Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
ORO FC BARCELONA™🔵🔴 avatar
ORO FC BARCELONA™🔵🔴
ORO FC BARCELONA™🔵🔴 avatar
ORO FC BARCELONA™🔵🔴
Oduu jijjiirraa taphatoota hedduutu jira....🔥🔥

Marree channel kanaa gadii join gochuun odeeffanno ispoorti akkasumas jijjiirraa taphatoota saffisaan argachuu dandeessa....👇👇
▫️Barseelonaan kana duraa taphaa walakkaa xumuraa wancaa Koppa de la reey Ispeenin Athletico waliin taphaatee 8 kessaa 6 Injifachuu danda'eeraa

▫️Barseelonaan taphaa walakkaa xumuraa wancaa copa del rey ispeen Athletico waliin yeroo dhumaaf kan walitti dhufaan bara dorgommi 2016/17 turee.

▪️Yeroo sanatti barseelonaan taphaa jalqabaa istaadiyeemi Visaantee kalderootti 2-1 Injifachuu danda'eeraa.

▪️Taphaa marsaa lammaffaa kamp nou irratti tasifaamee ammoo goolii 1 qixaa yoo xumuuramuu, barseelonaan qabxii dhaqa galaan (3-2) Injifachuun gara marsaa xumuraatti darbee turee.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Carraan ramaddi walakkaa xumuuraa wancaa Koppa de la reey bahuu eegaleraa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
11.02.202507:07
Vaarjiil Vaandayik🗣:

"Ani yeroomaa hundaa akkasumaa jedhaa. taphaataan cimaan Kubbaa milaa yeroo hundaa Liyoonel Messidha."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
10.02.202506:38
"Namonni tokkoo tokkoo laa ligaan akkaa waan duneetti nuu yaaduu........ ammallee akkaa lubbuun jirruu itti himaa."

Inigoo Martineez 🎙

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Iddoo Nagaayaa bulaa maatin 𝖮𝖱𝖮 𝖥𝖢 𝖡𝖠𝖱𝖢𝖤𝖫𝖮𝖭𝖠.

😍Halkaan gaari!!

• Boru Odeeffannoo Kilaabaa kenyaan wal qabaatu harawaa fi odeeffannoo taphaa har'aan boodan walitti deebinaa.!!

🤗BUENAS NOCHES CULES!!!

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
23.04.202519:33
Guutu isaa join gochuun dubbisaa!! 👇👇

https://t.me/Dambalii_ispoortii/2751
Taphni kun dhaqaa galaa kan taphataamuu yoo ta'uu, taphaa jalqabaa torbee lamaan booda gurranadhalaa guyyootaa kanneen 25, 26 ykn 27 kessaa dirree kenyaa irratti taphaataama.

Taphni lammaffaan ammoo wandaa metropoltaanootti Eblaa guyyootaa kanneen 1, 2 ykn 3 kessaa tasifaamaa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
▫️Carraan ramaddi walakkaa xumuuraa wancaa Koppa de la reey bahuuf daqiqaa muraasaa qofaatu hafee 👀.

▫️Barseelonaan garee waliin ramadaamuuf carraa qabuu:

▪️ Riyaal madrid
▪️ Athletico madrid
▪️Riyaal Sosiyaadad

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
11.02.202507:03
Siikee Rodriguez (Gazexessaa)🗣:

"Rafiniyan dandii badhaasaa baloon do'r Injifaataan irraa deema jiraa. yeroo ammaa taphattota Awurooppaa kessaa akkaa isaa garee isaanif taphaataa barbachisaa ta'ee taphaatuu hin jiruu."

"Ga'uumsaa dhunfaan ammaa irraa jiruu yoo ilalle, dhuguumaan taphaataa baloon d'or injifachuuf kadhimaamuudha. Garuu barseelonaan wancaa Injifachuu qaba, kanaf ammallee kara dheraatuu hafa."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
10.02.202506:30
"Lakkoslfsoonni anaaf wantaan ani dhumaa irratti ilaalu dha. Wanti hundaa caala barbachisaa Injifachuu kenyadha."

Pedrii Goonzalez🎙

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
09.02.202522:10
Barseelonaan taphootaa dirree fi dirree isaan sevillaa waliin taphaateen gooli 9 fi 2 Injifachuu danda'eeraa.

Akkasumaas injifannoon guddaan ergaa 2014 istaadiyeemi seveillatti isaa gooliin bayyee barseelonaan itti galchee dha[4-1]✅.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨 | OFFICIAL: Taphaa walakkaa xumuuraa wancaa Koppa de la reey Ispeen barseelonaa fi Athleticon waliin tasisaan guyyaa fi yeroon taphaa isaa mirkana'ee jiraa.

taphni jalqabaa guyyaa 13 booda kiphxaata, Gurranadhalaa 25 galgaalaa sa'aatii 4 tti Istaadiyeemi Olompiikii irratti yoo ta'uu.

Taphni deebi ammoo guyyaa 35n booda Roobi Ebla 2 galgaalaa sa'atii 3tti Istaadiyeemi Wanda metropoltaanootti akkaa taphatamuu ifoomee jiraa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨 | BREAKING: barseelonaan taphaa walakkaa xumuuraaa wancaa Koppa de la reey Ispeenin Athletico madrid waliin akkaa taphaatuu ifoomee jiraa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨 | JUSTIN: Roobarti Lewaandooskin waggaa dabaalaata 1 barseelonaa kessaa turuuf wali galtee irraa gaheeraa.

Kontiraatni lewaandooski kewwaataa ofiin harreffamuu of kessaa kan qabuu yoo ta'uu, barseelonaan isatti gammadadha.

[Roger Terollo]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Johaan lapoortaa🗣:

"Ga'uumsaa bayyee gaari ta'ee agarsiisa jiranin, lenjistootaa fi taphattotaa Kenyaan nan boonaa. bay'ee gammadeen jiraa."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
10.02.202505:22
"Taphattota hir'uun taphannuus, haala gariin ittisnee. bay'ee gammadeen jiraa."

Leenjisaa Haansi filik🎙

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
09.02.202522:05
Garagarummaa Real Madrid waliin jiruu gara lamatti dhipisnee jirraa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨| JUSTIN: Kalessaa dekoon bakkaa bu'aa Vitoor Rokee Andiree Curry waliin dhimmaa taphatichaa irraatti mariyaataani jiruu.

[Carlos Monfort]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🛑 Tamsaasaa kalattin hordoofuuf👇👇👇

https://t.me/Oro_Barcelona_Fans?livestream

👆👆👆👆

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Barseelonaan kontiraata Rafiniya waggaa dabaalaata laman dheressuf hojjachaa jiraa. kontiraatni Rafiniya ammaa bara 2027 xumuraamaa.

Ammaa barseelonaan hangaa 2029 tti dhereessuuf hojjachaa jiraa. Kontiraata harawaa kana kessatti daballii mindaallee kan of kessatti hammatedha.

[Diario Sport]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
"Har'aa Injifachuun qabxii 3 argachuu kenyaa hordoofee... garee kanaf boqonnaa guyyaa 3 kennuuf murtesseen jiraa."

Lenjisaa Haansi filik 🎙

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
10.02.202504:47
• Akkam bultaan maatin 𝖮𝖱𝖮 𝖥𝖢 𝖡𝖠𝖱𝖢𝖤𝖫𝖮𝖭𝖠.

😍Olmaa Gaari!!

• Guyyaa bareedaa akkaa qabattaan Isiniif hawwinaa!!

🫶 𝐁𝐮𝐞𝐧 𝐃í𝐚 𝐂𝐮𝐥é𝐬☀️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
09.02.202522:03
Mee al tokkoo "🔥🔥🔥🔥" godha mee

Taphichi akkam tureee 👍

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Shown 1 - 24 of 47
Log in to unlock more functionality.