Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
KUTANNOO123 ✊ avatar

KUTANNOO123 ✊

→Kaayyoo kee irratti kutannoo fi murannoo qabaadhu!Channel kanaan,
👉
👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes)
👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech)
👉Gorsa(advice)
Buy ads: https://telega.io/c/Kutannoo123
Contact: @getbi75029
TGlist रेटिंग
0
0
प्रकारसार्वजनिक
सत्यापन
असत्यापित
विश्वसनीयता
अविश्वसनीय
स्थानЕфіопія
भाषाअन्य
चैनल निर्माण की तिथिЛист 14, 2023
TGlist में जोड़ा गया
Бер 06, 2025
संलग्न समूह

रिकॉर्ड

31.03.202523:59
9Kसदस्य
27.03.202515:30
50उद्धरण सूचकांक
07.03.202504:33
211प्रति पोस्ट औसत दृश्य
21.03.202501:43
207प्रति विज्ञापन पोस्ट औसत दृश्य
20.03.202514:54
20.00%ER
07.03.202504:34
2.40%ERR

KUTANNOO123 ✊ के लोकप्रिय पोस्ट

30.03.202504:26
💎GIVE AWAY NI BARBAADDUU?
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻

It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.

⚡️ Place your ad here in three simple steps:

1 Sign up

2 Top up the balance in a convenient way

3 Create your advertising post

If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.

Start your promotion journey now!
01.04.202521:08
GOOOOOOOOOOOOOL GOOLII AJAAYIBAA SAKAN TAPHA HARRAA IRRATTI KIYYOO KEESSA BUUSE ILAALUU BAKKA VIEW JEDHU TUQI.
से पुनः पोस्ट किया:
KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆 avatar
KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆
30.03.202520:44
#kaayyoodhugaa



Addunyaan tun qormaata garuu irra
Barachuu hin dagatin.

#Namni gaariin beekkumsa siif taha
#Namni badan barnootaa siif taha

#Namni beekaan sammuu siif taha
Waaqayyo galgala tokkotti seenaa kee jijjiira!
~
Milkaa'ina kee namarraa eegdaa? Lakki, abdiin karaa namaa fagoo si hin geessisu. Namni tarii har'a si eebbisee bor si abaara. Tarii har'a si kabajee bor si salphisa. Har'a si wajjin kolfee bor nyaara sitti guura. Har'a waadaa siif galee bor si gana. Waaqayyoon yoo abdatte garuu karaan fagaatus bakka yaadde ni geessa. Abidda keessatti waadamtee warqee taata. Nama Waaqayyoon abdatutti aduun hin dhiitu. "Naaf dhumeera...kanarra karaan hin jiru" gaafa ati jettu, "Lakkii kan kee ganaadha, si'achin jireenya si jalqabsiisa" siin jedha Waaqayyo!
~
Namichi argitan kun nama biyya Taanzaaniyaati. Maqaansaa 'Saniniu Laizer' jedhama. Albuuda baasuudhaan maatiisaa jiraachisa. Hojii kana waggaa baay'ee hojjete. Lubbuusaa balaarra buusuudhaan holqa lafaa seenee albuuda barbaada. Ijoollee baay'ee qaba. Waan inni hojjetu qoonqoo maatisaarra hin darbu. Garuu guyyaa tokko abdii kutee hin beeku. Jireenyasaa fooyyeffachuuf jedhee soba, hannaafi saamicha yaadees hin beeku. Lafa qota, albuuda barbaada. Boris lafa qota - albuuda barbaada. Waaqayyo gaaftokko jireenya koo jijiiira jedhee abdata. Maarree abdiinsaa abdii qofa ta'ee hin hafne. Akkuma abdate ta'eef!
~
Waggaa 2 dura akkuma duriisaa utuma albuuda barbaaduu, albuuda gati - jabeessa lama bakka tokkotti argate. Albuudonni kunneen walumatti kiiloo 15 ulfaatu. Albuudni hamma kanaa ulfaatu Taanzaaniyaa keessatti argamee hin beeku. Albuuda argate kana borumtaa gabaaf dhiyeessee doolaara Ameerikaa miliyoona 3.4tti gurgurate. Galgala tokkotti miliyeenarii ta'ee jiruusaafi jiruu ijoolleesaa, akkasumas jiruu hawaasa isaa sadarkaa guddaatti ceesisuuf carroome. Agartee? Waaqayyo yoo barbaade akkas godha. Isatti amani, isa abdadhu, dafqiimmoo hojjedhu. Namni bulee sitti jijjiirama, Waaqayyo garuu bulee si jijjiira!

Dilbata gaarii!
हटा दिया गया25.03.202509:17
🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓🆓
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf Channel kana gadi Join godhi
Free internet fayyadamii dafi request godhii.🫵🫵🫵🫵
27.03.202501:15
If you want to Buy Reactions Plan , Contact @FajisHere

We Provide Reactions on monthly plan bases

Works on private, public Channels
Reactions can be customizable 😍

Contact : @FajisHere
से पुनः पोस्ट किया:
KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆 avatar
KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆
24.03.202520:04
☞“Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.”
      Maartiin Luuter Kiingi.
👇👇👇
Join Join Join
Join Join Join
@Kaayyoodhugaa
@Kaayyoodhugaa
Rikoordii mohammad saalaa dubbisuu yoo barbaaddee ammuma bakka dubbisuuf jedhu tuqi.
29.03.202504:06
GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA

Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa 👇👇
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻

It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.

⚡️ Place your ad here in three simple steps:

1 Sign up

2 Top up the balance in a convenient way

3 Create your advertising post

If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.

Start your promotion journey now!
Baga gammaddan namoonni oduu ispoortii kilabii hundaa barbaaddan hundi keessanuu amma dafaa chanel kanatti makamaa
अधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।