Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
ORO FC BARCELONA™🔵🔴 avatar

ORO FC BARCELONA™🔵🔴

Buy ads: https://telega.io/c/Oro_Barcelona_fans
🔴Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan🔵
☞︎| Barcelonan Walqabatu
☞| Taphootaa Tamsaasa kallattiin
☞| Oduu jijjiirraa
☞| Seenaa Taphattota barseelonaa Ni Argattuu.
🔸Yaada Yoo Qabattaan : @OFCBBot
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verified
Trust
Not trusted
Location
LanguageOther
Channel creation dateMay 25, 2024
Added to TGlist
Oct 31, 2024
Linked chat

Latest posts in group "ORO FC BARCELONA™🔵🔴"

Guutu isaa join gochuun dubbisaa!! 👇👇

https://t.me/Dambalii_ispoortii/2751
🚨 | OFFICIAL: Taphaa walakkaa xumuuraa wancaa Koppa de la reey Ispeen barseelonaa fi Athleticon waliin tasisaan guyyaa fi yeroon taphaa isaa mirkana'ee jiraa.

taphni jalqabaa guyyaa 13 booda kiphxaata, Gurranadhalaa 25 galgaalaa sa'aatii 4 tti Istaadiyeemi Olompiikii irratti yoo ta'uu.

Taphni deebi ammoo guyyaa 35n booda Roobi Ebla 2 galgaalaa sa'atii 3tti Istaadiyeemi Wanda metropoltaanootti akkaa taphatamuu ifoomee jiraa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨| JUSTIN: Kalessaa dekoon bakkaa bu'aa Vitoor Rokee Andiree Curry waliin dhimmaa taphatichaa irraatti mariyaataani jiruu.

[Carlos Monfort]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
▫️Barseelonaan kana duraa taphaa walakkaa xumuraa wancaa Koppa de la reey Ispeenin Athletico waliin taphaatee 8 kessaa 6 Injifachuu danda'eeraa

▫️Barseelonaan taphaa walakkaa xumuraa wancaa copa del rey ispeen Athletico waliin yeroo dhumaaf kan walitti dhufaan bara dorgommi 2016/17 turee.

▪️Yeroo sanatti barseelonaan taphaa jalqabaa istaadiyeemi Visaantee kalderootti 2-1 Injifachuu danda'eeraa.

▪️Taphaa marsaa lammaffaa kamp nou irratti tasifaamee ammoo goolii 1 qixaa yoo xumuuramuu, barseelonaan qabxii dhaqa galaan (3-2) Injifachuun gara marsaa xumuraatti darbee turee.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphni kun dhaqaa galaa kan taphataamuu yoo ta'uu, taphaa jalqabaa torbee lamaan booda gurranadhalaa guyyootaa kanneen 25, 26 ykn 27 kessaa dirree kenyaa irratti taphaataama.

Taphni lammaffaan ammoo wandaa metropoltaanootti Eblaa guyyootaa kanneen 1, 2 ykn 3 kessaa tasifaamaa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨 | BREAKING: barseelonaan taphaa walakkaa xumuuraaa wancaa Koppa de la reey Ispeenin Athletico madrid waliin akkaa taphaatuu ifoomee jiraa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🛑 Tamsaasaa kalattin hordoofuuf👇👇👇

https://t.me/Oro_Barcelona_Fans?livestream

👆👆👆👆

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Carraan ramaddi walakkaa xumuuraa wancaa Koppa de la reey bahuu eegaleraa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
▫️Carraan ramaddi walakkaa xumuuraa wancaa Koppa de la reey bahuuf daqiqaa muraasaa qofaatu hafee 👀.

▫️Barseelonaan garee waliin ramadaamuuf carraa qabuu:

▪️ Riyaal madrid
▪️ Athletico madrid
▪️Riyaal Sosiyaadad

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨 | JUSTIN: Roobarti Lewaandooskin waggaa dabaalaata 1 barseelonaa kessaa turuuf wali galtee irraa gaheeraa.

Kontiraatni lewaandooski kewwaataa ofiin harreffamuu of kessaa kan qabuu yoo ta'uu, barseelonaan isatti gammadadha.

[Roger Terollo]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Barseelonaan kontiraata Rafiniya waggaa dabaalaata laman dheressuf hojjachaa jiraa. kontiraatni Rafiniya ammaa bara 2027 xumuraamaa.

Ammaa barseelonaan hangaa 2029 tti dhereessuuf hojjachaa jiraa. Kontiraata harawaa kana kessatti daballii mindaallee kan of kessatti hammatedha.

[Diario Sport]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Vaarjiil Vaandayik🗣:

"Ani yeroomaa hundaa akkasumaa jedhaa. taphaataan cimaan Kubbaa milaa yeroo hundaa Liyoonel Messidha."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Siikee Rodriguez (Gazexessaa)🗣:

"Rafiniyan dandii badhaasaa baloon do'r Injifaataan irraa deema jiraa. yeroo ammaa taphattota Awurooppaa kessaa akkaa isaa garee isaanif taphaataa barbachisaa ta'ee taphaatuu hin jiruu."

"Ga'uumsaa dhunfaan ammaa irraa jiruu yoo ilalle, dhuguumaan taphaataa baloon d'or injifachuuf kadhimaamuudha. Garuu barseelonaan wancaa Injifachuu qaba, kanaf ammallee kara dheraatuu hafa."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @Oro_Barcelona_Fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Johaan lapoortaa🗣:

"Ga'uumsaa bayyee gaari ta'ee agarsiisa jiranin, lenjistootaa fi taphattotaa Kenyaan nan boonaa. bay'ee gammadeen jiraa."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
"Har'aa Injifachuun qabxii 3 argachuu kenyaa hordoofee... garee kanaf boqonnaa guyyaa 3 kennuuf murtesseen jiraa."

Lenjisaa Haansi filik 🎙

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ORO_barcelona_fans

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Records

23.04.202523:59
9.3KSubscribers
07.02.202523:59
0Citation index
12.02.202523:59
342Average views per post
12.02.202518:36
342Average views per ad post
11.02.202508:57
48.39%ER
12.02.202523:59
5.30%ERR
Subscribers
Citation index
Avg views per post
Avg views per ad post
ER
ERR
MAR '25APR '25

Popular posts ORO FC BARCELONA™🔵🔴

23.04.202519:33
Guutu isaa join gochuun dubbisaa!! 👇👇

https://t.me/Dambalii_ispoortii/2751
Log in to unlock more functionality.