Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
GALAANA BEEKUMSAA avatar

GALAANA BEEKUMSAA

🌍BY THE POWER OF THE ALLAH
📡Chaanaalii kana irratti maaltu argama❓
🎙 Barnootaa adda addaa💡
🎙 Seenaale barsiisoo📄
🎙 Dhugaalee ajaa'ibsiiso😱
🎙 taatewwan namakofalchiisan😅
🎙Gaffiiwwan adda addaafii ❓ fi kkf..
💥 Creator @The_Muslim_Boy_18
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verified
Trust
Not trusted
Location
LanguageOther
Channel creation dateSep 27, 2024
Added to TGlist
Apr 14, 2025
Linked chat

Records

18.04.202515:58
10KSubscribers
28.09.202423:59
0Citation index
18.04.202523:59
278Average views per post
18.04.202523:59
312Average views per ad post
16.04.202523:59
26.58%ER
18.04.202523:59
2.81%ERR

Popular posts GALAANA BEEKUMSAA

😍AKKAM BULTAN MAATIIN @GALAANA_BEEKUMSAA HUNDUU🥰 BAKKA NAGAA OOLAA❤️
Kana beektuu❓


○Biyya Hinditti ayyaanni guyyoota 10f turu kan kabajamu, shamarreen tokko yeroo jalqabaaf marsaa laguu ishee yeroo raawwatudhaa.😄

@GALAANA_BEEKUMSAA
15.04.202514:24
🎙Kana_Beektuu_Laata!

🗣Qabsaa'ota Oromoo Achi Buuteen isaanii Dhabaman!!

1.Jaal Nadhii Gammadaa
2.Jaal Baqqalaa Dawwaanoo
3.Hayyuu Dabbasoo Guyyoo
4.Jaal Lammeessaa Booruu
5.Jaal Yooseef Bantii
6.Barsiisaa Kabbadaa Hurrisaa
7.Jaal Baroodaa fikkf.


( 🎖Madda @ABDII_SABAA🎖 )
#Kana_Beektuu??
🗣Gosti Qamalee Kanaa Yeroo Nagaa Wal Gaafatan Taraa Taraa Quba Isaanii Funyaan Keessa Galchuuni
.

𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA

👍ㅤ  ✅       ❌    💬
Like   Mute  Unmute Comment
Kana dhageessanii laata ❓

Namichi suuraa irraa argitan kun, Erga Haati Manaa Isaa duuteen booda, akka Isheen Samiirraa arguu dandeessuutti, Biqiloota baayyeetiin, Bosona boca Gitaaraa qabu haadha warraa isaaf dhaabee jira.

Jaalalli yoomuu mo'aadha!❤️❤️
Biraazil addunyaa irratti biyya yakki olaanaan keessatti gegeefamu yoo taatu, guyyaatti giddu galeessaan namoonni 170 ni ajjeefamu. Indiyaan ammo guyyaatti giddu galeessaan namoni 101 ajjeefamuun sadarkaa lammaffaa irra jirti.

🗣@GALAANA_BEEKUMSAA
▫️Seena ajaa'iba 🥰

-Jaalala kilabii fi Jaalala hiriyyaa dhugaa♥️👏

Namni Suura irratti argitan kun deggera Liivarpuuli, tapha Anfiild irratti taphatamu guutuman guututi hanga jechuun danda'amutti ni hordofa. wanti nama ajaa'ibuu taphoota ilaalu isaa osoo hin taane namni kun jaamaa(nama ija hin qabne )ta'uu isaati garuu waan ta'aa jiru arguu baatus hiriyyaan isaa yeroo hunda isa wolin dirre seene sagalee guddaadhaan wan ta'aa jiru hunda itti hima.
React to correct answer❤️👍🥰

❤️Hojjechuuf Nyaatama.
👍Nyaachuuf Hojjetama.
🥰Lamaan Isaanii Sirriidha.

Itti Yaadaa Deebisaa
🫵

𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA

👍ㅤ  ✅       ❌    💬
Like   Mute  Unmute Comment
14.04.202504:41
🚨BREAKING...

Hordoftootaa fi Dinqisiifattoota Chaanaalii Keenyaa Hundaaf.

Namoonni Chaanaalii Kanaaf Admin Taatanii Hojjechuuf Hawwaa Turtan Hawwiin Keessan Isiniif Gaheera🤩.

Maarree Namoonni Fedhii Qabdan Username Kanaan 👉
@The_Muslim_Boy_18 Nadubbisaa.
🗣Bara 2020 Akka Lakkoofsa Faranjootaatti Namichi Maqaan Isaa "JARRAD YOUNG" Lammii Awustiraaliyaa🇦🇺 Ta'e Tokko ⏰Sa'aatii Tokkoof Odoo Addaan Hin Kutin Push up 2919 Hojjechuun😱 Maqaa Isaa Galmee Dinqisiisoo Addunyaa Irratti Galmeessee Jira.👏

🎙Mee Namticha Kanaaf React Kana👏 50 Kennaafii

.


𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA

👍ㅤ  🚀 💬
Like   Share Comment
Kana beektuu❓️

Bunni addunyaa irratti dhugaatii baay'ee jaallatamaadha, Akka Addunyaatti waggaan naannoo siinii biliyoona 400 ta'u
dhugamaa
Australia keessatti hoolonni namoota Biyyaa Sana jiran caalaa baay’eedha. Australian horsiisa hoolotaatiin kan beekamtu yoo ta’u, lakkoofsi isaaniis baay’ina ummata biyyattii Dachaa 3 ol caala.

𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢. @GALAANA_BEEKUMSAA

👍ㅤ  ✅       ❌    💬
Like   Mute  Unmute Comment
Ilmi Namaa Jireenya Isaa Keessatti 1/3 Hirriibaan Dabarsa. Kana Jechuun Namni Wagaa 60 Tokko Waggaa 20 Hirriibaan Dabarsa Jechuudha.

🔰 @GALAANA_BEEKUMSAA 🔔
⚠️🚫OF EEGGANNOO Telegram Seera Haaraa Baasee Jira.

📱Fayyadamtoota Telegram hundaaf.📱

👀Akkuma suuraa Asii olii irratti mul'atuutti..
✅MUTE jedha yoo ta'e hin tuqinaa‼️

❌UNMUTE irra jira yoo ta'e yeroo 1 tuquun MUTE tti deebisaa🎯

Hiriyaa Kee Tokkoof Link Kana Ergi @GALAANA_BEEKUMSAA

👍ㅤ  ✅       ❌    💬
Like   Mute  Unmute Comment
23.04.202519:33
Guutu isaa join gochuun dubbisaa!! 👇👇

https://t.me/Dambalii_ispoortii/2751
Log in to unlock more functionality.