Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
KANA BEEKTUU avatar

KANA BEEKTUU

On this channel
👉 Free internet
👉🏻 You will learn about Crypto and ways to earn money
👉🏻You will learn about Airdrop And Tech
👉🏻 You will find various prize competitions
TGlist 评分
0
0
类型公开
验证
未验证
可信度
不可靠
位置
语言其他
频道创建日期Лист 04, 2024
添加到 TGlist 的日期
Груд 25, 2024
关联群组

"KANA BEEKTUU" 群组最新帖子

转发自:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!!😂👇👇

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719
Kana beektuu ⁉️

Akka tasaa osoo qarshii biyya Awostiraliya(Australia) Dollara $10 bakka lamatti kuttee gartokke isa akka Dollar $5 tti fayyadamu dandessu.😁

Share
@facts_for_you12
Share
@facts_for_you12

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ
Kana beektuu❓

✔️Addunyaa kanarra yoo xiqqaate namoonni sirritti si fakkaatan 6 tu jiru. Jireenya kee keessatti isaan keessaa tokkoon wal arguuf carraan %9 qabda.

✔️Dheerinni nama tokkoo abbaa isaatiin, ulfaatinni isaas haadha isaatiin murtaa'a.

✔️Guyyaatti sa'aatii 11 ol yoo teesse waggoota 3 dhufan keessatti carraan du'uu kee %50 dha.

Odeeffannoo akkanaatif ❤️ tuquun nu deggaraa.

Share @facts_for_you12
Share
@facts_for_you12

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👙 Shamarreen tokko qullaa ishee taate osoo viidiyoo hojjettee gadhiistee daqiiqa 10tti like 1000 🙊 ol argatti 😡

Mee haadha garraami kanaaf reaction meeqatu mala..... 🥰❤️

Share
@facts_for_you12
Share
@facts_for_you12

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Kana beektuu ❓

♣️Namni tokko giddu galeessaan Wagga 3 umurii isaa keessaa mana fincaaniitti dabarsa.

⚡React gochuummoo hin dadhabiinaa gaa🥺

Share
@facts_for_you12
Share
@facts_for_you12

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Akka qorannoowwan tokko tokko agarsiisanitti, comediyaanonni  fi namoonni nama  kofalchiisu danda'an namoota biroo caalaa dhiphina sammuu qabu!


Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Kana beektuu❓

Guyyaa 3 ol dukkana guutuu keessatti yoo dabarsite dhaabbataadhaan jaamuu dandeessa.😱


Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Kana beektuu❓

✅ Dhuufu dhuufun fayyaa namaaf bu'a qabeessadha..... namni dhuufu dhuufu tokko qaama isaaf nyaata madaalawa barbaachisu argachuu isaa mul'isa..... bara 2020ti qorannoon gaggeefame tokko akka agarsiisutti jaalalleewwan yeroo waliin ta'an dhuufu dhuufan ykn ammoo inni dhiiraa ishee dubara biratti ykn isheen dubaraa isa dhiiraa biratti dhuufu dhuufuuf hin saalfatu/ttu yoo ta'e jaalalli isaanii kun umurii dheeraa qabaachu danda'a!!......... 🤩

"Couples that fart together stay together" 😀


☕︎𝙊𝙙𝙚𝙚𝙛𝙛𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖 𝙮𝙚𝙧𝙤𝙤 𝙮𝙚𝙧𝙤𝙤𝙣 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪𝙛 𝙠𝙖𝙧𝙖𝙖
@facts_for_you21 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙣𝙪 𝙝𝙤𝙧𝙙𝙤𝙛𝙖𝙖!
Yeroo baay'ee namoonni gara mana fincaanii gaafa deeman bilbila harkaa isaanii qabatanii deemu, kanaaf jecha yeroo dheera achi keessatti dabarsu. Gochi kun garuu, fayyaa nama irratti dhiibbaa guddaa qaba!!

Ayyaana gaarii!! Lafa nagaa oola!! 🙌🏼

⚡Join
@facts_for_you12🔔
💎GIVE AWAY NI BARBAADDUU?
Kana beektuu?

Areeda guutu ykn bareedaa ta'e argachuuf waggaa 1f walqunnamtii saalaa irraa of qusachuu qabda


Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
已删除30.03.202504:47
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
Kana beektuu⁉️

🧒 Daa'ima  Joorji Maariyoo Bergoglio umurii isaa waggaa 12 tokkotu intala naannoo isaa jiraattu irraa jaalalaan qabamee, akkas jedhedheen👇

🗣️"yookaan sin fuudha yookaan immoo qeesiin (luba) ta'a!" Jedheen. Isheen garuu tole jechuu hin dandeenye , sana booda mucaan Kun akkuma jedhe
Qeesii ( luba ) addunyaa kanaa isa jalqabaa "Phaaphaasii Firaansis" ta'e!🥲


Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
已删除30.03.202504:47
Namoonni gaaffii beekumsa kubbaa  barbaaddan deemaa irratti hirmaadha channel afaan oromoo bareedaa.
👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/dambalii_ispoorti/754
https://t.me/dambalii_ispoorti/754
👷 Addunyaa kana keessatti miseensonni garee shororkeessummaa 75% injinaroota digirii tokkoffaa qaban kanneen barnoota booda hojii dhabanidha😃


Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

记录

20.04.202523:59
3.4K订阅者
01.04.202523:59
700引用指数
12.03.202506:31
204每帖平均覆盖率
12.03.202506:31
220广告帖子的平均覆盖率
06.03.202501:36
500.00%ER
04.03.202513:54
12.92%ERR
订阅者
引用指数
每篇帖子的浏览量
每个广告帖子的浏览量
ER
ERR
СІЧ '25ЛЮТ '25БЕР '25КВІТ '25
登录以解锁更多功能。