Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
BAACOO BARSIISOO avatar
BAACOO BARSIISOO
BAACOO BARSIISOO avatar
BAACOO BARSIISOO
अवधि
दृश्य की संख्या

उद्धरण

पोस्ट
रिपोस्ट छिपाएं
20.04.202512:24
Barsiisaa tokkotu Jira. Barsiisichi kuni gaaf tokko barattoota isaa qormaata qoree osoo keessa deeme to'achaa jiruu barataa tokko kan suura harree kaasu tokkotti dhufe. Gurbaa maal gochuutti Jirta jedheen. Gurbichis yoo maal jedhe gaariidha?

qormaatni waan natti ulfaateef itti fe'eetan galuufi hin jedhu seetaa.....qish....qish....qish 😂😂😂

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
29.03.202505:40
Namoonni gaaffii beekumsa kubbaa  barbaaddan deemaa irratti hirmaadha channel afaan oromoo bareedaa.
👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/dambalii_ispoorti/754
https://t.me/dambalii_ispoorti/754
से पुनः पोस्ट किया:
KANA BEEKTUU avatar
KANA BEEKTUU
05.03.202507:11
😁Mucaa Isa Qarshii Namarraa Liqeeffatee Namaaf Hin Deebisne Sana Gaafanni Liqii Si Gaafatu👇

#A_LIQII😔: Maaloo Qarshii 2000 Naaf Liqeessimee Ariifadheen Kaardii ATM koo Manatti Irraanfadhee Ba'eetii

#ANA😎 : Gatii Taaksii Qarshii 20'n Siif Liqeessaatii Beenu Mana Keessan Dhaqii ATM kee Fidii Kottu😁

Akkaawuntii Irraa Qarshii Hin Qabduum Namittiin🥹😂
से पुनः पोस्ट किया:
KANA BEEKTUU avatar
KANA BEEKTUU
03.03.202504:29
Wantoota sasalphaa dhalli nama hedduun gochuu hin dandeenye.

1, Ciqilee harkaa ofii dhungachuu

2, Gurra ofii sochoosu

3, Arraba baasa qillensa karaa afaani fudhachuu

Anoo Nan qallade Arrabake ooldeebisi 🙌🤣
07.02.202510:38
Bontuu👩‍🦰: Bonaako atii Yeroo hunduumaa kubba afaan Xaaliyaaniin ilaaltaa Xaaliyaaniffa ni Beektamoo?

Bona🤵: Eeyyen boontuukoo

Bontuu 👩‍🦰: Tole afaan Xaaliyaaniin siin jaladha Bareedduu koo naan jedhi Mee🥰

Bona🤵: Kevin De Bruyne Darwin Nunez

Bontuu👩‍🦰: ooooh dhugaa bayye namatti tola galatomi 😪

Bona🤵: bukayo saka jose Morinho

Bontuu👩‍🦰: Maal jechuudha innimmoo?

Bona🤵: Rakkoo hin qabu jechuudha 😁😅

Kan Xaaliyaaniffa Beektan Only👍😁😂


Share👉 @BAACOOKOO
Share👉 @BAACOOKOO
24.01.202508:55
Family Namni akka koo dureessa ta'uuf yaaddannii garuu kaayyoo qaba jettanii itti dhiistan mee😂😂


Share➬ @baacookoo
Share➬ @baacookoo
19.04.202504:20
Machooftee mana nyaataa seentee ,maaltu siif haa dhufu yeroo siin jedhan....

Shiroo Burcuqqoo lamaa bakka tokkotti fidi mee😂😂


Share now ➩ @baacoo_daboo
Share now ➩ @baacoo_daboo
24.03.202510:25
400 is loading
से पुनः पोस्ट किया:
KANA BEEKTUU avatar
KANA BEEKTUU
05.03.202507:11
Lootarin Abba Miliyeena 5 si ba'e utuu gammadaa jirtu, Eessumnike maanka liqimsee Hospitala seenera yaalchisuudhafimmo birri Miliyeena 5 barbaachisa yeroo sin jedhan


Maanka dhiise maalif akaafa hin liqimsine maal na gasheree😁😁
02.03.202502:39
Wal barree guyyaa sadii booda kaardii abbaa shanii naa guuti jettee😡



Durumayyuu akkaa isheen qabeenya koof na barbaaddee naa galee tureem🤦‍♂
26.01.202505:14
Namni moluun (malaaxaan) garuu eebbifameera maaliif yoo jettan mataa dhiqachuuf bishaan isa hin barbaachisu fooxaa jiidhaan walwal walwal gochuu qofa😊

Share➬ @baacookoo
हटा दिया गया25.01.202511:17
23.01.202510:52
Guys were is react
से पुनः पोस्ट किया:
Waloo debela etana avatar
Waloo debela etana
06.03.202505:35
BARUMSA BARADHU!!

Baradhu barumsa
darbuudhaaf qorumsa.
Fulbaanan dubbisi
hagayya si boonsa.

Tiktookii hambisii
kitaaba dubbisi.
Feesbuukii dagadhuu
qoradhu callisii.

Daggalatti galii
kitaaba qoradhu.
Iddoo oolmaa keetii
dubbisa godhadhu

Maatiikees dhagayi
biyyaaf abboomami.
Sirriitti baradhuu
ulfinaaf waamami.

Daree taa'uu mitii
qalbiitti qabadhu
Waanta siif hin galle
Barsiisaa gaafadhu.

Ooltee galuu mitii
mana barumsichaa
Sirriitti caqasi
keessa kitaabichaa.

Guurtee galuu dhiisi
holola mandaraa.
Barnoota hordofi
yaa dhalako adaraa

Hiriyyaan si gana
yoo kufte si hin beeku.
Dubbisaatu darbaam
ani kanin beeku.

Dhiisi waa'ee carqii
dhiisi waa'ee nyaataa.
Sammuu kee dagaagsi sitti
hafee jiraataa.

Karoora baafadhuu
ciminaan baradhu
Oduu barichaa irraa
gurra kee cufadhu.

Dorgomaa ta'uudhaaf
jabinaan hojjedhu
Gosa barnoota kee
Mara dubbifadhu.

👉Jajjabaadhaa
👉babbaradha
👉dudubbisaa
👉qoqqoradhaa!!!

                React

20          10          3
👏          👍         ❤

      FOR MORE POEM
से पुनः पोस्ट किया:
KANA BEEKTUU avatar
KANA BEEKTUU
04.03.202504:14
Bara Itti Dhiirri Wal Waamee Baarakaa Itti Deeffatee Taa'ee Nama Hamatu Keessa Jirra😁

Barattiin Bara Mitiim🥹
01.03.202513:04
Channel afaan oromoo kana qabduu laata?

CHANNEL KANARRATTI KANNEEN ARGATTU:
24.01.202523:25
Yaa sabaa har'ammoo ganama kanaan channel keenya kana hiriyoota keessan itti nuuf affeeraatii 500 nu galchaa nutimmoo galgalaa qoosaa babbareedoo isiniif qabannee dhufnaa👍👍👍

Share➬
@baacookoo
Share➬
@baacookoo
Share➬
@baacookoo
23.01.202507:35
durbaa daree ofiitii jaalachuu jechuun gosa barnoota tokko ofumaan ofittii dabaluu jechuudha😌😌😁😁

➡️Woyyowoyyoo 😂

Share➬ @baacookoo
Share➬ @baacookoo
30.03.202504:26
💎GIVE AWAY NI BARBAADDUU?
से पुनः पोस्ट किया:
KANA BEEKTUU avatar
KANA BEEKTUU
06.03.202504:24
Seera kubbaa miilaa  Bara durii :
1. Murteessaan hin jiru.
.
3. Qabxiin 23-22 dha.
4. Adabbiin kan kennamu yoo taphataan waaqatti kakatedha.
5. Namni kadhatee taphichatti gale goolii eegaa ta'a 😝.
6. Abbaan kubbaa yoo aaree kubbaa fudhatee, taphichi xumurama 😁.
7. Balleessaan kan lakkaa'amu yoo namuu walii gale 🙃.
8. Namni abbaa kubbaatiif gaarii waan ta'eef yeroo barbaadetti garee kee keessa ta'uu ni danda'a 😁.
9. Taphataan dabalataa yoo gareewwan wal hin qixxaanne ni hayyamama 😂
10. Goolii eegdota yeroo rukuttaa adabbii jijjiiruun ni danda'ama 😆.
11. Yoo kubbaan qaxxaamuraa irra deemte taphichi walakkaa sa'aatiif dhaabbatee goolii ta'uu fi dhiisuu isaa irratti mari'ata 😄.
12. Abbaan kubbaa garee cimaa 😝 taphata.
13 yoo penaltyn garee abbaa kubbaa irratti argame. Akka fardaatti tarkankaanfatee 5 lakkaa'ee iddoonni dhaabatetti. Penaltyn dhiitama.😀
14 yoo maatiin waames nama tokko bakka buuftee ba'uun ni danda'ama😀
15. Abbaa kubbaa balleessaa irratti hojjennaan kubbicha qabee. Fudhatee sokka😀

Namoota yaadannoowwan babbareedoo kana jiraatan hundaaf nagaan isiniif ha ta'u ❤️

𝗞𝗮𝗺𝘁𝘂 𝗶𝘀𝗶𝗻 𝗮𝗷𝗮𝗮'𝗶𝗯𝗲

Natti tolee dhugaa gooftaa🤣🤣
से पुनः पोस्ट किया:
KANA BEEKTUU avatar
KANA BEEKTUU
03.03.202513:33
#AKKOO_FI_ANA😁

#ANA : Akko Edammoo Abjuukoon Poolisiin Na Qabatanii Utuusaan Mana Hidhaa Na Galchaa Jiraniin Bir Jedhee Keessaa Dammaqeem Maayinni Abjuun Akkasii🤔

#AKKOO : Maaliif Waraqaa Eenyummaakee Malee Rafta Ati Baadhattee Hin Raftuu Kanaaf Qabamteka?😁

🥹Lubbuun Jiraatanis Dhiisanis Mee Akkoo Keenya Warra Yeroo Hunda Nu Kolfisiisaniif Altokkko "❤️"
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
Dhiira kaayyoof siingiloome
Gadheen Durba dhabe Seeti 😜

Share ➬ @baacookoo
Share ➬ @baacookoo
दिखाया गया 1 - 24 का 69
अधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।