Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Инсайдер UA
Инсайдер UA
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Инсайдер UA
Инсайдер UA
BAACOO BARSIISOO avatar

BAACOO BARSIISOO

Contact me @daboetana
TGlist 评分
0
0
类型公开
验证
未验证
可信度
不可靠
位置
语言其他
频道创建日期Nov 26, 2024
添加到 TGlist 的日期
Dec 25, 2024
关联群组

记录

13.05.202523:59
1.1K订阅者
19.04.202515:24
600引用指数
25.01.202523:59
650每帖平均覆盖率
25.01.202523:59
650广告帖子的平均覆盖率
24.01.202511:18
200.00%ER
31.01.202516:34
142.21%ERR
订阅者
引用指数
每篇帖子的浏览量
每个广告帖子的浏览量
ER
ERR
JAN '25FEB '25MAR '25APR '25MAY '25

BAACOO BARSIISOO 热门帖子

19.04.202504:20
Machooftee mana nyaataa seentee ,maaltu siif haa dhufu yeroo siin jedhan....

Shiroo Burcuqqoo lamaa bakka tokkotti fidi mee😂😂


Share now ➩ @baacoo_daboo
Share now ➩ @baacoo_daboo
13.05.202502:15
Namtichatu waaqatti haasa'a ture.

Namticha:  "Yaa waaqayyoo sibiratti waggaan miliyoonni tokko hangam dheerata? "

Waaqa: " Ana biratti waggaan miliyoonni tokko daqiiqaa tokko. "

Namticha: " Sibiratti mallaqni miliyoonni tokko hangami ? "

Waaqa: " Ana biratti maallaqni miliyoonni tokko saantima tokko."

Namticha: " Mee yaa waaqayyo saantima tokko naaf kenni? "

Waaqa: " Tole daqiiqaa tokko na eegi. "

Namni galeef 👍 ❤ 😍

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
20.04.202516:02
Tokkommo qormaata leenjii konkolachisummaa 🚙 qoramee akkam taate gafan jedhuun





Namicha isa qoru rukutera gaafa hospitala 🚑bahu natti hima naan jedhe🤭🤭

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
20.04.202512:24
Barsiisaa tokkotu Jira. Barsiisichi kuni gaaf tokko barattoota isaa qormaata qoree osoo keessa deeme to'achaa jiruu barataa tokko kan suura harree kaasu tokkotti dhufe. Gurbaa maal gochuutti Jirta jedheen. Gurbichis yoo maal jedhe gaariidha?

qormaatni waan natti ulfaateef itti fe'eetan galuufi hin jedhu seetaa.....qish....qish....qish 😂😂😂

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
21.04.202511:26
Faazerii keetiin Yuuniversiitiiy Injibaaraa na gahe gaafa jettuun.....

Injiraan maaloodha gurbaa?😂😂


Share now ➩ @baacoo_daboo
Share now ➩ @baacoo_daboo
20.04.202503:03
✞ MADAA'UU ISAATIIN IN FAYYIFAMTAN ✝.


🔉BAGA AYYAANA YAADANNOO DU'AA KA'UU GOOFTAA KEENYAA KAN BARA 2017 ISIN GAHE.

✝AYYAANNI KUN:
➩KAN NAGAA
➩KAN MILKII
➩KAN GAMMACHUU
➩KAN WAAN HAWWITE BIRA ITTIIN GEESSUU.
➩KAN KAROORRII KEE ITTIIN FIIXA SII BAHU SIIF HA TAHU.

❤❤AYYAANA GAARII❤❤
20.04.202504:34
Ayyaana kana irrattiillee caffareen fataa jedhee dabarsa jettee si abdiin eegaa jiru yeroo barsiisaan ke Ayyaana bultanii[wiixata] qormaata qabdu jedhee Guyyaa ayyaanaa Labrary yoo si oolchuu dhiignike akkam si danfa? Siyaasxallaa 🤔

Waan hundaafuu Isin Baga geessan Ayyaana Gaarii!

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
26.04.202516:08
Abbaan  kee silkii har'a bitatee Feesbuukii banteef atis surree haarawa bitattee suuraa bareeda kaatee Feesbuukii irratti akkuma ati gad dhiisteen........

Abbaan kee koomentii jelatti....gurba suree ykn kofoo tana oli butii hidhu siin jennaan diddeem ati😂😂😂

Share now ➩ @baacoo_daboo
Share now ➩ @baacoo_daboo
26.04.202510:07
Barsiisaan Maths Barattoota fuulduratti oli si kaasee mataa si xaxuuf....2+5-4÷8×9 meeqa gaafa siin jedhu,.......

Teacher akka Lakkofsa Awurooppaati moo biyya keenyatti?😂😂

Share now ➩ @baacoo_daboo
Share now ➩ @baacoo_daboo
26.04.202503:06
#barsiisaa፡- Lubbu qabeeyyii Bishaan keessa jiraatan 5 nutti himi mee
.
#Barataa፡- Roobii 2 fi Naacha 3 🍸🤣

Share now ➩ @baacoo_daboo
Share now ➩ @baacoo_daboo
25.04.202507:00
Isa : Hy

Ishee : Hy

Isa : Suuraa kee naaf ergi mee bareedduu

Ishee: Profile irra ilaali

Isa : Porfilenii kee  Konkolaataa bar

Ishee.....yoo maal jetteen gaariidha??

Balbala banii seeni keessa jiraa hin jettuun seetanii🤣🤣

Maal inni dhiirota keenyatti taphattan isin ijoolleen shamaraa keenya kun🤔🤔

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
20.04.202510:06
Jaarsa safaraa: intala nana hiriyoonni kee hundi heerumaa jiru maaliif hin heerumtu ati.

Ishee: hiriiyoonni keessan hundi du'aa jiru maaliif hin duutan isin.

😂😂😂😂😂

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
20.04.202508:22
Dhugaawwan addunyaa kanaa

1, rifeensa kee ofirratti murmurachuu hin dandeessu
🙀🙀🙀🙀🙀🙀🙀

2,gurrakee kan argitu daawwitii( of ilaallee) keessatti qofa

🙀🙀🙀🙀🙀🙀🙀🙀🙀

3, arraba kee gadi baaftee funyaaniin harganuu hin dandeessu ykn hafuura baafachuu hin dandeessu

🙀🙀🙀🙀🙀🙀🙀🙀🙀🙀🙀

Deebisimee arrabaakee maal fakkaatta akka saree maa godhatta gowwaa😂😂😂😂

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
20.04.202505:17
Barsiisaa: Bineensoota 5 kan bishaan kessaa  jiraatan tarressi

Barataa: Qurxummii

Barsiisaa: Bayyee gaariidha,  afuran hafan naf tarressii.

Barataa: Hadhaa, Abbaa, obboleytii fi oboleysaa qurxummii sanii hin jadhuun seetani.😄😂😁

Beekaa keenya kanaaf mee hamileen😁😁

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
19.04.202516:53
Ana:- Barsiisaa gaafiin qaba 

Barsiisaa: Itti fufi.

Ana:- Akkamitti Arba firiijii keessa galchuu dandeenyaa?

Barsiisaa:- Hin beeku 😒

Ana:- baay'ee salphaadha  firijii qofa banuun arba  tokko keessa kaa'a.

Barsiisaa:- tole 🙊

Ana:- Akkasumas akkamitti harree firijii keessa kaa'uu dandeenyaa?

Barsiisaa:- baay'ee salphata firijii bananii harree keessa kaa'u qofa.

Ana:- Lakki dursa harree galchuuf arba keessa baasna, sana booda harree keessa galchina.

Barsiisaa:-  OK .

Ana:- Gaaffii biraan qaba🙋🏾

Barsiisaa:- Itti fufi

Ana:- Bineensonni hundi yoo ayyaana dhaloota leencaa irratti hirmaatan, bineensa kamtu hafee maaliif?

Barsiisaa:- Bineensi hundi leenca waan sodaataniif kan hafe hin jiru.

Ana:- Lakki harree, sababn isaa ammallee firiijii keessa wan jirtuuf.

Barsiisaa:- Uuf na maraachuuf moo muca.

Ana:- Gaaffii dhumaa.

Barsiisaa:- Tole itti fufi

Ana:- Akkamitti utuu Naachii sin xuqin bishaan  guutee fi riqicha hin jirre qaxxaamurtaa?

Barsiisaa:- salphaa mitii kun bidiruu qofa fayyadama.

Ana:- Lakki bineensonni hundi ayyaana dhaloota leencaa irratti hirmaataa waan jiraniif, daaktnii ce'uu nii dandeesssu.

Barsiisaa:- Uff daree naa lakkisi

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
登录以解锁更多功能。