Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Danbalii jaalalaa❤️🩹
TGlist рейтингі
0
0
ТүріҚоғамдық
Растау
РасталмағанСенімділік
СенімсізОрналасқан жері
ТілБасқа
Канал құрылған күніMar 10, 2025
TGlist-ке қосылған күні
Apr 05, 2025Қосылған топ

Seenaa Jaalalaa❤️🩹
195
Рекордтар
19.04.202523:59
217Жазылушылар16.04.202500:49
200Дәйексөз индексі18.04.202521:21
381 жазбаның қамтуы19.04.202506:56
40Жарнамалық жазбаның қамтуы03.04.202523:59
5.26%ER18.04.202523:59
17.59%ERR

05.04.202522:15
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋☟︎』
☛ https://t.me/TimLM1/583☜︎
☛ https://t.me/TimLM1/583☜︎
☛ https://t.me/TimLM1/583☜︎
☛ https://t.me/TimLM1/583☜︎
05.04.202516:27
Jireenyi hadhaa'aadha dubartiin Qulqulluun sukkaara siif ta'uu dandeessi
05.04.202522:16
#Galgala_Aruuzaa
KUTAA 10ffaa
Aruustittiin silkii fuutee khaaste sagalee booyinsaa takkaan iihh iihh helo ummii jatte aruustichi silkii harkaa butee helo ummaa ja'e.........................
Lebeeyk ilma kiyya nagayaa mi maal taataniiti?
Humaa hin taane nagaya qabna ummaa shaawara keeysa jirti
Hayyee ilma kiyya ayyoon tee dhufuuf deeman nan jennaan isin gaafadhe.
Ee ummaa arra inshaa allaah ni dhufna garuu orraafannee waan khanuuf galagala seenna
Hhmmm akkasii hayyee baqa milashi boru galagala goona, qophaa'utti jirra nagayaan turaa ilma kiyya. rabbi isinii waliin haa jiraatu yeroo achii khaatan naaf bilbila.
Aammiiin ummaa siif bilbilla hayyee abbaadhan salaamta naf ja'an chaw
Barandaa irra dhaabbate yaadaan kutee jira. Mizeen dhufee maali fuulli ke sirrii mitii maal taate ja'en humaa nagayaan qabaa deem shanta kee qopheeyfadhu ja'eni gara manaa biraa seene
Yeroo ol seenu aruustittiin gama gidaara garagaltee siree gubbaa taau jirti
Habiibti baqaa dhiifama,waan feete nan jettuus si dhahuu hin qabu ture. Jilbeeyfatee harkaan jequu isii qabate damma too baqqaa dhiifama naaf godhi. Aruustittiin yeroo khana immimmaan qabdee taa'u jirtuu gad lakkistee booyuu eegalte nan tuqin, an siif ja'etiin dhufee bar guyya takkatti maliin sitti balleeyse an
#Aruisticha: Habiibti dhiifama siin ja'e mi laaffisi kha
#Aruustittii: Laaffisii? Akkamittiin laaffisa an kha na ajaaibu akkamitti akkaan si waliin jiraadhuudha. imimmaan bubuusaa
#Aruusticha: Habibti akkana nan hin ja'in natti dhagahama humaa sin goone wantiin godhe hundi nuf jaeeti
#Aruustittii: Nuufii? Nuufi hin jedhin wanti nuti ja'amu hin jiru yeroo ati harka kee ol kaastu an jarti teetii miti
#Aruusticha: Akkamitti akkana jetta naamusa goradhu
#Aruustittii: Yoon naamusa hin goone hoo maal na goota na dhoytaa? Siitu dhiiraa na tuqi
Aruustichi jechoota isiin jettutti aarri isaa dabalaa dhufe. Afaan wal jela deeffachu isaani itti fufan. Hanganumatti mizeen dhagahee jidduu seenee adabadha hay maal tahu jirtan jae. Namni jidduu seennaan daran itti taheehu,
#Aruustittii: na hiikhi
#Aruusticha: Sin hiikhu siin jaaladhaa
#Aruustittii: Sii wajjiin hin jiraadhu
#Aruusticja:Baqqaa si hiikhu irgitagna dha
#Aruistittii: Ee na hiikhi hiikhamuun fedha
#Aruusticha: Hayyee baqqaa sin hiikhu. Seeqaa
Akka itti natti ashoofu agarteemi mizeetti achi gara galtee
Mizeen baqqaa ati koottu ja'e aruusticha harka qabee gad baheen. Isii hin agartu, hayaa an akkam haa ta'u dhiifama ja'enimi garuu isiin, isii wajjiin jirachuuf fidaan an khafale hin galleef. Anaas hubachutti hin jirtu. baqqaa ni deemnaa imalaaf qophawa
#Aruusticha: helo assalaamualeekum... doktar
#Doktar: wa'aleeykumsalaa....yaa aruuz akkam nagaya. Ganama khana bilbileen ture..
#Aruusticha: ee dawwaltee waan hin taane jattee jartiin kino qawwaxu jirti
#Doktar: si saheetin qabaxare, waniin an balleeyse anumaatu tolcha hin yaadin baqqaa. Akka isii dhiifama sin jettuun godhaa
#Aruusticha: abdiin qaba doktar. Ngytti baqqa amma imala eegaluf demnaa
Sa'aan sa'aa 11:30 ja'a shufeertichi saffisaan deemu jira aruuzonnis akkuma walitti aaranitti jiran. Aruustittiin yeroo silkii isii borsaa keysaa baastu missedcall 18 ja'a yeroo bantee laaltu lakkoofsa haaraya daqiiqa murasa booda ammaas silkiin bilbilame khaastee eenyu jatte
:Enyummaa kiyya itti deebina waan sin jedhu na dhagayi
:Hayyee si dhagayuttiin jiraa itti fufi
:Waa'ee jaarsa keetiiti
:Hiiii qoy qoy.................................... itti fufa
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋☟︎』
☛ https://t.me/TimLM1/583

05.04.202516:36
Na jaaladhu jedhee humanaan sin dhiphisu; garuu gaafa jaalalakoo dhaabdu ooltee osoo hin buliin natti himi🙏
✍ @Ruhiikoo
@Danbaliijaalalaa❤️🩹
✍ @Ruhiikoo
@Danbaliijaalalaa❤️🩹
04.04.202521:56
Jireenyi hadhaa'aadha dubartiin Qulqulluun sukkaara siif ta'uu dandeessi
06.04.202514:24
Namni tokko jaalalaa sobaa si jaalacha jiraachuu isaa wantooni mulisaan gurguddoo 6 jiraa.......see more
See More
See More......https://t.me/TimLM1/583
Wantoota kana argachuuf........see more.......https://t.me/TimLM1/583

05.04.202514:24
Namoonni hamma sammuu isaanii bilchaachaa deemu ykn dandeettiin yaaduu isaanii dabalaa deemu carraan maraachuu isaanii guddaadha. Maraachuuf sammuu yaadu (dandeettii) qabaachuu si barbaachisa.
Nama hojii hin qabne dhiba'aa maraatu argitanii beektuu? Maraachuuf dandeettii yaaduu qabaachuu qabna. Waan hin qabne akkamitti fidda? Dhabuuf dursa qabaachuu qabna.
@DhamsaaJaalalaa.

18.04.202519:02
♥️Jaalalaa dhugaan si bitee♥️
❣️Oksiijiini irraa argattaa biqiltuu bishaan obsiii maaliif narraa baqattaa koottuu dharraa na baasii
❣️Waayee keetii katabaa Mee eessaa irraa jalqabuu sumaaf jeedheen dadhabaa walaleessee hin dadhabuu gameettii haadha jaalalaa luuccee rifeensii daggalaa yaadaan ganaama galgaala❣️
Nama jaalataniif cabuu koottuu Mee na wal'aanii simalee homaan qabuu miidhamarraa na baraarii ❣️
❣️
Qorichaa isaa kan ta'uu dhukkubni koo si beekaa qaama keessa Nan bahu narraa ballessi sin eegaa❣️
https://t.me/DanbaliiJ

18.04.202520:03
Jarana Ayyaanni Inni Dhufaa Jira Jettan Kun Lafamoo Makiinaan Dhufaa Jira Mee Kaanee Itti Adeemnaa😁🥱
https://t.me/DanbaliiJ
https://t.me/DanbaliiJ
18.04.202516:26
Dhiiroo ayyaana kanaaf mee lukkuun bitadhaa, qarshii lama lama naaf ergaame namoonni group kana jala jirtan hundi keessanu. Maalo osoo sin jirtanuu ayyaana shiroon baasa moo! Mee jedhaaka waaqumaaf jedhaati👈👈⭐️⭐️⭐️👈👈
https://t.me/DanbaliiJ
https://t.me/DanbaliiJ

18.04.202516:19
የኔ ንግስት እንዴት አድርጌ የልቤን ላሳይሽ ምን ያህል እንደምወድሽ? ለካ ከልብ
ሲያፈቅሩ አንደበትም ይታሰራል የልቤን የሚገልፅ ቃል ስላጣው ነው ዝምታን
የመረጥኩት ብቻ ቢያንስሽም የልቤ ንግስት ልበልሽ
ናፍቀሽኛል Ste😍
https://t.me/DanbaliiJ
ሲያፈቅሩ አንደበትም ይታሰራል የልቤን የሚገልፅ ቃል ስላጣው ነው ዝምታን
የመረጥኩት ብቻ ቢያንስሽም የልቤ ንግስት ልበልሽ
ናፍቀሽኛል Ste😍
https://t.me/DanbaliiJ

15.04.202516:24
😱 Amala Jaalala dhugaa See More
🗣️ Amalootaa fi haasawa dubartiin tokko jaalala ittiin ibsattu keessaa muraasni,,..
👇
see more
see more
https://t.me/DanbaliiJ
🗣️ Amalootaa fi haasawa dubartiin tokko jaalala ittiin ibsattu keessaa muraasni,,..
👇
see more
see more
https://t.me/DanbaliiJ

18.04.202515:21
"Namni tokko namoota biroo meeqa haa qunnamuu, yoo dhugumaan si jaalate, miirri inni siif qabu hin jijjiiramu. Jaalalli dhugaa hatamuu hin danda'u! ❤️👌"
Akka inni akkas tahuuf;
1. Akka namni takkaa isa dhungatee hin beeynetti isa dhungatuu beekuu qabda.
2. Akka namni takkaa qaama isaa kunuunsee hin beeynetti isa kunuunsuu beekuu qabda.
3. Nama hundaa ol isaaf xiyyeeffannaa kennuu dandahuu qabda. (Yeroo inni haasahu haasawa biraa dhaggeeffatuu dhiiftee isuma qofaaf gurra kennuu, taa'umsaa fi deeminsa ammas qulqullina isaatiif isaa ol yaaduufii qabda....)
4. Yoo inni yaaddawe maal dhabde jettee osoo hin gaafanne waan akka niiraa faa kennuufii.
5....
Yoo kana goote abbaan fedhe sirraa fudhachuu hin dandahu. Keessaafuu tokkoffaa hanga sadaffaa faa.

18.04.202515:09
Daqiiqaalee xumura guyyaa jumu'aa booji'achuu irraa dagataa hin ta'in. Obboleewwan kee haajamoo du'aa'iin hin dagatin.»ღ
https://t.me/DanbaliiJ
https://t.me/DanbaliiJ
04.04.202516:37
Yeroo jaalalati dhugaa taatetti, dogoggorri miira khee jirjiiruu hin dandahu Sammuun 🧠 aaruu malti Garuu Onneen🫀 yeroo hunda dhiifama gootee jaalatti!.❤️🩹🖇
@DhamsaaJaalalaa.
@DhamsaaJaalalaa.
Көбірек мүмкіндіктерді ашу үшін кіріңіз.