22.04.202513:28
Biraazil addunyaa irratti biyya yakki olaanaan keessatti gegeefamu yoo taatu, guyyaatti giddu galeessaan namoonni 170 ni ajjeefamu. Indiyaan ammo guyyaatti giddu galeessaan namoni 101 ajjeefamuun sadarkaa lammaffaa irra jirti.
🗣@GALAANA_BEEKUMSAA
🗣@GALAANA_BEEKUMSAA

18.04.202504:58
Kana Beektuu ??
Daa'imni Umrii Ji'a jahaa Hanga ji'a 12 Jiran Giddu Galaan sa'aatii 16 Hirriibaan Dabarsu.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ 🚀 💬
Like Share Comment

16.04.202509:10
🎙GAAFFII LAAFAA😎 DEEBII CIMAA.😱
🗣Osoo Dolaarri Miili'eenni Tokko Tola Siif kennamee Maal Itti Goota?
🗣 Deebii Gabaabaa Comment Irratti Nuuf Barreessaa.✍
Saffisaan Odeeffannoo Akka Maxxansinuuf React Gochuu Hin Dagatinaa

16.04.202504:49
English is easy.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment

15.04.202503:25
😍AKKAM BULTAN MAATIIN @GALAANA_BEEKUMSAA HUNDUU🥰 BAKKA NAGAA OOLAA❤️

14.04.202506:07
⚠️🚫OF EEGGANNOO Telegram Seera Haaraa Baasee Jira.
📱Fayyadamtoota Telegram hundaaf.📱
👀Akkuma suuraa Asii olii irratti mul'atuutti..
✅MUTE jedha yoo ta'e hin tuqinaa‼️
❌UNMUTE irra jira yoo ta'e yeroo 1 tuquun MUTE tti deebisaa🎯
Hiriyaa Kee Tokkoof Link Kana Ergi @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment
📱Fayyadamtoota Telegram hundaaf.📱
👀Akkuma suuraa Asii olii irratti mul'atuutti..
✅MUTE jedha yoo ta'e hin tuqinaa‼️
❌UNMUTE irra jira yoo ta'e yeroo 1 tuquun MUTE tti deebisaa🎯
Hiriyaa Kee Tokkoof Link Kana Ergi @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment
Reposted from:
DAMBALII KOLFAA

18.04.202515:46
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa 😊
https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2673
⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2673
⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
17.04.202523:43
Family let's go to 10k 🏃♀➡️🏃➡️🏃♂➡️

16.04.202507:53
🎙Sarara Qalloo Africa fi Awrooppaa Gidduu Jiru.
🗣 Bakki Kun Bakka Africa fi Awrooppaan Baayyee Walittii Dhihaataniidha. Fageenya Km 8.9 Qofa. Gidduu Kanatti Riqicha Hojjechuuf Yaadaa Jiru.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment
🗣 Bakki Kun Bakka Africa fi Awrooppaan Baayyee Walittii Dhihaataniidha. Fageenya Km 8.9 Qofa. Gidduu Kanatti Riqicha Hojjechuuf Yaadaa Jiru.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment
16.04.202504:45
🗣Seenaa kana irra deebiin Dubbisaa🔥.

14.04.202518:59
#Kana_Beektuu??
🗣Gosti Qamalee Kanaa Yeroo Nagaa Wal Gaafatan Taraa Taraa Quba Isaanii Funyaan Keessa Galchuuni.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment
🗣Gosti Qamalee Kanaa Yeroo Nagaa Wal Gaafatan Taraa Taraa Quba Isaanii Funyaan Keessa Galchuuni.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment

14.04.202505:49
Kana dhageessanii laata ❓
Namichi suuraa irraa argitan kun, Erga Haati Manaa Isaa duuteen booda, akka Isheen Samiirraa arguu dandeessuutti, Biqiloota baayyeetiin, Bosona boca Gitaaraa qabu haadha warraa isaaf dhaabee jira.
Jaalalli yoomuu mo'aadha!❤️❤️

18.04.202510:39
Ilmi Namaa 90% Abjuu Isaanii Ganama Ni Dagatu.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ 🚀 💬
Like Share Comment
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ 🚀 💬
Like Share Comment

17.04.202518:20
🗣Bara 2020 Akka Lakkoofsa Faranjootaatti Namichi Maqaan Isaa "JARRAD YOUNG" Lammii Awustiraaliyaa🇦🇺 Ta'e Tokko ⏰Sa'aatii Tokkoof Odoo Addaan Hin Kutin Push up 2919 Hojjechuun😱 Maqaa Isaa Galmee Dinqisiisoo Addunyaa Irratti Galmeessee Jira.👏
.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ 🚀 💬
Like Share Comment
🎙Mee Namticha Kanaaf React Kana👏 50 Kennaafii
.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ 🚀 💬
Like Share Comment

16.04.202507:05
🗣 Arsenal Vs Real Madrid
🎙 Tapha Nuusa Xummuraa Champions league Awrooppaa Marsaa Lammaffaa Eenyutu Injifata Tilmaama Keessan Nuuf Kaa'aa. Galgala Sa'aatii 04:00 Irratti.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment
🎙 Tapha Nuusa Xummuraa Champions league Awrooppaa Marsaa Lammaffaa Eenyutu Injifata Tilmaama Keessan Nuuf Kaa'aa. Galgala Sa'aatii 04:00 Irratti.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment

16.04.202504:32
Kana Beektuu
Kaangaaroon Utaaluudhaaf Eegeen Isaa Lafa tuquu qaba.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment
Kaangaaroon Utaaluudhaaf Eegeen Isaa Lafa tuquu qaba.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment

14.04.202516:46
▫️Seena ajaa'iba 🥰
-Jaalala kilabii fi Jaalala hiriyyaa dhugaa♥️👏
Namni Suura irratti argitan kun deggera Liivarpuuli, tapha Anfiild irratti taphatamu guutuman guututi hanga jechuun danda'amutti ni hordofa. wanti nama ajaa'ibuu taphoota ilaalu isaa osoo hin taane namni kun jaamaa(nama ija hin qabne )ta'uu isaati garuu waan ta'aa jiru arguu baatus hiriyyaan isaa yeroo hunda isa wolin dirre seene sagalee guddaadhaan wan ta'aa jiru hunda itti hima.

14.04.202504:41
🚨BREAKING...
Hordoftootaa fi Dinqisiifattoota Chaanaalii Keenyaa Hundaaf.
Namoonni Chaanaalii Kanaaf Admin Taatanii Hojjechuuf Hawwaa Turtan Hawwiin Keessan Isiniif Gaheera🤩.
Maarree Namoonni Fedhii Qabdan Username Kanaan 👉 @The_Muslim_Boy_18 Nadubbisaa.

18.04.202510:22
Family Link Armaan gadiin Seenuun Comment Isiniif Dhufu Like naaf godhaa na injifachiisaa https://t.me/qoosaa_oromoo_group/68719
16.04.202510:00
🎙Mammaaksa.
🗣Aduufi Bunni ...... Itti guutaa!!
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment
🗣Aduufi Bunni ...... Itti guutaa!!
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment

16.04.202506:33
🗣Biyya Ingliz Keessatti Eeyyama Konkolaachisaa(መንጃ ፍቃድ) Malee Konkolaataa Oofuu Kan Dandeessu Dubartii Eelsaabeet Qofa Turte. Sababiin Isaas Yeroo Sanatti Eeyyamni Kan Kennamu Maqaa Isheen Waan Ta'eef Ofiif Kennuu Waan Hin Barbaanneef Eeyyama Malee Oofaa Turte.
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment
𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA
👍ㅤ ✅ ❌ 💬
Like Mute Unmute Comment
15.04.202514:24
🎙Kana_Beektuu_Laata!
🗣Qabsaa'ota Oromoo Achi Buuteen isaanii Dhabaman!!
1.Jaal Nadhii Gammadaa
2.Jaal Baqqalaa Dawwaanoo
3.Hayyuu Dabbasoo Guyyoo
4.Jaal Lammeessaa Booruu
5.Jaal Yooseef Bantii
6.Barsiisaa Kabbadaa Hurrisaa
7.Jaal Baroodaa fikkf.
( 🎖Madda @ABDII_SABAA🎖 )

14.04.202512:37
Kana beektuu❓️
Bunni addunyaa irratti dhugaatii baay'ee jaallatamaadha, Akka Addunyaatti waggaan naannoo siinii biliyoona 400 ta'u dhugamaa

12.04.202504:50
Ilmi Namaa Jireenya Isaa Keessatti 1/3 Hirriibaan Dabarsa. Kana Jechuun Namni Wagaa 60 Tokko Waggaa 20 Hirriibaan Dabarsa Jechuudha.
🔰 @GALAANA_BEEKUMSAA 🔔
🔰 @GALAANA_BEEKUMSAA 🔔
Shown 1 - 24 of 31
Log in to unlock more functionality.