28.03.202511:23
Sadarkaan Guyyaa Jumu'aa Guyyoota Keessaa, Akkuma Jiini Ramadaanaa Ji'oota Kessattii Qabuudha.
Reposted from:
𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

19.03.202519:47
«Kurnan boodaa Ramadaanaa»
❒ قال الإمام ابن كثير رحمه الله :
( والمستحب : الإكثار من الدعاء في جميع الأوقات ، وفي شهر رمضان أكثر، وفي العشر الأخير منه ؛ ثم في أوتاره أكثر ) .
«Yeroo hunda du'aa'ii baay'isuun jaallatamaa dha, Ji'a Ramadaana keessa immoo irra caalaa , guyyoota kurnan boodaa immoo daran irra caalaa ta'a , guyyoota qeenxee immoo hunda caalaa jaallatamaa ta'a»
🔦انظر : تفسير ابن كثير :(٤٥١/٨)
⚠️ Du'aa'ii kan guyyoota kurnan boodaa Ramadaanaa baay'inaan gochuun barbaachisaa ta'e keessaa tokko kunoo kana.
عن عائشة -رضِيَ اللَّهُ عَنْهَا - قالت:
قلت : يا رسول الله ! أرأيت إن علمت أي ليلة ليلة القدر ما أقول فيها ؟
A'ishaa رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا akkana jettee Ergamaa Rabbii gaafatte:- «Mee yoo Rabbiin Laylatul-Qadii na qunnamsiise maal jedheen du'aa'ii godhadhaa?»
قال : قولي :
«اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عني»
«Yaa Allahuu kiyya ati irra namaaf dabraadha, irra namaaf dabruus jaallatta, irra naa darbi» jedhi jedheen.
📔[صحيح الترمذي:3513]
⚠️ Akkuma beekamu guyyootni kurnan boodaa Ramadaanaa hunda irra adda dha.
عَنْ عَائِشَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا قَالَتْ: كَانَ النَّبِيُّ ﷺ إِذَا دَخَلَ الْعَشْرُ شَدَّ مِئْزَرَهُ، وَأَحْيَا لَيْلَهُ، وَأَيْقَظَ أَهْلَهُ. رواه البخاري (٢٠٣٤)، ومسلم (١١٧٤).
A'ishaa رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا irraa akka dabarfameetti:- «Nabiyyiin ﷺ guyyoonni kurnan boodaa Ramadaanaa yeroo jalqabu marxoo/mudhii isaanii jabeeffachuun, halkan ammoo "ibaadaa" dhaan jireessan. maatiwwan isaaniitis ibaadaa dhaaf hirribaa kaasan»
⚠️ Laylatul-Qadiin Guyyoota kurnan boodaa Ramadaanaa keessatti argamti
Guyyoota kurnan (halkan isaani) guutuu Laylatul-Qadii yaaduun ibaadaa dhaan namni dabarsee shakki tokko malee fedhii Rabbiin Laylatul-Qadriin ni argata.
قال الإمام ابن باز رحمه الله:-
«فمن قامها جميعاً أدرك ليلة القدر»[ الفتاوى ١٥/٤٣٠]
«Guyyoota kurnan (halkan isaani) guutuu kan dhaabbatte Laylatul-Qadii ni argata»
قال الإمام ابن العثيمين رحمه الله:-
👈 "من قام العشر الأواخر من رمضان كلها إيماناً واحتساباً فإننا نجزم بأنه أصاب ليلة القدر) فتاوى أركان الإسلام (٤٢٩)
"Namni Ramadaana keessaa kurnan dhumaa hunda isaa dhaabbate Laylatul-Qadrii argata jenne mirkaneesinaaf"
❉ قال الإمام ابن رجب رحمه الله -:
« يُستحبّ في الليالي التي تُرجى فيها ليلة القدر التنظّفُ ، والتطيّب ، والتزيّن بالغُسل والطيب ، واللباس الحسن » .
« Halkan Laylatul-Qadriin taati jedhamee kajeelamu keessatti shittoo dibachuun, babbareeduun akkasumas uffata gaarii dhufachuun jaalataamaa dha.»
⚠️ Obbolleewwan Aakhiraa Laylatul-Qadii jechuun waan salphaa miti quba qabaadhaa.
قال الإمام ابن القيم رحمه الله-:
«لو كانت ليلة القدر بالسنة ليلة واحدةً لقمتُ السنة حتى أدركها، فما بالك بعشر ليال» [ بدائع الفوائد(٥٥/١)]
« Guyyoota kurnan (halkan isaanii) dhiisii, osoo Laylatul Qadiin waggaa keessaatti halkan tokko taatee waggaa guutuun dhaabbadha hamman argadhutti »
✍ @ifaislaamaa

لطائفُ المعارف(١٧٩)

22.01.202518:58
“Towhidaaf Gosoota Isaa”
”التوحيد وأنواعه“
من كتاب” منهاج الفرقة الناجية والطائفة المنصورة“
🕰 Rabaj 16,1446H
https://t.me/ifaislaamaa/1815
▃▃▃▃▃▃▃
PDF isaa argachuuf 👇
https://t.me/ifaislaamaa/1789

🇺🇸 Dunkaana Baqqattoota Ameerikaa!!
{إِن يَمْسَسْكُمْ قَرْحٌ فَقَدْ مَسَّ ٱلْقَوْمَ قَرْحٌ مِّثْلُهُۥۚ وَتِلْكَ ٱلْأَيَّامُ نُدَاوِلُهَا بَيْنَ ٱلنَّاسِ وَلِيَعْلَمَ ٱللَّهُ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَيَتَّخِذَ مِنكُمْ شُهَدَآءَۗ وَٱللَّهُ لَا يُحِبُّ ٱلظَّٰلِمِينَ}
“Yoo madaan isin tuqes, dhugumatti ummatas (diinotas) madaan fakkaataan isaan tuqeera Guyyoota sana gidduu namaatti na naannessina Rabbiin isaan amanan mul’isuufi isin irraas wareegamtoota taasisuuf (kana godhe) Rabbiin miidhaa hojjattoota hin jaalatu.”
“ቁስል ቢያገኛችሁ ሰዎቹንም መሰሉ ቁስል አግኝቷቸዋል፡፡ ይኽችንም ቀናት በሰዎች መካከል እናዘዋውራታለን፡፡ (እንድትገሰጹና) አላህም እነዚያን ያመኑትን እንዲያውቅ (እንዲለይ) ከእናንተም ሰማዕታትን እንዲይዝ ነው፡፡ አላህም በዳዮችን አይወድም”
https://t.me/ifaislaamaa

Ahlassunnati Wal-jamaa'ah
Isaanis sahaabota Rasuulaatii fi ﷺ namoottan haala gaariin isaan hordofan kan hanga guyyaa qiyaamaatti jiranu cufa.
Isaanis aqiidaa sahiiha ishee Rasuulli ﷺ Rabbii irra turan, sahaabonni isaanii irratti walii galanii fi makaa khuraafaa fi bida'aa irraa qulqulluu kan taate warra qabatee hordofuu dha.
Sababni ahlassunnaa jedhamaniif waan ajaja sunnaa Rasuulaa ﷺ kan qur'aana ibsituun hojjataniifi. Kunis hadiisa isaanii kan
"عليكم بسنتي وسنة الخلفاء الراشدين المهديين من بعدي، عضوا عليها بالنواجذ"
"Sunnaa kiyyaa fi kan kulafoota sirraawoo qajeeloo ta'an na booda dhufanuu qabadhaa, qarriffaan ciniinaa" jedhutti hojjachuufi.
Qajeelfamni Rasuulaa ﷺ caalaa qajeelfama hundaa ta'uu ni beeku. Kanaaf qajeelfama nama biroo irra isa dursani.
Sababni 'jamaa'ah' jedhamaniif sunnaa nabiyyii ﷺ fi waan salafni irratti walii galan hordofuu irratti tokko waan ta'aniifi.
Dhugaa fi aqiidaa Islaamaa kan makaa irraa qulqulluu taate irratti walii galaniiru. Ammas rasuulli ﷺ firqatu-nnaajiyaa kan karaa isaanii fi sahaabota isaanii hordofan 'jamaa'ah' jedhanii moggaasaniiru.
فقد ثبت عن معاوية بن أبي سفيان – رضي الله عنهما قال: قال النبي ﷺ
"إن أهل الكتابين افترقوا في دينهم على ثنتين وسبعين ملة، وإن هذه الأمة ستفترق على ثلاث وسبعين ملة - يعني الأهواء - كلها في النار إلا واحدة، وهي الجماعة، وإنه سيخرج في أمتي أقوام تجارى بهم تلك الأهواء كما يتجارى الكَلَبُ بصاحبه"
Mu'aawiyah Ibnu Abii Sufyaan irraa hadiisa mirkanaa’ee odeeffame keessatti ergamaan Rabbii ﷺ "Warri kitaabaa lachan amantii isaanii keessatti bakka 72tti qoodamani. Ummanni kunis karaa 73tti qoodamuuf teessi. Karaa tokko malee hunduu kan ibiddaati. Isheen immoo jamaa'aadha. Akka dhukkubni saree maraatuu namaan deemutti, ummanni fedhii ofii jala deeman ummata kiyya keessatti mul'achuuf taa'u" jedhan jechuun gabaaseera.
Moggaasni Ahlassunnaa Wal-jamaa'ah kun ibsa dhugaa kan warra aqiidaa sirraawaa fi hordoftoota rasuulaa ﷺ firqaa biraa warra rasuula hin hordofne irraa adda baasuu dha.
Firaqoota kana irraa nama aqiidaa isaa yaada sammuu namaa fi beekumsa filoosoofii kan filoosoofaroota Giriikii irraa dhaalame keessaa fudhatee haasawa Rabbii fi karaa rasuulaa ﷺ irra caalchisutu jira. Sababa sammuun nama garii wanta ragaan kun itti akeekte hin qeeballeef ykn hin liqimsineef qofa ragoolee shari'aa mirkanooftuu taate dura dhaabbatu ykn akka isaanii ta'uutti hiiku.
Gariin firaqoota kanaa: falaasifaa, qadariyyaa, maaturiidiyyaa, Jahmiyyaa, mu'utazilaa fi Ashaa'iraa kanneen yaada garii keessatti jahmiyyaa hordofanii dha.
Firaqoota kana irraa nama aqiidaa isaa yaada sheekolee fi dura bu'oota isaanii kan yeroo baay'ee fedhii dhuunfaa irraa ijaarame irraa fudhatanutu jiru. Kan akka raafidaa fi kan biraa haasawa isaanii haasawa Rabbii fi rasuulaa ﷺ irra caalchisu.
Akkasumas firaqoota kana irraa kan nama ishee hundeessee fi bu'uura aqiidaa ishee tolcheen waamamutu jira. Fakkeennaaf kan akka jahmiyyaa Jahm Ibnu Safwaan irraa yoo moggaafaman Ashaa'iraan immoo Abul Hasanil Ash'arii irraa moggaafamani. Garuu Abul Hasanil Ash'ariin aqiidaa kana irraa gara aqiidaa Ahlassunnati Wal-jamaa'aatti deebi'eera. Haa ta'u malee hordoftoonni isaa aqiiduma inni irraa deebi'e kan karaa rasuulaa ﷺ faallessitu irra turan. Ibaadiyyaan kan moggaafamte Abdallaah Ibnu Ibaad irraayyi. Kan biraas akkuma kanatti moggaafamani.
Firaqoota kana irraa kan garii ilaalcha aqiidaa isaanii ishee qajeelfama rasuulaa ﷺ faallessituun, ykn dalaga isaanii hamtuu taateen kan moggaafaman jiru. Raafidaan kan moggaafaman sababa isaan imaamummaa Abuu bakrii fi Umar gatanii irraa qulqullaa'aniifi.
Qadariyyaan immoo qadara mormuu irraa moggaafamani. Ammas Khawaarijaan mootota irratti ba'uun ykn ittiin loluu irraa moggaafamani. Kkf.
Rabbiin Ahlassunnaa rasuula ﷺ dogongoraa fi mucuca irraa tikfamaa ta'ee, wahyiin jabeeffamaa, fedhii ofiitiin hin dubbanne, kan haasaan isaa wahyii Rabbi itti beeksise qofa ta'e malee waan birootiin waamamuu fi hordofuu irraa isaan tikse. Maqaa 'sunnah' male wanta ittiin waamamanu hin qabanu.

28.03.202502:52
Irra caaltuun hojii ajaja Rabbii kan ta’e akkasumas kan muslimoonni irratti walii galani Nabi Muhammad ﷺ irratti Salawaata buusuudha.
Imaamu a-tTirmizii (lakk-2457) akka odeesanitti Ubay Ibnu Ka'ab رضي الله عنه Abbaa Isaa irraa odeessuudhaan akkana jedhe.
(قُلْتُ : يَا رَسُولَ اللَّهِ ، إِنِّي أُكْثِرُ الصَّلَاةَ عَلَيْكَ ، فَكَمْ أَجْعَلُ لَكَ مِنْ صَلَاتِي ؟)
«Yaa Ergamaa Rabbii ani sirratti salawaata buusuun baay'isa, mee salaata kana meeqa siif godha? Jedheen gaaffadhe.
فَقَالَ : ( مَا شِئْتَ )
Isaanis «Hanga feete!» jedhan
قَالَ : قُلْتُ : الرُّبُعَ ؟
«¼ffaa» (sirraatti buusuu) ?
قَالَ : ( مَا شِئْتَ ، فَإِنْ زِدْتَ فَهُوَ خَيْرٌ لَكَ ) ،
Isaanis «Haga feete, yoo dabaltes siif gaariidha» jedhaniin.
قُلْتُ : النِّصْفَ ؟
«½ffaa?» (sirraatti buusuu)?

Isaanis «Haga barbaadde, yoo dabaltes siif irraa caalaa dha» jedhaniin.
قَالَ : قُلْتُ : فَالثُّلُثَيْنِ ؟
«⅔ffaa?» (sirraatti buusuu) ?

قُلْتُ : أَجْعَلُ لَكَ صَلَاتِي كُلَّهَا ؟
«Salawaata koo hunda isaa siif godhuu?» nan jedheen.
قَالَ : ( إِذًا تُكْفَى هَمَّكَ ، وَيُغْفَرُ لَكَ ذَنْبُكَ )
Isaanis «Akkas yoo ta'e yaadni kee siif gaha, yakki kee sirraa dhiqama» naan jedhan jedha.
▪️قال الإمام ابن القيّم رحمه الله :
لَو صلّي العبد على النبي ﷺ بِعَدَد أنفاسه لم يكن موفّيا لِحقِّه .جلاء الأفهام : (344)
Ibnul Qayyim Akkas Jedhan:-
“Osoo gabrichi haga hafuura baafatuun, nabiyyii irratti salawaata buusee haqa ergamaa rabbii hin guutu”
Kana malees Nabi Muhammad ﷺ salawaata buusuun faayidaawwaan hedduu garbichaaf qaba. Akka fakkeenyaatti:-
1- Ajaja Rabbii hojirra olchuudha. Rabbiin Salawaata Nabiyyi ﷺ irratti buusuu ajaje.
2- Rabbii Qunnamuudha. Rabbii Nabiyyii ﷺ Isaarratti salawaata buusa, Garuu Salawaanni keenyaa fi kan Rabbii hiikkaan isaa garaagara.
3- Malaaykoota Qunnamuudha.
4- Rabbiirraa Rahmata 10 arganna sababaa takka Salawaata Nabiyyii ﷺ irratti buufneef.
5- Gabrichi Isiidhaan sadarkaa 10 ol fuudhama.
6- Hasanaata 10tu nuf katabama. sababaa takka salawaata buuseen.
7- Cubbuu 10tu nurraa haqamata sababa salawaata takkaan.
8- Salawaata buusuun du'aayiin eegalamtu fudhatamuuf hedduu kajeelama.
9- Shafaa’aa Nabiyyii ﷺ argachuuf sababaa taati.
10- Sababaa Araarama cubbuutiif. Kan kana fakkatan baay'eetu jira keesumaa halkan Jimaataa fi guyyaa isaa keessatti salawaata kana heddumeessuun jaalatamaa dha.
أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا
“Halkan jum'aatiifi guyyaa jum'aa anarratti salawaata buusuu baay'isaa namni narratti salawaata tokko buuse Rabbiin salawaata kudhan isarratti buusa.”
اللهم صلى وسلم وبارك على سيدنا ونبينا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
🛰 @ifaislaamaa
https://t.me/+TNoRmBLV_hFHVkEp.
Salawaata baay'inaan Ergamaa Rabbii ﷺ irratti buusuun akka namoonni tokko tokko hubattaniitti dalagaa suufiyyaa fi kan isaanitti wal nama fakkeessu miti. Inumaayyuu Ibaadaa faayidaa hedduu qabuu fi jaalala ALLAH kan nama gonfachiisu dha.

06.02.202510:40
▪️ Ramadaana Maal Maaliin Akka Simannu.
Kitaaba 👇 Irraa
«مختصر الكلام في أحكام الصيام»
🗓 خميس 7 / شعبان / 1446 هــ
https://t.me/ifaislaamaa/1827
Kitaaba 👇 Irraa
«مختصر الكلام في أحكام الصيام»
🗓 خميس 7 / شعبان / 1446 هــ
https://t.me/ifaislaamaa/1827
22.01.202518:58
“Eenyu Gareen Tumsa Rabbii Qabdu? ”
”من هي الطائفة المنصورة “
من كتاب” منهاج الفرقة الناجية والطائفة المنصورة“
🕰 Rabaj 15,1446H
https://t.me/ifaislaamaa/1813
▃▃▃▃▃▃▃
PDF isaa argachuuf 👇
https://t.me/ifaislaamaa/1789
”من هي الطائفة المنصورة “
من كتاب” منهاج الفرقة الناجية والطائفة المنصورة“
🕰 Rabaj 15,1446H
https://t.me/ifaislaamaa/1813
▃▃▃▃▃▃▃
PDF isaa argachuuf 👇
https://t.me/ifaislaamaa/1789
22.01.202518:58
وقد سأل رجلٌ الإمامَ مالك بن أنس، فقال: من أهل السنة يا أبا عبد الله؟ فقال: "الذين ليس لهم لقب يعرفون به، لا جهمي، ولا رافضي، ولا قدري"
Namtichi tokko Imaamu Maalikiin "yaa Abaa Abdallah eenyu Ahlassunnaan?" jedhee gaafate. Imaamu Maalikis "Isaan warra maqaa ittiin beekamanu hin qabne. Jahmiyyaas miti, Raafidaas miti, Qadariyyaas miti" jedhan.
Beektoleen gariin maqaa 'As-haabul hadiis' ykn 'Ahlal-hadiis' jedhu Ahlassunnaadhaaf moggaasan.
Sababni isaas waan isaan hadiisa rasuula irraa ﷺ dhufe fuuchuu fi sahiiha da'iifa irraa adda baasuuf ta'aabaniifi.
Akkasumas aqiidaa fi ahkaama keessatti waan isa hordofaniifi.
Hadiisaa fi sunnaan hiikoon isaanii walitti dhihoodha. Akkasumas firqaan hanga guyyaa qiyaamaan dhaabbatuutti nassaramtu (Xaa’ifatil-mansuuraan) Ahlassunnaa isaan rasuulli ﷺ
"لن تزال طائفة من أمتي منصورين، لا يضرهم من خذلهم حتى تقوم الساعة " رواه البخاري ومسلم
“Jamaa’aan tokko ummata koo irraa haga qiyaamaan dhaabbatutti tumsamtuu dha. Namni isaan xiqqeesse illee homaa isaan hin miidhu" jedhanii dubbatan.
Isheen firqaa nagaa baatu jedhamtee hadiisa Mu'aawiyaa dabre keessatti dubbatamteetti

21.01.202512:42
Ollaa Masjiidaa Ta'anii Warra Masjiida Hin Dhufneef Geessisaa!!
قال إبراهيم النخعي (96 هـ):
«كفى عَلماً عَلَى النفاق أن يكون الرَّجُلُ جار المسجد، لا يُرى فِيهِ»
«فتح الباري لابن رجب» (5/ 458)
👉 Ibraahiim a-Naka'ii akkas jedhan፦
“Namni tokko ollaa masjiidaa osoo ta'ee jiruu masjiida keessaatti mul'atuu dhabuun munaafiqa ta'uu isaaf gahaadha”
👉 https://t.me/ifaislaamaa
26.03.202501:45
🕋 Masjiidal al-Haram OverView
🤲 Yaa Rabbi Mana Kana Nama Daawwatu Nu Godhi.
🔗 https://t.me/ifaislaamaa

Could not access
the media content
the media content
28.01.202520:25
«Rabbiin ajajamuu keessaa kan akka salaataa salaatuu hamtuu namarra ittisu hin jiru”
🛰 @ifaislaamaa
Kanaafuu balaa adda addaarraa akka Rabbi nu tiku yoo barbaanne Salaata Shanan yeroo, bakkaafi akkaataa Allah barbaaduun geessisuu qabna
🛰 @ifaislaamaa

22.01.202518:58
"وَكُلُّ مُؤْمِنٍ لَهُ مِنْ نَفْسِهِ سَائِقٌ إِلَى الْمَدِينَةِ"
ابن حجر | فتح الباري
“Namni Mu'mina Ta'e Hunduu Lubbuu Isaa Gara Madiinaatti Isa Oofti”
ابن حجر | فتح الباري
“Namni Mu'mina Ta'e Hunduu Lubbuu Isaa Gara Madiinaatti Isa Oofti”
22.01.202518:58
🌏 Gariin Beektotaa Akkas Jedhan
قال بعض أهل العلم
"ليس في الدنيا كلها محل كان أكثر خيرا من صدر رسول الله ﷺ "
“
✍📚ابن القيم (جلاء الأفهام)
🛰 @ifaislaamaa
قال بعض أهل العلم
"ليس في الدنيا كلها محل كان أكثر خيرا من صدر رسول الله ﷺ "
“
Adunyaa hunda keessatti khayriin ykn gaarummaan bakki qalbii Rasuulaa ﷺ caalu hin jiru
” ✍📚ابن القيم (جلاء الأفهام)
🛰 @ifaislaamaa
01.11.202404:57
• Daldaltoonni biyya keenyaa yeroo waa namaa gurguran maal jedhu?
√ Tokko qofatu hafe! dhumeera
(yoona magaaza baay'eentu jira!)
√ Bakka biraatii hin argatu!!
(Abdii si kutachiisee akka ati irraa bittuuf!)
√ Originaaliin as malee hin jiru, nuyi ajaja addaan fichisiifna!
(ni soba)
√ Yoo siintaane deebisii fidi!
(Yeroo deebistu waan gurgurame hin deebi'u yoo barbaadde kan biraa fudhu jedha)
√ Bakka biraa gaaffadhu, yoo gatii gadiin argatte siifan hir'isa (sossobbiidha!)
√ Bakka isaatiiyyuu kanaan hin dhufu! (yoo karakkarte gatii hir'isuu hin dhiisu silaa)
√ Ebeluun waan natti dhufteef malee gatii kanaan hin gurguramu. (yeroo si waraanu!)
√ Kan ittiin dhufe birrii 200 siif jedheen 100 siif godheera fudhu! (Soba Adii! )
.
.
.
Safuu naggaadotaaf, hojii halaala ta' e soba akkasii itti makuun akkasumas kakuu ittu ida'uun hojii keessaan haraama hin taasisiinaa, haalaalli xiqqoon barakaa qaba.
Ergamaan Rabbii ﷺ warra wal'irraa bitu irraa yeroo dubbatan akkas jedhan
(فَإِنْ صَدَقَا وَبَيَّنَا بُورِكَ لَهُمَا فِي بَيْعِهِمَا، وَإِنْ كَتَمَا وَكَذَبَا مُحِقَتْ بَرَكَةُ بَيْعِهِمَا) رواه البخاري
“Yoo Dhugaa dubbatanii adda baasan bittaa-gurgurtaa isaanii keessatti barakaatu isaaniif godhama. Yoo dhoksanii kijiban barakaan bittaa-gurgurtaa isaanii keessaa ni fuudhamti”
عَنْ أَبِي سَعِيدٍ رضي الله عنه عَنِ النَّبِيِّ ﷺ، قَالَ : " التَّاجِرُ الصَّدُوقُ الْأَمِينُ مَعَ النَّبِيِّينَ، وَالصِّدِّيقِينَ، وَالشُّهَدَاءِ ". رواه الترمذي
“Daldalaan amanamaan dhugaa dubbatu Nabiyyoota, dhugoomsitoota fi wareegamtoota (shuhadaa) wajjin ta'a”

Dhugaa dubbachuun waliif yaaduun baay'ee barbaachisaadha.
Ergamaan Rabbii ﷺ warra wal'irraa bitu irraa yeroo dubbatan akkas jedhan
(فَإِنْ صَدَقَا وَبَيَّنَا بُورِكَ لَهُمَا فِي بَيْعِهِمَا، وَإِنْ كَتَمَا وَكَذَبَا مُحِقَتْ بَرَكَةُ بَيْعِهِمَا) رواه البخاري
“Yoo Dhugaa dubbatanii adda baasan bittaa-gurgurtaa isaanii keessatti barakaatu isaaniif godhama. Yoo dhoksanii kijiban barakaan bittaa-gurgurtaa isaanii keessaa ni fuudhamti”
Dhugaa dubbachuun biyya Lamaaniifuu milkii dha
عَنْ أَبِي سَعِيدٍ رضي الله عنه عَنِ النَّبِيِّ ﷺ، قَالَ : " التَّاجِرُ الصَّدُوقُ الْأَمِينُ مَعَ النَّبِيِّينَ، وَالصِّدِّيقِينَ، وَالشُّهَدَاءِ ". رواه الترمذي
“Daldalaan amanamaan dhugaa dubbatu Nabiyyoota, dhugoomsitoota fi wareegamtoota (shuhadaa) wajjin ta'a”
🛰 @ifaislaamaa

22.03.202519:01
☁️ Lafarratti Masgiida Guddaa 🕋
🕋Masjiidal al-Haram 4.3 Miliyoona sq.ft.
🕌 Yeroo tokkotti nama miliyoona 2.5 salaataaf keessummeessa.
🕌 Balbala 243 qaba
🕌 Sadarkaa 464 qaba
🕌 Spiikarii 8,000 qaba
🕌 Mana finca'anii 9,774 qaba
🕌 Ifa ampoolii 120,000 qaba
🕌 Qulqulleesitoota 3,500 qaba
🕋 Masjiidal al-Haram

22.01.202519:28
Kutaa 3ffaa
”علامة الفرقة الناجية“
“Mallattoolee Firqaa Naajiyaa”
من كتاب” منهاج الفرقة الناجية والطائفة المنصورة“
🕰 Rabaj 13,1446H
https://t.me/ifaislaamaa/1808
▃▃▃▃▃▃▃
PDF isaa argachuuf 👇
https://t.me/ifaislaamaa/1789
”علامة الفرقة الناجية“
“Mallattoolee Firqaa Naajiyaa”
من كتاب” منهاج الفرقة الناجية والطائفة المنصورة“
🕰 Rabaj 13,1446H
https://t.me/ifaislaamaa/1808
▃▃▃▃▃▃▃
PDF isaa argachuuf 👇
https://t.me/ifaislaamaa/1789

22.01.202518:58
Bakka tokkoo yoo balleessan bakka biraatii caalee ka'a.
Ameerikaan keessoo ofiitiin busy kan taasise ALLAH galatni kan isaati.
Ibidda tokkoof helikooftara 5 ramadanii yoo dadhaban, ibidda buubbisee dhufu helikooftara meeqatu barbaachisa?!
كلما هدأت ريح بعث الله اخرى
اللهم زد وبارك
🛰@ifaislaamaa

Akkasumas sababa Islaamummaan isaaniitiin muslima kamiyyuu warreen dhiphisan Rabbi busy isaan haa godhu.
Ibidda tokkoof helikooftara 5 ramadanii yoo dadhaban, ibidda buubbisee dhufu helikooftara meeqatu barbaachisa?!
كلما هدأت ريح بعث الله اخرى
اللهم زد وبارك
🛰@ifaislaamaa
22.01.202518:58
Mushrikoonni bara keenyaa warra duraanii irra shirkiin isaanii cimaadha. Warri duraanii yeroo qananii keessa qofa Rabbitti qindeessanii yeroo cinqii immoo ibaadaa Rabbiif qulqulleessu. Mushrikoonni bara keenyaa immoo shirkiin isaanii qananiifi rakkina keessattis itti fufa.
Ragaan jecha Rabbii ol ta'eeti:
{فَإِذَا رَكِبُوا فِي الْفُلْكِ دَعَوُا اللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ فَلَمَّا نَجَّاهُمْ إِلَى الْبَرِّ إِذَا هُمْ يُشْرِكُونَ} [العنكبوت: 65]
“Yeroo doonii yaabbatan, amantii Isaaf qulqulleessuun Allaah qofa kadhatu. Yeroo Inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo yeroma san (Rabbitti) qindeessu.”
📚 القواعد أربعة
🛰 @ifaislaamaa
Could not access
the media content
the media content
20.10.202407:47
▪️ Waan Facaasan Haammatu.
📖 {كُلُّ امْرِئٍ بِمَا كَسَبَ رَهِينٌ}
“Lubbuun hundi waan hojjetteen qabamtuudha”
💫 Fira'oown jahanamaan adabama, haati manaa isaa immoo jannataan kabajamti.
💫 Nabi Nuuh ﷺ Janatal firdoos kessaa yoo ta'u ilmi isaafi niitiin isaa Ibiddaan boba'u.
💫 Nabi Luux ﷺ Janataan yoo gammadu jaartiin isaa Ibidda seenti
💫 Nabi Ibraahiim ﷺ Janataan yoo ol kaafamu abbaan isaa Ibiddatti darbama.
💫 Nabi Muhammad ﷺ Janata keessatti yoo bareedan abbaan isaanii Ibidda gala.
💫 Aliyyi رضي الله عنه gara Janataa yoo deemu abbaan isaa gara Ibiddaatti oofama.
Sababni Isaa፦👇Rabbiin olta'e akkas jedha.
{كُلُّ امْرِئٍ بِمَا كَسَبَ رَهِينٌ}

♻️ Kanaafuu maalummaan kee dalagaa keeti.‼️
🔗 t.me/ifaislaamaa

Shown 1 - 20 of 20
Log in to unlock more functionality.