sɑɑlɑ isɑɑ gɑrɑ fedhetti ni jijjiirrɑtɑ.
JOIN 👇JOIN
@Beekkumsa_walii_galaa
★Qurxummiin🐟 Oyistiir jedhɑmu gɑɑfɑ wɑlqunnɑmtii gochuu bɑrbɑɑdu sɑɑlɑ isɑɑ gɑrɑ fedhetti ni jijjiirrɑtɑ.
JOIN 👇JOIN
@Beekkumsa_walii_galaa
11.05.202519:14
Kana beektuu ❓
Akka kalaandarii Awurooppaatti bara 1925tti taphattoonni teenisii lama Glady Ragg fi Luan Unger jedhaman baallee xiyyaaraa irratti haala adda ta'een teenisii taphataniiru. Wanti nama hawwatu osoo xiyyaarri balali'uu teenisii taphachuu isaaniiti😳🔥

11.05.202513:56
#Kolfa (😂😂😂)
*********
1. Keemikaala <strike>ENDORPHINS</strike> jedhamu kan qaama keessaa kan yeroo kolfinu gadhiifamu qaamni keenya akka nutti toluu fi waantootaa karaa sirrii <strike>(positive)</strike> ta'een akka ilaallu nu taasisa.
2. Dhiphina sammuu <strike>(stress)</strike> nurraa fageessuudhaan dhukkuba sababa dhiphina sammuun dhufan akka dhukkuba onnee, sukkaaraa, garaachaa, Alzheimer's fi kkf nurraa dhorka.
3. Namoota biroo naannoo keenya jiran waa'ee keenya salphaatti akka hubatanii fi nutti dhiyaatan taasisa. Namaan hubatamuuf namatti dhiyaachuun ammoo haala hundaan nama gargaara.
4. Seequun/kolfuun ni daddarba, namoonni naannoo keenya jiran yoo nuti seeqnu/kolfinu isaanis itti fufu... kanaaf faayidaa sana hunda isaanis ni argatu.
5. Dhukkubbii qaamaa (pain) qaama keenya keessaa jiran utuu qoricha hin fudhatiin balleessuuf fayyada.
6. Umuriin keenya deemus yoo yeroo mara kolfine akka qaamni keenya umurii waliin hin dulloomneef gargaara.
*********
#Beekuun_Gaariidha
❤️JOIN
❤️JOIN
@beekkumsa_walii_galaa

11.05.202509:29
KANA BEEKTU LAATA ❓️
★Triangle Barmuudaa (Bermuda Triangle)
→ Naannoon kun Galaana Atlantiikii Kaabaa keessatti argama, bakka Florda, Barmuudaafi Puerto Rico walitti qabatanitti. Seenaa keessatti, xiyyaaronnifi dooniiwwan hedduun naannoo kana keessatti badaniiru ykn haala hin beekamneen dhuman jedhamee amanama. Sababiin isaa maaliif akka ta'e hin beekamu. Teorootota gargaaran keessaa tokko haalli qilleensaa ykn magnetic anomaly ta'uu danda'a jedhan.

11.05.202508:13
Kana beektu laata ❓️
Hɑntuunni lɑgɑɑ ji’ootɑ 18 keessɑtti hɑntuutni 2 qofti firɑ miiliyoonɑ 1 ni horɑtti.
Hɑntuunni lɑgɑɑ ji’ootɑ 18 keessɑtti hɑntuutni 2 qofti firɑ miiliyoonɑ 1 ni horɑtti.
Deleted15.05.202515:12
10.05.202516:40
𝗙𝗮𝗺𝗶𝗹𝘆 𝗵𝗮𝗿'𝗮 𝗴𝗮𝗹𝗴𝗮𝗹𝗮𝗮 𝘀𝗮'𝗮𝗮 3:30𝘁𝘁𝗶 𝗰𝗵𝗮𝗻𝗻𝗮𝗹𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮 @KANA_BEKTUU3
@KANA_BEKTUU3 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗚𝗜𝗩𝗘 𝗔𝗪𝗔𝗬 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗶𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗲𝘀𝘀𝗶𝗻𝗲𝗲 𝗷𝗶𝗿𝗮 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗶𝗶 𝗸𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮𝗻 𝗷𝗼𝗶𝗻 𝗴𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗵𝗶𝗿𝗺𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮
𝗚𝗜𝗩𝗘 𝗔𝗪𝗔𝗬 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗵𝗶𝗿𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗻𝗮 𝗷𝗼𝗶𝗻 𝗴𝗼𝗱𝗵𝗮𝗮👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@KANA_BEKTUU3

10.05.202514:28
Kana beektu laata ❓️ 😋
Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf adabbiin du'aa (death penality) akka hafu labsite biyya - Venezuweelaa

08.05.202520:00
Waa'ee ULFAA fi DA'UMSAA kana beektuu laata?
********
1. Dubartiin tokko yeroo ulfaa ulfaatinni ishii kan duraa irratti Kg 8-12 ni dabala.
2. Qabiyyeen (volume) dhiiga ishii kan duraa irra dhibbeentaa 40 - 50 (40% - 50%) ni dabala.
3. Dha'annaan onnee ishii haga duraa irra daqiiqaatti 10 - 15 ni dabala.
4. Sochiin mucaa gadameessa keessaa erga ulfaa'amee ji'a 4 - 5 tti eegala.
5. Mucaan garaa keessa jiru/tu guyyaatti yoo xiqqaate si'a 12 socho'a/ti.
6. Ulfaatinni obbaatii (placenta) 1/6 ffaa ulfaatina mucaati.
7. Dubartiin tokko erga deessee, madaan qaama hormaata isheerra hin jiru tanaan yeroo kamittuu walqunnamtii saalaa rawwachuu dandeessi (gama fayyaatiin).
8. Dubartiin tokko erga desseen ykn erga irraa baheen booda yoo harma hoosisuu baatte, torban 3 - 4 keessatti ulfa'uu dandeessi.
9. Harma hossisuun ulfa itti aanu ittisuuf ni gargaara (Garuu ulfa ittisuuf ga'aa ta'uuf sirriitti hoosisuu qabdi).
******
Fayyaan Faaya
Dr. Gurmeessaa H.

Records
19.05.202523:59
595Subscribers20.04.202513:12
300Citation index30.04.202523:59
390Average views per post15.05.202521:10
194Average views per ad post09.04.202518:10
166.67%ER30.04.202523:59
71.56%ERRLog in to unlock more functionality.