Deleted19.04.202517:19
18.04.202518:38
Waadaa jaalala dhugaa
Dhiigaan siif katabee
Bakka waadaa keenyaa
Dhaabbadheen si dhabee
Duraaf duuba laalee
Nama hunda keessa
Si Arguu dhadhabeen
Qofaa koo odeessaa
Ammas deddeebi'een
Si Arguuf milladhaa
Nama kamuu dhiiseen
Tokkittii keen fedhaa
Mi'aa jaalala dhugaa
Si qofaattin himadhaa
Lakki kun dhugaa mitii
Jedheen uumaa komadhaa
Daandii jaalala dhugaa
Obsaan deemaa tiradhee
Ani yoomiyyuu taanaan
Du'es ta'ee boqodhee
Yoomiyyuu sin Jaalladhaa
An yooman si dagadhee
Ammallee naaf deebi'ii
An dhugaan si jaalladhee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Dhiigaan siif katabee
Bakka waadaa keenyaa
Dhaabbadheen si dhabee
Duraaf duuba laalee
Nama hunda keessa
Si Arguu dhadhabeen
Qofaa koo odeessaa
Ammas deddeebi'een
Si Arguuf milladhaa
Nama kamuu dhiiseen
Tokkittii keen fedhaa
Mi'aa jaalala dhugaa
Si qofaattin himadhaa
Lakki kun dhugaa mitii
Jedheen uumaa komadhaa
Daandii jaalala dhugaa
Obsaan deemaa tiradhee
Ani yoomiyyuu taanaan
Du'es ta'ee boqodhee
Yoomiyyuu sin Jaalladhaa
An yooman si dagadhee
Ammallee naaf deebi'ii
An dhugaan si jaalladhee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
15.04.202515:07
Guyyaa Gootota Oromoo
“Islaamaaf kiristaanaan
Nu qooddanii qofaatti
Nu facaasuu'n yaalinaa
Akka ilmaan bofaatti.
Amantaafi kutaadhaan
Akka addaan hin baane
Oromummaan tokkoomnee
Irbuudhaan manaa baanee.
Dameensaa babal’atee
Ga’us gamaaf gamana
Jirma tokkorraa latee
Adda'n se’in namana.
Warra kaabaafi kibbaa
Warra bahaa fi lixaa
Jettanii nun hirinaa
Bakkumatti nu fixaa”
Jedhanii Shinniiggaatti
Du’aan falmii qabanii
Guyyaa gootonni keenya
Lubbuu lammiif dhabani.
Jaal Muhee Abdoo tiif
Jaal Magarsaa Barii
Abboomaa Mitikkuu
Kan akka, Jaal Marii
Jaal Gadaa Gammadaa
Jaal Dhaddachoo Boruu
Qeerransa diinni argee
Fuulleetti irraa goruu.
Falmataa fi Faafam
Dhaddachoo'f Irranaa
Warra ofiif gubachuun
Nuummoo ifan sanaa.
“Hin taanu” jedhanii
Akka haamtuuf okkoo
Warra kudha tokkoon
Bu’an boolla tokko.
Gumiin qabsoof ba’e
Bu’ee harka alagaa
Guyyaa dhiigni gootaa
Yaa’e akka lagaa.
Lubbuu qaalii hedduun
Bineensaan nyaatamee
Guyyaa itti tokkummaan
Dhiigaan nuuf laatame.
Guca tokkummaa sabaa
Faajjii waloo keessanii
Guyyaa Gootota Oromoo
Eebila kudha shani,
Baga nagaadhaan geenye
Baga nagaan geessani!
✍️Riyaad Raayyaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
“Islaamaaf kiristaanaan
Nu qooddanii qofaatti
Nu facaasuu'n yaalinaa
Akka ilmaan bofaatti.
Amantaafi kutaadhaan
Akka addaan hin baane
Oromummaan tokkoomnee
Irbuudhaan manaa baanee.
Dameensaa babal’atee
Ga’us gamaaf gamana
Jirma tokkorraa latee
Adda'n se’in namana.
Warra kaabaafi kibbaa
Warra bahaa fi lixaa
Jettanii nun hirinaa
Bakkumatti nu fixaa”
Jedhanii Shinniiggaatti
Du’aan falmii qabanii
Guyyaa gootonni keenya
Lubbuu lammiif dhabani.
Jaal Muhee Abdoo tiif
Jaal Magarsaa Barii
Abboomaa Mitikkuu
Kan akka, Jaal Marii
Jaal Gadaa Gammadaa
Jaal Dhaddachoo Boruu
Qeerransa diinni argee
Fuulleetti irraa goruu.
Falmataa fi Faafam
Dhaddachoo'f Irranaa
Warra ofiif gubachuun
Nuummoo ifan sanaa.
“Hin taanu” jedhanii
Akka haamtuuf okkoo
Warra kudha tokkoon
Bu’an boolla tokko.
Gumiin qabsoof ba’e
Bu’ee harka alagaa
Guyyaa dhiigni gootaa
Yaa’e akka lagaa.
Lubbuu qaalii hedduun
Bineensaan nyaatamee
Guyyaa itti tokkummaan
Dhiigaan nuuf laatame.
Guca tokkummaa sabaa
Faajjii waloo keessanii
Guyyaa Gootota Oromoo
Eebila kudha shani,
Baga nagaadhaan geenye
Baga nagaan geessani!
✍️Riyaad Raayyaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Deleted15.04.202516:08
Reposted from:
ODAA ENTERTAINMENT

13.04.202520:58
⬂⬂⟱⟱⬃⬃
Oduu gammachiisaa
Channeliin Kessaan Akkaa Isiinif Guddaatu ni Barbadduu!
Guyyaa Muraasa Qofa Kessattii Member Hedduu 𝗪𝗮𝘃𝗲 horuu danda'u bannee jirra.
Saffisaan qaqabadhaa.
Chaanaalii Kanneen hordoftoota
⟱⟱⟱⟱⟿⟲⬳⟱⟱⟱⟱
Above ➣ 5K+ subscribers
Above ➣ 10K+ Subscribers
⟹⬎⬂⟱⬃
Qofti na Quunamaa @TM_SMN
Hubadhaa: Chaanaalii view hin qabneefi promotion baayyee qabu hin fudhannu.@TM_SMN
⬀⬀⟰⟰⟰⬁⬁
Oduu gammachiisaa
Channeliin Kessaan Akkaa Isiinif Guddaatu ni Barbadduu!
Guyyaa Muraasa Qofa Kessattii Member Hedduu 𝗪𝗮𝘃𝗲 horuu danda'u bannee jirra.
Saffisaan qaqabadhaa.
Chaanaalii Kanneen hordoftoota
⟱⟱⟱⟱⟿⟲⬳⟱⟱⟱⟱
Above ➣ 5K+ subscribers
Above ➣ 10K+ Subscribers
⟹⬎⬂⟱⬃
Qofti na Quunamaa @TM_SMN
Hubadhaa: Chaanaalii view hin qabneefi promotion baayyee qabu hin fudhannu.@TM_SMN
⬀⬀⟰⟰⟰⬁⬁
03.04.202509:21
Har'a kolfeen
Booru gadda
Tokkoof qilee
Kaaniif baddaa
Tokkoof hiddii
Kaaniif loomii
Bakka jibbaa
Bakka goomii!
Kan hiyyeessa
Boquu cabsu
Kan sooreessaaf
Daboo labsu!
Kan rakkataaf
Rakkoo dhalche
Siif safuudha
Jiruu dachee!
Michuu
@wiirtuu_wolaloo
@wiirtuu_wolaloo
Booru gadda
Tokkoof qilee
Kaaniif baddaa
Tokkoof hiddii
Kaaniif loomii
Bakka jibbaa
Bakka goomii!
Kan hiyyeessa
Boquu cabsu
Kan sooreessaaf
Daboo labsu!
Kan rakkataaf
Rakkoo dhalche
Siif safuudha
Jiruu dachee!
Michuu
@wiirtuu_wolaloo
@wiirtuu_wolaloo
26.03.202520:18
Anoo mureen beeku
Garbuudhaaf Qamadii
Namas Argeen Beekuu
Nama namaa gadii
Jireenyis Hammaatee
Jenna namaan fardii
Zayiitiin Qaala’ee
Urgaa'e Akka Wardii
Osoon Geenye jennuu
Guyyaan Dhuftee baddii
Guyyaa Roobni Dhufee
Aduun Daftee Baddii
Waanuma fedheefuu
Boruu Ifuu qabdii
Jireenyi Hammaatees
Hin Kutatin Abdii
Jabaadhu jabaadhu
Boru Bu'aa Qabdii🏆
➪@Musaab_Naasir🌟
➪@Musaab_Naasir🌟
Garbuudhaaf Qamadii
Namas Argeen Beekuu
Nama namaa gadii
Jireenyis Hammaatee
Jenna namaan fardii
Zayiitiin Qaala’ee
Urgaa'e Akka Wardii
Osoon Geenye jennuu
Guyyaan Dhuftee baddii
Guyyaa Roobni Dhufee
Aduun Daftee Baddii
Waanuma fedheefuu
Boruu Ifuu qabdii
Jireenyi Hammaatees
Hin Kutatin Abdii
Jabaadhu jabaadhu
Boru Bu'aa Qabdii🏆
➪@Musaab_Naasir🌟
➪@Musaab_Naasir🌟
Deleted26.03.202520:17
22.03.202511:38
➺𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮?
Namonnii Channeliin Kessaan Akkaa Isiinif Guddaatuu Barbaddan! Guyyaa Muraasa Qofaa Kessattii Member Hedduu Hora𝐜𝐡uu𝐟 𝐍𝐚 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚.
◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦
BAKKA Lamaan
➺ Above ➣ 1K+ subscribers
➺ Above ➣ 5K+ subscribers
Na 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐮𝐮𝐟👉 @MN_SMN 👈
Hubadhaa! 1k Gadi haala Waliigalteen isiniif Hojjanna
Bakki muraasni waan hafeef Daddafaa
Dabalataan 1k+ view channel cross promotion
Loogoo social media keessanii fi paid promotion ni hojjanna.
DM👉 @MN_SMN na Quunamaa.
Namonnii Channeliin Kessaan Akkaa Isiinif Guddaatuu Barbaddan! Guyyaa Muraasa Qofaa Kessattii Member Hedduu Hora𝐜𝐡uu𝐟 𝐍𝐚 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚.
◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦
BAKKA Lamaan
➺ Above ➣ 1K+ subscribers
➺ Above ➣ 5K+ subscribers
Na 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐮𝐮𝐟👉 @MN_SMN 👈
Hubadhaa! 1k Gadi haala Waliigalteen isiniif Hojjanna
Bakki muraasni waan hafeef Daddafaa
Dabalataan 1k+ view channel cross promotion
Loogoo social media keessanii fi paid promotion ni hojjanna.
DM👉 @MN_SMN na Quunamaa.
16.04.202519:33
Sin Jaalladha jennan
Maa worqii of gootee
Namni na Jaallatuu
Nama baay'ee guutee
Na dhiisuu kee dhiisii
Maali yoo amma duutee
Dhiira si qofaa moo
Yaadadhu Abbaatee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Maa worqii of gootee
Namni na Jaallatuu
Nama baay'ee guutee
Na dhiisuu kee dhiisii
Maali yoo amma duutee
Dhiira si qofaa moo
Yaadadhu Abbaatee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Deleted17.04.202512:37
15.04.202513:33
Barattoonni kutaa 9-12 jirtan
Qofti chaanaalii kanaa Gadii
Hordofaa.
⟱ ⟱ ⟱
⟹(BARNOOTA)⟸
⟰ ⟰ ⟰
Qofti chaanaalii kanaa Gadii
Hordofaa.
⟱ ⟱ ⟱
⟹(BARNOOTA)⟸
⟰ ⟰ ⟰
Deleted13.04.202521:06
12.04.202506:45
𝗢𝗱𝘂𝘂 𝗔𝗺𝗺𝗮 𝗡𝘂 𝗚𝗮𝗵𝗲𝗲𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗮𝘁𝘁𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮 12𝖿𝖿𝖺𝖺 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮...𝗺𝗼𝗿𝗲
Deleted07.04.202505:11
02.04.202521:34
Diraamaa miidhagaa afaan oromoo daawwattoota hedduu horatan kana Beettuu?
Diraamaa Hirkoo fi Abshaaloo hordoftoota baayyee horatanii jiru. Maarree telegram kanneen irraa Argachuu ni dandeessu.
Diraamaa Hirkoo fi Abshaaloo hordoftoota baayyee horatanii jiru. Maarree telegram kanneen irraa Argachuu ni dandeessu.
Deleted01.04.202508:46
Reposted from:
Musaab Naasir Official

26.03.202520:18
Anoo mureen beeku
Garbuudhaaf Qamadii
Namas Argeen Beekuu
Nama namaa gadii
Jireenyis Hammaatee
Jenna namaan fardii
Zayiitiin Qaala’ee
Urgaa'e Akka Wardii
Osoon Geenye jennuu
Guyyaan Dhuftee baddii
Guyyaa Roobni Dhufee
Aduun Daftee Baddii
Waanuma fedheefuu
Boruu Ifuu qabdii
Jireenyi Hammaatees
Hin Kutatin Abdii
Jabaadhu jabaadhu
Boru Bu'aa Qabdii🏆
➪Musaab_Naasir🌟
➪Musaab_Naasir🌟
Garbuudhaaf Qamadii
Namas Argeen Beekuu
Nama namaa gadii
Jireenyis Hammaatee
Jenna namaan fardii
Zayiitiin Qaala’ee
Urgaa'e Akka Wardii
Osoon Geenye jennuu
Guyyaan Dhuftee baddii
Guyyaa Roobni Dhufee
Aduun Daftee Baddii
Waanuma fedheefuu
Boruu Ifuu qabdii
Jireenyi Hammaatees
Hin Kutatin Abdii
Jabaadhu jabaadhu
Boru Bu'aa Qabdii🏆
➪Musaab_Naasir🌟
➪Musaab_Naasir🌟
Deleted22.03.202511:46
18.03.202521:39
Gaafa tokko jettu
Lama si eegataa
Waanuma fedheefuu
Obsuutu...more
Lama si eegataa
Waanuma fedheefuu
Obsuutu...more
16.04.202519:26
Sin Jaalladha shaggee
Maqaan kee sabboontuu
Siin Ala gonkumaa
Namni biraan jirtuu
Qarshii kuma dhibbaa
Dafii fidii kottuu
Haga yoomii dhiirri
Qarshii baafnaan Nyaattuu
Qarshii fiddu malee
Gonkumaa sin fuudhuu
Anaan kana mitii
Sidha kan of hudhuu
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Maqaan kee sabboontuu
Siin Ala gonkumaa
Namni biraan jirtuu
Qarshii kuma dhibbaa
Dafii fidii kottuu
Haga yoomii dhiirri
Qarshii baafnaan Nyaattuu
Qarshii fiddu malee
Gonkumaa sin fuudhuu
Anaan kana mitii
Sidha kan of hudhuu
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
15.04.202513:33
Midhaan nyaattus
Yookiin Dammaa
Biyya Teessuus
Yookiin Gamaa
Waan Gaarii dalagattus
Yookiin wonta Hamaa
Waan Harra Hojjatteen
Boruu Yaadatamaa
Gowwaa Taatus
Yookiin Gamnaa
Xumurri Kee boolla
Meetira Lamaa
Osoo Yeroo qabduu
Bareechi Seenaa kee
Abba Dhiifama Ta'ii
Haa Bulu Lammiin kee
Malee lubbuu baasuuf
Yeroo keen Gubinii
The Time is Life
Jechuun Dagatinii
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Yookiin Dammaa
Biyya Teessuus
Yookiin Gamaa
Waan Gaarii dalagattus
Yookiin wonta Hamaa
Waan Harra Hojjatteen
Boruu Yaadatamaa
Gowwaa Taatus
Yookiin Gamnaa
Xumurri Kee boolla
Meetira Lamaa
Osoo Yeroo qabduu
Bareechi Seenaa kee
Abba Dhiifama Ta'ii
Haa Bulu Lammiin kee
Malee lubbuu baasuuf
Yeroo keen Gubinii
The Time is Life
Jechuun Dagatinii
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
12.04.202505:12
Akkamittan si argaree
Ato mana hin baatu
Ani jaalalaa keef jedhee
Qaatan ta,e maraatuu
Isa uffata malee jiraatu
Qabbaneeffattu malee
Buna ho,a dhugdaa
Ano obsa dhabee
Ati maalif mugda
Sin jaaladha qaroo koo
Obsee dheebuuf hagabuu
Kan bira hanqadhullee
Sif du,uu hin dadhabuu
Adaraa nan dhamaasiin
Nama sammuu dhabe
Adaraa nan taasisiin
Simbira baalleen cabe
Jiraachutu ulfaatee
Onnee koos adabee
Obseen taa,a jedhes
Si obsuun dadhabee
Seenaa walirraa qabna
Ani sif seenaa ta,e
Akkamiin wal dhabna
Wal argaan keenya ga,e
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Ato mana hin baatu
Ani jaalalaa keef jedhee
Qaatan ta,e maraatuu
Isa uffata malee jiraatu
Qabbaneeffattu malee
Buna ho,a dhugdaa
Ano obsa dhabee
Ati maalif mugda
Sin jaaladha qaroo koo
Obsee dheebuuf hagabuu
Kan bira hanqadhullee
Sif du,uu hin dadhabuu
Adaraa nan dhamaasiin
Nama sammuu dhabe
Adaraa nan taasisiin
Simbira baalleen cabe
Jiraachutu ulfaatee
Onnee koos adabee
Obseen taa,a jedhes
Si obsuun dadhabee
Seenaa walirraa qabna
Ani sif seenaa ta,e
Akkamiin wal dhabna
Wal argaan keenya ga,e
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
02.04.202521:05
Damma nadhii qabu
Urgooftuu calalaa
Hin urgeeffattuuree
Daraaraa jaalalaa
Hin nyaadhu jedheen
Dhoksee kutadha
Si hin yaadu jedheen
Dhoksee gubadha!
Waadaan siif seena
Hanga lubbuun jiru
Eenyullee onnee kiyya
Gargar sirraa hin hiru
☔️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☔️
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
☔️🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋☔️
Urgooftuu calalaa
Hin urgeeffattuuree
Daraaraa jaalalaa
Hin nyaadhu jedheen
Dhoksee kutadha
Si hin yaadu jedheen
Dhoksee gubadha!
Waadaan siif seena
Hanga lubbuun jiru
Eenyullee onnee kiyya
Gargar sirraa hin hiru
☔️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☔️
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
☔️🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋☔️
26.03.202520:11
Tokkittiikoo si dhabnaan
Onneen koo na madoofti
Karaa koorraa dabnaan
Jiruun natti hadhoofti
Waan jechaan wallaala
Dubbiin bitaa galee
Yaadaanan waallala
Miila tokko malee
Yaadaan karoorsitee
Yoo taate ogeessa
Jal'aa soroorsitee
Bakka yaaddeen geessa
Kanaafuu nan dheessiin
Baallee jibbaa kaaftee
Jiruukoo hin hadheessiin
Yaada koo rarraaftee
Maalif fagoo taata?
Badii koo lakkooftee
Sammuun na maraata
Jiruun natti hadhooftee
Osoon siif maraadhuu
Maal godheetan ciisa?
Jiraadhu bal'adhuu
Dacheen gad-siif dhiisa
Anaaf hiita jennaan
Jiruuf dagalee koo
Dhaga'uu jibbite
Atoo sagalee koo
Egaa gaafan sokke
Akka hin boonye lamuu
Situ jiruu dhorke
Jireenya koo kamuu
Garuu akka durii
Yoo turte na dhabda
Galmee seenaa xurii
Dhiiga koon katabda
Please 🥺 react
@wiirtuu_wolaloo
@Wiirtuu_wolaloo
Onneen koo na madoofti
Karaa koorraa dabnaan
Jiruun natti hadhoofti
Waan jechaan wallaala
Dubbiin bitaa galee
Yaadaanan waallala
Miila tokko malee
Yaadaan karoorsitee
Yoo taate ogeessa
Jal'aa soroorsitee
Bakka yaaddeen geessa
Kanaafuu nan dheessiin
Baallee jibbaa kaaftee
Jiruukoo hin hadheessiin
Yaada koo rarraaftee
Maalif fagoo taata?
Badii koo lakkooftee
Sammuun na maraata
Jiruun natti hadhooftee
Osoon siif maraadhuu
Maal godheetan ciisa?
Jiraadhu bal'adhuu
Dacheen gad-siif dhiisa
Anaaf hiita jennaan
Jiruuf dagalee koo
Dhaga'uu jibbite
Atoo sagalee koo
Egaa gaafan sokke
Akka hin boonye lamuu
Situ jiruu dhorke
Jireenya koo kamuu
Garuu akka durii
Yoo turte na dhabda
Galmee seenaa xurii
Dhiiga koon katabda
Please 🥺 react
@wiirtuu_wolaloo
@Wiirtuu_wolaloo
Deleted22.03.202511:46
17.03.202517:22
https://youtu.be/3igcTI9JPd8?si=cgW8UF6iwmfy0PBk
🚀 Best online investment platform for gold🚀
Celebrating Our Members’ Successful Withdrawals!
Join Allied Gold Today – Your Success Story Starts Here!
💡 Online Earnings Made Effortless
💡 Partner with Excellence, Grow with Gold
Why Choose Allied Gold?
✅ Trusted by 100,000+ Investors Worldwide
✅ Secure Gold-Backed Investments with 24/7 Transparency
✅ Instant Withdrawals & Dedicated Support
https://t.me/Allied_Gold
https://www.alliedgoldinvestment.com/?invitation_code=B6897
🚀 Best online investment platform for gold🚀
Celebrating Our Members’ Successful Withdrawals!
Join Allied Gold Today – Your Success Story Starts Here!
💡 Online Earnings Made Effortless
💡 Partner with Excellence, Grow with Gold
Why Choose Allied Gold?
✅ Trusted by 100,000+ Investors Worldwide
✅ Secure Gold-Backed Investments with 24/7 Transparency
✅ Instant Withdrawals & Dedicated Support
https://t.me/Allied_Gold
https://www.alliedgoldinvestment.com/?invitation_code=B6897
Deleted17.04.202512:37
Reposted from:
Tᴹ Sᴹᴺ

16.04.202514:25
⬂⬂⟱⟱⬃⬃
Oduu gammachiisaa
Channeliin Kessaan Akkaa Isiinif Guddaatu ni Barbadduu?
Guyyaa Muraasa Qofa Kessattii Member Hedduu 𝗪𝗮𝘃𝗲 horuu danda'u bannee jirra.
Saffisaan qaqabadhaa.
Chaanaalii Kanneen hordoftoota
⟱⟱⟱⟱⟿⟲⬳⟱⟱⟱⟱
Above ➣ 5K+ subscribers
Above ➣ 10K+ Subscribers
⟹⬎⬂⟱⬃
Qofti na Quunamaa @TM_SMN
Hubadhaa: Chaanaalii view hin qabneefi promotion baayyee qabu hin fudhannu.@TM_SMN
⬀⬀⟰⟰⟰⬁⬁
𝗖𝗵𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗛𝗼𝗿𝗱𝗼𝗳𝗮𝗮.
⬂⬂⟱↧⟱⬃⬃ ⬂⬂⟱↧⟱⬃⬃
➪@OdaaEntertaiment
Oduu gammachiisaa
Channeliin Kessaan Akkaa Isiinif Guddaatu ni Barbadduu?
Guyyaa Muraasa Qofa Kessattii Member Hedduu 𝗪𝗮𝘃𝗲 horuu danda'u bannee jirra.
Saffisaan qaqabadhaa.
Chaanaalii Kanneen hordoftoota
⟱⟱⟱⟱⟿⟲⬳⟱⟱⟱⟱
Above ➣ 5K+ subscribers
Above ➣ 10K+ Subscribers
⟹⬎⬂⟱⬃
Qofti na Quunamaa @TM_SMN
Hubadhaa: Chaanaalii view hin qabneefi promotion baayyee qabu hin fudhannu.@TM_SMN
⬀⬀⟰⟰⟰⬁⬁
𝗖𝗵𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗛𝗼𝗿𝗱𝗼𝗳𝗮𝗮.
⬂⬂⟱↧⟱⬃⬃ ⬂⬂⟱↧⟱⬃⬃
➪@OdaaEntertaiment
Deleted15.04.202516:08
14.04.202519:01
Barattoonni kutaa 9-12 jirtan
Qofti chaanaalii kanaa Gadii
Hordofaa.
⟱ ⟱ ⟱
⟹(BARNOOTA)⟸
⟰ ⟰ ⟰
Qofti chaanaalii kanaa Gadii
Hordofaa.
⟱ ⟱ ⟱
⟹(BARNOOTA)⟸
⟰ ⟰ ⟰
07.04.202504:54
#Jaalala mi'ooftuu
Carii akka dammaa
Kanaafan si yaada
Dafee amma ammaa
Utuun fiigaa dhufee
Marmaramee sitti
Utuu dhugaa ta'ee
Garaan shakkiin citti
Utuun si haammadhee
Sittii cite takka
Utuun fiigee dhufee
Si qabadhee harka
Ati utuu naaf taatee
Laphee koo maatii
Isheen jaalala dheebotte
Onneen dheebuu baatii
Egeree koo naaf ta'i
Haadha warraa koo
Na fudhadhu badii
Jiifadhu yaada koo
@wiirtuu_wolaloo
@wiirtuu_wolaloo
Carii akka dammaa
Kanaafan si yaada
Dafee amma ammaa
Utuun fiigaa dhufee
Marmaramee sitti
Utuu dhugaa ta'ee
Garaan shakkiin citti
Utuun si haammadhee
Sittii cite takka
Utuun fiigee dhufee
Si qabadhee harka
Ati utuu naaf taatee
Laphee koo maatii
Isheen jaalala dheebotte
Onneen dheebuu baatii
Egeree koo naaf ta'i
Haadha warraa koo
Na fudhadhu badii
Jiifadhu yaada koo
@wiirtuu_wolaloo
@wiirtuu_wolaloo
Deleted02.04.202521:55


01.04.202508:21
Welcome to the IBM Quantitative Trading Platform
Quickly earn the difference through quantitative trading on the platform
The most secure quantitative trading platform in 2025
☄️
Note: The stored value amount initiates the corresponding version and receives a percentage of the current version.For example, with a storage value of 60USDT activated VIP-2 version, the single quantization return is 60×20.41%%=12.2USDT
The platform takes 2% of the quantified revenue as operating costs.
Official Registration:https://2025ibm.com/#/register?ref=467773
Quickly earn the difference through quantitative trading on the platform
The most secure quantitative trading platform in 2025
☄️
Note: The stored value amount initiates the corresponding version and receives a percentage of the current version.For example, with a storage value of 60USDT activated VIP-2 version, the single quantization return is 60×20.41%%=12.2USDT
The platform takes 2% of the quantified revenue as operating costs.
Official Registration:https://2025ibm.com/#/register?ref=467773
23.03.202520:08
Jiruun addatti faca'ee
Yaanni hiramaadha
Tiruun gaddatti manca'ee
Faanni diramaadha
Faanni faana jijjiiree
Karaarraa qajeelaa
Yaanni yaada micciiree
Garaarraa kajeelaa
Yaanni yaadaan kufee
Akka yaade hin ta'u
Karaatti kichuu cita
Bakka yaade hin ga'u
✍️sabaa ifaa
═══════════
┗━━ ━━💞━━ ━━┛
💎💎💎💎💎💎💎💎
👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨
👬 @wiirtuu_wolaloo 👫
👫 @wiirtuu_wolaloo 👫
👬 @wiirtuu_wolaloo 👭
🧑🤝🧑👭👫join me👫👫👬
🙏🙏🙏👫👫👬🙏🙏🙏
𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬
𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬
🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹
Yaanni hiramaadha
Tiruun gaddatti manca'ee
Faanni diramaadha
Faanni faana jijjiiree
Karaarraa qajeelaa
Yaanni yaada micciiree
Garaarraa kajeelaa
Yaanni yaadaan kufee
Akka yaade hin ta'u
Karaatti kichuu cita
Bakka yaade hin ga'u
✍️sabaa ifaa
═══════════
┗━━ ━━💞━━ ━━┛
💎💎💎💎💎💎💎💎
👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨👨❤️👨
👬 @wiirtuu_wolaloo 👫
👫 @wiirtuu_wolaloo 👫
👬 @wiirtuu_wolaloo 👭
🧑🤝🧑👭👫join me👫👫👬
🙏🙏🙏👫👫👬🙏🙏🙏
𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬
𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬
🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹
16.03.202521:07
#sin kunuunsa
Galma Koo dur durii
Abjuu bara dheeraa
Giiftii jireenya koo
Si'iin argadheera
Jaalala naaf laattee
Kan jaalalaan sooru
Ga'eera galma koo
Kana booda jooru
Miila keerra deemeen
Miiltoo kankee ta'aa
Taa'i jennaan taa'ee
Ka'i jennaan ka'aa
Siif bitameen jiraadha
Umrii kiyya guutuu
Baadheen si kunuunsa
Barruu koorraa buutu
☔️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☔️
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
☔️🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋☔️
Galma Koo dur durii
Abjuu bara dheeraa
Giiftii jireenya koo
Si'iin argadheera
Jaalala naaf laattee
Kan jaalalaan sooru
Ga'eera galma koo
Kana booda jooru
Miila keerra deemeen
Miiltoo kankee ta'aa
Taa'i jennaan taa'ee
Ka'i jennaan ka'aa
Siif bitameen jiraadha
Umrii kiyya guutuu
Baadheen si kunuunsa
Barruu koorraa buutu
☔️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☂️☔️
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
➪@Wiirtuu_wolaloo 🦋
☔️🦋🦋🦋🦋🦋🦋🦋☔️
Shown 1 - 24 of 35
Log in to unlock more functionality.