Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
❤️Dhandhama Jaalala❤️ avatar

❤️Dhandhama Jaalala❤️

☞ ❣️xinsammuu❣️
❣️ Wantoota barsiisoo❣️
❣️beekumsa❣️
❤️𝒘𝒂𝒍𝒂𝒍𝒐𝒐❤️
Yaadaaf @Fili_shaggar
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verified
Trust
Not trusted
Location
LanguageOther
Channel creation dateMay 02, 2023
Added to TGlist
Sep 08, 2024
Linked chat

Records

15.05.202523:59
12.7KSubscribers
08.03.202523:59
600Citation index
15.05.202501:02
1.3KAverage views per post
14.05.202523:59
1.3KAverage views per ad post
24.02.202523:59
27.91%ER
17.02.202508:18
10.62%ERR
Subscribers
Citation index
Avg views per post
Avg views per ad post
ER
ERR
OCT '24JAN '25APR '25

Popular posts ❤️Dhandhama Jaalala❤️

10.05.202504:07
Miiraa fi fedhii kee irraa osoo hin taane. Namoota Onnee kee irraa jaaladhu.

━━━━━━━━━━━
🔝@Dhandhama1 🖌️
03.05.202509:21
Urgaa hafuurakee
Morma jalaan suufee
Nadhii gororakee
Dhamdhamadhee quufe🤞

Hafuura gammachuun
Funyaaniin baafadha;
Ofitti si qabeen
Xuuxee si dhungadha!
~
Miirakee haaresseen
Fedhiikee siif guuta;
Atillee gammaddee
Ana dhunguun huuta!

Mee atumti eenyu,
ati eenyuu?(×2)💥😋🫵

@Dhandhama1
05.05.202512:52
Hiriyaa koo yoo taate
Hiriyaa ta'ii itti fufi
Diina koo yoo taates
Diinummaa kee na beeksisii
Itti fufi,

#Haala_keetu Naaf galuu dide
✌️

@Dhandhama1
Deleted14.05.202517:40
12.05.202516:47
Ati utuu bishaan taatee
Si dhugeen gadi ciisa
Ati utuu midhaan taatee
Si nyaadheen beela dhiisa
Ati utuu dhadhaa taatee
Situ afaanii na hin ba’u
Dhagaa taatee badde kaa
Maal abbaa koo siif ta’u?

✍️Walaloo ajaa'ibaa argachuuf channel bareedaa gadii kanniinitti makami👇👇👇👇👇👇
Maaliif Akka na dhiistee Nan beeka, hanga ammattii maaliif akkan si eegaa jiru garuu naf hin galle.♥️

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
05.05.202512:52
#Dhiirri Hundumtuu tokkuma
Jettee komachuu kee dura
#Miila kee dhiisii #Qalbii kee bani.
✌️🤞

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
10.05.202504:41
Ati utuu bishaan taatee
Si dhugeen gadi ciisa
Ati utuu midhaan taatee
Si nyaadheen beela dhiisa
Ati utuu dhadhaa taatee
Situ afaanii na hin ba’u
Dhagaa taatee badde kaa
Maal abbaa koo siif ta’u?

✍️Walaloo ajaa'ibaa argachuuf channel bareedaa gadii kanniinitti makami👇👇👇👇👇👇
12.05.202516:40
Sirba kana nama jaalattaan afeerraa♥️💔

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
#Jaalala jechuun nama amanachuu, kunuunsuu ykn jaallachuu amanamaa ta'uu waan ta'eef jaalalli kennaa waaqayyo nuuf kenne hunda caaludha! jechuu nan danda'a nuti jaalala malee guutuu miti hunduu jaalala irraa jalqaba ❤‍🩹💥

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
Wal yaadachiisaa deemuun gaarii dha.Hiriba keessan irraanfattanii akka hin rafne.💥 #Good_night♥️

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
14.05.202507:49
#Saayikoloojiin akkas jedha:
1 #Dhiroonni guyyaatti yeroo 6 sobu.
2 #Shamarran guyyatti yeroo 3f sobu.
3 #Shamarran guyyaatti jechoota 7000 dubbatu.
4 #Dhiroonni guyyaatti jechoota 2000 dubbatu
5 #Dhiroonni baay'een shamarran amalli ishee amala haadha isaani wajjin walfakkatu filatu.

Isiin hoo maal jettuu?

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
Xiyya jaalalaan waraante
Onnee koo madeessiteetta
Humna jaalalaan na moote
Qalbiikoo balleessiteetta
➻🔥♥️
Qal'oo koo yaa shimala
Bareedditti warra Abeebee
Harka qabii naan fudhadhu
Yaaddoon jaalalaa na reebee
➻🔥♥️
Akka bokkaa gara Arfaasaa
Nii guunguma sodaachisaa
Bakka jirtuu natti as koottu
Didee suma na yaachisaa!
➻🔥♥️

Walaloo Ajaiba
@Boriikoom
@Boriikoom
@Boriikoom
Join godha.
14.05.202516:16
#Namoota 5nan kana hin amaniin!
1 #Namoota dogoongora isaanii hin fudhannee.
2 #Nama hasaasuu.
3 #Namoota badii isaaniif dhiifama hin gaafanne
4 #Nama icciiiti nama kan bira sitti himu
5 #Nama milkaa'umsa namoota hinaafuu

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
12.05.202513:34
#Lubbuudhaan yeroo jirtuu waan sadii irraa of eegi!
1.Dafqa nama irraa
2.Dhiiga nama irraa
3.Imimmaan nama irraa

Kanneen sadan irraa bilisa taanaan Milkaa’inni dhihoo jira.

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
29.04.202507:52
#Namoonnii keessa kee hin beekne waa'ee kee odeessuun salphaa ta'uufii danda'a. Iddoo ati geesse gahuuf garu si ta'uu isaan gaafata.

@Fili_shaggar
@Dhandhama1
Log in to unlock more functionality.