Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Sasseeqa media 🤣😅😂 avatar

Sasseeqa media 🤣😅😂

the laughter is beautiful
https://t.me/+9cKKedPX7eU0YmZk
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verified
Trust
Not trusted
Location
LanguageOther
Channel creation dateSep 14, 2021
Added to TGlist
Mar 12, 2025
Linked chat

Records

25.04.202523:59
237Subscribers
22.01.202523:59
0Citation index
22.03.202501:43
189Average views per post
20.02.202502:42
11Average views per ad post
02.04.202523:59
31.25%ER
21.03.202523:59
84.38%ERR
Subscribers
Citation index
Avg views per post
Avg views per ad post
ER
ERR
FEB '25MAR '25APR '25MAY '25

Popular posts Sasseeqa media 🤣😅😂

25.04.202517:35
Like'n keessan maaf akka Jimaa ji'a darbee sanitti natti qaalawaa👀🤔
25.04.202516:32
"Nama guddaa wajjiin ooluun nama guddaa nama gooti" jechuu tana joolleen zamana kanaa feemasaa wajjiin oolutti fassaratte fakkaata. 🙌😂

Dhaloota sammuun dhangaggooyte kana! 😂
18.04.202516:36
Fuudhee hin beeku garuu haadha manaa amaloota armaan gadii qabdu argachuun carroomuudha👇🏽

1. Haadha manaa yeroo ati bakka hojii keetiitii galtu, akka nama utuu sin argin yeroo dheeraa tureetti hammattee si dubbistu.😚

2. Haadha manaa yeroo ati keessummaa fuutee manatti galtu, fuula ifaadhaan gammaddee simattu🥰

3. Kan yeroo ati dadhabdee utuu hin kadhatin raftu, harka ishee mataa keerra keessee siif kadhattu😔

4. Haadha manaa akka carraa walitti buutanii ykn wal loltanii, Daqiiqaa tokko booda sin jaalladha jettee garaa si raastu😢

5. Haadha manaa yeroo qarshiin sirka jiru si jaallaattee, gaafa ati dhabdus sin jibbine😕

6. Haadha manaa yeroo ati qarshii kuma 3 itti laattu gammaddee, yeroo ati qarshii dhibba 3 itti laattu hin aarre😤

7. Haadha manaa qabeenya irratti hunduuftee sin jaallanne.👐🏽

8. Haadha manaa nama hamachuu hin beekne🥱

9. Haadha manaa yeroo ati uffata ykn kophee bituufii suuqii wajjin deemtu, kan filaannoo hin baayyisne.🤦🏽‍♂️

10. Haadha manaa Rabbii sodaattu
11. Real Madrid daggaafi kan tate
18.04.202513:41
#Kaayyoodhugaa1

Masiilaalii kana irraa Gadii hin bu'iin ni kuftaati
Namni asumatti dhaabbatte badhaasa qaba😏
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬na dhageessa osoon Hin yaabiin siin jedhu maalif Gadi dhuftee??
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬ Heloo dhiisii siin jechaa jiraa bar
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═
╬═╬Dhaabbadhu!!! Kana Gadi Hin Darbiin
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬Tole!! Erga Diddee Gadi Bu'ii
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬ Tole jechuu Diddee ammas Gadii Bu'aa jirta?
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬Kana booda lammataa sitti hin himu
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬. Carraa dhumaa siif kenne Gad hin bu'iin
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬ Maaloo na dhagahii
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬Gurrii kee Hin dhagahuu asumatti dhaabbadhu pls
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬ Asumatti dhaabbadhu lakkii?
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬....Na aarsa jirta bar
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬Ammas Gad bu'aa jirta?
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬Carraa dhumaa lammaffaa siifan kenna Asumatti dhaabbadhu
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬
╬═╬

As Geessee? maal seete yoo Daandii sirrii hin taane irraa deemaa jiraattee namnii dhiisii yeroo siin jedhuu dhiisi Gorsa namaa diddee miidhaa Cimaaf saaxilaamuu dandeessati
Yeroo namnii si Gorsu anatuu caalaa dhiisii, gorsa namaa fudhadhu.
Nagaan Buli

Maxxansa waggaa 6 duraati

Yoo fudhattee maxxansuu barbaadde Madda Tuqi!

@Kaayyoodhugaa1
Log in to unlock more functionality.