
𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖
OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤
MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤
NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤
ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔
CEO:- @martin_odeegard
MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤
NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤
ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔
CEO:- @martin_odeegard
TGlist рейтингі
0
0
ТүріҚоғамдық
Растау
РасталмағанСенімділік
СенімсізОрналасқан жеріЕфіопія
ТілБасқа
Канал құрылған күніSep 16, 2023
TGlist-ке қосылған күні
Mar 25, 2025Қосылған топ
"𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖" тобындағы соңғы жазбалар
22.04.202520:14
Gooooooooooool Abobakir
What a goal 🔥 🔥 🔥 🔥 🔥
Goolii ajaa'iba abobakir naasir sendawuns dhaaf of irra galagaluudhaan galche bakka video jedhu tuquun chanali jala galuun daawwadhaa🔥👇
What a goal 🔥 🔥 🔥 🔥 🔥
Goolii ajaa'iba abobakir naasir sendawuns dhaaf of irra galagaluudhaan galche bakka video jedhu tuquun chanali jala galuun daawwadhaa🔥👇


18.04.202521:09
Waancaa champions League bara kana eenyutu nyaata jettuu🥶


18.04.202516:55
Telegram'n Namoota Baayyee Adaba Jala Galee React Kennaa Hin Jiru Qabee Gadhiisa Jira Jedhan😔
Kankoos Akkas Ta'e Kunoo🥹
Kankeessan Isiniif Hojjechaa Jiraaree Mee React Godhaa Ilaalaa😁
Kankoos Akkas Ta'e Kunoo🥹
Kankeessan Isiniif Hojjechaa Jiraaree Mee React Godhaa Ilaalaa😁
18.04.202515:19
👉Register on 1xBet using code: QWE
👉Make your first deposit to get up to $130!
+18 Begambleaware.org
Full Offer 👉 bit.ly/47ECIX2
Full Offer 👉 bit.ly/47ECIX2
👉Make your first deposit to get up to $130!
+18 Begambleaware.org
Full Offer 👉 bit.ly/47ECIX2
Full Offer 👉 bit.ly/47ECIX2


18.04.202505:45
Ayyaana kana ilaalchisuun give away xinnoo isiiniif qopheessineera post kana jalatti qoosaa barbaaddan barreessaa kan like guddaa argate dilbata galgala saatii 2 irratti kardii abbaa 100 badhaafama.
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
17.04.202520:47
Yeroo tokkoo Gabriel magalesh miiraa aariitin KUBBAA dhiituun stadium keessaa baasee turee😱
Video aja'ibaa sana ilaaluuf bakka video jettu tuquun chanell isiniif dhufu jala galaa ilaala
Video aja'ibaa sana ilaaluuf bakka video jettu tuquun chanell isiniif dhufu jala galaa ilaala


17.04.202518:39
Nammoonni channel subscribe 5.9k qabuu bitu barbaaddan @cristiano_junier asiin na quunnama
Pls ani waanan sin godhu hin qabuu shakki hin qabaatinaa
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Pls ani waanan sin godhu hin qabuu shakki hin qabaatinaa
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
17.04.202518:26
Maalii badiinkoo
Kanaañ balleesse
Oduu hadhaawaa
Eessaa dhageesse
Jettee natti sirbitee shiroon ani waggaa kessatti harrumaa foon bitadhee gallaan😭😭
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Kanaañ balleesse
Oduu hadhaawaa
Eessaa dhageesse
Jettee natti sirbitee shiroon ani waggaa kessatti harrumaa foon bitadhee gallaan😭😭
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
17.04.202518:25
Old Trafford hin cufama hardha😂😂
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


26.03.202521:46
Ilmi cristiano ronaldo fi Leonel messi gara primer league keessa taphachuu Akka barbaadaniif kilaboota isaani barbaaddan kanneen Akka Arsenaal,liverpool,man united, man city,chealse fi Tootenhaam Akka tahee FIBIRIZO ROMANO gabaseera ibsa guutuu argàchuuf bakka see more jettuu tuqaa
26.03.202517:21
Fuudhikoo Sanbata Isa Dhufaa Jiru Kanaadha Jedhanii Mana Biraa Hoo'isanii Sirbaa Jiru🥹
Garuu Animmoo Ammayyuu Naman Fuudhu Hin Argatinan Jira Akkam Godhugaa😁
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Garuu Animmoo Ammayyuu Naman Fuudhu Hin Argatinan Jira Akkam Godhugaa😁
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
24.03.202521:15
Yeroo amma kana Tapha international irraati wap dhibdeen uumaame degggartoonni dirree jeeqaa jiru haga ammaatti video muràasa kana arganne yoo tahu video size MB 1 qofan post isiniif goonerra bakka video jettu tuquun ilaala
24.03.202519:37
Durbi tokko block si gootee un block si goonaan fuudhi si jaallatti🙄🤝
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
24.03.202518:06
dhiirri durba argite faana wil wil
godhattu guyyaama tokko kinbil jettaa qoyii😡
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
godhattu guyyaama tokko kinbil jettaa qoyii😡
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
24.03.202516:52
Yoo fuune jaartiitu nu gubdi
Yoo dhiifne shunkurtiitu nu gubdi
Akkam taanu😢😢
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Yoo dhiifne shunkurtiitu nu gubdi
Akkam taanu😢😢
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Рекордтар
22.04.202523:59
19.4KЖазылушылар10.03.202523:59
0Дәйексөз индексі25.03.202523:59
1.4K1 жазбаның қамтуы25.03.202523:59
1.4KЖарнамалық жазбаның қамтуы26.03.202520:14
25.14%ER25.03.202523:59
7.61%ERRКөбірек мүмкіндіктерді ашу үшін кіріңіз.