Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Galmee Ispoortii avatar

Galmee Ispoortii

TGlist रेटिंग
0
0
प्रकारसार्वजनिक
सत्यापन
असत्यापित
विश्वसनीयता
अविश्वसनीय
स्थान
भाषाअन्य
चैनल निर्माण की तिथिSep 12, 2024
TGlist में जोड़ा गया
Sep 16, 2024
संलग्न समूह

समूह "Galmee Ispoortii" में नवीनतम पोस्ट

Viini Juuniyeer abbaa qabeenyaa kilaboota hedduu waan ta'eef hanga waggaa 2tti kubbaa miilaa irraa dhorkamuu danda'a.

FIFAn seera dantaa dhuunfaa cabseera jechuun qorachaa akka jiru Marca tu gabaase.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Pirimeer Liigii Ingilaand taphoota biroo amma xumuramaniin Arsenaal goolii 4-0n Iswiich injifachuun ammas morkii shaampiyoonummaa taasisu itti fuufsisee Jira.

Tapha birootiin Maan Yuunaayitid dirree fi deeggartoota isaa fuulduratti goolii 1-0n Woolvisin moo'ameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Pirimeer Liigii Ingilaandin Cheelsiin duubaa ka'uun Fuulhaam injifachuun bara dorgommii kana dirreen ala imalee tapha isaa jalqabaa injifachuu danda'eera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Maan Yuunaayitid Joobee Beelingaahaam jijjiirra ganna dhufuun fudhachuuf hordofaa jiraachuun gabaafameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Liivarpuul Moorgaan Roojeersi fudhachuuf Arsenaal,Maan Yuunaayitid, Cheelsii fi PSGn dorgamuuf qophiidha jedhameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Baarsiloonaan erga barri 2025 seenee taphoota 26 taphate keessaa tapha 1 qofa moo'amuu danda'eera.

Barsaa💪🔥🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Akka Fabrizio Romaanoon Relevo cuqasuun gabaasetti Riyaal Maadriid tapha Laaligaa har'aan qabxii kan gatu yoo ta'e Leenjisaa kilabichaa Kaarlooyaan Ancheelootii battalumatti hojii irraa geggeessuu danda'u jedheera.🥺🥺

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Nikoo wiiliyaamsi sababa miidhamaan tapha Riyaal Maadriid waliin qabaniin ala ta'ee Jira, tapha Yuurooppaa Liigii walakkaa xumuraa Maan Yuunaayitid waliin qabaniif gahuuf dhabuuf qorannoo dabalataa akka barbaadu ibsameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Maal ijoolleen Kun lameen tapha Bireentifoord osoo hin jaalatin akka daawwannu nu gochaa jirti💪💪Mubemoo 💎Wiisaa💎

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Roobert Luwaandooskiin sababa miidhamaan hanga torbee 3 dirree irraa fagaachuu danda'a jedhameera.

$Fabrizio #Romaano

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Tapha Pirimeer Liigii Ingilaand torbee 33ffaa amma xumurameen gareen Unaayi Emiree Astonviilaan Niwukaastilin keessummeessuun goolii 4-1n injifachuu danda'eera.
Niwukaastil Leenjisaa isaan Ediin Haween alatti injifatamuu danda'aniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Skoot Maktoomeenin bara kan Naapooliif goolii 10 lakkofsiisuu danda'eera.🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Torbee tokko keessatti Haatrik 2 taphattoota Baarsiloonaa irratti hojjatan.

Guraasi ⚽️⚽️⚽️ Shaapiyoonsi Liigii irratti
Igilisaayaas ⚽️⚽️⚽️ Laaligaa irratti

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Ismaa'ilaa Saar tapha har'a Kiristaal Paalas Baarnimaawuuz waliin taasise irratti.🥺

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Eriik Ten Haag bakka Kaarlooyaan Ancheelootii bu'uun Riyaal Maadriid leenjisuu fedhii qabaatus Kilabichi akka hin barbaanne ibsaniiru.🥺🥺

TNT Spoort

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

रिकॉर्ड

23.04.202523:59
15.5Kसदस्य
28.02.202523:59
1250उद्धरण सूचकांक
18.04.202523:59
2.9Kप्रति पोस्ट औसत दृश्य
18.04.202523:59
2.9Kप्रति विज्ञापन पोस्ट औसत दृश्य
30.11.202423:59
46.67%ER
21.09.202423:59
37.68%ERR

Galmee Ispoortii के लोकप्रिय पोस्ट

What a beautiful picture ♥️♥️

Ji'oo Neevees fi Jaalallee isaa 👏👏👏 Neevees 10000000 like.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Eriik Ten Haag bakka Kaarlooyaan Ancheelootii bu'uun Riyaal Maadriid leenjisuu fedhii qabaatus Kilabichi akka hin barbaanne ibsaniiru.🥺🥺

TNT Spoort

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Kaasimeeroon tapha Yuurooppaa Liigii halkan edaa irratti, Peenaality argamsiise, kubbaa Maayinoon galche isatu mijeessee kenne, Kubbaa Harry Maaguweer galche isatu mijeessee kenne,kana hunda kan godhe daqiiqaa 15 qofa keessatti.

Prime Kaasimeeroo🔥🔥👏👏

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Viini Juuniyeer abbaa qabeenyaa kilaboota hedduu waan ta'eef hanga waggaa 2tti kubbaa miilaa irraa dhorkamuu danda'a.

FIFAn seera dantaa dhuunfaa cabseera jechuun qorachaa akka jiru Marca tu gabaase.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Mikaayil Arteettaa: Peep Gaardiyoolaan galatoomi jechuun barbaadaa, inni nama milkaa'inna koo irratti na gargaareedha.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Pirimeer Liigii Ingilaand taphoota biroo amma xumuramaniin Arsenaal goolii 4-0n Iswiich injifachuun ammas morkii shaampiyoonummaa taasisu itti fuufsisee Jira.

Tapha birootiin Maan Yuunaayitid dirree fi deeggartoota isaa fuulduratti goolii 1-0n Woolvisin moo'ameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❄️Taphoota Piriimeer Ligii Inglaand torbee 33ffaa.

💎Sambata
11:00 ✅ Bireentfoord Biraayteen waliin
11:00 ✅ Paalaas Bornmaawuz waliin
11:00 ✅ Everteen Maan Siitii waliin
11:00 ✅ Westham Saawuzhampiten waliin
01:30 ✅ Astonvilaa Niwkastil waliin

💎Dilbata

10:00 ✅ Fulhaam Cheelsii waliin
10:00 ✅ Ipswich Arsenaal waliin
10:00 ✅ Maan Yunaayitid Wolviis waliin
12:30 ✅ Leester Livarpuul waliin

💎Wixata
04:00 ✅ Tootenham Notinghaam waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Maan Yuunaayitid Joobee Beelingaahaam jijjiirra ganna dhufuun fudhachuuf hordofaa jiraachuun gabaafameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Arsenaal bara kana garee dhiiraa fi dubartootaan garee Riyaal Maadrid shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan ala gochuu danda'aniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Roobert Luwaandooskiin sababa miidhamaan hanga torbee 3 dirree irraa fagaachuu danda'a jedhameera.

$Fabrizio #Romaano

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Erliing Haalaand sababa miidhamaan torbee 5-7 dirree irraa akka fagaatu leenjisaan garichaa Peep Gaardiyoolaan mirkaneesseera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Tapha Yuurooppaa Liigii amma xumurameen Maan Yuunaayitid tapha diraamaan guuttameen 5-4 Liyoon injifachuun qabxii waliigalaan 7-6 injifachuun gara walakkaa xumuraatti darbuu mirkaneeffateera.

Taphichi tapha Diraamaa hedduun guuttameen kan ta'ee yoo ta'u Liyoon taphattoota 10n goolii 2 Maan Yuunaayitid irratti galchuun Goolii 4-2n Yuunaayitidin dursaa turan daqiiqaa dabalataa boqonnaa booddee irratti Maan Yuunaayitid goolii 3 galchuun 5-4n injifachuun milkaa'eera.

Taphichi tapha kallattii osoo hin taane fiilmii Biyya Hindii fakkaata 🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Maal ijoolleen Kun lameen tapha Bireentifoord osoo hin jaalatin akka daawwannu nu gochaa jirti💪💪Mubemoo 💎Wiisaa💎

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Liivarpuul fi Arsenaal taphataa Woolvis Maatiyaas Kuunhaa fudhachuuf fedhiin qaban dabalaa dhufeera, Woolvis taphaticha gad dhiisuuf hanga £63M barbaada jedhameera.

TBR Football.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Deeggartoota Liigaa Waarsaa tapha Koonfiransi Liigii amma Cheelsii waliin taphataaran irratti:🥺🥺 Uffata mudhii olii baasuun kilaba ofii deegaraa jiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @GalmeeIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
अधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।