Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
GAGGEESSUMMAA avatar
GAGGEESSUMMAA
GAGGEESSUMMAA avatar
GAGGEESSUMMAA
💐 Nama baay'ee yaadde tokko waliin yommuu walargitu dubbiilee si'aayinaa akkamii fayyadamuu dandeessa?.... 👉 See More

             👇👇👇
         ✨See More✨
             See More ✨
             👆👆👆👆
📩 Don't Give Up

The struggle you are in today is developing the strength you need for tomorrow.
Don't let weakness convince you that you don't have strength.

✍️ Dadhabbiin akka ati humna hin qabne si hin amansiisin.
Love cures people - both the ones who give it and the ones who receive it.
AKKAMITTI OF KABAJJA?

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
(1) Kan si hin barbaanne barbaaduu dhiisi!
(2) Nama akka keetii Kadhachuu dhiisi!
(3) Waan barbaachisu caalaa dubbachuu dhiisi!
(4) Namoonni yeroo si hin kabajne hatattamaan isaan dura dhaabbadhu!
(5) Nyaata namoota biroo kan kee nyaatan caalaa hin nyaatin!
(6) Akkaataa namoota tokko tokko itti daawwattu hir'isi, keessumaa yoo isaan deebii hin kennine!
(7) Ofii kee irratti invast godhi.  Of gammachiisi!
(8) Waa'ee namoota biroo oduu bashannansiisuu dhiisaa!
(9) Dubbachuu kee dura yaadi! Namoonni akkamitti akka siif iddoo guddaa kennan keessaa %80 waan afaan kee keessaa bahudha!
(10) Yeroo hunda waan gaarii fakkaadhu.  Akkaataa itti dubbatamuu qabutti uffadhu!
(11) Nama galma ga’iinsa argatu ta’i.  Kaayyoo kee irratti bobba'i!
(12) Yeroo kee kabaji!
(13) Hariiroo kabajaa fi gatii akka sitti hin dhagahamne keessa hin turiin.  Achi irraa fagaadhaa!
(14) Maallaqa ofii keetii baasuu baradhu.  Namoonni akkasitti baasii siif baasuu ni baratu!
(15) Yeroo tokko tokko hanqachuu!
(16) Fudhataa caalaa nama kennu ta’i!
(17) Bakka hin afeeramne hin deeminaa.  Yeroo affeerramtan immoo simannaa keessan caalaa hin turinaa!
(18) Namoota haala isaaniif malutti sirriitti ilaali!
(19) Maallaqa si irraa qaban malee yaaliin bilbilaa lama gahaadha.  Yoo gatii siif kennan battalumatti siif bilbila!
(20) Waan hojjettu irratti ga’aa ta’i!
Waan hunda caalu ta'i!

@Gaggeessummaa 💟
05.05.202515:27
Ofirratti Xiyyeeffachuu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Sammuu ofiirratti xiyyeeffachuun keessumaa nu dhaloota haaraa kanaaf barbaachisa. Biyyoonni guddatan hedduun isaanii  ijoollee umuriin isaanii waggaa 8-12 sammuu isaaniirratti hojjetu. Umuriin ganamaa kun umuriiwwan kudha 16 booda dhufan irratti baay’ee sirreeffamaaf sammuu karooraan guute, sammuu toora galeef, hin'raafamne qopheessa. Sammuun isaanii ganama kallattii sirrii qabekaa!

Nutihoo? Isa jedhuuf baay'een keenya waan irratti xiyyeeffachuu qabnu adda baafnee beekuu dhabuurraa kan ka'e burjaajiif raafama jeeqama keessatti gaadi'amnee jiraanna. Kan kallatti sammuu isaatiin jireenya isaarratti murteessu nu keessaa baay’ee dhibbeentaa xiqqoodha.

Ofirratti xiyyeeffachuuf, sammuu ofiitti hojii manaa laachuun jalqabarratti boru yaaduu gaafata. Boru maal ta'uuf maal irratti argamuu akka qabnu adda baafannee beekuudha gaafata. Yoo boru hin'yaadin har'a waanuma har'a fakkaatu keessatti laaqamaa hafna.

Har'a yeroon, yaadni horiin, fayyaan keenya maal irra oolaa jira? Maal irratti qisaasa'aa jira? Maal irratti argamaa jira? Gaaffiin kun deebii sirrii argachuu qaba. Yaadni keenya har'aa maal irrati burjaaja'aa jira? Maalitti dhiphachaa jira? Maalitti of gaadi'aa jira?  Kunis deebii saalfachiisaa fi bu'aa hinqabne taanaan  bakka amma jirruutti  of gannee of dagannee jirra jechuudha.

Kanaaf boruu keenya yaaduun har'a karaa sirrii, gocha sirriif, amala sirrii akka qabaannuuf sababa ta'a.  Boruu keenyarratti maal qopheessaa jirra? Karoorsaa jirra? Boruu keenya maliif qopheessaa jirrahoo?  Gaaffii aniif ati of gaafachuu qabnudha. Har'a maaltu dursuu qaba? Adda baafadhu. Waan dursuu qaburratti sammuukee too'adhu. Waan karoora keef yaada galmee keerra hin'jirre waliin burjaaja'uu dhiisi. Karoora baafatterratti of hoggani.  Waan dursi kennamuuf sirreessaa deemi.Ofii keef; barnootakeef, maatiikeef; hojiikeef. Waan qabdu, adda baafadhu. Afuura kee tasgabbeessi. Atiif afuurri kee walii galuuf, waliin tasgabbaa'uun dirqama.

Yeroo keerratti ati of murteessi. Achirraa ajandaan, dhimmi, wacni asaasni kamuu akka si buqqisuun dandeenye haalaan hubadhu. Yeroo qofarratti osoon taane, eenyummaa keef dhimmootan kana dura kaase hundatti  ati nama of hogganu; ajandaa mataa ofii keessa jiraatu, nama yaada sammuu isaatti dhimma bahu,  Nama karooraaf, ejjeennoo isaa keessatti cimee dhaabatu ta'uutu si barbaachisa.

Sammuun kee, fedhiin kee, yaadniif hawwiin kee too'annoo kee jala jira taanaan, bakka itti argamuu qabduuf, waan sirraa dhaga'amuuf hubatamuu qabu situ adda baasee filata. Waan si fakkaatuun argamta. Waan sifakkaatu waliin mul'atta. Sammuu ofii kana too'achuun, kunuunsuun, dhaggeeffachuuf hojii itti kennuun gahee keenya.

"Sammuu keenya kun tilmaamaan qaamota xixiqqoo bil 80tti tilmaamaman irratti kan ijaaramedha" jedhama. Kennaa uumamaan nuuf kenname keessaas isa guddaadha. Garuu waanuma kaleessaaf dheengadda irra deddeebiin yaaduudhaan kan itti fayyadamu nuyi. Kunimmoo sammuun keenya yaada haaraaf gochawwan haaraa akka horatuuf  dhama'uu dhiisuu keenyarraa madda.

Silaa haguma nama haaraa arginu, yaadni dubbannu nurkaa dhumee waanuma barame irra deddeebinee hin'haasofnu. Osoo sammuu keenyatti guyyuu waan haaraa fiduu amaleeffannee waanuma waggaa  ji'aaf torban dura ture irratti yeroo keenya gubaan hafnu. Kanaaf sammuu keenya kaleessa irraa adda gochuuf har'a waan haaraa itti barbaaduu, hoji haaraa itti kennuu, kunuunsuuf, sooruutu barbaachisa.

@Gaggeessummaa
03.05.202511:53
GORSA!
▬▬▬▬▬▬▬
1→ Maalif akka dhalatte, of gaafadhuutii hubadhu!
2→ Waaqa si uume sodaachuu dirqama kee godhadhu!
3→ Kabajaa fi naamusa kee eeggadhu!
4→ Kaayyoo kee irratti, kutannoo fi murannoo qabaadhu!
5→ Osoo rakkoon hin dhufin, uumakee yaadadhu!
6→ Yommuu balleesite, dafii dhiifama gaafadhu!
7→ Jireenya injifachuuf, dursa ofiikee injifadhu!
8→ Uumakee kadhachuu; amala taasifadhu!
9→ Umurii dheerechuu yoo feete, waan gaarii hojjedhu!
10→ Nama kamiifuu, ilaalcha gaarii fi kabaja qabaadhu!
11→ Haqaa fi dhara, ragaan xiinxalii adda baafadhu!
12→ Ejjennoo sirrii kan mataa keetii qabaadhu!
13→ Qabeenyas dhabdu, amalaa fi garraamummaa qabaadhu!
14→ Namummaa keetin, of ta'ii mul'adhu!
15→ Hiriyaa nama hamatuu fi nama sobu; irraa fagaadhu!
16→ Sammuu keetin, of abboomii jiraadhu!
17→ Yeroo gaa'elaaf nama filattu,  bareedina bifaa utuu hin taane, bareedina qalbii ilaalii filadhu!
18→ Haqaa fi mirga keef, sodaa tokko malee falmadhu!
19→ Lammii fi biyya keef, bilisummaa dheebodhu!
20→Haala kam keesssatti iyyuu nama hin miidhin!
21→ Yommuu duroomte, hiyyeesota yaadadhu!
22→ Warroota dhukkubsatan,  bira dhaqii gaafadhu!
23→ Haadha fi abbaakee, kabajii kunuunfadhu!
24→ Lubbuu baattee lubbuu namaa hin balleessin!
25→ Du'a booda jireenyi jiraachuusaa qalbifadhu!

@Gaggeessummaa
Your success will be determined by your own confidence and fortitude.
• Dadhabinni hawwii ajjeesa.
• Inaaffaan Nagaa ajjeesa.
• Aariin Ogummaa ajjeesa.
• Sodaan Abjuu ajjeesa.
🎄🎄-----Baga Geessan!-------🎄🎄

Baga Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Gooftaa Yesuus Kiristoosin isin gahe, inni lubbuu keenya du'a bara baraa oolchuuf du’ee, du’aa ka’ee, jireenya haaraa labse!

Yesuus Kiristoos, Ilma Waaqayyoo, du’a hamaa fannoo irratti du’e, cubbuu namootaaf wareegame. Inni guyyoota sadii booda, akka raajonni duraan dubbatanitti, du’aa ka’e, du’a injifate. Du’aa ka’uun isaa, abdii jireenya bara baraa kan mirkaneessu ti. Du’aa ka’uun isaa agarsiisa humna Waaqayyoo ti. Guyyaa Har’aa yeroo ayyaana kana yaadannu gammachuun keenya Gooftaa du’aa ka’eef haa ta’u. Waan inni nuuf godhe yaadannee, gammachuun haa lallabnu. Cubbuu keenyaaf du’ee, abdii keenyaaf immoo du’aa ka’e! Ameen! 🙏

“Inni du’aa ka’eera! Akkuma dubbate sana!” — Maatewoos 28:6
💐Jaalallee ofii amala gaaridhaan qabachuudhaaf dubbiilee akkamii akka fayyadamtu,....👉 Asitti bu'ii ilaali!

👉 See More
       See More
❣Jaalallee keetiif obsa qabaachuuf yaadolee si gargaaran kanneen dubbisi!,... 👉 See More

              👇👇👇
         ✨See More✨
        ✨ See More ✨
              👆👆👆👆

🟣 Obsi Guddaan badii hedduu hambisa,... See more
Your success depends mainly upon what you think of yourself!
"The Happiness of your life depends on the quality of your thoughts."
List of Strengths & Weaknesses

Strengths

• Entrepreneurial
• Detail-oriented
• Collaborative
• Creative
• Empathetic
• Passionate
• Problem solver
• Competitive
• Risk-averse
• Flexible
• Patient
• Honest
• Dedicated

Weaknesses

• Prone to procrastination
• Disorganized
• Insecure
• Self-critical
• Uncomfortable with public speaking
• Uncomfortable with delegating tasks
• Sensitive/emotional
• Risk-averse
• Extreme introversion or extroversion
• Limited experience in a particular
skill or software

@Gaggeessummaa
✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... See More

🎺 See More
      See More


💘 Maaliif barbaachise,... Itti fufuun dubbisi!
04.05.202509:42
Nam-jabaa taatee guddachuu yoo barbaadde...
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
• Soba dhiisi!
• Waan gadhee dhiisi!
• Kana booda hin jedhin!
• Amanamaa ta'i!
• Gaggeessaa ta’i!
• Oduu dhiisi!
• Yeroo kee kophaa dabarsi!
• Ganama sa’aatii 1 dura ka’i!
• Diraamaa kamiyyuu hin hayyamin!
• Dhahannaa jireenya keetii kaa'adhu!
• Ergama keef iddoo kenni!
• Namni biraa dhiibbaa sirratti hin godhin!
• Garaa laafina tokko malee daangaa irratti daangaa kaa'adhu!

If you want to grow and be a strong man.

🔘 Stop lying!
🔘 Stop the bad stuff!
🔘 Don't say it anymore!
🔘 Be honest!
🔘 Be a leader!
🔘 Stop the news!
🔘 Spend your time alone!
🔘 Get up before 1 am!
🔘 Don't allow any drama!
🔘 Set the beat of your life!
🔘 Give space to your mission!
🔘 Don't let anyone else pressure you!
🔘 Set limits on limits without any compassion!

@Gaggeessummaa
Milkaa’ina: milkaa'inni wanta namoonni biroo jedhanii fi akkaataa isaan jedhanitti hojjachuu utuu hin ta’in, waan beektuu fi waan barbaaddu irratti karaa mataa keetiin hojjechuu dha.
Change your attitude,... Change your life!

Attitude is Everything: Change Your Attitude Change Your Life: Book by Jeff Keller
Do you dread going to work? Do you feel tired, unhappy, weighed down? Have you given up on your dreams? The road to a happier, more successful life starts with your attitude–and your attitude is within your control.
Milkaa’uu yoo feete gatii milkiin gaafatu baruu fi baasuun sirra eegama (IskootAdaam)

“Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.”
(Biil Geet)

‎Gatii shaayii hidha dhuma irra jiruun yaalaa!
ATI MAALIIF OF TUULTAA!

✍️ Maaliin boonaa jirta laata?
Maaliin warra yeroon yeroodhaaf bakkakee hanqisteen haamilee isaanii tuqaa jirta laata?
✍️ Fayyaadhaa? 
Fayyaadhaan obboleessa/ttiikee isa fayyaa dhabe irratti of jajjee hin tuffatin gaafa Waaqni sirraa fudhatee isaanii gadi sigodhu hinbeektuu.
✍️ Humnaa?
Humna har'a qabduun isa haamilee dhabee humni isaa laaffatee jirurratti ol ol of hinqabin. Guyyaan laaffattee mataa ol qabachuu dadhabdutu jiraachuu malaa.
✍️ Beekamtiidhaa?
Beekamtiikeen ofin jajin guyyaan nama hundaan dagatamtee as jirtaankee wallaalamee rakkinaafi gadadootti kuftutu jiraa.
✍️ Beekumsaa?
Beekumsa keen of hin jajin! Guyyaa itti inni ati wallaalaadha jettee tuffatte dhufee sidarbutu jiraa. Akkasumas guyyaa itti beekumsikee nyaatallee siif fiduu dadhabutu jiraa.
✍️ Miidhaginaa?
Isaanis ofin jajin waan cheemikaala harki namaa uumeen yookiin asiidii wayiin akkasumallee dhukkubaan salphumatti sirraa godaanuudhaa.
✍️ Qabeenyaadhaa?
Qabeenyaan isa sii gadii irratti of jajaa jirtaa, tuffataa jirtaa? Lakki dhiisi sin fayyaduu. Nama siif wayya. Kunis yeroodhumaaf malee utuu dhukkubsattee  ofiisaa lafaa sikaasuu hin  danda'u. Egaa waan baay'een of jajjee namoota yeroon siigadi isaan goote tuffattee gitootakoo malee jechaa jirta ta'a. Kuni hundi garuu akkasumaaniifi kan darbu ta'uusaa yaadachuu dhabuukeefin siif gaddaa jira animmoo akka kootti.

✉️ Yaa namakoo... Jireenyi yeroo tokko tokko fakkeessituudha. Jireenyatti hin hirkatin. Uumaakee qofaatti hirkadhu. Isa qofaattis amani. Of jajuun kees isaan haa tahu. Kattaa amansiisaan Uumaakee qofadha. Uumaa kee wajjin walii galtee yoo hinqabaanneefi uumaakee hin sodaanne afuurri kun hundumtuu sidhuunfata. Garuu dhuma irratti duwwaa tahuukee of argita.
waanti kun hundduumti issayyuu darbuuf jira! Wanti hin darbbiinne waaqayyon duwwaadha!

@Gaggeessummaa 💟
🗣️ Dubbiilee Pro Mihratuu SHaanqoo keessaa Muraasa:
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Mul'ata malee Hin mul'atan - Mul'ata jechuun imala yaada sammuuti!

➺✔️ Of beekuuf murtoo Hin qabdu taanan yoo of beektes murtoo Hin murteessituu
➺✔️ Barachuun beeku Hin ibsu beekuun garuu barachuu Ibsa
➺✔️ Qabeenyi akka maleetti kufeef dagatame dhala namati
➺✔️ Namni lakkoofsa guutuuf dhalate Hin jiru lakkoofsaan guutuu ta'ee dhalata malee
    Gonkumaa Hin arifatin
    Gonkumaa Hin dhiphatin
    Gonkumaa Abdii Hin kutin
    Gonkumaa waan xiqqoon qabamtee karaatti Hin dhaabbatin
➺✔️ Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenyaa Ati qooddachuuf eeggattudha
➺✔️ Jaarraan 21 ffaan jaarraa namoota tattaaffii fi tarkaaffiiti malee jaarraa tuffii miti
➺✔️ Addunyaan sammuu keefi jecha Ati waa'ee keef qabduu keessaa jirti
➺✔️ Yoo Amantee wanta ta'uu barbaadde ni taata jedhama barrisuu kan dandeessuu yoo hamma barrissuu dandeessuu amantee qofaadha
➺✔️ Of shakkiin inni namni biraan si shakkuu iyyuu si ga'a
➺✔️ Carraan amma qabduu kan guddinaati malee kan badiisaa miti
➺✔️ Dirree itti injifatamtee keessaatti lubbuun jiraachaa hafuu kee caalaa dirree itti injifate keessaatti duute awwaalamuu sif wayya
➺✔️ Meeshaa ammayya'aa caalaa sammuu injifannoo qabaadhuutti gara dirree seen I
➺✔️ Tulluun of beeke si duraa kufuu Hin jiru akkasumas tulluu Ati dhibdee siduraa kufuu didu Hin jiru
➺✔️ Sammuu hidhamaadhaan addunyaa hikamaa keessaa jiraachuu irraa qaamaan hidhamanii sammuu hiikamaa qabaachuutu wayya
➺✔️ Rakkinaa kalleessaa sirra ga'ee har'as rakkina jettee dubbatta taanaan har'as namatu sif Hin arginee malee rakkinaa isa kan kaleessaa caalu keessaa jirta
➺✔️ Gaggeessummaan Carraadha osoo Hin taanee  itti gafaatammummaadha.

@Gaggeessummaa 💟
Shown 1 - 24 of 145
Log in to unlock more functionality.