Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Waloo debela etana avatar

Waloo debela etana

I blog about marketing and sales buy ads : https://telega.io/c/burqaa_walaloo1
TGlist reytingi
0
0
TuriOmmaviy
Tekshirish
Tekshirilmagan
Ishonchnoma
Shubhali
JoylashuvЕфіопія
TilBoshqa
Kanal yaratilgan sanaJan 24, 2025
TGlist-ga qo'shildi
Oct 24, 2024
Muxrlangan guruh

"Waloo debela etana" guruhidagi so'nggi postlar

Repost qilingan:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!!😂👇👇

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719
Repost qilingan:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa 😊

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2673

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
የተወለዱበትን ወር በመምረጥ ኮከቦን ይመልከቱ
Wave👉@fox_wave0
Osoo ati Kophee gurguraa jirtu dhuftee gatii si gaafattee ,asumatti godhee ilaala yeroo isheen siin jettu,......

By the way Paantiinis ni Jira......🥺🥺


Share➩ @burqaa_walaloo1
Share➩ @burqaa_walaloo1
🙏Imaltuu karaa.........💠


ASOOSAMA GABAABAA
         
✍Barr. Dabalaa Ittaanaa
         
         Kutaa 10 ffaa (kutaa xumuraa)


Dursa kutaa 1ffaa Haga 9ffaatti profile koo jalaa dubbisi!

Dubbisa gaarii!

Jireenyi koo hunduu osoo ishee waliin ta'e waanin dhabe akka waanin qabuutti natti mula'ata. Rabbii iddoo Soolanee waan na #kiise natti fakkate. Abdii dubbadhu malee jette harka isheen gatiitti kiyya rukutte. Amma iyyuu harka ishee narra hin fuune ija isheen ija koo keessa ilaalaa ati baay'ee nama gaariidha. Anillee si baruun koo baay'ee natti toleera.

Iddoo ani qofummaa kiyya ta'etti naaf argamte. Qaamaan walirraa fagaannus yaadaan wal cina akka dhaabbannu maqaa kiyyaan waadaa siif seeneera. Sichi bakka obboleessa bakka haadha Abbaattis gorsa keetiin akka na cina dhaabbattu akka waadaa naaf seentun barbaada. Garuu yoon si rakkise dhiifama! naan jette.

Anis Sammuun koo na dhiphate waantin yaadeef akkataan isheen itti na hubatte adda waan ta'eef nan jeeqame. Yeroof akkan itti yaaduu carraa naaf kennuu dandeessa jedheen gaafadhe. Isheenis tole naan jette nyaara ishee isa gobbuu #kuulii malee miidhagu sanaan naaf mirkaneessite.

Qormaata jaalalaa jedheen eegale....
Onneen koo maalif akka itti na nahe beekuu baadhus hedduu akkan jaalladhe tahuu hin oolle. Kutannoof murannoo ishee irratti bareedinni ishee yoo ida'aman miira namaaf obsa hin kennan. Maleekotatti waan fakkeeffamte uumamte fakkata. Maaliin akkan onnee ishee bitun yaadaan soqee dhabe. Anis miira koo keessa ba'een itti dubbachuuf murteesse.

Waadaa imaanaa guddaa akka natti kennitetu natti dhagahame. Ani dhugaa dubbachuuf ofii koo hogganee namaan akkas kana godhi jechuun baay'ee natti ulfaata. Sanuu naman jedhee arrabni kiyya akka hidhamuu ta'e.......

Imaltoonni sagalee isaani ol-kaasanii odeessa jiru. kaan immoo nii rafa kan mugus hin dhabamne. Sanuu nama baay'ee onneen koo jaalala qabuf akka keeti jedheen dubbii dubbiin xaxe. Ihim Abdii waanti ati jettu anaaf ifa naaf hin taane. Ani jaallachuufis jaallatamuufis nama ulaaga guutu natti hin fakkatu naan jette. Jaallatamuufis jaallachuufis jechuun maal jechuudha?

Maalif jaallachuus jaallatamuus hin barbaadu? kana hunda sammuu koo keessattin of gaafadhe? Waadaa maalif jaallachuufis jaallatamuus hin barbaanne jedhee kan gaafate ana ture.
Isheenis Abdii koo ani namaan miidhameera abbaan koo obboleessa isaan ajjeefame. Haadhi koos dhiibbama sanaan de'umsaa irratti na jalaa boqotte dhiibba namni maati koo irratti godhani irraa eegaleen maatii maleessa ta'een guddadhe kanaaf jedheen Jaalalli ana keessatti waan du'e fakkata.

Garuu sin sobuu gaafan si arge irraa kaase keessi koo baay'ee sitti boqote. Akkataan dubbii keetiif ogummaan kee ajaa'iba. Akkataan ati itti na simatte illee natti toleera. Achi irraa eegaleen waan baay'een xiinxale . Onneen koo jaalalaan cufamte turte illee jechoota ati dubbattuun saaqama deemte. Abdii koo garuu atis imaana abbaa kiyyaf haadha kiyya isan qophaa koo itti rakkadhu hunda na waliin galmaan ga'uuf kutannoof amanamummaa naaf qabachuu keetti hedduu gammadeera.

Sichi ani qophaa kiyya miti naan jette... Natti marmite imimaaniin na geggeessite.... Anis itti marmeen waan hundan akkan ishee faana jiru itti hime. Onneen kootiif onneen ishee jaalalaan wal simatan nutis bilbila wal jijjirre. Abdii koo Onneen koo dha'annan ishee dabalaa jira iji koo si ilaalee quufu dadhaba qofummaan koo hafee gammachuutu natti dhagahama jira naan jette.

Ani deebiseen caba onnee kooti jaalalaan sukkumte fayyiste. Onnee miidhame jaalalaan waldhaante. jedhee osoon hin fixin konkolaatan keenya daandii gadi dhiise anis baay'een nahe Waadaan Abdii koo nii duunega jettee natti marmuu ishee qofan yaadadha. sana booda waan ta'e hin beeku guyyaa lama boodan "Hospital Riferaalaa" Naqmtee keessattin ofii koo arge. Namni baay'een balaa Konkolaata gaafasiin akka du'ee dhagaheera. Guyyaa muraasa bilbila Waadaa yeroon yaalu cufaadha naasuu guddaan na weerare maal akkan godhun wallalee.
Yeroo baay'ee irra deebi'ee yaalus bilbilli hojjii dhaabera. Nii duutef jirti ishee adda baafachuun dadhabe.. Ufff yaa rabbi anas biraa hanbisuu balleessite osoon hin beekin imimmaan kiyya roobsuu eegale 😭😭😭.... Imimmaan kiyya sukkuummataan koppii koo butadheen #Imaltuu_karaa jedheen katabe✍️✍️.....
#Xumurameeraa!

Asoosama biraan haga walitti deebinutti turtii gaarii qabaadhaa. Warreen dubbistanii yaadaaf qeeqa naaf qoodaa turtaan hedduu naaf galatoomaa 🙏🙏


Share➩
@burqaa_walaloo1
Share➩
@burqaa_walaloo1
🙏Imaltuu karaa.........💠


ASOOSAMA GABAABAA
         
✍Barr. Dabalaa Ittaanaa
         
         Kutaa 10 ffaa (kutaa xumuraa)


Dursa kutaa 1ffaa Haga 9ffaatti  profile koo jalaa dubbisi!
        
             Dubbisa gaarii!

Jireenyi koo hunduu osoo ishee waliin ta'e waanin dhabe akka waanin qabuutti natti mula'ata. Rabbii iddoo Soolanee waan na
#kiise  natti fakkate.   Abdii  dubbadhu malee jette harka isheen gatiitti kiyya rukutte.  Amma iyyuu harka ishee narra hin fuune ija isheen  ija koo keessa ilaalaa ati baay'ee nama gaariidha.  Anillee si baruun koo baay'ee natti toleera.

Iddoo ani  qofummaa kiyya ta'etti  naaf argamte. Qaamaan walirraa fagaannus yaadaan wal cina akka dhaabbannu  maqaa kiyyaan  waadaa siif seeneera.  Sichi bakka obboleessa bakka haadha Abbaattis  gorsa keetiin akka na cina dhaabbattu akka waadaa naaf seentun barbaada. Garuu yoon  si rakkise dhiifama! naan jette.

Anis Sammuun koo na dhiphate waantin yaadeef akkataan isheen itti na hubatte adda  waan ta'eef nan jeeqame. Yeroof akkan itti yaaduu  carraa naaf kennuu dandeessa jedheen gaafadhe. Isheenis tole naan jette nyaara  ishee isa gobbuu
#kuulii malee miidhagu sanaan naaf mirkaneessite.

Qormaata jaalalaa jedheen eegale....
Onneen koo maalif akka itti na nahe beekuu baadhus hedduu akkan jaalladhe  tahuu hin oolle.   Kutannoof murannoo ishee irratti   bareedinni  ishee yoo ida'aman   miira namaaf  obsa hin kennan.    Maleekotatti waan fakkeeffamte uumamte fakkata. Maaliin akkan onnee ishee bitun yaadaan soqee dhabe. Anis miira koo keessa ba'een itti dubbachuuf murteesse.

Waadaa imaanaa guddaa akka natti kennitetu  natti dhagahame. Ani dhugaa dubbachuuf ofii koo hogganee namaan akkas kana godhi jechuun  baay'ee natti ulfaata. Sanuu naman jedhee arrabni kiyya akka hidhamuu ta'e.......

Imaltoonni sagalee isaani ol-kaasanii odeessa jiru.   kaan immoo nii rafa kan mugus hin dhabamne.  Sanuu nama baay'ee onneen koo jaalala qabuf akka keeti jedheen dubbii dubbiin xaxe.  Ihim Abdii  waanti ati jettu anaaf ifa naaf hin taane. Ani  jaallachuufis jaallatamuufis nama ulaaga guutu natti hin fakkatu naan jette.  Jaallatamuufis jaallachuufis jechuun maal jechuudha?

Maalif jaallachuus jaallatamuus  hin barbaadu? kana hunda  sammuu koo keessattin of gaafadhe? Waadaa maalif jaallachuufis jaallatamuus hin barbaanne jedhee kan gaafate ana ture.
Isheenis Abdii koo ani namaan miidhameera  abbaan koo obboleessa isaan ajjeefame. Haadhi koos dhiibbama sanaan  de'umsaa  irratti na jalaa boqotte  dhiibba namni maati koo irratti godhani irraa eegaleen   maatii maleessa ta'een guddadhe kanaaf jedheen Jaalalli ana keessatti waan du'e fakkata.

Garuu sin sobuu gaafan si arge irraa kaase   keessi koo  baay'ee sitti boqote. Akkataan dubbii keetiif ogummaan kee ajaa'iba. Akkataan ati itti na simatte illee natti toleera. Achi irraa eegaleen waan baay'een xiinxale . Onneen koo jaalalaan cufamte turte illee jechoota ati dubbattuun saaqama deemte. Abdii koo garuu atis imaana abbaa kiyyaf haadha kiyya isan qophaa koo itti rakkadhu hunda  na waliin galmaan ga'uuf kutannoof amanamummaa naaf qabachuu keetti hedduu gammadeera.

Sichi ani qophaa kiyya miti naan jette... Natti marmite imimaaniin na geggeessite.... Anis  itti marmeen  waan hundan akkan ishee faana jiru itti hime. Onneen kootiif onneen ishee jaalalaan wal simatan  nutis bilbila wal jijjirre.   Abdii koo  Onneen koo dha'annan ishee dabalaa jira iji  koo si ilaalee quufu dadhaba qofummaan koo hafee gammachuutu natti dhagahama jira naan jette. 

Ani  deebiseen caba onnee kooti jaalalaan  sukkumte fayyiste. Onnee miidhame jaalalaan waldhaante. jedhee osoon hin fixin  konkolaatan keenya daandii gadi dhiise   anis baay'een nahe  Waadaan Abdii koo nii duunega jettee natti marmuu ishee qofan yaadadha. sana booda waan ta'e hin beeku guyyaa  lama boodan "Hospital Riferaalaa" Naqmtee keessattin ofii koo arge.  Namni baay'een balaa Konkolaata gaafasiin akka du'ee dhagaheera.  Guyyaa muraasa bilbila Waadaa yeroon yaalu cufaadha naasuu guddaan na weerare  maal akkan godhun wallalee.Yeroo baay'ee irra deebi'ee yaalus
bilbilli hojjii dhaabera.  Nii duutef jirti ishee adda baafachuun dadhabe.. Ufff yaa rabbi   anas biraa hanbisuu balleessite osoon hin beekin imimmaan kiyya roobsuu eegale 😭😭😭.... Imimmaan kiyya sukkuummataan  koppii koo butadheen #Imaltuu_karaa jedheen katabe✍️✍️.....
    #Xumurameeraa!

Asoosama biraan haga walitti deebinutti turtii gaarii qabaadhaa. Warreen dubbistanii yaadaaf qeeqa naaf qoodaa turtaan hedduu naaf galatoomaa 🙏🙏


Share➩ @burqaa_walaloo1
Share➩ @burqaa_walaloo1
🌹የፍቅረኛችሁን   ሰው   ስም   የመጀመርያ ፊደል   በመጫን  ስለ ፍቅረኛዎ ይወቁ ❣︎❣ዳይ ለሁላችሁም ነው እንዳያመልጥዎ!!🌹👇
🙏Imaltuu karaa.........💠


ASOOSAMA GABAABAA
         
✍Barr. Dabalaa Ittaanaa
         
         Kutaa 10ffaa(kutaa xumuraa)

Har'a galgala sa'aatii
1:35 irratti nu eegaa react gochuummoo hin dagatiinaa 50+👍❤ reaction

Share➩
@burqaa_walaloo1
Share➩
@burqaa_walaloo1
🙏Imaltuu karaa.........💠


ASOOSAMA GABAABAA
         
✍Barr. Dabalaa Ittaanaa
         
         Kutaa 9ffaa

Dursa kutaa 1ffaa Haga 8ffaatti profile koo jalaa dubbisi!

Dubbisa gaarii!

Sirni argansuu koo dha'annaa dibbee ittiin siif weeddisan sanaf waan "Riitimii" taphatan fakkatu. Qor qalbiin koo yeroo si dagachuu dadhabnii Waa'ee kee qaama koo keessa yeroo tamsaasan Jaalalli kee daran yeroo miira koo ho'isan nattis tole yeroon calleensa yaadaan gara keetti gulufu calleensa yaadaan dhidhimee yeroon fajajee hafutu natti heddumate Jaalala keen weeraramuun koo amma isa dhugaa ta'ee natti dhagahame.

Ufff Gaafan jedhuun maal taate Abdi naan jechuu isheen dhagaheen naheen maali maal taate ? Anis hoomaa hin taanen maal dhageesse jedheen gaafii ishee gaaffiin deebise. Isheenis erga yaadaan fagaatte sagalee
#ufff jedhu baafattem maaltu si dhiphise? Anillee hoomaa miti yaaduma kooti jedheen dubbii salphise.

Isheenis Abdii naan jette anis yoon jedheen. Jireenya har'a nuti jiraannu jireenya bor jiraannuf wabiidha. Har'a hojii gaarii hojjetta yoo ta'e bor jireenyuma gaarii ta'e jiraatta. Yoo har'a waan boriif sin fayyanne hojjetta ta'e bor jireenya keetti akka gaabbitu beeki. Kanaaf guyyaa har'atti seeran fayyadamuun gamnummaadha.

Dachee kana irratti namni jireenya gaarii jiraachuun filannoo isaa isa jalqabaati. Akkasumas immoo Milkaa’inaan jiraachuu filata. Kun garuu kan inni ta’uu danda’u milkaa’umsaaf dirqama Aarsaa inni si gaafatu baasuun dirqama. Kana tahuu yoo baate kaayyoon kee hawwii qofa ta’ee hafuu isaati.

Jireenya kee jijjiiruu yoo barbaadde dursa yaadota sammuun kee maddisiisan qajeelchuu yaali Sammuun kee akka inni waan gaarii yaaduuf qajeelchiteetta taanan yaadicha irratti immoo xiyyeeffannoon irratti hojjette jijjirama yeroo gabaabaa keessatti of irratti arguu eegalta. kanaaf atis yaadota sammuu kee keessatti yaadduuf xiyyeeffanno godhi hin dhiphatin naan jette.

Anis Waadaa dhugaa keeti. Dhugaa dubbachuuf siin waliin wa baruun koo hedduu natti tole. Nama akka keetti nama gorsu argachuun salphaa miti. Garuu si waliin adda ba'uun hagam akka natti ulfaatu xiinxaleen yaadaan sokkeen jedheen. Isheenis Abdii hoomaa miti ani illee sirraa adda ba'uun natti hin tolu, garuu maal godhu "karaaf garaatu adda nama baasa" jedhama mitire jette ijaan na rukutte kolfite....

Onnee koo Soolaneen hedduu mada'ee waan tureef ergasii nama kan biraa jaalladhee gaaffii jaalalaa hin dhiyeessineef. Har'a kunoo imaltuu irraa jaalalaan waanin qabame fakkata. Maali yaa rabbii jedheen ammas yaadaan sokke......

Gidiraa jaalala isheen dhaanameera. Yaadoonni sammuu kooti waa'ee ishee xiinxaluu. Miidhagina ishee yeroon ilaalu obsa dhabeen ibidda jaalalaan waxalama.Uumaan uumama jiran keessa ishee cina taa'ee miidhegsee waan tolche fakkata. Lapheen koo isheef na kirkira.

Jireenyi koo hunduu osoo ishee waliin ta'e waanin dhabe akka waanin qabuutti natti mula'ata. Rabbii iddoo Soolanee waan na
#kiise natti fakkate. Abdii dubbadhu malee jette harka isheen gatiitti kiyya rukutte. Amma iyyuu harka ishee narra hin fuune ija isheen ija koo keessa ilaalaa...itti fufa.....


Share➩
@burqaa_walaloo1
Share➩
@burqaa_walaloo1
🙏Imaltuu karaa.........💠


ASOOSAMA GABAABAA
         
✍Barr. Dabalaa Ittaanaa
         
         Kutaa 9ffaa

Har'a galgala sa'aatii
1:35 irratti nu eegaa react gochuummoo hin dagatiinaa 25+👍❤ reaction

Share➩
@burqaa_walaloo1
Share➩
@burqaa_walaloo1
🔞 viidiyoo sukaneessaa kana kanneen umuriin keessan 18 gadi tahe akka hin ilaalle!! 🔞
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵

Waloo debela etana mashhur postlari

04.04.202522:39
Diraamaa miidhagaa afaan oromoo daawwattoota hedduu horatan kana Beettuu?

Diraamaa Hirkoo fi Abshaaloo hordoftoota baayyee horatanii jiru. Maarree telegram kanneen irraa Argachuu ni dandeessu.
Repost qilingan:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
20.04.202512:49
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!!😂👇👇

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719
16.04.202518:35
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
13.04.202516:38
🙏Imaltuu karaa.........💠


ASOOSAMA GABAABAA
         
✍Barr. Dabalaa Ittaanaa
         
         Kutaa 8ffaa


Dursa kutaa 1ffaa Haga 7ffaatti profile koo jalaa dubbisi!

Dubbisa gaarii!

Ho'inni qaama koo daran dabalee obsa na dhorkeera maalif teessa kun yoo si baate gaabbiidhan quba ykn hidhii kee ciniina hafuu keeti kanaaf Amma faladhu kan naan jedhe sammuu koo ta'uu hin oollee. Anis dideen miira koo to'achuu yaale.

Murtii murteessuun dura itti yaadanii xiinxaluun baay'ee barbaachisaadha. Sababni isaa erga murteessiteen booda gaabbuu irra murtiin dura xiinxaluun dubbiii filannoo gaariidha. Anis kanaafin miiraa koo to'achuuf murteesse "Ariifattuun Waraabessaa sangaa gaanfa ciniinti" Akka jedhan sana hin taaneef jedheeni.

Beekumsi Waadaa Ajab nama jechisiisa. Akkataan dubbanna ishee beekumsaan kan guuteedha. Ammallee imaltuu taanee imalaatuma jirra.... Sirboonni Konkolaataa keessa gurra irraa nu iyyuu hin dhaabne. Imaltoonni kaan nii qaamu kaan nii odeessu.

Waada si baruu kootti hedduu gammadeera dhugaa dubbachuuf Ijoollee shamarrani akkasitti jajabaatan argee hin beeku. Keessattu bu'aa ba'ii, rakkoof jireenya hamtuu akkasii keessa dabartee sadarkaa har'aa gahuun kee hedduu akkan si ajaabsiifadhu na godheera. Kanaaf ani sirraa waan baay'ee baradheera. Kutannoof murannoon kee baay'ee kan nama barsiisuudha.

Waadaa ani jireenya koo keessatti hiriyaan baay'ee na miidheera. Hiriyoonni koo mana barnoota dhiisani
#suusii gara garaaf garba ta'aanii jiraatu. Anis gara isaani deeme suusii keessa waggaa lamaaf dhuunfatameen ture. Dhugaa dubbachuuf dirreen isaan keessa jiran dirree abdi kutannaa ture. Anas achii kan na baase akka carraa kitaabaa Miiltoo jedhamu kan Eebbisaa Baayyisaan barreeffame dubbiseen achumaan Seenaan koo jijjiirame. Hiriyoota koo achitti dhiiseen hiriyaa haaraa Kitaaba miiltoo waliin deemuun eegale....

Achii irraa kaase kitaaba garaa garaa dubbisuun eegale.. Beekumsa guddaa timaama hin qabne argachuun eegale. Suusii dubbisuunis qabamuun koo hin oollee. Qarshii Ani qabu illee hunda isaatin Kitaaba bitachuun eegalen jedheeni. Isheenis deebiste nama Kitaaba dubbisu akka ati taate akkata dubbannaa kee irraa xiinxaleen ture naan jette. Anis ajaabsiifadheen xiqqoo ergan seeqee namni kitaaba dubbisu nii beekama jechuudha jedheen gaafadhe?

Eeyye anis kitaabota dubbisuu baay'ee waaniin jaalladhuf amala dubbistoota hin wallalu naan jette anis tole galatoomi jedheen deebiseef. Yaanni koo muuziqaa faana godaane. Akkas jedheen waa'ee jaalala ishee of keessatti hasaase.....

Sirni argansuu koo dha'annaa dibbee ittiin siif weeddisan sanaf waan "Riitimii" taphatan fakkatu. Qor qalbiin koo yeroo si dagachuu dadhabnii Waa'ee kee qaama koo keessa yeroo tamsaasan Jaalalli kee daran yeroo miira koo ho'isan nattis tole yeroon calleensa yaadaan gara keetti gulufu calleensa yaadaan dhidhimee yeroon fajajee hafutu natti heddumate Jaalala keen weeraramuun koo amma isa dhugaa ta'ee natti dhagahame. Ufff Gaafan jedhuun maal taate Abdi naan jechuu isheen dhagaheen naheen....... itti fufa....

Share➩
@burqaa_walaloo1
Share➩
@burqaa_walaloo1
03.04.202504:00
Sin yaadem lubbu koo
Mucaa haadha geexee
Kokolfee taphanaan
Balaage na seete😛
02.04.202521:35
Diraamaa miidhagaa afaan oromoo daawwattoota hedduu horatan kana Beettuu?

Diraamaa Hirkoo fi Abshaaloo hordoftoota baayyee horatanii jiru. Maarree telegram kanneen irraa Argachuu ni dandeessu.
12.04.202521:51
NAGAAN BULAA❤❤❤❤
HALKAN GAARII❤❤❤


Share➩ @burqaa_walaloo1
Share➩
@burqaa_walaloo1
Repost qilingan:
N
᯾ new ᯾ ²
29.03.202511:42
🌍BREAKING NEWS ⭕️

Oduu Amma Nu Gaheen Telegram Ethiopia keessatti Waan Addaa Tokko Qabatee Dhufee Jira.

Odeefannoo guutuu Argachuuf More Jechuun Dubbisaa
14.04.202503:24
🙏Imaltuu karaa.........💠


ASOOSAMA GABAABAA
         
✍Barr. Dabalaa Ittaanaa
         
         Kutaa 9ffaa

Har'a galgala sa'aatii
1:35 irratti nu eegaa react gochuummoo hin dagatiinaa 25+👍❤ reaction

Share➩
@burqaa_walaloo1
Share➩
@burqaa_walaloo1
🔞 viidiyoo sukaneessaa kana kanneen umuriin keessan 18 gadi tahe akka hin ilaalle!! 🔞
16.04.202512:47
Osoo ati Kophee gurguraa jirtu dhuftee gatii si gaafattee ,asumatti godhee ilaala yeroo isheen siin jettu,......

By the way Paantiinis ni Jira......🥺🥺


Share➩ @burqaa_walaloo1
Share➩ @burqaa_walaloo1
Baga gammaddan namoonni oduu ispoortii kilabii hundaa barbaaddan hundi keessanuu amma dafaa chanel kanatti makamaa
28.03.202511:34
𝗗𝗮𝗱𝗱𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗙𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝗮𝗮.

𝗱𝗮𝗾𝗶𝗶𝗾𝗮𝗮 30 𝗤𝗼𝗳𝗮𝗮𝗻 𝗞𝗮𝗳𝗳𝗮𝗹𝘁𝗶𝗶 𝗠𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗷𝗮𝗮𝗷𝗶𝗹𝗮 𝗚𝗼𝘀𝗮 𝗦𝗮𝗱𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗮𝗺𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮. 𝗜𝘀𝗶𝗻𝗼𝗼 𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗱𝘂?
30.03.202508:42
FAM ASOOSAMA GABAABAA NI BARBAADDUU?


EEYYEE⭐👍

LAKKI❤
30.03.202504:26
💎GIVE AWAY NI BARBAADDUU?
Ko'proq funksiyalarni ochish uchun tizimga kiring.