
Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

WIIRTUU WOLALOO
Join Share Naaf godhaa
Lammiin kiyya hundumaa
Waan Na woliin Jirtaniif
Hundumtuu Galatoomaa
DM➪ @OdaaEntertaiment
Lammiin kiyya hundumaa
Waan Na woliin Jirtaniif
Hundumtuu Galatoomaa
DM➪ @OdaaEntertaiment
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verifiedTrust
Not trustedLocationЕфіопія
LanguageOther
Channel creation dateFeb 23, 2025
Added to TGlist
Oct 28, 2024Records
23.04.202523:59
25.6KSubscribers12.04.202523:59
600Citation index20.04.202521:20
752Average views per post21.04.202513:56
752Average views per ad post09.04.202517:35
8.79%ER21.04.202512:54
2.95%ERRGrowth
Subscribers
Citation index
Avg views per post
Avg views per ad post
ER
ERR
02.04.202521:34
Diraamaa miidhagaa afaan oromoo daawwattoota hedduu horatan kana Beettuu?
Diraamaa Hirkoo fi Abshaaloo hordoftoota baayyee horatanii jiru. Maarree telegram kanneen irraa Argachuu ni dandeessu.
Diraamaa Hirkoo fi Abshaaloo hordoftoota baayyee horatanii jiru. Maarree telegram kanneen irraa Argachuu ni dandeessu.
Reposted from:
Tᴹ Sᴹᴺ

16.04.202514:25
⬂⬂⟱⟱⬃⬃
Oduu gammachiisaa
Channeliin Kessaan Akkaa Isiinif Guddaatu ni Barbadduu?
Guyyaa Muraasa Qofa Kessattii Member Hedduu 𝗪𝗮𝘃𝗲 horuu danda'u bannee jirra.
Saffisaan qaqabadhaa.
Chaanaalii Kanneen hordoftoota
⟱⟱⟱⟱⟿⟲⬳⟱⟱⟱⟱
Above ➣ 5K+ subscribers
Above ➣ 10K+ Subscribers
⟹⬎⬂⟱⬃
Qofti na Quunamaa @TM_SMN
Hubadhaa: Chaanaalii view hin qabneefi promotion baayyee qabu hin fudhannu.@TM_SMN
⬀⬀⟰⟰⟰⬁⬁
𝗖𝗵𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗛𝗼𝗿𝗱𝗼𝗳𝗮𝗮.
⬂⬂⟱↧⟱⬃⬃ ⬂⬂⟱↧⟱⬃⬃
➪@OdaaEntertaiment
Oduu gammachiisaa
Channeliin Kessaan Akkaa Isiinif Guddaatu ni Barbadduu?
Guyyaa Muraasa Qofa Kessattii Member Hedduu 𝗪𝗮𝘃𝗲 horuu danda'u bannee jirra.
Saffisaan qaqabadhaa.
Chaanaalii Kanneen hordoftoota
⟱⟱⟱⟱⟿⟲⬳⟱⟱⟱⟱
Above ➣ 5K+ subscribers
Above ➣ 10K+ Subscribers
⟹⬎⬂⟱⬃
Qofti na Quunamaa @TM_SMN
Hubadhaa: Chaanaalii view hin qabneefi promotion baayyee qabu hin fudhannu.@TM_SMN
⬀⬀⟰⟰⟰⬁⬁
𝗖𝗵𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗛𝗼𝗿𝗱𝗼𝗳𝗮𝗮.
⬂⬂⟱↧⟱⬃⬃ ⬂⬂⟱↧⟱⬃⬃
➪@OdaaEntertaiment
22.04.202518:04
Jireenyi carraadhaa
Buutee baateef mitii
Namatti hinaafanii
Daangaa dhiibuu mitii
Atis carruma kee
Hojjattee jiraattaa
Kana Osoo beettuu
Guyyuu hidhii nyaattaa
Ani garuu dhiisee
Buusee baasee yaadee
Jireenya miidhagaa
Jiraachuun barbaadee
Gadda ofirraa dhiisee
Gammachuun filadhee
Wolaloo miidhagaa
Barreessuuf jaalladhee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Buutee baateef mitii
Namatti hinaafanii
Daangaa dhiibuu mitii
Atis carruma kee
Hojjattee jiraattaa
Kana Osoo beettuu
Guyyuu hidhii nyaattaa
Ani garuu dhiisee
Buusee baasee yaadee
Jireenya miidhagaa
Jiraachuun barbaadee
Gadda ofirraa dhiisee
Gammachuun filadhee
Wolaloo miidhagaa
Barreessuuf jaalladhee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
21.04.202517:04
♨️Hin dagadhu
Sin jaaladha jettee
Laphee kiyya mootee
Imimmaan ija koo
Copha harbuu goote
Na gowwomsaa turte
Daa'ima nagootee
😭😭😭😭😭😭😭
Osoon si kunuunsuu
Akka ilmoo dhabaa
Onnee koo tarsaastee
Itti goote cabaa
Summii natti biiftee
Na barsiifte daba
😭😭😭😭😭
Osoo karaa deemtuu
Labbee kootti gortee
Mul'ata koo dhoksuuf
Kaayyoo kootti mortee
Jiraa na awwalte
Boolla qilee qottee
😭😭😭😭😭😭😭
Osoo keessa raftuu
Onnee koo banattee
Osoo naaf kakattuu
Ganaa koo qabattee
Akkamiin dandeesse
Akkamiin na gante
😭😭😭😭😭😭😭
An sindhiisu jettee
Osoo naf kakattuu
Halkan abjuun dhuftee
Osoo nahammattu
Jalqaban beekkadhe
Akka ati nagantu
😭😭😭😭😭😭
Akka irra raftuuf
Onnee koo sif afee
Osoon hinboqatin
Guyyaa tokko rafee
Jaalalaan darbattee
Na cabsite lafee
😭😭😭😭😭😭😭
Obsee koo sinjedhee
Osoon sitti obsuu
Osoon jaalala keef
Imimmaan koo cobsuu
Akkamiin dandeessee
Yaadde nagowwomsuu
😭😭😭😭😭😭😭
Akka masqaliitti
Osoon si hidhadhuu
Akka deessuu kootti
Osoon si jaaladhuu
Osoon si kunuunsuu
Akka killee cabduu
Maalin si balleesse
Kan na dhiiste baddu
😭😭😭😭😭😭😭😭
Akkan si jaaladhuuf
Waadaa nagalchitee
Hidda mogolee koo
Jaalalaan nahiitee
Maalin gochuu dide
Maal goonan namiite
😭😭😭😭😭😭😭
Osoon sitti himuu
Halkaniifi guyyaa
Nama dhageeffattee
Nabuuste hallayyaa
Laphee koo cabsitee
Na dhoowwatte fayyaa
😭😭😭😭😭😭😭😭
Akkan sin daganne
Waaqan na kaksiiftee
Onnee koo qulqulluu
Jibba nabarsiifte
Gaarumma koo awwaltee
Hamaa nataasifte
Ebila 16/2025
shambel debele irraa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Sin jaaladha jettee
Laphee kiyya mootee
Imimmaan ija koo
Copha harbuu goote
Na gowwomsaa turte
Daa'ima nagootee
😭😭😭😭😭😭😭
Osoon si kunuunsuu
Akka ilmoo dhabaa
Onnee koo tarsaastee
Itti goote cabaa
Summii natti biiftee
Na barsiifte daba
😭😭😭😭😭
Osoo karaa deemtuu
Labbee kootti gortee
Mul'ata koo dhoksuuf
Kaayyoo kootti mortee
Jiraa na awwalte
Boolla qilee qottee
😭😭😭😭😭😭😭
Osoo keessa raftuu
Onnee koo banattee
Osoo naaf kakattuu
Ganaa koo qabattee
Akkamiin dandeesse
Akkamiin na gante
😭😭😭😭😭😭😭
An sindhiisu jettee
Osoo naf kakattuu
Halkan abjuun dhuftee
Osoo nahammattu
Jalqaban beekkadhe
Akka ati nagantu
😭😭😭😭😭😭
Akka irra raftuuf
Onnee koo sif afee
Osoon hinboqatin
Guyyaa tokko rafee
Jaalalaan darbattee
Na cabsite lafee
😭😭😭😭😭😭😭
Obsee koo sinjedhee
Osoon sitti obsuu
Osoon jaalala keef
Imimmaan koo cobsuu
Akkamiin dandeessee
Yaadde nagowwomsuu
😭😭😭😭😭😭😭
Akka masqaliitti
Osoon si hidhadhuu
Akka deessuu kootti
Osoon si jaaladhuu
Osoon si kunuunsuu
Akka killee cabduu
Maalin si balleesse
Kan na dhiiste baddu
😭😭😭😭😭😭😭😭
Akkan si jaaladhuuf
Waadaa nagalchitee
Hidda mogolee koo
Jaalalaan nahiitee
Maalin gochuu dide
Maal goonan namiite
😭😭😭😭😭😭😭
Osoon sitti himuu
Halkaniifi guyyaa
Nama dhageeffattee
Nabuuste hallayyaa
Laphee koo cabsitee
Na dhoowwatte fayyaa
😭😭😭😭😭😭😭😭
Akkan sin daganne
Waaqan na kaksiiftee
Onnee koo qulqulluu
Jibba nabarsiifte
Gaarumma koo awwaltee
Hamaa nataasifte
Ebila 16/2025
shambel debele irraa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
12.04.202506:45
𝗢𝗱𝘂𝘂 𝗔𝗺𝗺𝗮 𝗡𝘂 𝗚𝗮𝗵𝗲𝗲𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗮𝘁𝘁𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮 12𝖿𝖿𝖺𝖺 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮...𝗺𝗼𝗿𝗲
Reposted from:
ODAA ENTERTAINMENT

13.04.202520:58
⬂⬂⟱⟱⬃⬃
Oduu gammachiisaa
Channeliin Kessaan Akkaa Isiinif Guddaatu ni Barbadduu!
Guyyaa Muraasa Qofa Kessattii Member Hedduu 𝗪𝗮𝘃𝗲 horuu danda'u bannee jirra.
Saffisaan qaqabadhaa.
Chaanaalii Kanneen hordoftoota
⟱⟱⟱⟱⟿⟲⬳⟱⟱⟱⟱
Above ➣ 5K+ subscribers
Above ➣ 10K+ Subscribers
⟹⬎⬂⟱⬃
Qofti na Quunamaa @TM_SMN
Hubadhaa: Chaanaalii view hin qabneefi promotion baayyee qabu hin fudhannu.@TM_SMN
⬀⬀⟰⟰⟰⬁⬁
Oduu gammachiisaa
Channeliin Kessaan Akkaa Isiinif Guddaatu ni Barbadduu!
Guyyaa Muraasa Qofa Kessattii Member Hedduu 𝗪𝗮𝘃𝗲 horuu danda'u bannee jirra.
Saffisaan qaqabadhaa.
Chaanaalii Kanneen hordoftoota
⟱⟱⟱⟱⟿⟲⬳⟱⟱⟱⟱
Above ➣ 5K+ subscribers
Above ➣ 10K+ Subscribers
⟹⬎⬂⟱⬃
Qofti na Quunamaa @TM_SMN
Hubadhaa: Chaanaalii view hin qabneefi promotion baayyee qabu hin fudhannu.@TM_SMN
⬀⬀⟰⟰⟰⬁⬁
14.04.202519:01
Barattoonni kutaa 9-12 jirtan
Qofti chaanaalii kanaa Gadii
Hordofaa.
⟱ ⟱ ⟱
⟹(BARNOOTA)⟸
⟰ ⟰ ⟰
Qofti chaanaalii kanaa Gadii
Hordofaa.
⟱ ⟱ ⟱
⟹(BARNOOTA)⟸
⟰ ⟰ ⟰
20.04.202517:07
Akkan si jaaladhuu
Na beettaa adaraa
Siif jechan ari'ee
Jaalallee koo duraa
Amma jaalalli kee
Natti cimee jiraa
Akkan si jaaladhuu
Sitti himee duraa
Maafan si jaaladhee
Intala intarneetii
Feesbuukiirra bultaa
Tiiktookii oolteetii
Nuti worri dhiiraa
Dhiisne nama akkasii
Nu Jaallatta taanaan
Tiiktookii cubsiisii
Nama gowwaaf
Share Naaf godhaa😁
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Na beettaa adaraa
Siif jechan ari'ee
Jaalallee koo duraa
Amma jaalalli kee
Natti cimee jiraa
Akkan si jaaladhuu
Sitti himee duraa
Maafan si jaaladhee
Intala intarneetii
Feesbuukiirra bultaa
Tiiktookii oolteetii
Nuti worri dhiiraa
Dhiisne nama akkasii
Nu Jaallatta taanaan
Tiiktookii cubsiisii
Nama gowwaaf
Share Naaf godhaa😁
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
15.04.202513:33
Barattoonni kutaa 9-12 jirtan
Qofti chaanaalii kanaa Gadii
Hordofaa.
⟱ ⟱ ⟱
⟹(BARNOOTA)⟸
⟰ ⟰ ⟰
Qofti chaanaalii kanaa Gadii
Hordofaa.
⟱ ⟱ ⟱
⟹(BARNOOTA)⟸
⟰ ⟰ ⟰
18.04.202516:47
Dhukkubbii keessaa koo
Maaliif natti oowwa
Qorra keessaan ta'aa
Osoon gubbaan koflu
Keessi koo maaf bo'aa
Namni silaa gubbaan
Keessin madaalamu
Dhukkubbi keessa koo
Nam tokkoof hin himu
Dhibdee natti jirtu
Rabbi maleen arku
Maatiin koof hiriyaan
Aaliif firrin beeku
Osoon yaadu badeen
Ammaas if barbaadaa
Aah " jedheetin iyya
Kophaa ta'een aadaa
Akkaan kophaan janne
Namootaan marfame
Gubaa keessa kootii
Namni naaf hubatu
Tokko maaf dhabame
✍️Firoomsaa Ahmad
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Maaliif natti oowwa
Qorra keessaan ta'aa
Osoon gubbaan koflu
Keessi koo maaf bo'aa
Namni silaa gubbaan
Keessin madaalamu
Dhukkubbi keessa koo
Nam tokkoof hin himu
Dhibdee natti jirtu
Rabbi maleen arku
Maatiin koof hiriyaan
Aaliif firrin beeku
Osoon yaadu badeen
Ammaas if barbaadaa
Aah " jedheetin iyya
Kophaa ta'een aadaa
Akkaan kophaan janne
Namootaan marfame
Gubaa keessa kootii
Namni naaf hubatu
Tokko maaf dhabame
✍️Firoomsaa Ahmad
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
07.04.202504:54
#Jaalala mi'ooftuu
Carii akka dammaa
Kanaafan si yaada
Dafee amma ammaa
Utuun fiigaa dhufee
Marmaramee sitti
Utuu dhugaa ta'ee
Garaan shakkiin citti
Utuun si haammadhee
Sittii cite takka
Utuun fiigee dhufee
Si qabadhee harka
Ati utuu naaf taatee
Laphee koo maatii
Isheen jaalala dheebotte
Onneen dheebuu baatii
Egeree koo naaf ta'i
Haadha warraa koo
Na fudhadhu badii
Jiifadhu yaada koo
@wiirtuu_wolaloo
@wiirtuu_wolaloo
Carii akka dammaa
Kanaafan si yaada
Dafee amma ammaa
Utuun fiigaa dhufee
Marmaramee sitti
Utuu dhugaa ta'ee
Garaan shakkiin citti
Utuun si haammadhee
Sittii cite takka
Utuun fiigee dhufee
Si qabadhee harka
Ati utuu naaf taatee
Laphee koo maatii
Isheen jaalala dheebotte
Onneen dheebuu baatii
Egeree koo naaf ta'i
Haadha warraa koo
Na fudhadhu badii
Jiifadhu yaada koo
@wiirtuu_wolaloo
@wiirtuu_wolaloo
15.04.202515:07
Guyyaa Gootota Oromoo
“Islaamaaf kiristaanaan
Nu qooddanii qofaatti
Nu facaasuu'n yaalinaa
Akka ilmaan bofaatti.
Amantaafi kutaadhaan
Akka addaan hin baane
Oromummaan tokkoomnee
Irbuudhaan manaa baanee.
Dameensaa babal’atee
Ga’us gamaaf gamana
Jirma tokkorraa latee
Adda'n se’in namana.
Warra kaabaafi kibbaa
Warra bahaa fi lixaa
Jettanii nun hirinaa
Bakkumatti nu fixaa”
Jedhanii Shinniiggaatti
Du’aan falmii qabanii
Guyyaa gootonni keenya
Lubbuu lammiif dhabani.
Jaal Muhee Abdoo tiif
Jaal Magarsaa Barii
Abboomaa Mitikkuu
Kan akka, Jaal Marii
Jaal Gadaa Gammadaa
Jaal Dhaddachoo Boruu
Qeerransa diinni argee
Fuulleetti irraa goruu.
Falmataa fi Faafam
Dhaddachoo'f Irranaa
Warra ofiif gubachuun
Nuummoo ifan sanaa.
“Hin taanu” jedhanii
Akka haamtuuf okkoo
Warra kudha tokkoon
Bu’an boolla tokko.
Gumiin qabsoof ba’e
Bu’ee harka alagaa
Guyyaa dhiigni gootaa
Yaa’e akka lagaa.
Lubbuu qaalii hedduun
Bineensaan nyaatamee
Guyyaa itti tokkummaan
Dhiigaan nuuf laatame.
Guca tokkummaa sabaa
Faajjii waloo keessanii
Guyyaa Gootota Oromoo
Eebila kudha shani,
Baga nagaadhaan geenye
Baga nagaan geessani!
✍️Riyaad Raayyaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
“Islaamaaf kiristaanaan
Nu qooddanii qofaatti
Nu facaasuu'n yaalinaa
Akka ilmaan bofaatti.
Amantaafi kutaadhaan
Akka addaan hin baane
Oromummaan tokkoomnee
Irbuudhaan manaa baanee.
Dameensaa babal’atee
Ga’us gamaaf gamana
Jirma tokkorraa latee
Adda'n se’in namana.
Warra kaabaafi kibbaa
Warra bahaa fi lixaa
Jettanii nun hirinaa
Bakkumatti nu fixaa”
Jedhanii Shinniiggaatti
Du’aan falmii qabanii
Guyyaa gootonni keenya
Lubbuu lammiif dhabani.
Jaal Muhee Abdoo tiif
Jaal Magarsaa Barii
Abboomaa Mitikkuu
Kan akka, Jaal Marii
Jaal Gadaa Gammadaa
Jaal Dhaddachoo Boruu
Qeerransa diinni argee
Fuulleetti irraa goruu.
Falmataa fi Faafam
Dhaddachoo'f Irranaa
Warra ofiif gubachuun
Nuummoo ifan sanaa.
“Hin taanu” jedhanii
Akka haamtuuf okkoo
Warra kudha tokkoon
Bu’an boolla tokko.
Gumiin qabsoof ba’e
Bu’ee harka alagaa
Guyyaa dhiigni gootaa
Yaa’e akka lagaa.
Lubbuu qaalii hedduun
Bineensaan nyaatamee
Guyyaa itti tokkummaan
Dhiigaan nuuf laatame.
Guca tokkummaa sabaa
Faajjii waloo keessanii
Guyyaa Gootota Oromoo
Eebila kudha shani,
Baga nagaadhaan geenye
Baga nagaan geessani!
✍️Riyaad Raayyaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
18.04.202518:39
Waadaa jaalala dhugaa
Dhiigaan siif katabee
Bakka waadaa keenyaa
Dhaabbadheen si dhabee
Duraaf duuba laalee
Nama hunda keessa
Si Arguu dhadhabeen
Qofaa koo odeessaa
Ammas deddeebi'een
Si Arguuf milladhaa
Nama kamuu dhiiseen
Tokkittii keen fedhaa
Mi'aa jaalala dhugaa
Si qofaattin himadhaa
Lakki kun dhugaa mitii
Jedheen uumaa komadhaa
Daandii jaalala dhugaa
Obsaan deemaa tiradhee
Ani yoomiyyuu taanaan
Du'es ta'ee boqodhee
Yoomiyyuu sin Jaalladhaa
An yooman si dagadhee
Ammallee naaf deebi'ii
An dhugaan si jaalladhee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Dhiigaan siif katabee
Bakka waadaa keenyaa
Dhaabbadheen si dhabee
Duraaf duuba laalee
Nama hunda keessa
Si Arguu dhadhabeen
Qofaa koo odeessaa
Ammas deddeebi'een
Si Arguuf milladhaa
Nama kamuu dhiiseen
Tokkittii keen fedhaa
Mi'aa jaalala dhugaa
Si qofaattin himadhaa
Lakki kun dhugaa mitii
Jedheen uumaa komadhaa
Daandii jaalala dhugaa
Obsaan deemaa tiradhee
Ani yoomiyyuu taanaan
Du'es ta'ee boqodhee
Yoomiyyuu sin Jaalladhaa
An yooman si dagadhee
Ammallee naaf deebi'ii
An dhugaan si jaalladhee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
16.04.202519:26
Sin Jaalladha shaggee
Maqaan kee sabboontuu
Siin Ala gonkumaa
Namni biraan jirtuu
Qarshii kuma dhibbaa
Dafii fidii kottuu
Haga yoomii dhiirri
Qarshii baafnaan Nyaattuu
Qarshii fiddu malee
Gonkumaa sin fuudhuu
Anaan kana mitii
Sidha kan of hudhuu
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Maqaan kee sabboontuu
Siin Ala gonkumaa
Namni biraan jirtuu
Qarshii kuma dhibbaa
Dafii fidii kottuu
Haga yoomii dhiirri
Qarshii baafnaan Nyaattuu
Qarshii fiddu malee
Gonkumaa sin fuudhuu
Anaan kana mitii
Sidha kan of hudhuu
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
19.04.202517:02
Tokko tokko jiru
Namni afaan duwwaa
Kan ani Barreesse
Post gochuuf booyyaa
Sanuu copy godhaa
Barreessaa fakkaatee
Barreessaan anumaa
Jedheefaa dubbatee
Copy gochuun dura
Waa beeki abbaatee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Namni afaan duwwaa
Kan ani Barreesse
Post gochuuf booyyaa
Sanuu copy godhaa
Barreessaa fakkaatee
Barreessaan anumaa
Jedheefaa dubbatee
Copy gochuun dura
Waa beeki abbaatee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Log in to unlock more functionality.