Notcoin Community
Notcoin Community
Whale Chanel
Whale Chanel
Proxy MTProto
Proxy MTProto
Notcoin Community
Notcoin Community
Whale Chanel
Whale Chanel
Proxy MTProto
Proxy MTProto
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸 avatar
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸 avatar
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸
10.05.202519:10
𝗦𝗲𝗲𝗿𝗮𝗮 𝗕𝘂𝗹𝘁𝗶𝗶 𝗜𝗷𝗮𝗮𝗿𝘂𝘂 (𝗛𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮 𝗠𝗮𝗻𝗮𝗮) 𝗧𝗮𝗵𝘂𝘂

1. 𝗜𝗻𝘁𝗮𝗹𝘁𝗶 𝗵𝗲𝗲𝗿𝘂𝗺𝘁𝗲𝗲 𝗵𝗮𝗾𝗮 𝗷𝗮𝗮𝗿𝘀𝗮𝗮 𝗧𝗮𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮 𝗶𝘀𝗮 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂, 𝗸𝗮𝗯𝗮𝗷𝘂𝘂, 𝗮𝗷𝗮𝗷𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗵𝘂𝘂, 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗶𝗻𝗻𝗶 𝗶𝘀𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗵𝗮𝗮𝗷𝗮𝗺𝗲𝗲 𝘆𝗮𝗮𝗺𝗲 𝘁𝗼𝗹𝗲 𝗷𝗲𝘁𝘁𝗲𝗲 𝗱𝗵𝗮𝗾𝘂𝘂 𝗳𝗶 𝗸𝗸𝗳. 𝗴𝘂𝘂𝘁𝘂𝘂𝗻 𝗱𝗶𝗿𝗾𝗮𝗺𝗮.

2. 𝗚𝘂𝗿𝗯𝗮𝗮𝗻 𝗳𝘂𝘂𝗱𝗵𝗲𝘀 𝗵𝗮𝗾𝗮 𝗵𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮 𝗺𝗮𝗻𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗴𝘂𝘂𝘁𝘂𝘂 𝗾𝗮𝗯𝗮, 𝘀𝘂𝗻𝗶𝘀 𝗺𝗮𝗵𝗿𝗶𝗶 𝗶𝘀𝗶𝗶 𝗴𝘂𝘂𝘁𝗲𝗲 𝗸𝗲𝗻𝗻𝘂𝘂𝗳𝗶𝗶, 𝗺𝗮𝘀𝗿𝘂𝘂𝗳𝗮 𝗯𝗮𝗮𝘀𝗶𝗶 𝗶𝘀𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗻𝗻𝘂𝘂𝗳𝗶𝗶, 𝗺𝗮𝗻𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂𝘂𝗳𝗶𝗶, 𝘂𝗳𝗳𝗮𝘁𝗮 𝗴𝗮𝘆𝗮𝗮 𝘂𝗳𝗳𝗶𝘀𝘂𝘂, 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂, 𝗸𝗮𝗯𝗮𝗷𝗮𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗵𝘂𝘂 𝗳𝗶 𝗸𝗸𝗳 𝘀𝗶𝗿𝗿𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗴𝘂𝘂𝘁𝘂𝘂𝗻 𝗱𝗶𝗿𝗾𝗮𝗺𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮𝘁𝗶.

      🌸𝗗𝗵𝗮𝗮𝗺𝘀𝗮🌸


☆. 𝗬𝗼𝗼 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼𝗻 𝗵𝗲𝗲𝗿𝘂𝗺𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶 𝗯𝗼𝗼𝗱𝗮 𝗮𝗮𝗻𝗲, 𝗸𝗮𝗱𝗶𝗶𝗷𝗮𝗮 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮𝗱𝗵𝘂, 𝗪𝗮𝗴𝗴𝗮𝗮 𝗱𝗵𝗲𝗲𝗿𝗮𝗮 𝗲𝗿𝗴𝗮 𝗼𝗼𝗯𝘀𝗶𝘁𝗲𝗲 𝗯𝗼𝗼𝗱𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗰𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗮𝗮 (𝗻𝗮𝗯𝗶 𝗺𝘂𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱 {𝘀.𝗮.𝘄} 𝗮𝗿𝗴𝗮𝘁𝘁𝗲).

☆. 𝗬𝗼𝗼 𝗵𝗲𝗲𝗿𝘂𝗺𝘁𝗲𝗲 𝗮𝗯𝗯𝗮𝗮𝗻 𝗺𝗮𝗻𝗮 𝗸𝗲𝗲 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗷𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮 (𝗺𝘂𝗷𝗿𝗶𝗺𝗮) 𝘁𝗮𝗵𝗲, 𝗝𝗮𝗮𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗳𝗶𝗿'𝗼𝗼𝘄𝗻𝗮𝗮 (𝗔𝗮𝘀𝗶𝘆𝗮𝗮) 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮𝗱𝗵𝘂.

☆. 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗯𝘂𝗹𝘁𝗶𝗶 𝘁𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗯𝘂𝗹𝘁𝗶𝗶 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮𝗮 𝘁𝗮𝗻 𝗴𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗶𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗵𝗮𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗵𝘂𝘂

☆𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗴𝗼𝗰𝗵𝘂𝗻 𝗻𝘂 𝗷𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮


👇👇👇
https://t.me/islammummaa
አሳዛኝ አፋልጉኝ
إنا لله وإنا إليه راجعون

ይህ የምትመለከቱት ልጅ በማእከላዊ እትዮጵያ በስልጤ ዞን በዳሎቻ ወረደ ሶጃቴ በሚባል አከባቢ ዲጆ በምትባል ወንዝ ሞቶ ተገኝቶዋል ደረሳ ነበረና ደረሶቹ የት የትውልድ አከባቢው የት እንደሆነ አላወቁም አሁን ላይ ፖሊሶች ቤተሰብ እስኪመጣ ወደ ወራቤ ከተማ ወስደውታል ልጁን የምታቁት ካለችሁ ለቤተሰቡ ቶሎ እንዲቀበር እንድታደርጉ በአሏህ ስም እንጠይቃለን።

ማረጃ ለመጠቆም ከታች ያለውን ቁጥር ተገልገሉ👇
0924772966

إن لله ما أخذ وله ما أعطى وكل شيئ عنده بأجل مسمى فاصبروا واحتسبوا

🧳
የነብያት ፋና የአለም ብርሃን የጀነት ስንቅ
🛖
📲 አጠቃላይ ፕሮግራሞቻችን በሶሻል ሚዲያ ለመከታተል:-

🗞️ በ Telegram~Channel ⤵️
📎 🌴
የቴሌግራም ቻናል
ጀይን👇👇👇
https://t.me/teaching_of_all_prophets
https://t.me/teaching_of_all_prophets
10.05.202514:15
OBSAAN DUBBISAA MEE
👉#Guyyaa aakhiraatti amanuu keessa ni gala: waan eega du'aatii ta'u ilaalchisee waan Qur'aana fi Hadiisa keessatti dhufe kan akka adabbii qabrii fi qananii isaa, kaafamuu fi walitti qabamuu, miizaana fi herregaa, mindaa, siraaxa, naanniga, shafaa'aa, jannata, ibiddaa fi ahwaala isaan lamaanii fi waan Rabbiin warra isaan lamaanitiif qopheessee akkuma waliigalaa fi bal'inaatti hundatti amanuudha!
#Akkasumas guyyaa aakhiraatti amanuu keessa ni gala: mallattoolee qiyaamaatti amanuun; waan isheen dhihaachuu fi dhufiinsa qiyaamaatiif mallattoolee taatef jecha!
#Rabbiin guddaan guyyaa kana dhugumatti maqoota hedduun waameera; akka irraa sodaataniif waa'ee dhimma isaa gabroota akeekkachiisuu fi hubachiisuuf jecha: namoonni waan isa keessatti Rabbii isaanitiif dhaabbataniif jecha guyyaa Qiyaamaa jedhee isa waame, akkasumas Waaqi'aa, Haaqqaa, Qaari'aa, Raajifaa, Saakhaa, Aazifaa, Rifaatuu guddaa, Guyyaa herregaa, Guyyaa mindaa fi beellama dhugaa jedhee isa waameera...
#Hundi isheetuu maqoota dhimmi guyyaa kanaa guddaa ta'uu, jabeenya rakkina isaati fi rakkoolee adda addaa irraa waan isa keessatti namoota mudatan agarsiisaniidha; kanaafuu inni guyyaa ijoowwan isa keessatti banamanii hafanii fi qalboowwan isa keessatti hanga kokkee geessuutti iddoolee ishee irraa balaliituudha!
#Guyyaa kanatti amanuun ilmi namaa kheyrii hojjachuun akka isaaf qophaa'u taasisa

https://t.me/anas09m
10.05.202511:50
💥Seenaa Umar Ibnul-Khaxxaab Kutaa 1ffaa.......


Dubbisaa/////////////////

Seenaa Islaamawuu Umar


Guyyaa tokko Ummu Abdallaah binti Abiheysamaa karaa biyya Habashaa osoo godaansaaf deemaa jirtu, Umar ibnu Kaxxaab itti dhufee eessa akka deemaa jirtu gaafate. “Lafa isin keessatti nu darartan keessaa, gara lafa Rabbii itti gabbaruu dandeenyutti deemutti jirra.” jetteeni deebifteef. Umaris Rabbiin isin waliin haa jiraatu jahen. Akkuma isaan addaan baateen jaarsi isii Aamir itti dhufee jennaan akka Umar agartte fi baqachuuf deemuu isaanii itti himtee jaarsa isiitti Umar gara laafiinaafi akka itti qalbii cabee isaaniif gadde ajaa’iba itti himte. jaarsi isii akkana jahen.”Osoo harreen Kaxxaab islaamooyteellee Umar hin islaama'u.” jaheeti yaada Umariif qabu ibse.
Gaafa tokko Umar farshoo dhuguuf gara mana farshoon itti gurguramtuu yoo gahu, warri farshoo gurguru hin jiran ture. Yaada isaa jijjiiree ka’abaa xawaafuf yoo deemu Nabi-Muhammad (S.A.W) ka’abaa jalatti salaataa jiru arge. Carraa Nabi Muhammad arguu khanatti gammadee waan Nabi-Muhammad jahu dhokatee dhaggeeffachuuf murteeffate. Akka Nabi-Muhammad hin arginetti girdoo ka’abaa jalatti dhokhatee dhaggeeffachuu eegale.

Yeruma san mi’aan qur’aanaa onnee isaatti waan uumameef. Booda lubbuu isaatiin haasahu eegale. Qur’aanni kun walaloo tahuu shakke. Yeroo san Nabi Muhammad (s.a.w) suuraa Al-Haaqqaa ayata qur’aanaa 40-4

إِنَّهُ لَقَوْلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ (٤٠) وَمَا هُوَ بِقَوْلِ شَاعِرٍ ۚ قَلِيلًا مَا تُؤْمِنُونَ. الحاقة: 40-41

Qur’aanni kun jecha ergaa kabajamaati jecha walalootii miti.” jahu qara’e.
Ammaas Umar qalbiin isaa qur’aanni kun jecha nama waa raaguu ta’uu shakkite. Yeroo khanas Nabi Muhammad s.a.w aayata itti aanu suuraa Al-haaqqa 42 “jecha raagaa hin taane.”

وَلَا بِقَوْلِ كَاهِنٍ ۚ قَلِيلًا مَّا تَذَكَّرُونَ. الحاقة: 42

jahu qara’e. Yeroo kana garuu akkana ifiin jahe. Aanaa khiyyaafi gosa khiyyaa wajjiin nagayaan jiraachuu naa wayya moo, islaama tahee aanaa khiyyaafi gosa Tiyyaa wajjiin diinoomuu naaf wayya jahee tasgabbii dhabe.

Nabi Muhammadis s.a.w akkana jaheeti du’aayii khadhate. “Yaa Rabbi Abi Jahli binu Hishaamii fi Umar ibnu Kaxxaab keessaa nama gara kheetitti jaalatamaa taheen islaamummaa tana jabeessi.” jahee kadhate.
Guyyaa tokko Umar Nabi Muhammadiifi s.a.w sahaabaan isaa Gaara safaa jalatti walitti qabaman jachuu beekhee seeyfii isaa luqqifatee Nabi Muhammad s.a.w ajjeesuun qaba jedhee bahe. Yeroma san namticha gosa banii Zuhraa irraa taheen walitti dhufe. Namtichi “eessa deemta?.” jahee isa gaafannaan Muhammadiin “ajjeesuuf deema.” jaheen. “yoo ati isa ajjeefte gosti isaa banii Haashimiifi baniin Abdimanaaf si dhiiftii yaaddaa?.” Jaheen. Umariis dallanee “Atiin khunuu isa jala deemuu hin ooltu.” isaan jaheen. Namtichiniis“sila obboleeytiin tee Faaximaafi jaarsi isiilleen Seid binu Zeyd islaamawanii, jiranii yoo ajjeesuun khee hin oolle ifirraa eegalii.” jaheen.
Yeroma san gara mana Faaxumaatti qajeele. Yoo mana obboleeytii isaatti dhihaatu sagalee qur’aanaa namni mana keessaa qara’utti jiru dhagahe. Sagaleen dhagahees sahaabticha Khabbaab jedhamu, obboleeyttii isaatiifi jaarsa isii qaraasisutti jira ture. Umar mana seennaan Khabbaab jalaa dhokhate. “maali sagaleen ani dhagahe?.” jennaan obboleeytiin “nuti humaa hin dhageenye.” jatteen: “isin lamaan islaama taatan jechuun dhagahee jira. Dubbiin kun dhugaadha mo jaheen?.” Battalumatti jaarsi Faxumaa akkana isaan jahe “atuu osoo islaamoytee, towbattee, waan ormi khee gabbaru khana dhiiftee.” jennaan Umar dhahinsa jabduu dhahee lafatti kuffise. Faaxumaanis jaarsarraa dhoorguudhaaf kaatee jennaan: isiis dhahee dhiiga fuularraan garagalche. Dhiiga isii arkeeti heedduu rifatee garaa nyaatte.

Waraqaa qur’aanaa tan harkaa qabdu askenni jaheen. “Ni ciccirtaa sitti hin khennu!.” jennaan Umar hamtuu takkaanillee akka hin xuyne isiif kakate. Faaxumaaniis dallansuu isii irraa tasgabooytee “Ati najisaa kha’ii dhiqadhu.” jatteen. Kha’ee dhiqatee xalayaa qur’aana khan suuraan Xaahaa itti barreeffame; haga Ayaata 14tti qara’e.
10.05.202506:36
ከ20 በላይ ወንጌሎች ነበሩ!!!
(Wangeelota 20 oltu turan!!!)

ሁሉም ስህተት ኖሮባቸው አይደለም!!!!!
(Hundi isaanii dogongora qabaatanii miti)

"የክርስቶስን ህመማት ስለማያነሱ ብቻ ነው"

Dhukkubbii Iyyesuus waan hin kaasneefi)


የቶማስም!!!
Kan Toomaasis!!

ለምን ህመሙ ብቻ ተፈለገ????
Dhukkubbiin isaa qofti maaliif barbaadame????
የጥንቃቄ መልዕክት ለሁሉም‼️

ሼር ይደረግ‼️


በዚህ ሊንክ የብዙ ሰው አካውንት ℎ𝑎𝑐𝑘 (እየተጠለፈ) ነው። እናም ጥንቃቄ አድርጉ፤ ጓደኛችሁም ቢሆን የላከላችሁ እንዳትከፍቱት።‼️

t.me/mame_posts
10.05.202516:31
بسم الله الرحمن الرحيم
سيرةالنبويه
📚 Gaafii fi Deebii Barnoota SIIRAA Garee 1ffaa (Garee Aa'ishaa)
🕞 𝐘eroon kenname:-
Daqiiqaa:30
✍Gaafilee armaan gadii deebisi
1.Da'awaan rasuula rabbii akka galma hin geeneef wantoota qureeyshonni hojjatan Afur barreessi?
2.Namtichi da'awaa rasuulaa dhoorguudhaaf biyyoota gara garaa deemee seenaa barate eennu jedhama? Biyyoota inni deemes lama barreessi?
3. Hoggantoota gurguddoo biyya isaanii keessatti seenaa qaban jedhaman lama barreessi?
4. Wantoota qureeyshonni Rasuula irraa hin qeeballu jedhanii morman sadi barreessi?
5. Namtichi Shirkii biyyoota gara garaa irraa fuudhanee biyya makkaa seensise eennu jedhama?
6. Kitaabni muktasara Siiraa ka eennuuti?
7. Qureeyshonni "Namni rasuula hin ta'u rasuullis namarra hin ta'u" jedhanii yaadan. Sababni isaa maaliifi?
8. Akka yaada qureeyshotaatti nabiyyiin eennu irraa ta'a jedhanii yaadan?
9. Akka yaada qureeyshotaatti Makkaa fi Xaa'ifiin keessatti maanguddoo gurguddootu jira jedhan. Maanguddooleen gurguddoon suniin eennuu fi eennu? Biyya isaanii waliin barreessi?
10. Siiraa rasuula rabbii (SAW) irraa maal hubanna? Ergaa walii galaa sadi barreessi.
<strike>~</strike>~//<strike>~</strike>~~
Carraa Gaarii Isiniif Haa Ta'u!.
Qopheessituun:- Mariyamaa Yuusuf Garee Aa'ishaa irraa!



▫️DEEBII▫️
👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼



https://t.me/RIIHIULMISK
10.05.202514:04
Mee waaqayyoon akkas jedhu kun yesuusimoo, waaqa abbadhamoo, hafuura❓️
Deebiin jiru waaqa abbaadha /allagadha.
Erga inni kophaa isaa waan hundumaa umee yesuusiin umee maaliif yesuusiin isa umame gabbartu isa ume dhiiftanii?
“"Ani Waaqayyo isa si fure, isuma gadameessa keessatti si tolchee dha; ani Waaqayyo isa wanta hundumaa uume, bantiiwwan waaqaa kophaa diriirsee lafas dhisee dha; yommus eenyutu anaa wajjin ture?”
— Isa. 44:24
هكَذَا يَقُولُ الرَّبُّ فَادِيكَ وَجَابِلُكَ مِنَ الْبَطْنِ: «أَنَا الرَّبُّ صَانِعٌ كُلَّ شَيْءٍ، نَاشِرٌ السَّمَاوَاتِ وَحْدِي، بَاسِطٌ الأَرْضَ. مَنْ مَعِي؟
اشعياء 44:24

https://t.me/Caayaadiinaalislaam
10.05.202511:50
طه (1) مَا أَنْزَلْنَا عَلَيْكَ الْقُرْآنَ لِتَشْقَى (2) إِلَّا تَذْكِرَةً لِمَنْ يَخْشَى (3) تَنْزِيلًا مِمَّنْ خَلَقَ الْأَرْضَ وَالسَّمَاوَاتِ الْعُلَى (4) الرَّحْمَنُ عَلَى الْعَرْشِ اسْتَوَى (5) لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا وَمَا تَحْتَ الثَّرَى (6) وَإِنْ تَجْهَرْ بِالْقَوْلِ فَإِنَّهُ يَعْلَمُ السِّرَّ وَأَخْفَى (7) اللَّهُ لَا إِلَهَ إِلَّا هُوَ لَهُ الْأَسْمَاءُ الْحُسْنَى (8) وَهَلْ أَتَاكَ حَدِيثُ مُوسَى (9) إِذْ رَأَى نَارًا فَقَالَ لِأَهْلِهِ امْكُثُوا إِنِّي آنَسْتُ نَارًا لَعَلِّي آتِيكُمْ مِنْهَا بِقَبَسٍ أَوْ أَجِدُ عَلَى النَّارِ هُدًى (10) فَلَمَّا أَتَاهَا نُودِيَ يَا مُوسَى (11) إِنِّي أَنَا رَبُّكَ فَاخْلَعْ نَعْلَيْكَ إِنَّكَ بِالْوَادِ الْمُقَدَّسِ طُوًى (12) وَأَنَا اخْتَرْتُكَ فَاسْتَمِعْ لِمَا يُوحَى (13) إِنَّنِي أَنَا اللَّهُ لَا إِلَهَ إِلَّا أَنَا فَاعْبُدْنِي وَأَقِمِ الصَّلَاةَ لِذِكْرِي (14)

“maalumaatu qur’aana khana akkanatti tolchee isa khabaje?.” jennaan sahaabtichi duraan mana keessatti dhokhate Kabbaab binu Arattii itti as bahe “gammadi yaa Umar!.” isaan jahe. “Ergamaan Rabbii kha du’aayii khadhatuun dhagahee: akkana jahee; ‘Yaa Rabbi islaamummaa tana jabeessi. Umarii fi Abu Jahli irraa tokkoon’ ja'ee. “Sunis ani sitahuun khajeela.” yeroma san “gara Nabi-Muhammad jiru naa akeeki, dhaqeetin islaamummaa fudhadhaa.” jennaan akka gama mana Gaara Safaa san jiru itti hime.

Umar seeyfii isaa fannifatee dhaqee balabla itti dhadhahee: jennaan; sahaabtichi tokko qaawaan laale. Umar seyfii fannifatee dhaabbatu argee rifatee kharaa Rasuulaa s.a.w deebi’ee; “Umariitu seyfii qabatee balbala hulaa jala dhaabbata.” jaheen.
Yeroma san Hamzaan binu Abdul Muxxalib “yaa Rasuula Rabbii( s.a.w) Naaf hayyami yoo khan nagayaaf dhufu taate, isa khabajna: yoo inni hammeenyaaf dhufu taate immo seyfuma isaatiiniin isa ajjeessa. Jennaan ergamaan Rabbii s.a.w hayyama isaaf godhe akka seenuuf.
Umar akka seeneen ergmaan Rabbi s.a.w mormoo isaa qabee hurgufaa “maaltu sifide?.” jaheen “Rabbiif Rasuula s.a.w isaanitti amanuufin dhufe.” jennaan eregamaan Rabbii s.a.w gammadee “Allahu Akbar!.” jahe.muslimtoonnis akka inni amanuuf dhufe beekhanii jennaan gammadan umaris achumatti islaamahee hojii eegale.
Umar yeroma san; “gadi baanee islaamummaa teenya haa mul’ifannuu jedhee sahaabota sarara lamatti qoode. Sarara tokkoffaa, ifiif hogganee sarara lammaffaa Hamzaan hogganaadha, haala saniin islaamummaa yeroo dheeraaf dhokhatte ifatti baasan.
Mushriktoonni Makkaa humna jabeeffachuu islaamummaa arginaan hedduu rifatanii gaddan. Keessaahuu islaamawuun Umariifi Hamzaa hamilee isaanii tan islaamuummaa bariin balleessina jahanii dhaadachaa turan hamilee cabsite.

Islaamummaan akkuma dooyna arjoomsitu, luyna gootomsitu Umariis Leenca islaamaaf bookkisu gootee isa jijjiirte. Kan dur ergamaa Rabbii ajjeesuuf halkaniifi guyyaa hirriba dhabaa ture, amma isa tiiksuuf lubbuu, ijoolleefi dinagdee isaatiin kan akka utubaatti islaamaaf dhaabbatu ta’e. Gara jabummaan dur ummata islaamaatif qabu mi’aan qur’aanaafi dhugaan diin islaamaa onnee isaa wasakha kaafirummaa keessaa dhiiyxe. Hanga Gaala dhukkubsatu bira taa’ee imimmaan isaa jiisutti isa jijjiirte. Hanga ummannii cufti Rabbiif akka bulu hawwu takka gahe. Onneen isaa iimaanaan daraarte.

https://t.me/Caayaadiinaalislaam
10.05.202507:47
😭Kuni dhuguma sagalee waaqayyootii!? Waaqni maaf safuu Nama cabsisiisee. Namni Ammoo yoo inni safuu cabsu maaf Adaba!?
✍️𝐇𝐢𝐬𝐪𝐞𝐥12:8
Ani ammas utuun darbuu si ilaalee, ati durba geessu jaallatamtuu ta'uu kee argeen, uffata koo sitti uffiseen, qullaan kee akka hin mul'anneef siif dhokse; si kaadhimadhee ati kan koo taatee sii wajjin kakuutti galeera’ jedhe; Waaqayyo gooftaan kana dubbateera.

✍️𝐇𝐨𝐬𝐚,𝐞𝐞1:2
2 Waaqayyo dura karaa Hose'aa yeroo dubbatetti, Hose'aadhaan, “Biyyichi Waaqayyoon dhiisuu isaatiin ejja guddaa keessa lixeera; kanaaf dhaqi, dubartii ejjituu fuudhi, ijoollee ejjaas godhadhu!” jedhe.

😔Maaljechuudha⁉️🥺

✍️𝐇𝐨𝐬𝐞,𝐚𝐚2;4
Haadha keessan hadheessaa!
Isheen haadha manaa koo ta'uu
waan dhiifteef,𝐣𝐞𝐝𝐡𝐞 𝐰𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐧!!

maaljechuudha⁉️🥺

✍️𝐇𝐨𝐬𝐞,𝐚𝐚2;16
Kanaafis kunoo, ani ishee
tole nan jechisiifadha,
gara lafa onaatti ishee geessee
dubbii garaa ishee rukutu nan dubbadha.
Ati gaafas ‘Abbaa manaa koo’ jettee na waamta.

Maaljechuudha⁉️🥺

🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️
Macaafni Sagalee waaqayyoti jennanan Itti goree dubbisee Na,ajaa,ibnaanan isiniif qoode🤗suuran Armaan gadiitis Phastarootan kan Rawwatameedha!!. Macaafni jecha Eenyuti jettanii Yaaddu!? Warri gocha hintaane Raawwatan kunnin Yoomuu itti gaafatamummaa waaqaa jalaa hinbahan😞😒
Qopheeysan Adinaan Abdurazzek

https://t.me/Caayaadiinaalislaam
10.05.202505:59
🛖የነብያት ፋና የዳዕዋ ተወዳዳሪ

🌴ኮድ፡021

ስም፡ አቡ ሙስዐብ
ሀገር፡ ኢትዮጵያ
ፆታ፡ ወንድ

ከስር ሊንኩን በመንካት
ድምፅ ለመስፀት👍ይጫኑ
👇

https://t.me/teaching_of_all_prophets/63544
☆. 𝑨𝒇𝒇𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂 𝑮𝒂𝒍𝒈𝒂𝒂𝒍𝒂 𝒌𝒂𝒏 𝒅𝒊𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂 𝒑𝒉𝒆𝒆𝒏𝒙𝒆𝒆😂😂

☆. 𝑰𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒐𝒐𝒉𝒂𝒂𝒓𝒂😂😂😂

☆. 𝑱𝒂𝒓𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒅𝒖𝒓𝒂𝒂 𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒎𝒂𝒏 𝒅𝒉𝒂𝒒𝒂 𝒌𝒌𝒌𝒌𝒌 𝒆𝒆𝒏𝒚𝒖𝒕𝒖 𝒅𝒉𝒊𝒕𝒊𝒄𝒉𝒐𝒐 𝒏𝒂𝒂𝒇 𝒃𝒂𝒉𝒂 𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒊𝒔? 𝑲𝒌𝒌𝒌

༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @Caayaadiinaalislaam
➪ @Caayaadiinaalislaam
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍    ❤      🗨️       ♂️
ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
10.05.202515:20
በደቡብ ኢትዮጵያ ኦም ዞን ቦድ ማህበረሰብ ወደ እስልምና ሃይማኖት ተመልሶ በሻሸመኔ ከተማ በሃይማኖታዊ ትምህርት ላይ ላሉት ወጣቶች ያዮና ያና ድርጅት የአልባሳት ስጦታ ስየበረክት።
Kibba Itiyoophiyaa Zoonii Oomoo hawaasa Bodii warroota Islaamummaa fudhatan baruumsaa diin irraatti argamaniif dhaabbanni Yoona Yaanaa uffata yeroo kennaa kennuuf.

Namni Miseensa dhaabbataa Yoona-Yaanaa ta'uun ergaa Rabbiitii fi ergamaa isaa Addunyaan gahuu barbaaddan (#miseensummaan #irra_xinnaan waan woggaa #birrii_365 irraa eegaluun) hirmaachuu dandeessu. 👇
Laakkofsa akkaawontii:-
Baankii Hijraa
1008113240001
Baankii Raammis
1010000061101
Baankii Daldalaa
1000668868723
#Yona_Yana Unity Development charity Organization.
Odeefannoo dabalataatiif laakkofsa bilbilaa:-
0913514314
0977717071

Cufa nama yaada kana dubbisee sagalee tana #dhageeffatee akkasuma saahiba isaatiif #sheer_taasisee Rabbiin qubsuma isaa Firdoosiin haa taasisuu.

Liinkii garee Telegram Yoona-Yaanaa 👇👇👇
https://t.me/+Qz_FvuM7ZOdmOTVk
10.05.202513:27
Kaayyoo!
Warri bitaa addunyaa malee kaayyoo fi yaada biraa hin qaban, kanaafuu waa hojjatan muldhusuu irra ofii isaanitii muldhachuu, waan hojjatan irratti faarfamuu fi karuma taheenuu tahu addunyaatti gayuu jaallatu tahuu agarta!
Warri mirgaa ammoo kaayyoo kanarra guddaa qabu waan taheef hojii fi sochuun isaanii kan jaratti fakkaachuu hin qabu!



https://t.me/anas09m
10.05.202511:40
قول النبي ﷺ : (جعلت لي الأرض مسجدا وطهورا).

©. Dachii Bakki hundi Qulqulluu fi Masjida naaf godhamte.Ergamaa Rabbiitu jedhe. SAW. Kuni waan Ergamaan Rabbii SAW Nabiyyoota biroo irraa ittii adda ta'anidha.

✓Namni sagadu haa jiraatuu male bakka fedhettu salaatu danda'a Alhamdulillaah. Masjidatti salaatuun immoo mindaan isaa guddaadha. Sunis sababa mataa isaa qaba. Obboleessa isaa aakiraa kan argee itti baldhinaafi rakkina woliin qooddattan achi waan ta'eef. Masjiidni bakka boqonnaa qalbii itti argatanudha.

✓Ummanni keenya rakkoo masjiida ijaaruu hin qabu. Ummata Qabeenya isaa masjiida ijaaruu irraa hin qusanne qabna. Hoggantoonni dura jiran garuu ummata kana hagam itti yaadanii fuudhanii deemaa jiru kan jedhu gaaffiidha.

✓Hoggantoonni dura jirtan ummata kana qalbii isaas, diinagdee isaas, hawaasummaa isaas ijaaruun dirqama. Isin ummaticha ijaaraa innuu masjiida isaa ni ijaaraa. Tokkumaa isaa jabeessaa masjiida isaa ofiif jabeeffataa.

✓ Ummata keenya harka nama jala qabachuu, ahlala kayirii jedhee qaama alaa irraa barbaaduu irraa baraaraa. Waan qabuun hamma qabuun diinii isaa ofumaa isaatii haa kunuunsuu "Izzaa" irratti jabeessaa. Dinagdeedhaanis dura deemaa hojjadhaatii haraamaaf halaala agarsiisaa ga'oomsaa.

✓ Masjiidni kun Baaleetti argama. Bakka boqonnaa qalbii bakka aara galfii ruuhiiti. Ummata Aakiraaf duniyaa isaas ijaarratu.

#Hamiltan_Hamilee_Ummataa

https://t.me/Caayaadiinaalislaam
10.05.202507:36
— 1Sam. 15:2
“Egaa ati dhaqiitii, Amaaleqoota dhiiraa jalqabdee hamma dubartiitti, ijoolleedhaa hamma mucoolii harma hodhaniitti, akkanumas qotiyyoowwanii hamma hoolotaatti, gaalotaa hamma harrootaatti ajjeesii fixi! Isaaniifis hin oo'in!" jedhe.”
— 1Sam. 15:3
“Warri Bet-Shemesh sanduuqa kakuu Waaqayyoo keessa waan ilaalaniif, Waaqayyo isaan rukutee, namoota kuma shantama2 keessaa torbaatama in ajjeese; sababii Waaqayyo dha'icha guddaadhaan isaan dha'eef namoonni in gaddan.”
— 1Sam. 6:19
B.Waaqayyo gara laafessa, gara laafessa, gaarii dha
Yaaqoob 5:11
“Warra obsa-qabeeyyii turan sana, nuyi akka warra gammachuu qabaniitti isaan in ilaalla. Iyoob attam akka obse dhageessaniittu; wanta gooftaan ittiin raawwates argitaniittu. Kunis gooftichi gara-laafessa, oo'a-qabeessas ta'uu isaa in argisiisa.”
— Yaq. 5:11
“Waaqayyo, namni hundinuu akka fayyu, dhugaa beekuu biras akka ga'u in fedha.”
— 1Xim. 2:4
By: Sabaa'if Tube

https://t.me/Caayaadiinaalislaam
10.05.202505:03
ODUU GAMMACHIISAA!!


Afaan Oromootiin Barnoota Teknooloojii Barachuu Ni Barbaadduu❓

Afaan Keenyaan Barnoota Technology Barachuu Namni Barbaaddan Join Gochuudhaan Nu Hordofaa.

Barnoota Isin Argattan Kanneen Gaditti Argamaniidhaa. 👇👇

Ads, Tech info, Thumbnail Design, Banner Design, Poster Design, Business Card, Social Media Post Design, Video Editing


𝐀𝐝𝐬:👇👇👇

1, 👉https://t.me/+VJ2oaFt_QEg3OGI0
2, 👉https://t.me/+6yGiMXEw3Nk1OWJk
💍ወንዶች ሆይ🔊ማስተዳዳር ብትችሉ
ስንት ሚስት እንዲኖራቹ ነው ምትፈልጉት🥀⁉️

🛰𝐀𝐝𝐝 ሱናና 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
               👇👇
©𝐖𝐚𝐯𝐞 :-@HudHud_waver
10.05.202514:41
Seenaadhaaf
✍️ Namtichatu,haadha manaa  wal dhabe,haati manaa isaa,yoo manaa bahu itti iyyiti,yoo galu gurra duuchiti,osomaa akkanatti jiraatu,gaafa tokko obsuu dadhabee manaa bahee lixe,osoo imala gara isaa hin beeknerra jiru,boolla bishaan keessaa waraabatan, bi’rii bira gahe,yeroo kana,dubartii bishaan boolla bi’rii keessaa waraabattu argee bira gadi taa’ee gaafii dhiheesseef.

Maal dalagaa jirta jedheen,yoo sitti hime sii galaa jetteen,dhiifama bishaan waraabaa jirta jedheen, takkittima dubbateen,doofaa tahuu isaa hubatte.

itti dabalee gaafii biraa gaafate,sharrii dubartiin dalagdu akkamitti ufirraa tiksuun dandahama mee natti himi jedheen,maal taate jetteen,haadha manaa kiyyatu jiruu na dhoorgee jennaan,gara deemu hunda wallaaleetuma manaa bahee dhama’aa jira jedheen.

Namtichi kuni,dheeraa jogolaa,funyaan qottollaa,bifa gaarii qabu,kan hormaataa tahu gowwaa isaati.

Dubartiin tuni,yerooma sana gurra lamaan qabattee iyyansa keessaa fuute,maal taatee iyyita jedheen,na jeeqxe,mirga kiyya sarbite jetteen,hedduu rifatee deemuufi taa’uu dadhabee miilli jalatti hollate,isiinis bishaan mataan gadi ufitti naqxee uffata ufii bishaaniifi biyyeen xureessite.

namni iyyansa dhagahe hundi bahee namticha qaban, maal taatee iyyite jedhanii gaafatan,namtichas qabanii harka duubatti hidhaan,yeroo kana keessaa kolfaa,gubbaa imimmaan gadi naqaa,namtichi abbaa galataatii gadi dhiisaa jettee,ammas lammaffaa iyyite.

Gadi lakkisanii maal inni jedhaniin,anatu osoo bishaan boolla bi’rii waraabadhu keessatti kufee,namtichi kuni karaa irraa,anaa kufu argee,boolla bi’rii keessaa na baase,nama toltuu natti oolee,lubbuu tiyya baraaree, hawaasni naa haa galatoonfatu jedhee iyye jetteen.

hawaasni iyyansa dhagahee bahe,namticha dhiifama gaafatanii,miidhaa irra geessisaniif immoo,maallaqa walitti guuranii abbaa qabeenya taasisaniin,isiinis kokoolfaa,niitiin manaa si ariite,niitii biraa sitti fuute, kana booda haati manaa keetii,ogettiin ana taati jetteenii fudhattee galatteen jedhama.

Yoooo!
Wallaalaafi doofummaan wal-adda,wallaalaan nama hin baratini,doofaan nama baratee irraa hin galini, yeroo karaa irra deemtu waa hubataa qajeeli malee, shira zamanaa irraa nagaa hin baatuu,bakka irraa dheettu irra bakka yoo dheette itti kuftuufi nama harkatti kuftus laallataa socho’i.
https://t.me/Latah1T
10.05.202512:36
“Yesus Kiristos sanyii sagaagalummaa keessaa akka dhufe Macaafni Qulqulluun dubbata.”

𝗠𝗮𝗮𝘁𝗲𝘄𝗼𝘀 1:1 irraa koottaa na waliin dubbisaa... Toorri hidda dhaloota Yesus Kiristos jechuun eegala...

“Yesus Kiristos sanyii Daawit, sanyii Abrahaam isa kana. Abrahaam Yisihaqin dhalche; Yisihaq Yaaqoobin dhalche; Yaaqoob Yihudaa fi obboloota Yihudaa dhalche. Yihudaan Taamaar irraa Faaresii fi Zaaraa dhalche; Faares Hesromin dhalche; Hesrom Aaramin dhalche. Aaram Aminaadaabin dhalche; Aminaadaab Nahasoonin dhalche; Nahasoon Salmoonin dhalche. Salmoon Rahaab irraa Boazin dhalche; Boaz Ruut irraa Yoobeedin dhalche; Yoobeed Iseyin dhalche. Isey Daawit mooticha dhalche; Daawit haadha manaa Uriiyaa irraa Solomoonin dhalche; Solomoon Rehobi'aamin dhalche; Rehobi'aam Abiiyaa dhalche;... Yaaqoob Yoseefin dhalche; Yoseef kun kaadhima Maariyaam; isheen immoo Yesusin isa “Kristosicha” jedhamee moggaafame deesse."

Koottaa mee anuma faana... sanyii Yesus Kiristos keessa dhufe kana keessa Namoota akkamiitu akka jiruu fi rakkoo sana booda nutti dhufus isanii himaa...

1. Taamaar sagaagalummaan Faaresii nama jedhamu, tokkoo akaakayyu Yesus kan ta'e akka dhalte, (Seera Uumamaa 38:12-38) irratti ni dubbata.

Hayyoonni akka dubbatanittu sanyii Yesus keessa sagaagaltoota 4tu jira... Macaafni immoo akkana jedha:

"Namni abbaa hin beekaminiif dhalatu waldaa Waaqayyootti hin lixin! Sanyii isaa keessaas hamma dhaloota kudhaniitti waldaa Waaqayyootti hin lixin!" (Keessa Deebii 23:2)

Gaafiin kiyya! Yesus Kiristos Rabbi ta'uun isaa haa hafuu, jannata iyyuu ni seenaa ree akka kitaabichi jedhutti?

𝗤𝗼𝗽𝗵𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮𝗻 :
© Ifaa Dhugaa


https://t.me/Caayaadiinaalislaam
10.05.202507:36
Woldhabdee 50000 ol macaafa keessa jiru keessaa muraasa.
KUTAA 2FFAA
Arrabsoon dadhabina✅️
👉Wolfalleessa macaafa qulqulluu kana osoo agarruu jecha waaqayyooti jechuun nidanda'amaa❓️
👉Jechi waaqayyoo wolfaallessaa❓️
Jechi waaqqyyoo kan wolhin faallessineefii wolhin shaarreedha wolfaallessa taanaan jecha waaqaa tahuu hin danda'u kanaafuu mee haa ilaalluu🧑‍💻
1. A.Waaqayyo abbaa gooliiti/ hamaati
Is 45:7/ Amos 3:6/ His 20:25
“Ani ifa, dukkanas nan uuma; nagaa nan buusa, gooliis nan kaasa; ani Waaqayyo kana hundumaa nan hojjedha.”
— Isa. 45:7
“Fiinoon lolaa mandara keessatti yeroo afuufamu namoonni hin wareeranii ree? Utuu Waaqayyo biraa hin dhufin, wanti hamaan mandara tokko irra ga'aa ree?”
— Amo. 3:6

B.Waaqayyo abbaa nagaati goolii hin kaasu.
1Qor 14:33

“Waaqayyo ofii isaatii Waaqayyo nagaati malee, Waaqayyo sabirii hin qabne miti. Akkuma waldoota warra Waaqayyo of qulqullaa'an hundumaa keessatti ta'u,”
— 1Qor. 14:33
“Namni yommuu qoramu, qoramsi kun Waaqayyo biraa anatti dhufe hin jedhin! Waaqayyo hamaa gochuudhaaf qoramuu hin danda'u, ofii isaatiis nama tokko illee hamaadhaaf hin qoru.”
— Yaq. 1:13

2. A.Waaqayyo warra kadhataniif bilisaan kenna.
Yaaqoob 1:5
“Isin keessaa nama tokkotti ogummaan yoo hir'ate, Waaqayyo isa nama hundumaaf harka guutee fuula ifaadhaan kennu haa kadhatu! Innis in kennaaf.”
— Yaq. 1:5
“Kan kadhatu hundinuu in fudhata, kan barbaadus in argata, balbala kan rukutuufis in banama.”
— Luq. 11:10

B.Waaqayyo eebba isaa dhorkee namoonni akka hin fudhanne dhorka.
Yohaannis 12:40
“"Ija isaaniitiin akka hin arginetti, garaa isaaniitiinis akka hin fudhannetti akka ani isaan fayyisuufis, akka isaan hin deebinetti, inni ija isaanii jaamseera garaa isaaniis jabeesseera" jedhe dubbateera.”
— Yoh. 12:40
“Akka isaan Israa'elootaa wajjin wal lolanii raawwatanii badaniif Waaqayyo mata-jabeeyyii isaan in godhe; Iyaasuun akkuma Waaqayyo Musee abboome akka isaan balleeffaman malee, oo'i akka itti hin argisiifamne in godhe.”
— Iya. 11:20
“Yaa Waaqayyo! Maaliif karaa kee irraa nu kaachifta? Nuyi akka si hin sodaannettis maaliif garaa keenya jabeessita? Garboota keetii fi gosa warra dhuunfaa kee ta'aniif jedhii deebi'i!”
— Isa. 63:17

3.A. Waaqayyo warra isa barbaadaniin argamuu qaba.Mat 7:8
“Kan kadhatu hundinuu in fudhata kan barbaadus in argata, balbala kan rukutuufis in banama.”
— Mat. 7:8
“Ani warra na jaallatan nan jaalladha, warri na barbaaddatanis na argatu.”
— Fak. 8:17

B.Waaqayyo warra isa barbaadaniin argamuu miti.
“isin na waammattu, ani garuu deebii isiniif hin kennu; dhimmitaniis na barbaaddu, ana hin argattan.”
.Fak 1:28

4. A.Waaqayyo waraana jaallata
Bau 15:3
“Waaqayyo goota beekamaa dha, maqaan isaa Waaqayyoo dha.”
— Bau. 15:3
“Ani Waaqayyo gooftaan keessan, galaana nan sochoosa, dha'aan isaas akka huursu nan godha; ani inni kana godhu, maqaan koo Waaqayyo gooftaa maccaa ti.”
— Isa. 51:15

B.Waaqayyo nagaa qaba.
“Waaqayyo inni nagaa kennus hunduma keessan bira haa jiraatu! Ameen!”
— Rom. 15:33
“Waaqayyo ofii isaatii Waaqayyo nagaati malee, Waaqayyo sabirii hin qabne miti. Akkuma waldoota warra Waaqayyo of qulqullaa'an hundumaa keessatti ta'u,”
— 1Qor. 14:33

5. A.Waaqayyo gara jabeessa, gara laafina kan hin qabne, kan nama balleessu fi gara jabeessa dha
“Waaqayyo, "Ani walitti isaan nan buusa, abbootaa fi ilmaan isaanii walitti buusee nan caccabsa, ani isaan nan balleessa malee, isaaniif hin hilu, isaaniif hin oo'u, garaas isaaniif hin laafu" jedhe.”
— Er. 13:14
“Saba Waaqayyo gooftaan kee dabarsee sitti kennu hundumaa balleessi malee, isaaniif hin oo'in! Kiyyoo waan sitti ta'uuf waaqayyolii isaaniif hin hojjetin!”
— Kes. 7:16
“'Sabni Israa'el biyya Gibxii yommuu ba'anitti Amaaleqoonni isaaniin mormuudhaaf karaatti wanta isaan hojjetaniif isaan nan adaba' jedha Waaqayyo gooftaan maccaa.”
显示 1 - 24 500
登录以解锁更多功能。