Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
❤️Dhandhama Jaalala❤️ avatar

❤️Dhandhama Jaalala❤️

☞ ❣️xinsammuu❣️
❣️ Wantoota barsiisoo❣️
❣️beekumsa❣️
❤️𝒘𝒂𝒍𝒂𝒍𝒐𝒐❤️
Yaadaaf @Filishaggar
TGlist рейтингі
0
0
ТүріҚоғамдық
Растау
Расталмаған
Сенімділік
Сенімсіз
Орналасқан жері
ТілБасқа
Канал құрылған күніТрав 02, 2023
TGlist-ке қосылған күні
Вер 08, 2024
Қосылған топ

"❤️Dhandhama Jaalala❤️" тобындағы соңғы жазбалар

Yoo haqa qabaatte, Osoo isaan kadhattuu si dhiisanii deeman, Guyyaa tokko si dhabuu isaaniitti ni gabbuu, atumti bakka isaan si dhiisanii deeman sana tarkaanfadhu.

That's the reality of life! 🤞

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
#Sobee sobeen seeqa
Hidhii gargar saaqee
#Ati..😔

Giddu gidduu taatee
Waa lama hin dhabiin
Onnee kootii baatee
Sobdee na qaqqabinn🫀

Hiriyyaa koo yoo taate
Hiriyyaa ta'ii itti fufi
Diina koo yoo taates
Diinummaa kee........🤞
na beeksisii Itti fufi,

Haala keetu Naaf galuu dide
Kunoo didee; jibba nutti fide.!

#Moo........? Akkamidhaa.....?


♡       ❍ㅤ    ⎙       ⌲
ˡᶦᵏᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ  ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ
    Join ❒┃❏ Share
               🔔
    Telegram @Dhandhama1
╔════════════╗
@Dhandhama1 💌
╚════════════╝
Жойылды16.05.202510:38
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
🤜🤛👇🤜🤛
Dhugaa jiruudha deemaa channel kana join godha itti fayyadama!


Ani @Filishaggar ittiin fayyadama jira.
@Dhandhama1
✋Family Isuma Dhugumaa Dubbachuuf Nuti Irraa Fayyadamaa Jirra Namoonni Free Internet Fayyadamuu Barbaaddan Qofti Telegram Channel Armaan Gadii Kana JOIN Godhadhaa Itti Dabalamaa

Link👇

https://t.me/LALO_TECH_1/1490
#Gonkumaa jechoota hin amanin

Namni tokko tokko hidhi fi arraba irraa sukkaaraa qabu,onnee irraa garu summii qabu waan ta’eef.

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
Maaliif Akka na dhiistee Nan beeka, hanga ammattii maaliif akkan si eegaa jiru garuu naf hin galle.♥️

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
Жойылды15.05.202518:01
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
🤜🤛👇🤜🤛
#Namoota 5nan kana hin amaniin!
1 #Namoota dogoongora isaanii hin fudhannee.
2 #Nama hasaasuu.
3 #Namoota badii isaaniif dhiifama hin gaafanne
4 #Nama icciiiti nama kan bira sitti himu
5 #Nama milkaa'umsa namoota hinaafuu

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
#Jaalala jechuun nama amanachuu, kunuunsuu ykn jaallachuu amanamaa ta'uu waan ta'eef jaalalli kennaa waaqayyo nuuf kenne hunda caaludha! jechuu nan danda'a nuti jaalala malee guutuu miti hunduu jaalala irraa jalqaba ❤‍🩹💥

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
Жойылды14.05.202517:40
Maal dubbisuu barbaaddu?
#Saayikoloojiin akkas jedha:
1 #Dhiroonni guyyaatti yeroo 6 sobu.
2 #Shamarran guyyatti yeroo 3f sobu.
3 #Shamarran guyyaatti jechoota 7000 dubbatu.
4 #Dhiroonni guyyaatti jechoota 2000 dubbatu
5 #Dhiroonni baay'een shamarran amalli ishee amala haadha isaani wajjin walfakkatu filatu.

Isiin hoo maal jettuu?

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
#Eyyeen ! 🥰

Na barbaachistaaf malee
Maafan yaada keen jooraa
Silaa anis calliseen
Dubbachuu sittin kooraa

Amma garuu dadhabeera
Ergan harka siif laadhee
Onneen dhugaan si dheebottu
Keessa kiyyatti baadhee

Dubbachuufuu hin danda'uu
Laafeera cabee siifuu
Hagam gati na baasistus
Dheebuu jaalalakee hin dhiisuu !

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
Wal yaadachiisaa deemuun gaarii dha.Hiriba keessan irraanfattanii akka hin rafne.💥 #Good_night♥️

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
Nama tokko aarii isaa isa irratti murteessuu kee dura. Dhukkubbii isaanii isaan gaafadhu.!!

━━━━━━━━━━━
✅@Dhandhama1 🖌️

Рекордтар

16.05.202523:59
12.7KЖазылушылар
08.03.202523:59
600Дәйексөз индексі
15.05.202501:02
1.3K1 жазбаның қамтуы
14.05.202523:59
1.3KЖарнамалық жазбаның қамтуы
24.02.202523:59
27.91%ER
17.02.202508:18
10.62%ERR
Жазылушылар
Цитата индексі
1 хабарламаның қаралымы
Жарнамалық хабарлама қаралымы
ER
ERR
ЖОВТ '24СІЧ '25КВІТ '25

❤️Dhandhama Jaalala❤️ танымал жазбалары

10.05.202504:07
Miiraa fi fedhii kee irraa osoo hin taane. Namoota Onnee kee irraa jaaladhu.

━━━━━━━━━━━
🔝@Dhandhama1 🖌️
03.05.202509:21
Urgaa hafuurakee
Morma jalaan suufee
Nadhii gororakee
Dhamdhamadhee quufe🤞

Hafuura gammachuun
Funyaaniin baafadha;
Ofitti si qabeen
Xuuxee si dhungadha!
~
Miirakee haaresseen
Fedhiikee siif guuta;
Atillee gammaddee
Ana dhunguun huuta!

Mee atumti eenyu,
ati eenyuu?(×2)💥😋🫵

@Dhandhama1
05.05.202512:52
Hiriyaa koo yoo taate
Hiriyaa ta'ii itti fufi
Diina koo yoo taates
Diinummaa kee na beeksisii
Itti fufi,

#Haala_keetu Naaf galuu dide
✌️

@Dhandhama1
Жойылды14.05.202517:40
12.05.202516:47
Ati utuu bishaan taatee
Si dhugeen gadi ciisa
Ati utuu midhaan taatee
Si nyaadheen beela dhiisa
Ati utuu dhadhaa taatee
Situ afaanii na hin ba’u
Dhagaa taatee badde kaa
Maal abbaa koo siif ta’u?

✍️Walaloo ajaa'ibaa argachuuf channel bareedaa gadii kanniinitti makami👇👇👇👇👇👇
05.05.202512:52
#Dhiirri Hundumtuu tokkuma
Jettee komachuu kee dura
#Miila kee dhiisii #Qalbii kee bani.
✌️🤞

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
10.05.202504:41
Ati utuu bishaan taatee
Si dhugeen gadi ciisa
Ati utuu midhaan taatee
Si nyaadheen beela dhiisa
Ati utuu dhadhaa taatee
Situ afaanii na hin ba’u
Dhagaa taatee badde kaa
Maal abbaa koo siif ta’u?

✍️Walaloo ajaa'ibaa argachuuf channel bareedaa gadii kanniinitti makami👇👇👇👇👇👇
Xiyya jaalalaan waraante
Onnee koo madeessiteetta
Humna jaalalaan na moote
Qalbiikoo balleessiteetta
➻🔥♥️
Qal'oo koo yaa shimala
Bareedditti warra Abeebee
Harka qabii naan fudhadhu
Yaaddoon jaalalaa na reebee
➻🔥♥️
Akka bokkaa gara Arfaasaa
Nii guunguma sodaachisaa
Bakka jirtuu natti as koottu
Didee suma na yaachisaa!
➻🔥♥️

Walaloo Ajaiba
@Boriikoom
@Boriikoom
@Boriikoom
Join godha.
12.05.202513:34
#Lubbuudhaan yeroo jirtuu waan sadii irraa of eegi!
1.Dafqa nama irraa
2.Dhiiga nama irraa
3.Imimmaan nama irraa

Kanneen sadan irraa bilisa taanaan Milkaa’inni dhihoo jira.

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
12.05.202516:40
Sirba kana nama jaalattaan afeerraa♥️💔

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
16.05.202507:17
Yoo haqa qabaatte, Osoo isaan kadhattuu si dhiisanii deeman, Guyyaa tokko si dhabuu isaaniitti ni gabbuu, atumti bakka isaan si dhiisanii deeman sana tarkaanfadhu.

That's the reality of life! 🤞

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
29.04.202507:52
#Namoonnii keessa kee hin beekne waa'ee kee odeessuun salphaa ta'uufii danda'a. Iddoo ati geesse gahuuf garu si ta'uu isaan gaafata.

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
10.05.202518:09
Gaaf tokko ni gammadda
Gaaf tokko ni gaddita
Guyyaan tokko gaariidha
Guyyaan tokko immoo
akkasuma gadheedha
Waanti hundumtuu ni dhufa ni darbas. 🥰

Garuu kan har'a jiraatee bor hi badne bara baraan kan jiraatu Waaqayyoo ykn Rabbi qofadha.

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
12.05.202504:17
Bofti gogaa isaa jijjiiruu danda'a malee amala isaa jijjiiruu hin danda'u.

@Fili_shaggar
━━━━━━━━━━━
@Dhandhama1 🖌️
14.05.202503:57
#Eyyeen ! 🥰

Na barbaachistaaf malee
Maafan yaada keen jooraa
Silaa anis calliseen
Dubbachuu sittin kooraa

Amma garuu dadhabeera
Ergan harka siif laadhee
Onneen dhugaan si dheebottu
Keessa kiyyatti baadhee

Dubbachuufuu hin danda'uu
Laafeera cabee siifuu
Hagam gati na baasistus
Dheebuu jaalalakee hin dhiisuu !

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
01.05.202519:00
Gurra lamaa fi afaan tokko qabna hamma dubbannu irra dachaa lama dhaggeeffachuu dandeenyuuf.

@Fili_shaggar
━━━━━━━━━━━
✔️@Dhandhama1 🖌️
Көбірек мүмкіндіктерді ашу үшін кіріңіз.