Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

Мир сегодня с "Юрий Подоляка"

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Лачен пише

Реальний Київ | Украина

Реальна Війна

Україна Online: Новини | Політика

Телеграмна служба новин - Україна

Резидент

𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verifiedTrust
Not trustedLocation
LanguageOther
Channel creation dateSep 28, 2018
Added to TGlist
Nov 01, 2024Linked chat

Ifa Islaamaa
621
Records
30.03.202523:59
9.7KSubscribers28.02.202523:59
400Citation index29.12.202408:06
488Average views per post23.01.202523:59
499Average views per ad post22.03.202523:59
12.07%ER29.12.202408:06
5.45%ERR26.03.202501:45
🕋 Masjiidal al-Haram OverView
🤲 Yaa Rabbi Mana Kana Nama Daawwatu Nu Godhi.
🔗 https://t.me/ifaislaamaa

28.03.202511:23
Sadarkaan Guyyaa Jumu'aa Guyyoota Keessaa, Akkuma Jiini Ramadaanaa Ji'oota Kessattii Qabuudha.
Reposted from:
𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

28.03.202502:52
Irra caaltuun hojii ajaja Rabbii kan ta’e akkasumas kan muslimoonni irratti walii galani Nabi Muhammad ﷺ irratti Salawaata buusuudha.
Imaamu a-tTirmizii (lakk-2457) akka odeesanitti Ubay Ibnu Ka'ab رضي الله عنه Abbaa Isaa irraa odeessuudhaan akkana jedhe.
(قُلْتُ : يَا رَسُولَ اللَّهِ ، إِنِّي أُكْثِرُ الصَّلَاةَ عَلَيْكَ ، فَكَمْ أَجْعَلُ لَكَ مِنْ صَلَاتِي ؟)
«Yaa Ergamaa Rabbii ani sirratti salawaata buusuun baay'isa, mee salaata kana meeqa siif godha? Jedheen gaaffadhe.
فَقَالَ : ( مَا شِئْتَ )
Isaanis «Hanga feete!» jedhan
قَالَ : قُلْتُ : الرُّبُعَ ؟
«¼ffaa» (sirraatti buusuu) ?
قَالَ : ( مَا شِئْتَ ، فَإِنْ زِدْتَ فَهُوَ خَيْرٌ لَكَ ) ،
Isaanis «Haga feete, yoo dabaltes siif gaariidha» jedhaniin.
قُلْتُ : النِّصْفَ ؟
«½ffaa?» (sirraatti buusuu)?

Isaanis «Haga barbaadde, yoo dabaltes siif irraa caalaa dha» jedhaniin.
قَالَ : قُلْتُ : فَالثُّلُثَيْنِ ؟
«⅔ffaa?» (sirraatti buusuu) ?

قُلْتُ : أَجْعَلُ لَكَ صَلَاتِي كُلَّهَا ؟
«Salawaata koo hunda isaa siif godhuu?» nan jedheen.
قَالَ : ( إِذًا تُكْفَى هَمَّكَ ، وَيُغْفَرُ لَكَ ذَنْبُكَ )
Isaanis «Akkas yoo ta'e yaadni kee siif gaha, yakki kee sirraa dhiqama» naan jedhan jedha.
▪️قال الإمام ابن القيّم رحمه الله :
لَو صلّي العبد على النبي ﷺ بِعَدَد أنفاسه لم يكن موفّيا لِحقِّه .جلاء الأفهام : (344)
Ibnul Qayyim Akkas Jedhan:-
“Osoo gabrichi haga hafuura baafatuun, nabiyyii irratti salawaata buusee haqa ergamaa rabbii hin guutu”
Kana malees Nabi Muhammad ﷺ salawaata buusuun faayidaawwaan hedduu garbichaaf qaba. Akka fakkeenyaatti:-
1- Ajaja Rabbii hojirra olchuudha. Rabbiin Salawaata Nabiyyi ﷺ irratti buusuu ajaje.
2- Rabbii Qunnamuudha. Rabbii Nabiyyii ﷺ Isaarratti salawaata buusa, Garuu Salawaanni keenyaa fi kan Rabbii hiikkaan isaa garaagara.
3- Malaaykoota Qunnamuudha.
4- Rabbiirraa Rahmata 10 arganna sababaa takka Salawaata Nabiyyii ﷺ irratti buufneef.
5- Gabrichi Isiidhaan sadarkaa 10 ol fuudhama.
6- Hasanaata 10tu nuf katabama. sababaa takka salawaata buuseen.
7- Cubbuu 10tu nurraa haqamata sababa salawaata takkaan.
8- Salawaata buusuun du'aayiin eegalamtu fudhatamuuf hedduu kajeelama.
9- Shafaa’aa Nabiyyii ﷺ argachuuf sababaa taati.
10- Sababaa Araarama cubbuutiif. Kan kana fakkatan baay'eetu jira keesumaa halkan Jimaataa fi guyyaa isaa keessatti salawaata kana heddumeessuun jaalatamaa dha.
أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا
“Halkan jum'aatiifi guyyaa jum'aa anarratti salawaata buusuu baay'isaa namni narratti salawaata tokko buuse Rabbiin salawaata kudhan isarratti buusa.”
اللهم صلى وسلم وبارك على سيدنا ونبينا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
🛰 @ifaislaamaa
https://t.me/+TNoRmBLV_hFHVkEp.
Salawaata baay'inaan Ergamaa Rabbii ﷺ irratti buusuun akka namoonni tokko tokko hubattaniitti dalagaa suufiyyaa fi kan isaanitti wal nama fakkeessu miti. Inumaayyuu Ibaadaa faayidaa hedduu qabuu fi jaalala ALLAH kan nama gonfachiisu dha.

Log in to unlock more functionality.