Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️ avatar
Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️
Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️ avatar
Qorannoo Amantii Kiristaanaa ✝☪️
15.04.202518:04
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2

Ads: 👇👇👇👇
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
04.04.202503:04
𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐈𝐬𝐫𝐚𝐚'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐨𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐠𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚.

【𝑹𝒂𝒇𝒊𝒊𝒒𝒖𝒍 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎 رفيق الإسلام】

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐣𝐞𝐭𝐭𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐬 𝐨𝐟 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐀𝐧𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐝𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐬 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚 [𝐇𝐀𝐇] 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐚 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚. 🙈🙈


【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐨𝐨𝐬 2:5】
👌Maatewos 2:5 (HAH)  Isaanis akkana jedhanii deebisaniif; “Beetlihem Yihuudaatti dhalata; kunis dubbii raajichi, “ ‘Yaa Beetlihem ishee biyya Yihuudaa, ati gonkumaa bulchitoota Yihuudaatii gad miti; bulchaan saba koo Israaʼelin tiksu si keessaa ni baʼaatii’ jedhee barreesse sanaa dha.”

【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐨𝐨𝐬 10:5-6】
👌 Maatewos 10:5 (HAH)  Yesuusis warra kudha lamaan kanneen erge; akkanas jedhee isaan ajaje; “Gara Namoota Ormaa hin dhaqinaa; magaalaawwan Samaariyaa tokko illee hin seeninaa.

👌 Maatewos 10:6 (HAH)  Qooda kanaa gara hoolota mana Israaʼel kanneen badan sanaa dhaqaa.

【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐨𝐨𝐬 15:24】
👌 Maatewos 15:24 (HAH)  Inni immoo, “Ani hoolota mana Israaʼel kanneen badan sana qofaafan ergame” jedhee deebise.

【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐨𝐨𝐬 19:28】
👌 Maatewos 19:28 (HAH)  Yesuus immoo akkana isaaniin jedhe; “Ani dhuguma isinittin hima; addunyaa haaraa keessatti, yeroo Ilmi Namaa teessoo isaa ulfina qabeessa sana irra taaʼutti, isin warri na duukaa buutanis akkasuma teessoowwan kudha lama irra teessanii gosoota Israaʼel kudha lamaanitti murtu.

【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐪𝐨𝐨𝐬 12:29】
👌 Maarqos 12:29 (HAH)  Yesuusis akkana jedhee deebise; “Ajajni ajajawwan hunda caalu isa kana; ‘Yaa Israaʼel dhagaʼi! Waaqayyo Gooftaan keenya Gooftaa tokkicha.

【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐋𝐮𝐪𝐚𝐚𝐬 1:32】
👌 Luqaas 1:32 (HAH)  Innis guddaa ni taʼa; Ilma Waaqa Waan Hundaa Olii jedhamees ni waamama. Waaqni Gooftaanis teessoo Abbaa isaa Daawit ni kennaaf;

【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐋𝐮𝐪𝐚𝐚𝐬 1:54】
👌Luqaas 1:54 (HAH)  Inni araara qabeessa taʼuu isaa yaadachaa garbicha isaa Israaʼelin gargaareera;

【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐋𝐮𝐪𝐚𝐚𝐬 2:25】
👌 Luqaas 2:25 (HAH)  Kunoo, namichi qajeelaan Waaqa sodaatu kan maqaan isaa Simiʼoon jedhamu tokko Yerusaalem keessa ture. Innis jajjabeeffama Israaʼel eeggachaa ture; Hafuurri Qulqulluunis isa irra ture.

【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐘𝐨𝐡𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢𝐬 17:6】
👌 Yohannis 17:6 (HAH)  “Ani namoota ati addunyaa keessaa naa kennitetti maqaa kee beeksiseera. Isaan kan kee turan; ati isaan naa kennite; isaanis dubbii kee eeganiiru.

【𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐘𝐨𝐡𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢𝐬 17:9】
👌Yohannis 17:9 (HAH)  Ani isaaniif nan kadhadha. Warri ati naa kennite waan kan kee taʼaniif isaaniifin kadhadha malee addunyaaf hin kadhadhu.

【𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 5:31】
👌 Hojii 5:31 (HAH)  Waaqni akka inni Israaʼeliif qalbii jijjiirrachuu fi dhiifama cubbuu kennuuf jedhee bulchaa fi Fayyisaa godhee mirga ofiitti ol ol isa qabe.

【𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 13:23】
👌 Hojii 13:23 (HAH)  “Waaqnis akkuma abdachiise sana, sanyii nama kanaa keessaa Yesuus fayyisaa saba Israaʼeliif fide.

✍✍ @Rafiqul_Islaam

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1720
25.03.202519:38
Assalaamu Alayikum Worahmatullaahi Wobarakaatuhuu

Phaawuloos Eenyu Akka Ta'e Beektuu Laataa?


Barŕuu Kana Share Woliif Taasisuùdhaan Namoota Hundaan Biraan Nuuf Ga'aa Jzk.🥰🥰🥰

Dubbisuudhaaf Instant View Kan Jedhu Tuquudhaan Dubbisaa 👇👇

Channel Keenyas Join Taasisaa

@Rafiiqul_Islaam Yaadaaf Immoo @Rafiqul_Islaam nuun ga'aa.

https://telegra.ph/PHAAWULOOS-EENYU-AKKA-TAE-BEEKTUU-03-23
24.03.202514:16
Dhugumatti, ati akkaan beekaa waan fagooti.[Suuraa Al-Maa'idaa 5:116]

" Yesus immoo, "Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru." (Marqoos 10: 18)

Qopheessaan: Xaahir Galatoo
21.03.202514:36
WAAQAYYO NI UUMAMAA? YEAUUS UUMAADHAA?


DEEBII 👇👇👇👇


𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨 𝐇𝐢𝐧 𝐓𝐨𝐥𝐟𝐚𝐦𝐧𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐔𝐮𝐦𝐚𝐦𝐧𝐞.


Isa. 43
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
10, Waaqayyo, "Yaa saba nana, isin dhuga-baatuu koo ti, garbichi ani fo'adhes isinuma, isin akka beektaniif akka amantanitti, isa kana kan godhe ana Waaqayyo akka ta'e akka hubattanitti, ana dura Waaqayyo kan biraa hin turre, ana booddees Waaqayyo kan biraa hin jiraatu.

11, Ana duwwaatu Waaqayyoo dha, ana malee fayyisaan kan biraa hin jiru.

𝐅𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐔𝐮𝐦𝐚𝐦𝐚𝐚𝐟𝐢𝐢 𝐓𝐨𝐥𝐟𝐚𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚



“Ammas ani garbicha isaa akkan ta'uuf, Yaaqoobin gara isaa akkan fiduuf, Israa'elinis isa biratti akkan walitti qabuuf, Waaqayyo garaa haadha koo keessatti na tolchee fuula isaa duratti ulfina anaaf kennee jabinas anaaf ta'eera.”
  — Isa. 49:5

“Waaqayyo jalqaba hojii isaatiitti, hojii isaa isa bara durii sana hundumaa dura na uume;”
  — Fak. 8:22

Mat. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
21, Isheen ilma in deessi; atis maqaa isaa 'Yesus' jettee in moggaafta, inni ofii isaatii saba isaa cubbuu isaaniittii isaan in fayyisa" jedheen.

22, Kun hundinuu inni Waaqayyo gooftaan afaan raajichaatiin dubbate akka raawwatamuuf ta'e.

Luq. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
26,  Elsaabex ulfooftee ji'a ja'affaatti, ergamichi Gabri'el Waaqayyo biraa kutaa biyya Galiilaa mandara Naazireet jedhamutti ergame.

27, Ergaan isaas gara durba Maariyaam jedhamtu tokkootti ture; isheen nama Yoseef jedhamu, sanyii Daawit keessaa dhalate tokkoof, kaadhimatamtee turte.

1, 𝑼𝒍𝒇𝒊 𝑮𝒂𝒓𝒂𝒂 𝑴𝒂𝒓𝒚𝒂𝒎 𝑱𝒊'𝒂 9 𝑻𝒖𝒓𝒆 𝑺𝒖𝒏 𝑼𝒖𝒎𝒂𝒂𝒎𝒐𝒐 𝑼𝒖𝒎𝒂𝒎𝒎𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂?
2, 𝑼𝒖𝒎𝒂𝒂 𝒀𝒐𝒐 𝑻𝒂𝒉𝒆 𝑬𝒆𝒏𝒚𝒖𝒕𝒖 𝑼𝒖𝒎𝒆𝒆 𝑾𝒂𝒂𝒒𝒂𝒚𝒚𝒐 𝑵𝒊 𝑼𝒖𝒎𝒂𝒎𝒂𝒂?
3, 𝑾𝒂𝒂𝒒𝒂𝒚𝒚𝒐 𝑵𝒊 𝑫𝒉𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒂?

Kanaaf hawaasa kiyya qaalii akkanatti bifa salphaa ta’een waaqayyo yesuusin akka hin taane fi yesuusis waaqayyoon akka hin taane adda baafanna jechuudha.
 
Yoomille yesuus waqayyoon ta’uu hin dandayan maf jennan macaafni kamuu yesuus waaqayyoon akka hin taane ragaa baha waan ta’eef.
 
𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐮𝐦𝐚 𝐐𝐨𝐟𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.



“Ilma namaa isa waaqa irraa gad bu'e sana malee, homtinuu gara waaqaatti ol hin baane.”
  — Yoh. 3:13

“Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.”
  — Yoh. 8:40

“"Kunoo, ani bantiiwwan waaqaa banamanii, ilmi namaas gara mirga Waaqayyoo dhaabatee nan arge" jedhe.”
  — HoE. 7:56

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1622
12.04.202517:07
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮?
What channels do you want?
ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ?

Namoonni Channel Keessan Keessa Hin Jirre Keessaan Na Qunnamaa.

Free Waver: @Rafiqul_Islaam
02.04.202520:03
Faarfannaa Maariyaam beektuu?


Luqaas:- 1:46
(Maariyaam yommus, "Garaan koo gooftaa kootiif hooqubaa dhi'eessa;)

Luqaas:- 1:47
(hafuurri koos Waaqayyo fayyisaa kootti in ililcha.)



Gaaffiin asitti nu qabnu;
1. Maryam eenyuun faarfataa turte?
2. Yesuusiin farfataa turtee?
3. Yoo Yesuusiin ta'e, Maaliif "ilma koo Yesuusiif hooqubaa dhiyeessa" hin jenne?
4. Maryam, Waaqaan Fayyisaa koo jette. Yesuus Waaqa akka ta'e beektii?
5. Yesuus garaa ishee keessa dhalatee Waaqa ishee akkamitti ta'uu danda'a?
6. Yooseef inni kaadhimaa ishee ture, Yesuus Waaqa jedhamuu beekaa?
7. Maryam yeroo Farfannaa kana dhiyeessitu, ''waaqan daha'' jettee barsiisaa turtee?
8. Maryamaadhaa Rabbiif galata galchituu, kiristaanotni fi pirootestanotni maaliif Yesuusiif galata galchu?
9. Keyyata kana arganii hin beekanuu? Moo macaafa jaraatu hin qabu?



https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
29.03.202514:39
YESUUS #HIN #DUUNE #HIN #FANNIFAMNE.
⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️

👉 Yesuus akka hin fannifamne fi hin duune ragaan Qur'aanaa fi waangeela keessaa kunooti.

Lammiiwwan keenya kiristiyaanaa #liqimsaa 💊💊

وَقَوْلِهِمْ إِنَّا قَتَلْنَا الْمَسِيحَ عِيسَى ابْنَ مَرْيَمَ رَسُولَ اللَّهِ وَمَا قَتَلُوهُ وَمَا صَلَبُوهُ وَلَٰكِنْ شُبِّهَ لَهُمْ ۚ وَإِنَّ الَّذِينَ اخْتَلَفُوا فِيهِ لَفِي شَكٍّ مِنْهُ ۚ مَا لَهُمْ بِهِ مِنْ عِلْمٍ إِلَّا اتِّبَاعَ الظَّنِّ ۚ وَمَا قَتَلُوهُ يَقِينًا
Ammas waan isaan "nuti Masiih lisaa ilma Maryam, ergamaa Rabbii, ajjeefnee jirra" jedhaniif (isaan abaarre) Isaaniitti fakkeeffame malee isa hin ajjeefne; hin fannisnes Dhugumatti, isaan isa keessatti wal dhaban isa irraa shakkii keessa jiru. Yaada hordofuu malee isa irratti beekumsa homaatuu hin qaban. Qabatamaatti isaan isa hin ajjeefne. [4:157]

بَل رَّفَعَهُ اللَّهُ إِلَيْهِ وَكَانَ اللَّهُ عَزِيزًا حَكِيمًا
Dhugumatti Rabbiin gara isaatti ol isa fuudhe. Rabbiin injifataa, ogeessa ta'e. [4:157]

Mat. 26
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³⁶ Yesus yommus bartoota isaa wajjin gara iddoo dhaabaa Getesemaanee jedhamu tokkoo dhaqe; bartoota isaatiin immoo, "Hamma ani achi dhaqee kadhadhutti as taa'aa!" jedhe. ³⁷ Phexrosii fi ilmaan Zabdewos lamaan fudhatee dhaqee; gadduu fi yaadaan dhiphachuutti ka'e. ³⁸ Yommuus, "Lubbuun koo hamma du'atti baay'ee gaddite; isin as turaa anaa wajjinis dammaqaa!" isaaniin jedhe. ³⁹ Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate. ⁴⁰ Kana booddee gara bartoota sanaa dhufee, rafanii isaan arge; Phexrosiin immoo, "Egaa isin sa'aatii tokkittiif illee anaa wajjin dammaquu hin dandeenyee? ⁴¹ Qoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhaahaa! Hafuurri illee dhimmaa dha; foon garuu dadhabaa dha" jedhe. ⁴² Si'a lammaffaas achi hiiqee kadhatee, "Yaa abbaa koo! Xoofoon dhiphinaa kun utuun hin dhugin ana irra darbuun hin danda'amu yoo ta'e, jaalalli kee haa raawwatamu" jedhe. ⁴³ Deebi'ee dhufees utuu isaan rafanii arge iji isaanii itti ulfaatee ture. ⁴⁴ Ammas isaan dhiisee achi hiiqee si'a sadaffaa kadhatuma isaa duraa kadhate. ⁴⁵ Ergasii gara bartootaa dhufee, "Amma iyyuu raftanii boqochuutti jirtuu? Kunoo, yerichi jala ga'eera, ilmi namaa immoo harka cubbamootaatti kennamuu isaa ti. ⁴⁶ Ka'aa itti adeemnaa! Kunoo, inni dabarsee na kennu dur dhi'aate" isaaniin jedhe.

yesuus kiristoos akka hin fannifamneef waaqayyoon kadhachaa ture yoo fannifameera tahe waaqayyo kadhaa yesuus hin dhageenyeef jechuu ta'a kanaafuu waaqayyo kadhaa isaa waan dhagahuuf du'a isa olcheera.
Yesuus bartoota isaatiin ani nan adeema jedhe malee nan fannifama yokaan nan du'a hin jenne.

Yoh. 14
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁷ Nagaa isin biratti nan hambisa, nagaa koo isiniif nan kenna; ani akka biyyi lafaa kennuttan isiniif kenna miti, garaan keessan hin raafamin, hin sodaatinis! ²⁸ 'Amma nan adeema deebi'ees isin bira nan dhufa' akkan isiniin jedhe dhageessaniittu; utuu na jaallattu taatanii, waanan gara abbaa dhaquuf in gammaddu turtan, abbaan na caala'o,

“Yesus biyya lafaa kana irra yeroo jiraachaa turetti, sagalee guddaadhaan imimmaaniin, kadhataa fi waammata gara isa du'a isa oolchuu danda'uutti dhi'eesse; sababii inni ulfina Waaqayyoof gad of deebisee, isatti of kennateefis, kadhanni isaa in dhaga'ameef.”
— Ibr. 5:7

Yesuus boo'ee imimmaan buusee isa du'a isa olchu kadhate kanaafuu yesuus du'a #oleera.

#follow #Like #Follow #Share #share #Ethiopian #Muslims #highlight #follower
#post #you #insights


https://t.me/Know_to_Islamic
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐝𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐝𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐮 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐫𝐮𝐮 𝐁𝐢𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐬𝐚 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐄𝐞𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐇𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮!!

𝐒𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮

𝐀𝐝𝐬:👇👇👇
https://t.me/+VUGaT9pCfqI0YTk0
𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅


𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️

𝐀𝐝𝐬: 👇👇
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8

𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧: 👇👇
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
21.03.202513:58
Nabiyyi Museen; #Gooftaan_Waaqa_tokkicha_qofa jedhee barsiisaa akka ture ragaan;-

Seera keessa deebii:- 4:39
"እንግዲህ እግዚአብሔር በላይ በሰማይ በታችም በምድር አምላክ እንደ ሆነ፥ ሌላም እንደሌለ ዛሬ እወቅ፥ በልብህም ያዝ።
"Kanaafis har'a gooftichi ol waaqa irratti, gad lafa irrattis Waaqayyo akka ta'e, kan biraas akka hin jirre beekaa, yaadattis qabadhaa!"

Gaaffiin asitti nu qabnu;
1️⃣ Gooftaan samiis dachiis erga Waaqa ta'ee, kiristaanotni Yesuus "Gooftaadha" maaliif jedhu?
2️⃣ Keyyatootni akka kanaa macaafa keessa hedduudha. Maaliif hin dubbisanu?
3️⃣ Yaada ykn ergaa macaafa isaanii kessa jiru jijjiiranii, falaasamaa namaa hordofuun maaliif barbaachise?
4⃣ Waaqni; "Ana qofatu "Gooftaadha" jedha. Kiristaanotni Yesuus "Gooftaadha" jedhu. Kun akkamitti wal faalleessu danda'u?
5⃣ Waaqni sababa waan hundumaa uumeef, gooftummaa qaba. Yesuus maal uume?
6⃣ Gooftummaan erga kan Rabbii ta'ee, gabbaramuunis isa qofaaf ta'uu hin qabuu?
7⃣ Maaliif waan biraa gabbaruu barbaachise? Maaliif sillaasee jedhanii waan sammuun namaa hin fudhanneen cinqamu?


https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
12.04.202514:28
وَلَمۡ يَكُن لَّهُۥ كُفُوًا أَحَدُۢ

Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”

🛑 9, Allaahaan Isa Duraatis Isa Boodaatis.

[Al-Hadid 57:3]

هُوَ ٱلۡأَوَّلُ وَٱلۡأٓخِرُ وَٱلظَّٰهِرُ وَٱلۡبَاطِنُۖ وَهُوَ بِكُلِّ شَيۡءٍ عَلِيمٌ

Inni duruma jira; kan boodaatis; mul’ataadha; dhokataas (argaa dha); Inni waan hunda beekaadha.

🛑 10, Allaahaan Kan Hin Duune Kan Hin Rafne Kan Mugaatiinis Isa Hin Qabneedha.

[Al-Baqarah 2:255]

ٱللَّهُ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ٱلۡحَيُّ ٱلۡقَيُّومُۚ لَا تَأۡخُذُهُۥ سِنَةࣱ وَلَا نَوۡمࣱۚ لَّهُۥ مَا فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِي ٱلۡأَرۡضِۗ مَن ذَا ٱلَّذِي يَشۡفَعُ عِندَهُۥٓ إِلَّا بِإِذۡنِهِۦۚ يَعۡلَمُ مَا بَيۡنَ أَيۡدِيهِمۡ وَمَا خَلۡفَهُمۡۖ وَلَا يُحِيطُونَ بِشَيۡءࣲ مِّنۡ عِلۡمِهِۦٓ إِلَّا بِمَا شَآءَۚ وَسِعَ كُرۡسِيُّهُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضَۖ وَلَا يَئُودُهُۥ حِفۡظُهُمَاۚ وَهُوَ ٱلۡعَلِيُّ ٱلۡعَظِيمُ

Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru; (Inni) jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadha Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu Wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru (hundi) kan Isaati Inni hayyama Isaatiin ala Isa biratti araarsu eenyuma? Waan fuuldura isaaniitiifi waan duuba isaaniis ni beeka Beekumsa Isaa irraas waan Inni fedhetti malee hin marsanu Kursiin Isaa samiifi dachii irra bal’ateeraIsaan lamaan tiksuun Isa hin dadhabsiisu Innis ol ta’aa, guddaadha.

[Al-Furqan 25:58]

وَتَوَكَّلۡ عَلَى ٱلۡحَيِّ ٱلَّذِي لَا يَمُوتُ وَسَبِّحۡ بِحَمۡدِهِۦۚ وَكَفَىٰ بِهِۦ بِذُنُوبِ عِبَادِهِۦ خَبِيرًا

Jiraataa Isa hin duune irratti hirkadhu Faarsuu Isaa waliin Isa qulqulleessi Badii gabroota Isaa iccitii beekuu keessatti Isumatu ga’aadha.


🛑 11, Allaahaan Beekaa Waa Hundaati.

[Al-Hashr 59:22 - 24]

هُوَ ٱللَّهُ ٱلَّذِي لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَۖ عَٰلِمُ ٱلۡغَيۡبِ وَٱلشَّهَٰدَةِۖ هُوَ ٱلرَّحۡمَٰنُ ٱلرَّحِيمُ

Inni Allaahn Isa gabbaramaan dhugaa isa malee hin jirre(Inni) Beekaa fagoofi dhihooti Inni akkaan rahmataa godhaa akkaan mararfataadha.


هُوَ ٱللَّهُ ٱلَّذِي لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ٱلۡمَلِكُ ٱلۡقُدُّوسُ ٱلسَّلَٰمُ ٱلۡمُؤۡمِنُ ٱلۡمُهَيۡمِنُ ٱلۡعَزِيزُ ٱلۡجَبَّارُ ٱلۡمُتَكَبِّرُۚ سُبۡحَٰنَ ٱللَّهِ عَمَّا يُشۡرِكُونَ

Inni Allaahii Isa gabbaramaan dhugaa isa malee hin jirre, mootii, hir'ina irraa qulqulluu, abbaa nagayaa, nageenya arjoomaa, Qeexaa, injifataa, guddaa (ol ta'aa), boonaadha Waan isaan qindeessan hunda irraa Rabbiin qulqullaa'e.


هُوَ ٱللَّهُ ٱلۡخَٰلِقُ ٱلۡبَارِئُ ٱلۡمُصَوِّرُۖ لَهُ ٱلۡأَسۡمَآءُ ٱلۡحُسۡنَىٰۚ يُسَبِّحُ لَهُۥ مَا فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۖ وَهُوَ ٱلۡعَزِيزُ ٱلۡحَكِيمُ

Inni Rabbii Uumaa (waan hundaa), (waan hin jirre) Argamsiisaa, bocaa ta'eedha Isaaf maqoolee gaggaarii ta'antu jira Wantoonni samiifi dachii keessaa Isa qulqulleessu (faarsu)Inni Injifataa ogeessa.


🛑 12, Allaahaan Kan Nam Tokkollee Biyya Lafaa Kana Irratti Arguu Hin Dandeenyeedha.

[Al-An'am 6:102 - 103]

ذَٰلِكُمُ ٱللَّهُ رَبُّكُمۡۖ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَۖ خَٰلِقُ كُلِّ شَيۡءࣲ فَٱعۡبُدُوهُۚ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيۡءࣲ وَكِيلࣱ 

Kan akkana hojjate kun Rabbii keessani Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru(Inni) uumaa waan hundaatii, Isa (qofa) gabbaraaInnis waan hunda tiksaadha.


لَّا تُدۡرِكُهُ ٱلۡأَبۡصَٰرُ وَهُوَ يُدۡرِكُ ٱلۡأَبۡصَٰرَۖ وَهُوَ ٱللَّطِيفُ ٱلۡخَبِيرُ 

)Addunyaatti) agartuun Isa hin agartu Inni immoo agartuu hunda ni arga Inni mararfataa, beekaadha.

✅ Allaahaa Jechuun Isa Kanaadha.

📶 Obboleessa Kiyya Qaalii Obboleettii Kiyya Qaalii Namni Waan Uumamteef Beektu Hubannoodhaan Dubbisi Si Fayyadaa Erga Dubbistee Xumurtee Share Godhuu Hin Dagatinii.

Haa Xiqqaattuu Haa Guddatuu Waan Ergaa Islaamaa Dubbatu Dubbisii San Booda Hiriyoota Keessaniif Facaasaa Jzk 🥰🥰

✍✍ @Rafiqul_Islaam

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1735
01.04.202510:49
🪴 ASSALAMUALAIKUM WARAMATULLAHI WABARAKAATU
Kabajamtootaaf jaallatamtoota hordoftoota Chaanaalii kanaa hundaaf bakka jirtanutti nagaan keenya sin haa gahu.
Akkuma beekamu da'awwaa fi qiraati sheeka keenya hamma dandenyu sin biraan gaha jira Hundi kessaniyyu bakkuma jirtanutti Duhaa'ii kessanin nuu bira dhaabadha akka Rabbin irratti nuu gargaaru kana malees toorri telegramas tahe you tube sheeka keenya hordoftoota heddu hin qabu kanaafu jennan akka nuufis jajjabina tahuuf hundi kessaniyyu Link telegram,you tube fi TikTok jaraa kana toora social media kessani irratti maxxansuun akka namoonni heddun dhagefate irra fayyadamuf gahe kessan bahadha siniin jechuun barbaada kana boodas yoo Rabbin keenya nuu gargaare Tamsaasa sheeka keenya irra waraabuun siniin gahuuf nuti qophiidha
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/sheyk_abdulkarim

https://youtube.com/@abu_muhammad.?si=fMQCsRfhWLdyuzNj

http://tiktok.com/@darsii.sheikh.abdulkarim
28.03.202516:30
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮


Barruu Gabaabduu Kan Barnoota Seera Iidaa Jettu Kana Instant View   Kan Jettu Tuquudhaan Dubbisaa.!

Erga Dubbistanii Xumurtanii Namoota Birootiif Dabarsaa Share Taasisaa Dubbisnaan Ofirraa Dabarsaa Jzk. 🥰🥰🥰

https://telegra.ph/%D8%A3%D8%AD%D9%83%D8%A7%D9%85-%D8%A7%D9%84%D8%B9%D9%8A%D8%AF-%D9%88%D8%A2%D8%AF%D8%A7%D8%A8%D9%87-03-28
23.03.202512:13
Assalaamu Alayikum Worahmatullaahi Wobarakaatuhuu

BARNOOTA WANTOOTA SOOMANA NAMAA BALLEESSAN KANA SHARE WOLIIF TAASISAA JZK 🥰🥰🥰

Instant View Kan Jedhu tuquudhaan Ilaalaa 👇👇

https://telegra.ph/WANTOOTA-SOOMANA-NAMAA-NAMA-JALAA-BALLEESSA-03-23
21.03.202513:39
﴿اللهُ الَّذِي خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا فِي سِتَّةِ أَيَّامٍ ثُمَّ اسْتَوَى عَلَى الْعَرْشِ مَا لَكُم مِّن دُونِهِ مِن وَلِيٍّ وَلَا شَفِيعٍ أَفَلَا تَتَذَكَّرُونَ • يُدَبِّرُ الْأَمْرَ مِنَ السَّمَاءِ إِلَى الْأَرْضِ ثُمَّ يَعْرُجُ إِلَيْهِ فِي يَوْمٍ كَانَ مِقْدَارُهُ أَلْفَ سَنَةٍ مِّمَّا تَعُدُّونَ • ذَلِكَ عَالِمُ الْغَيْبِ وَالشَّهَادَةِ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ﴾.

«سُبْحَانَكَ اللَّهُمَّ وَبِحَمْدِكَ ، أشْهَدُ أنْ لَا إلَهَ إلَّا أنْتَ ، تَبَارَكْتَ وَتَعَالَيْتَ ، أسْتَغْفِرُكَ وَأتُوبُ إلَيْكَ ، وَلَا حَوْلَ وَلَا قُوَّةَ إلَّا بِكَ».
12.04.202514:28
#ALLAAHAAN_EENYU_YOO_SIIN_JEDHAN?


https://t.me/Rafiiqul_Islaam

🛑 1, Allaahaan Isa Dhugaan Gabbaramuudha, Jiraataa Isa Ta'eedha.

[Aal-e-Imran 3:2]

ٱللَّهُ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ٱلۡحَيُّ ٱلۡقَيُّومُ

Rabbiin Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru [Inni] jiraataa, waan hundaan dhaabbataadha.

🛑 2, Allaahaan Uumaa Waa Hunda Uumeedha.

[Az-Zumar 39:62]

ٱللَّهُ خَٰلِقُ كُلِّ شَيۡءࣲۖ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيۡءࣲ وَكِيلࣱ

Rabbiin uumaa waan hundaati Inni waan hunda irrattis tiksaadha.


🛑 3, Allaahaan Uumaa Samii fi Dachiiti.

[Al-Baqarah 2:117]

بَدِيعُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۖ وَإِذَا قَضَىٰٓ أَمۡرࣰا فَإِنَّمَا يَقُولُ لَهُۥ كُن فَيَكُونُ

(Inni) argamsiisaa samiifi dachiitiYeroo dhimma wahii murteesses, wanti Inni isaan jedhu argamii qofa; yeroma san argama.

🛑 4, Allaahaan Kam Samii fi Dachii Akkasuma Waan Ishee Keessaas Qindiidhaan Argamsiiseedha.

[Ash-Shura 42:11]

فَاطِرُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۚ جَعَلَ لَكُم مِّنۡ أَنفُسِكُمۡ أَزۡوَٰجࣰا وَمِنَ ٱلۡأَنۡعَٰمِ أَزۡوَٰجࣰا يَذۡرَؤُكُمۡ فِيهِۚ لَيۡسَ كَمِثۡلِهِۦ شَيۡءࣱۖ وَهُوَ ٱلسَّمِيعُ ٱلۡبَصِيرُ

(Inni) uumaa samiifi dachiiti Lubbuu keessan irraa qindiiwwan (haadholee manaa) isiniif godhe; beyladoota irraas cimdii (kormaafi dhalaa isiniif taasise) Bifa kanaan isin baay’isa Fakkaataan Isaa (Allaah) hin jiru Inni dhaga’aa, argaadha.

🛑 5, Allaahaan Uumaa Hundaq Guyyoota [6] Keessatti Argamsiiseedha.

[Al-A'raf 7:54]

إِنَّ رَبَّكُمُ ٱللَّهُ ٱلَّذِي خَلَقَ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضَ فِي سِتَّةِ أَيَّامࣲ ثُمَّ ٱسۡتَوَىٰ عَلَى ٱلۡعَرۡشِۖ يُغۡشِي ٱلَّيۡلَ ٱلنَّهَارَ يَطۡلُبُهُۥ حَثِيثࣰا وَٱلشَّمۡسَ وَٱلۡقَمَرَ وَٱلنُّجُومَ مُسَخَّرَٰتِۭ بِأَمۡرِهِۦٓۗ أَلَا لَهُ ٱلۡخَلۡقُ وَٱلۡأَمۡرُۗ تَبَارَكَ ٱللَّهُ رَبُّ ٱلۡعَٰلَمِينَ

Dhugumatti, Gooftaan keessan Rabbii Isa samiifi dachii guyyoota jaha keessatti uumee ergasii Arshii irratti (ol ta’iinsa isaaf malu) ol ta’eedha Haala ariitiidhaan isa barbaada ta'een halkaniin guyyaa haguuga Aduu, ji’aafi urjiiwwanis kan ajaja Isaatiin laaffifaman ta'anii (isaan uume)Dhagayaa! Uumuuniifi ajajnis kan Isaati Rabbiin Gooftaa aalamaa ta’e toltuun isaa baay’ate.

🛑 6, Allaahaan Kan Ilma Namaa Jalqaba Biyyee Irraa Uumee Ergasii Bishaan Irraa Jiraqchiseedha.

[As-Sajdah 32:7]

ٱلَّذِيٓ أَحۡسَنَ كُلَّ شَيۡءٍ خَلَقَهُۥۖ وَبَدَأَ خَلۡقَ ٱلۡإِنسَٰنِ مِن طِينࣲ

(Inni) isa waan uume hunda miidhagseefi uumama namaa dhoqqee irraa jalqabeedha.

[Al-Mu'minun 23:12 - 14]

وَلَقَدۡ خَلَقۡنَا ٱلۡإِنسَٰنَ مِن سُلَٰلَةࣲ مِّن طِينࣲ

Dhugumatti, Nuti ilma namaa qulqulluu (cunfaa) dhoqqee irraa ta'e irraa uumne.


ثُمَّ جَعَلۡنَٰهُ نُطۡفَةࣰ فِي قَرَارࣲ مَّكِينࣲ

Sana booda coba bishaan saalaa kan iddoo tasgabbaa’aa, mijaa'aa (gadaamessa) keessatti isa taasifne.


ثُمَّ خَلَقۡنَا ٱلنُّطۡفَةَ عَلَقَةࣰ فَخَلَقۡنَا ٱلۡعَلَقَةَ مُضۡغَةࣰ فَخَلَقۡنَا ٱلۡمُضۡغَةَ عِظَٰمࣰا فَكَسَوۡنَا ٱلۡعِظَٰمَ لَحۡمࣰا ثُمَّ أَنشَأۡنَٰهُ خَلۡقًا ءَاخَرَۚ فَتَبَارَكَ ٱللَّهُ أَحۡسَنُ ٱلۡخَٰلِقِينَ

Sana booda bishaan saalaa dhiiga ititaa taasifne; ergasii dhiiga ititaa muraa foonii taasifne; ergasii foonittii (sana) lafee taasifne; ergasii lafees foon itti uffifne; sana booda uumama biraa (daa’ima) isa goone Rabbiin irra tolchaa uumtotaa ta’e qulqullaa’e!


🛑 7, Allaahaan Isa Nyaachisu Ofii Isaatii Kan Hin Nyaanne.

[Al-An'am 6:14]

قُلۡ أَغَيۡرَ ٱللَّهِ أَتَّخِذُ وَلِيࣰّا فَاطِرِ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِ وَهُوَ يُطۡعِمُ وَلَا يُطۡعَمُۗ قُلۡ إِنِّيٓ أُمِرۡتُ أَنۡ أَكُونَ أَوَّلَ مَنۡ أَسۡلَمَۖ وَلَا تَكُونَنَّ مِنَ ٱلۡمُشۡرِكِينَ

"Sila Rabbii uumaa samiifi dachii, inni kan nyaachisu hin nyaanne ta'een alan gabbaramaa tolfadhaa?" jedhi"Ani jalqaba nama Rabbiif bulee ta'uuttin ajajame Mushrikoota irraas hin ta'in (jedhameera)" jedhi

[Ash-Shu'ara' 26:79]

وَٱلَّذِي هُوَ يُطۡعِمُنِي وَيَسۡقِينِ

Inni Isa na nyaachisuufi na obaasuudha.

🛑 8, Allaahaan Kan Hin Dhalleefii Kan Hin Dhalanneedha.

[Al-Ikhlas 112:1 - 4]

قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ

Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha.


ٱللَّهُ ٱلصَّمَدُ

Allaahn hirkoo waa hundaati.


لَمۡ يَلِدۡ وَلَمۡ يُولَدۡ

Hin dhalle hin dhalannes.


https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1734
31.03.202504:18
Nabiyyi Abraham #Gooftaa'' jedhameera. Kanaafuu Abraham #Waaqa" jennaa?

✍. Seera umamaa:- 23:5-6
(ኬጢያውያንም ለአብርሃም እንዲህ ሲሉ መለሱለት፤ “ስማን #ጌታዬ፤)
(Warri Heetis deebisanii Abrahaamiin, #Gooftaa, mee nu dhaggeeffadhu!)

✍. Seera umamaa:- 23:11
(እንዲህ አይደለም #ጌታዬ፤ አድምጠኝ፤)
("Abrahaamiif deebisee, Hin ta'u #gooftaa koo, na dhaggeeffadhu! Ani laficha siif nan kenna, holqicha isa laficha sana keessa jirus siif nan kenna,)

✍. Seera umamaa:- 23:15
(#ጌታዬ ሆይ፥ እኔን ስማኝ፤)
#Gooftaa koo, na dhaggeeffadhu! Lafti cituun meetii dhagaa dhibba afurii baaftu si'ii fi ana gidduutti maal ishee ti?)

✍. Seera umamaa:- 24:9-10
(ስለዚህም አገልጋዩ እጁን #ከጌታው ከአብርሃም ጭን በታች አድርጐ ስለዚህ ጒዳይ ማለለት። አገልጋዩም ከጌታው ግመሎች መካከል ዐሥሩን ወሰደ፤ ምርጥ ምርጡንም ዕቃ ሁሉ ጭኖ፣ የናኮር ከተማ ወደምትገኝበት ወደ ሰሜን ምዕራብ መስጴጦምያ ተጓዙ)
(Yommus hojjetichis harka isaatiin gudeeda Abrahaam #gooftaa isaa gidduu qabee, dubbii kana irratti isaaf in kakate. Ergasii hojjetichi gaalota gooftaa isaa keessaa kudhan, mi'a gooftaa isaa hundumaa keessaas wanta gaggaarii fuudhee ka'ee,)

✍. Seera uumama:- 24:35
(“እግዚአብሔር (ያህዌ) #ጌታዬን እጅግ ባርኮታል፤ እርሱም በልጽጓል፤ በጎችና ከብቶች፣ ብርና ወርቅ፣ ወንድና ሴት አገልጋዮች፣ ግመሎችና አህዮች ሰጥቶታል”)
(Waaqayyo, #gooftaa koo kana baay'ee eebbisee, nama guddaa isa godheera; inni hojjetoota dhiiraa fi dubartii, bushaayee, saawwa, meetii, warqee, gaalota, harrootas kenneeraaf.

✍. Seera umamaa:- 24:36
(“የጌታዬ ሚስት ሣራ በስተርጅናዋ ወንድ ልጅ ወልዳለታለች፤ #ጌታዬም ያለውን ሀብት ሁሉ ለልጁ ሰጥቶታል”)
(Saaraan haati manaa #gooftaa koos erga lafa guurtee, gooftaa kootiif ilma godhatte; innis wanta qabu hundumaa ilma isaa kanaaf kennuuf jira.)

✍. Seera umamaa:- 24:42
(“እኔም ዛሬ ወደ ውሃው ጒድጓድ ስደርስ እንዲህ ብዬ ጸለይሁ፤ #የጌታዬ የአብርሃም አምላክ እግዚአብሔር (ኤሎሂም ያህዌ) ሆይ፤ ፈቃድህ ቢሆን የመጣሁበትን ጒዳይ አቃናልኝ፤”)
(Har'a immoo ani dhufee burqituu bishaanii bira yommuun ga'e, "Yaa Waaqayyo, gooftaa isa kan Abrahaam #gooftaa kootii, waan ani adeemuuf kana karaa isaa anaaf qajeelchi!

✍. Seera uumama:- 24:65
(“አገልጋዩንም፣ “ይህ ሊገናኘን በመስኩ ውስጥ ወደዚህ የሚመጣው ሰው ማን ነው?” ስትል ጠየቀችው። አገልጋዩም፣ #ጌታዬ ነው” ብሎ መለሰላት፤ እርሷም መሸፈኛዋን ተከናነበች")
(Yommus isheen hojjetaa ishee fuudhee adeemu sanaan, "Namichi bakkee keessaa as nutti adeemu sun eenyu?" jette; hojjetichis, "Inni ilma #gooftaa kootiiti" jedhee deebiseef; kana irratti isheen shaashii fudhattee ofitti haguugde.)

Egaa akkuma beekamu, kiristaanotni fi pirootestanotni Yesuus ''gooftaa'' waan ta'eef, 'Waaqa'' jedhanii falmu. Haa ta'u malee, akka keeyyattoota kanneen armaan olii irraa hubannutti Nabiyyi Abraham '#Gooftaa'' jedhamee waamamaa akka ture nutti muldhisa. Garuu namnii kamiyyuu Nabi Abraham ''Gooftaadha'' jedhee kan itti amane hin jiru. Wanti nama dhibu garuu, kanuma biraa Nabi Abraham gooftaa jedhamuu isaa Macaafni ifaan ifatti lafa kaa'uu isaati. Garbichi Abraham, Nabiyyii Abrahamiin ''gooftaa'' jedhee waamaa ture. Ragaan 'Waaqa' jedhee amanaa ture, kan jedhu tokko illee hin jiru. Kabaja gooftaa isaaf qabu irraan kan ka'e akka ta'e beekamaadha. Egaa Nabiyyi Abraham 'gooftaa' jedhamuun kabajaaf erga ta'ee, Yesuus Kiristoos ergamaa Waaqaa ta'aa, akkamitti "Waaqa" ta'a jedhamee gabbarama? Dubbiin dhugaa; Gooftummaan Yesuus kan kabajaati jennee bira darbuutu gaariidha. Gooftummaan kabajaa immoo karaa kamiin iyyuu gabbartiif mirga hin kennu.

Rabbiin tokkicha isa gooftaa Abraham fi Gooftaa Yesuus ta'e sana malee wanti haqaan gabbaramu hin jiru.


https://t.me/Know_to_Islamic
Ittiin Bohaaraa 😁😁😁


Pheenxeen Kolfaan Nu Fixan 😬😬

Raajii Masarat Hin Boo'inaa😁😁😁

Soft Bitnee Haa Erginuufii 😁😁

Ijoolleen Islaamoftee Dhumtee


Abu Mu'aaziif Maallaqni Kaffalamuufii 😂😂

Share & React 😂😂

🎯 @Rafiiqul_Islaam
24.03.202514:16
Tokkochummaa Rabbii Barsiisuu Yesuus kiristoos
______

Barsiisni Iyyasuus kiristoos maal ture?
Xiyyeeffannoon guddaan barsiisa Iyyasuus kiristoos, waa'ee Tokkochummaa Rabbii akka ta'e Qur'aanaa fi macaafa keessattis dubbatamee jira. Mee haa hubannuu!

"Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha." (Wangeela Marqoos 12:29)

Kiristaanonni hedduun, ilaalchota dogoongora irratti hundaa'uudhaan Iyyasuus kiristoos gabbaru. Garuu barsiisni isaa akkas hin turre. Yesuus kiristoos waaqqessuun gati dhabeessa ta'uu dubbatee jira.

" ana waaqessuun isaanii akkasumaan, abboommii namaa akka seera Waaqayyootti barsiisu isa jedhe ba'eessa dubbate" jedhe." (Maatiwoos 15:9)

Iyyasuus kiristoos gaaffii yahuudotaan gaafatame ennaa deebisu akkana jedheera.

Gurguddoota Yihudootaa keessaa tokko, "Yaa barsiisaa gaarii, jireenya bara baraatti galuudhaaf maal godhu?" jedhee isa gaafate. Yesus immoo deebiseefii, "Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru. [Wangeela Luqaas 18:18_19]

Namni tokkos gaafa tokko gara yesuus dhufuudhaan, yaa barsiisaa gaarii jannata (jireenya bara baraa) argachuudhaaf maal hojjachuu qaba jedhee gaafate. Innis deebiseefii akkana jedheen;

Kunoo, namni tokko gara Yesus dhufee, "Yaa barsiisa! Jireenya bara baraa qabaachuuf hojii gaariin gochuun anaaf ta'u maal inni?" jedheen. Yesus immoo, "Waa'ee hojii gaarii maaliif ana gaafatta? Isa tokkicha sanatu gaarii dha; jireenya sanatti galuuu yoo feete garuu, abboommota eegi! ittiin jedhe. [Wangeela Maatiwoos 19:16_17]

Yesuus kiristoos seera waada moofaa keessa jiru tokkos shaaruudhaaf, akka hin ergamnes dubbateera. Waa'ee kanaa Maatiwoos haala armaan gadii kanaan barreesseera.

[Yesus, "Seeraa fi barsiisa raajotaa diiguudhaaf waanan dhufe hin se'inaa, ani isaan raawwachuudhaafan dhufe malee, diiguudhaaf hin dhufne. Ani dhuguman isinitti hima, hamma waaqnii fi lafti badanitti seericha keessaa fidalli xinnaan tokko yookiis gar tokkoon fidalaa odoo fiixaan hin ba'in hin badu]. (Wangeela Maatiwoos 5:17_18)

Ergamaan anaan booda ergamu, waanuma hunda isiin barsiisa jedhees dubbateera.

"Inni isiniif dubbatu hafuurri qulqulluun, inni abbaan maqaa kootiin ergu garuu, waan hundumaa isin in barsiisa, waanan isinitti hime hundumaas isin in yaadachiisa. "(Yohaannis 14:26)

Kitaabani seera uumama waa'ee dhagna qabachuu ilaalchisee akkana jedha:

Ammas kakuun koo inni anaa fi si gidduutti, namoota kee gidduutti, si booddeedhaanis sanyii kee gidduutti eeguun isiniif ta'u, 'Isin keessaa dhiirri hundinuu dhagna haa qabamu!' isa jedhuu dha. Isin gogaa foon keessan haguuge dhagna qabadhaa! Kunis kakuu isa anaa fi isin gidduutti dhaabateef milikkita in ta'a. [Seera uumamaa 17:10-11]

" Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti." (Yuhaannis 17:3)

Dubbiin kanneen armaan olii fakkaatan, Qur’aana keessattis bakka heddutti dubbatamaniiru.

إِنَّ ٱللَّهَ رَبِّى وَرَبُّكُمْ فَٱعْبُدُوهُۗ هَٰذَا صِرَٰطٌ مُّسْتَقِيمٌ
Dhugumatti Rabbiin Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan; kanaafuu Isa gabbaraa. Kun karaa qajeelaadha.” [Suuraa Aal-Imraan 3:51]

Karaan qajeela Iyyasuus kiristoos barsiise, karaa Islaamummaa qofa. Daandii tokkochummaa Rabbiiti. Qur'aanni akkana jedha.

وَإِذْ قَالَ ٱللَّهُ يَٰعِيسَى ٱبْنَ مَرْيَمَ ءَأَنتَ قُلْتَ لِلنَّاسِ ٱتَّخِذُونِى وَأُمِّىَ إِلَٰهَيْنِ مِن دُونِ ٱللَّهِۖ قَالَ سُبْحَٰنَكَ مَا يَكُونُ لِىٓ أَنْ أَقُولَ مَا لَيْسَ لِى بِحَقٍّۚ إِن كُنتُ قُلْتُهُۥ فَقَدْ عَلِمْتَهُۥۚ تَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِى وَلَآ أَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِكَۚ إِنَّكَ أَنتَ عَلَّٰمُ ٱلْغُيُوبِ
Yeroo Rabbiin "Yaa Iisaa Ilma Maryam! sila situ namootaan anaafi haadha kiyya Rabbii gaditti gabbaramaa lama taasifadhaa jedhee?" jedhu [yaadadhu][Inni] ni jedhe: "Ati qulqulloofte! Ani waan dhugaa naaf hin taane jechuun anaaf hin ta'u. Yoo ani isa jedheera ta'eef, ati dhugumatti isa barteetta. Waan lubbuu kiyya keessaa ni beekta. Ani waan nafsii kee keessaa hin beeku.
Shown 1 - 24 of 203
Log in to unlock more functionality.