Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

KANA BEEKTUU
On this channel
👉 Free internet
👉🏻 You will learn about Crypto and ways to earn money
👉🏻You will learn about Airdrop And Tech
👉🏻 You will find various prize competitions
👉 Free internet
👉🏻 You will learn about Crypto and ways to earn money
👉🏻You will learn about Airdrop And Tech
👉🏻 You will find various prize competitions
TGlist रेटिंग
0
0
प्रकारसार्वजनिक
सत्यापन
असत्यापितविश्वसनीयता
अविश्वसनीयस्थान
भाषाअन्य
चैनल निर्माण की तिथिЛист 04, 2024
TGlist में जोड़ा गया
Груд 25, 2024संलग्न समूह

Kana beektuu chat
22
रिकॉर्ड
20.04.202523:59
3.4Kसदस्य01.04.202523:59
700उद्धरण सूचकांक12.03.202506:31
204प्रति पोस्ट औसत दृश्य12.03.202506:31
220प्रति विज्ञापन पोस्ट औसत दृश्य06.03.202501:36
500.00%ER04.03.202513:54
12.92%ERRसे पुनः पोस्ट किया:
DAMBALII KOLFAA

20.04.202512:49
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!!😂👇👇
https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719
https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719

25.03.202509:07
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!

30.03.202505:09
Yeroo baay'ee namoonni gara mana fincaanii gaafa deeman bilbila harkaa isaanii qabatanii deemu, kanaaf jecha yeroo dheera achi keessatti dabarsu. Gochi kun garuu, fayyaa nama irratti dhiibbaa guddaa qaba!!
Ayyaana gaarii!! Lafa nagaa oola!! 🙌🏼
⚡Join @facts_for_you12🔔
Ayyaana gaarii!! Lafa nagaa oola!! 🙌🏼
⚡Join @facts_for_you12🔔
31.03.202509:06
Kana beektuu ❓
♣️Namni tokko giddu galeessaan Wagga 3 umurii isaa keessaa mana fincaaniitti dabarsa.
⚡React gochuummoo hin dadhabiinaa gaa🥺
Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

29.03.202518:28
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
से पुनः पोस्ट किया:
BAACOO BARSIISOO

29.03.202510:06
Namoonni gaaffii beekumsa kubbaa barbaaddan deemaa irratti hirmaadha channel afaan oromoo bareedaa.
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/dambalii_ispoorti/754
https://t.me/dambalii_ispoorti/754
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/dambalii_ispoorti/754
https://t.me/dambalii_ispoorti/754

01.04.202517:04
👙 Shamarreen tokko qullaa ishee taate osoo viidiyoo hojjettee gadhiistee daqiiqa 10tti like 1000 🙊 ol argatti 😡
Mee haadha garraami kanaaf reaction meeqatu mala..... 🥰❤️
Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Mee haadha garraami kanaaf reaction meeqatu mala..... 🥰❤️
Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

30.03.202513:08
Kana beektuu❓
✅ Dhuufu dhuufun fayyaa namaaf bu'a qabeessadha..... namni dhuufu dhuufu tokko qaama isaaf nyaata madaalawa barbaachisu argachuu isaa mul'isa..... bara 2020ti qorannoon gaggeefame tokko akka agarsiisutti jaalalleewwan yeroo waliin ta'an dhuufu dhuufan ykn ammoo inni dhiiraa ishee dubara biratti ykn isheen dubaraa isa dhiiraa biratti dhuufu dhuufuuf hin saalfatu/ttu yoo ta'e jaalalli isaanii kun umurii dheeraa qabaachu danda'a!!......... 🤩
"Couples that fart together stay together" 😀

☕︎𝙊𝙙𝙚𝙚𝙛𝙛𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖 𝙮𝙚𝙧𝙤𝙤 𝙮𝙚𝙧𝙤𝙤𝙣 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪𝙛 𝙠𝙖𝙧𝙖𝙖@facts_for_you21 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙣𝙪 𝙝𝙤𝙧𝙙𝙤𝙛𝙖𝙖!
03.04.202502:50
Kana beektuu ⁉️
Akka tasaa osoo qarshii biyya Awostiraliya(Australia) Dollara $10 bakka lamatti kuttee gartokke isa akka Dollar $5 tti fayyadamu dandessu.😁
Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Akka tasaa osoo qarshii biyya Awostiraliya(Australia) Dollara $10 bakka lamatti kuttee gartokke isa akka Dollar $5 tti fayyadamu dandessu.😁
Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
02.04.202515:58
Kana beektuu❓
✔️Addunyaa kanarra yoo xiqqaate namoonni sirritti si fakkaatan 6 tu jiru. Jireenya kee keessatti isaan keessaa tokkoon wal arguuf carraan %9 qabda.
✔️Dheerinni nama tokkoo abbaa isaatiin, ulfaatinni isaas haadha isaatiin murtaa'a.
✔️Guyyaatti sa'aatii 11 ol yoo teesse waggoota 3 dhufan keessatti carraan du'uu kee %50 dha.
Odeeffannoo akkanaatif ❤️ tuquun nu deggaraa.

24.03.202511:40
Kana beektuu ?
Lakkofsa Leencota addunyaa kana irra jiranu irra siidaa leenota addunyaa kana irra jiraniitu baayinaan caala😢
Share➩ @Facts_For_you12
Share➩ @Facts_For_you12
Lakkofsa Leencota addunyaa kana irra jiranu irra siidaa leenota addunyaa kana irra jiraniitu baayinaan caala😢
Share➩ @Facts_For_you12
Share➩ @Facts_For_you12

31.03.202502:21
✅Akka qorannoowwan tokko tokko agarsiisanitti, comediyaanonni fi namoonni nama kofalchiisu danda'an namoota biroo caalaa dhiphina sammuu qabu!
Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Share @facts_for_you12
Share @facts_for_you12
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
24.03.202517:19
🌿OBSI
➬Beekaa taatuus
➬Rakkataa taatus
➬Huqqataa taatuus
➬Furdataa taatuus
🪴DHOKSI
➬Karoora kee
➬Kufiinsa kee
➬Iccitii kee
💯SIRREESSI
➬Amala qabdu
➬Oolmaa baddu
➬Boonuu yaaddu
➬Hiriyyaa gantuu
Share➩ @Facts_For_you12
Share➩ @Facts_For_you12
➬Beekaa taatuus
➬Rakkataa taatus
➬Huqqataa taatuus
➬Furdataa taatuus
🪴DHOKSI
➬Karoora kee
➬Kufiinsa kee
➬Iccitii kee
💯SIRREESSI
➬Amala qabdu
➬Oolmaa baddu
➬Boonuu yaaddu
➬Hiriyyaa gantuu
Share➩ @Facts_For_you12
Share➩ @Facts_For_you12

26.03.202503:45
Dargaggeessi isin argitan kun dorgommii betting irratti birrii miliyoona 36 injifate
✔️Sanaan booda intalli yeroo dheeraaf mana betting keessatti qarshi qabduu turte ammoo intala inni baayyee jaalatu dha.sana booda isheen guutummaan guututti hojicha dhiistee Isa duukaa deemte.🏃♀️
Yeroo jaalalaa ho'aa ta'e isiif hawwineerra🙄😘
Jaalala qulqulluu yeroo fi qarshiin hin daangessu🙄

25.03.202516:30
Kiristiyaanoo Roonaaldoo guyyaa 869 Liyooneel Meesii caala. Haaluma walfakkaatuun ilmi jalqabaa Kiristiyaanoo Roonaaldoo Kiristiyaanoo Jr ilma jalqabaa Liyooneel Meesii Tiyaagoo Meesiirraa guyyoota 869 caala. 😱
🐐 × 🐐
Share➩ @Facts_For_you12
Share➩ @Facts_For_you12
🐐 × 🐐
Share➩ @Facts_For_you12
Share➩ @Facts_For_you12
अधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।