tapswap community
tapswap community
Notcoin Community
Notcoin Community
Whale Chanel
Whale Chanel
tapswap community
tapswap community
Notcoin Community
Notcoin Community
Whale Chanel
Whale Chanel
Galmee Ispoortii avatar
Galmee Ispoortii
Galmee Ispoortii avatar
Galmee Ispoortii
Mohammed Saalaan taphataa cimaa waggaa kanaa ta'uun waldaa Barreessitoota kubbaa miilaan filatamee Jira.

Saalaa 👏👏👏👏👏

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Tapha deebii shaapiyoonsi liigii Awurooppaa walakkaa xumuraa har'a taphatamuun.....

4:00 ✅ PSG Arsenaal waliin ni taphatu.
Kilabni injifatee darbe Inter Miilaan waliin xumuraaf kan morkatu ni ta'a kilabni injifatame Baarsiloonaa waliin sadarkaa 3ffaaf kan morkatu ni ta'a.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Inter Miilaan gara walakkaa xumuraatti........

Tapha hawwataa shaapiyoonsi liigii Awurooppaa walakkaa xumuraa Amma xumurameen Inter Miilaan Baarsiloonaa goolii 4-3n injifachuu qabxii waliigalaan goolii 7-6n injifachuun tikkeetti gara xumuraatti isa geessu murateera.

Baarsiloonaa immoo gara mana isaatti gaheera.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ➡️@Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Deegartoonni Inter Miilaan Alaabaa Riyaal Maadriid fidanii dirree keessa oliif gad oofaa jiru.🥺

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ➡️@Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphni deebii shaapiyoonsi liigii Awurooppaa walakkaa xumuraa...

Inter Miilaan fi Baarsiloonaa giddutti geggeeffamu tapha hawataa deegartoonni kubbaa miilaa hawwiin eegaa jiraniidha.
Eenyutu milkaa'a laata?

Inter Miilaan warreen jettan 👍👍👍👍 tuqaa
Baarsiloonaa warreen jettan 🥰🥰🥰🥰 tuqaa

Tilmaamuuf 👇👇🎁🎁

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Nageellee Arsii Nageellee Arsii 🙏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

Gammachuun ummata fi kilba nageellee Arsii akkuma itti fuufetti Jira ,nuti suuraa akkanaa gaaf kilaboonni Awurooppaa waancaa wayii injifatanii walitti yaa'an argina, Nageellee Arsii immoo kan Biyya biroo hin mitii aniyyuu isiniif jiraa jechuun ummataa dheebuu kubbaa miila qabu kana gammachuun of wallaalchisaa Jira.

Suuraan Kun ummanni keenya hangam akka kubbaa miila jaalatuuf dheebuu kubbaa miila qabu ibsuuf gahaadha.🙏🙏👏👏👏

💯 100👍👍🥰🥰 Nageellee Arsiif

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Nikoo wiiliyaamsi fi Inaakii wiiliyaamsi tapha Yuurooppaa Liigii boru Maan Yuunaayitid waliin qaban irratti sababa miidhamaan akka hin hirmaanne gabaafameera.

#Fabrizio

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
07.05.202505:32
Leenjisaan Inter Miilaan Simoonee Inzaagii; tapha kanarratti wanti ani jedhu yoo jiraate,Firaankii Diiyoong taphataa mudaa hin qabneedha,taphataa namni kamuu daawwachuuf hawwuudha, inni amma sadarkaa Laamiin Yamaal irra jiruu gad natti hin fakkaatu jechuun Firaankii Diiyoong dhaadhesseera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Fraankiskoo Acheebeeri taphataa umrii 37 yoo ta'u, waggaa 20f kubbaa miilaa taphateera,har'i immoo isaaf guyyaa addaati goolii shaapiyoonsi liigii jalqabaa isaa daqiiqaa dhumaa irratti Inter Miilaaniif lakkofsiisuun gara daqiiqaa dabalataa 30 akka deeman gochuu danda'eera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Laamiin Yamaal yeroo deegartoonni Inter Miilaan itti iyyan seequun guuttamee ilaalaa ture.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Ilmi kirisaanoo Roonaaldoo, Roonaaldoo Juuyneer garee biyyooleessa Poorchugaal umrii 15 gadiif akka waamame gabaafameera.
Juuyneer yeroo jalqabaaf Biyya isaa bakka bu'ee akka taphatuuf waamichi taasifameef Jira.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Viini Juuniyeer abbaa qabeenyaa kilaboota hedduu waan ta'eef hanga waggaa 2tti kubbaa miilaa irraa dhorkamuu danda'a.

FIFAn seera dantaa dhuunfaa cabseera jechuun qorachaa akka jiru Marca tu gabaase.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Ga'uumsa Inter Miilaan shaapiyoonsi liigii irratti mulisaa jiruun dandeetti Leenjisaa kanaa osoo hin dinqisiifatin darbuun kubbaa miilaa wallaaluudha.
Keessattuu taaktikin inni fayyadamu adduma, taphattoota sarara ittisaa hanga fuulduraatti goolii galchaa turan .
Simoonee Inzaagii Abbaa Taaktika 5-3-2....maal jettuun mee.👏👏👏👏👏👏


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphataan cimaan tapha shaapiyoonsi liigii Awurooppaa eda Inter Miilaan fi Baarsiloonaa giddutti geggeeffamee, goolii eegaa warra Inter Miilaan Yaan Somaar ta'eera.
Wanti addaa immoo Inter Miilaan goolii eegaa kana Onaanaa Paawondii miliyoona 50M gurguree Paawondii miliyoona 6 qofaan bite.🥺

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Jarri wal gobaa jirti Baarsiloonaan boqonnaa dura 2-0n durfamuu irraa ka'ee goolii galchuun wal qixxa ta'aniiru.

Amma daqiiqaa 70 irra gahaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ➡️@Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
"Mikeel Arteetaan akka milkaa’uu nan barbaada garuu tapha borii irratti miti." Luwiis Enerikee.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Inter Miilaan guyyoota 972f taphoota shaapiyoonsi liigii Awurooppaa dirree ofii irratti taphate hin moo'amne, guyyaa dhumaaf September 20 bara 2022 kan inni injifatame.

Har'a halkan sa'aatii 4 irraa eegaluun Baarsiloonaa waliin kan morkatu ni ta'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Pirimeer Liigii Ingilaand taphoota biroo amma xumuramaniin Arsenaal goolii 4-0n Iswiich injifachuun ammas morkii shaampiyoonummaa taasisu itti fuufsisee Jira.

Tapha birootiin Maan Yuunaayitid dirree fi deeggartoota isaa fuulduratti goolii 1-0n Woolvisin moo'ameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Yoosuuf Chiippoo(Gaz) ; Ronald Arajon dandeettii ni qaba,saffisas ni qaba,waan hunda ni qaba jechuu ni dandeenya garuu sammuu hin qabu jechuun dogoggora tapha edaa booddee baayyee qeeqeera.

Arajoon sababa arabsootoo deegartootaa Baarsaaf suuraa post godhee ture haquun ni yaadatama.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Yamaal Yamaal Yamaal mucaan kubbaa miilatti hawwatamummaa dabalee Jira mee React wayitiin waa jedhadhaan ijoolle.🔥👏👏👏👏👏

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Laamiin Yamaal yeroo taphataa Inter Miilaan Mikitaariyaan kuffisee darbuu hiriyyaan garee isaa Ronald Arajoon teessoo jijjiirraa irra ka'uun harka rukutaafii ture.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✍️Real Madrid taphataa sarara ittisaa Liverpool Arnold booda kan biraa I. Konate jijjiirraa bilisaan mallatteessisuuf yaadaa jira, kontiraatni ibrahima konaté mana Liverpool keessa isaa tursiisuu bara 2026 xumurama waan ta'eef Real Madrid taphataa sarara ittisaa kana bilisaan mallatteessifachuuf yaada jiru!


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Safuudha Abboo 🥺🥺 Jarri Kun akka obboleeyyan ta'an ni dagatan moo maaliif walitti roobsuu?🥺

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Pirimeer Liigii Ingilaandin Cheelsiin duubaa ka'uun Fuulhaam injifachuun bara dorgommii kana dirreen ala imalee tapha isaa jalqabaa injifachuu danda'eera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
दिखाया गया 1 - 24 का 97
अधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।