Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Danbalii jaalalaa❤️‍🩹 avatar
Danbalii jaalalaa❤️‍🩹
Danbalii jaalalaa❤️‍🩹 avatar
Danbalii jaalalaa❤️‍🩹
05.05.202514:58
- Hin danda'amuufi malee Osoo daqiiqaa tokkoof Onnee Kiyya keessa seentee Jaalala Ani siif qabu Agartee Hawwii Kiyya ture ❤️ @DanbaliiJ
05.05.202514:37
Dhugumaan hiriyaa dhugaa argachuun rakkisaadha, Yoo arkatan garuu dhiisuun rakkisaadha, dagachuunis hin danda'amu Kanaaf Hiriyaa dhugaa Jabeeffadhu.

@Danbaaliij
04.05.202515:27
Jaalala jechuun Dubartii miliyoona takka jaalachuu miti karaa miliyoona tokkoon Dubartii takka jaalachuudha.💖💖
29.04.202514:24
my fav 1 piece ribbon flower so far
28.04.202516:19
"Kabaja kee eeggadhu!"

☆ Nama waan danda'amu siif gochuu hin dandeenyeef waan hin danda'amne hin Godhin.

☆ Nama si dhabuudhaaf dhimma hin qabne qabachuuf yaaluun of hin dhabin.

☆ Nama itti yaadee waan si miidhu hojjete hin komatin, garuu salphaatti irraa fagaadhu irra deddeebi'ii jireenya kee keessaa isa baasi.
"Eenyullee hin miidhin"


👇👇👇  
          ╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗
                 


               
https://t.me/DanbaliiJ
                 
          ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══
                       👆 👆👆
05.05.202514:53
Haadha warraa hin qabdu
Jaalallee hin qabdu
Ijollee hin qabdu
Deeggaraa united dha
Birrii hin qabdu
Liqiin sirra jira......



Maaliif yeroo karaa darbitu bitaaf mirga ilaallattaree🙂‍↔️🧐

Sha
re➬ @Danbaaliij
05.05.202513:16
Hiriyaa koo yoo taate
Hiriyaa ta'ii itti fufi
Diina koo yoo taates
Diinummaa kee na beeksisii
Itti fufi,

#Haala_keetu Naaf galuu dide
✌️

@Danbaaliij
04.05.202515:21
Mirrii deeggartoota yunaytid baayyee du'uu isaarraan kan kahe film "Eelaa" ilaalaa kolfu😭😭

Share➬ https://t.me/DANBAALIIJ
Sha
re➬ https://t.me/DANBAALIIJ
29.04.202516:14
Yoo Hireen Na Yaamte....



Biyya nabii rabbii
Ardii filatamtuu
Ardii namuu dhaqee
Ziyaaruuf dheebotu

Yaa Ardii barakaa
Yaa biyyee madiinaa
Dhufee sin ziyaara
Inshaa Allah barana

Abdiin muru aniis
Dhufee sin ziyaaraa
Labbeeyka jachaatin
Si kheeysa marmaara

Dhiyaatte yaroonii
Naaf mijjeessi haala
Biyya nabii dhaqeen
Ka'abaa ijaan laalaa

Mana kee ilaalaa
Torbattin naannawee
Arafa dhaabbachuun
Yaa ilaahii hawwe

Adiin harramadhe
Niin ja'a Labbeeyka
Showqii keessa kiyyaa
Rabbiitu na beeka.


Itti fufa..........
Gaaf tokko dhukkubbiin tun...


Yaadaaf @Dr_TimLM1 bot tuqaa

Join godhaa https://t.me/DanbaliiJ
Obsi!



@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa ni argaattuu.
Akkasumaas jechoota jaalalaa fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin argachuu yoo barbaadan liinkii armaan gadii kana tuquun nu qunnamaa
👇
https://t.me/DanbaliiJ
🥰🥰

Yaadaaf @Keetiis_bot tuqaa

@Danbaaliij join Godhaa
Ol ja'ee si laaluu
Na dadhabe garaan
Dachi keessa silaa
Anaaf bahe karaan.
Achiinin gad seenee
Hafuura baafadha
Yaa jaalallee kiyya
Hedduun si qaanfadha.
Malee an sin jibbu
Onnee keessa lixxee
Hedduun si jaaladha
Lubbuu kiyya qixxee.
Yeroonin si arge
Sumaan laala dursee
Hafuurri kee cufti
An dhufa hursee.

Ati naaf gaaddisa
Kan jala jiraadhu
Bakkuma hundatti
Naga naaf qabaadhu.
Onnee dhugaa qabdu
Dhugumaattu yaalaa
Ofii koo keessattin
Hoggayyuu si laalaa.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Danbaaliij
Simannaa Kilaba Kubbaa Miilaa Negelle Arsi Football Club -tiif taasifame hedduun nama boonsa.
Waarra keenya waarra aaadaa fi eenyummaa ofiitin boonu ; injifaanoon isinin malaa. Nuti Oromoo! Warra Sikkoof Mandooti💪. Akkasitti nu beekani. https://t.me/DANBAALIIJ
❤️Hanga Rabbiitti dhihoo jirtuutti hojiin kee, nama fuute, bakka jiraattu, wanti hojjettu hundi isaanii haala gaariin ni hojjeta. Hin yaadda'in.

🧳Guyyaa gaarii ✔️
29.04.202514:19
Bara namatti tole, Arba qambaa godhu
Bara namatti bade, Harma garbaa hodhu
Jedhu gaaf mammaakan, warri durii
Beelofnee duuna maleessa, Hin hoonu harma xurii!

https://t.me/DanbaliiJ
"Dubartiidhan si jaaladheen jira jedhiin isheeniis anis si jaaladheera siin jetti.
Sin jaaladha jedhiin,anis baay'een si jaaladhaa siin jetti
.

Sin yaade jedhiin, anis si yaade bar siin jetti.
Kardii qarshii 100 bilbilaa kee irratti siif ergeera jedhiin, Anis siif ergan jira yoo sin jette obboleessa koo ani gaafa san Zimbaabuwee gadi dhiiseen bosonatti gala jedhe!."😂
.
.
.
.
#Robert_Mugabe@A4mulaa_jireenyaa
05.05.202514:38
Jireenyi kee seenaa keeti. Akka gaariitti barreessi yeroo baayyee gulaali”

@jechoota_gamnaa
@Danbaaliij
Morma kee jalatti
Gaafan dheessu aduu
Callisuudhan achi
Hin danda'u oduu.
Hafuura koo qabeen
Suuta gad lakkisa
Miira koo ibsachuun
Xiqqo na rakkisa.
Hasassiidhaan malee
Na dhiba dubbachuun
Gammachuu addaati
Anaaf si dhungachuun.
Osoo hin dubbanne
Anaan waliif galta
Yaa bareeddu tiyya
Hedduu natti tolta.

Sirra achin siqu
Qaama kiyya bittee
Onnee tiyya keessatti
Akka baane cittee.
Gammachuu sooranna
Walitti hirkannee
Bakka bareedutti
Walillee arkannee.😃


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @DANBAALIIJ
Jaalala jechuun

Wal hammachuu
wal dhungachuu
sin jaaladha waliin jechuu qofaa miti.
anaaf jaalala jechuun nama jaalatan saniif nama ta'uu qabnu taanee argamuu, wal yaaduu fi waliif yaaduu, wal dhagahuu fi waliif dhagahuu, bu'aa bahii jireenyaa wal gargaaruu, yeroo gaddaaf gammachuuf wal cinaa dhaabbachuudha, miira keessaa bahanii waliif jiraachuu, namoonni isin jibbanii yoo dugda isinitti garagalchan dugdatti wal baachuu, yeroo gammachuu walitti kaachuu qofa osoo hin taane, yeroo rakkoos waliif kaachuu, inaaftota moo'achuu, miira jibbaa moo'achuudha.

Jaalatamtoota


https://t.me/DanbaliiJ
29.04.202514:30
#Dubartiin Waan afur himachuu saalfatti!
1 #Jaalalli yoo qabe
2 #Laguun yoo itti dhufu
3 #Gaaffii jaalalaaf tole jedhuu
4 #Fedhii saalqunnamtii!
#Dubartiin dhiira akkami jaalatti?
1 #Kan isheef amanamu
2 #Kan Amala gaarii qabu
3 #Kan jaalala isheef qabu
4 #Kan Kaayyoo qabu!
#Dubartiin dhiira akkamii jibbitti?
1 #Kan sobu
#2 Kan machaa'u
3 #Kan irratti jaalatu
4 #Dhiira yartuu!
#Dubartiin Waan afur ifa baastee dubbatti!
1 #Dhugaan yoo jal'ate
2 #Waa'ee nama rakkatee
3 #Waan hawwite yoo argatte
4 #Dhibeen yoo qabate

#Dubartiin, Waan afuriif jiraatti!
1 #Abba manaa isheef
2 #Ijoollee isheef
3 #Kaayyoo isheef
4 #Uumaa isheef

https://t.me/DanbaliiJ
28.04.202521:15
Jireenya dubara tokko keessa dhiira isheen gonkumaa hin irraanfannetu jira. Akkasuma jireenya dhiira tokko keessas dubara tasuma inni argachuu hin dandeenyetu jira.

https://t.me/DanbaliiJ
27.04.202517:33
Gammachu daanga hin qabne 👏🔥❤️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
显示 1 - 24 166
登录以解锁更多功能。