Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Лёха в Short’ах Long’ует
Лёха в Short’ах Long’ует
ABDULHALIIM HAJJII official☪ avatar

ABDULHALIIM HAJJII official☪

Barsiisa qur'aanaa fi hadiisaa karaa sirrii ta'een
Gaafilee barsiisoo beekkumsa nama kan guddisan
bu'aalee beekkumsaan wolqabatan
Irratti xiyyeefanna
تركز قناتكم على الفوائد العلمية والضوابط السمية الذاخرة للتصفية والتربية والتزكية
والثقافة الإسلامية
TGlist 评分
0
0
类型公开
验证
未验证
可信度
不可靠
位置
语言其他
频道创建日期Лют 13, 2025
添加到 TGlist 的日期
Січ 10, 2025
关联群组

ABDULHALIIM HAJJII official☪ 热门帖子

Ajaa’iba Du’aa’ii

✍️ Ijji Imaamul Bukhaarii ( Muhammad binu Ismael) yeroo
ijoolleedhaa sana jaamtee turte. Haati isaa guyyaa takka manaama keessatti Nabiyyallaahi Ibraahim (Aleyhissalaam) argite. Akkana jedheen:
Sababa ati hedduu boosseef ykn hedduu du’aa’ii gooteef, Rabbiin mucaa keetiif ija deebisee jira. Ganama wayta kaanu ijji isaa deebiteefii jirti…!
ذهبت عينا محمد بن إسماعيل ( البخاري ) في صغره فرأت والدته في المنام إبراهيم الخليل عليه السلام فقال لها :

يا هذه قد رد الله على ابنك بصره لكثرة بكائك أو كثرة دعائك فأصبحنا وقد رد الله عليه بصره..

👇🏻‏
📖 سير أعلام النبلاء ( ٣٩٣/١٢ )
Seeqinsaa fi gammachuu fuulli keenya mul'isu hunda duuba madaa nuti qofti beeknu hedduutu jira😉🫠
Namni jireenya isaa keessatti akka gammadaa ta'uuf "Nama isa hubatu qabaachuu qaba" kanaafuu nama isin hubatu Rabbi isinii haa kennu 🤲

#Aaamiin
20.02.202519:21
إني لأرجو من يمينكَ شربةً
وبدار عدنٍ في جواركَ مَنزلا

صلَّىٰ عليكَ اللهُ ياعَلم الهُدى
ما هَلَّ مزنٌ أو تراكـــمَ مُقبلا
20.02.202511:02
Namoonni orbitii isaanii keessa akka naannoytu si godhuu barbaadu, isaan irraa adda taatee mul'achuu kee hin jaalatan

Saniif jecha "akkana ta'i, akki kun sirraa hin bareedu, akkana hin ta'in" jedhanii mataa khee si nyaatu.

Ati ammoo waan Rabbii khee hin dallansiisne taanaan akka feete ta'in siin ja'a obboleessoo.

Akka isaan jireenya khee ajaja isaanii jala galfatan hin hayyaminiif 👌🙄😘
19.02.202515:01
Namni jireenya kee irratti gooftaa ta'ee lafa kanarra kaa'ames tokko hin jiru. Akka fedhetti jireenya kee gidduu galuufis namni tokko mirga hin qabu. Namni kamuu akka gadditu si gochuuf haaboos ta'e mirga hin qabu. Akkanuma, jireenya keef gahaa akka hin taanetti akka yaaddu namni si gochuuf mirga qabu hin jiru. Hin jiru! Atumtuu ofiif gahaadha!

Namni sirriin yookaan gahaan sirra siif caalu hin jiru. Kun kana ta'ee osoo jiruu, eenyuma laata inni akka waan ati ofii keef gahaa hin taaneetti kan yaada kaasuu danda'u? Sii mooji!

Namni kamiyyuu fedhaafi filannoo garagaraa qaba. Kanaaf akka garagaraattis dhadhama jireenyaa horachuu danda'a. Filannoon nama biraa kan nama biraati, filannoon kankee immoo kanuma keeti.

Namni filannoo dhuunfaasaa jireenya kee keessa sutuuf mirga qabus tokko hin jiru. Akka namni biraan si eegutti deddeebi'uu dhiisuu malta, akkanuma beekumsaafi gahumsa sirraa barbaadan hin qabdu ta'a. Kana jechuun ati jireenya keef, ofii keef gahaa miti jechuu miti.

Yeroo kana akka nama biraatti yookaan ija nama biraan guutuu  fakkaachuu dhiiftus, ofiif garuu guutuudha. Eeyyeen, ati ofiif gahaadha! Sekoondii tokkoofuu gonkumaa akka nama hir'uutti of hin fudhatiin, hin yaadiinis! Ati nama kabajamuu, jaallatamuu, amanamuufi harkarra qabamuun maluufiidha. Eeyyeen, atumti kun!

Nama keessaas namni dalagaa keetti amanu, jabina kee beekuufi filannoo kee kabaju in jira. Dhugaadha, namni nama keessaa nama ta'e kan filatamaa ta'uu kee hubatu, kan naannoosaa jiraachuun kee addunyaasaa bareechu ni jira. Kanas nama hundarraa eegda osoo hin taane, nama sirrii irraati. Nama akkanaa egaa obsaan eegii filadhu!

Nama hundaaf guutuu akka hin taanes hin dagatiin. Ta'us garuu ati ofii keef guutuudha. Akkanuma, nama siif adda ta'eef guutuudha. Namoonni tokko tokko gara jireenyakee dhufanii si ceepha'u, yaadas sirratti kennuun miirri ofii keef gahaa ta'uu dhabuu akka sitti dhagahamu gochuu yaalu. Ati garuu isaaniin hin dhagahiin.

By abdallah ilma Adam
@dubartiimuslimaa
إذا نِمْتَ ليْلَكَ في راحــــــــــةٍ
وقُمتَ إلى الفَجرِ بالعافِيَــــــةْ

وطابَ لعينكَ نورُ الصَّبـــــــاحِ
ونفسُكَ ممَّا تَرى صافِيَـــــــــةْ

وسِرتَ لِما تَشتهِي آمـــــــــــنًا
فتلكَ-وربي-هيَ الكافِيَـــــــــةْ
转发自:
أنت لى avatar
أنت لى
14.02.202514:38
شيءٌ من الشوق:

"كان صلى الله عليه وسلم أفصح خَلق الله، وأعذبهم كلامًا، وأسرعهم أداءً، وأحلاهم منطقًا، حتى إنَّ كلامه ليأخذ بمجامع القلوب ويسبي الأرواح، ويشهد له بذلك أعداؤه.

وكان إذا تكلم تكلم بكلام مفصل مُبين يعدُّه العاد، ليس بهذٍّ مسرع لا يُحفظ، ولا منقطع تخلله السكتات بين أفراد الكلام، بل هديه فيه أكمل الهدي، قالت عائشة: «ما كان رسول الله صلى الله عليه وسلم يسرد سردكم هذا، ولكن كان يتكلم بكلام بيِّن فصْلٍ يحفظه من جلس إليه».

وكان كثيرًا ما يُعيد الكلام ثلاثا ليُعقل عنه، وكان إذا سلَّم سلَّم ثلاثًا.

وكان طويل السكوت لا يتكلم في غير حاجة، يفتتح الكلام ويختتمه بأشداقه، ويتكلم بجوامع الكلام، فصل لا فضول ولا تقصير، وكان لا يتكلم فيما لا يعنيه، ولا يتكلم إلا فيما يرجو ثوابه، وإذا كره الشيء عُرف في وجهه، ولم يكن فاحشًا ولا متفحِّشا ولا صخابا.

وكان جل ضحكه التبسم، بل كله التبسم، فكان نهاية ضحكه أن تبدو نواجذه".

وكان يضحك مما يُضحك منه، وهو مما يتعجب من مثله ويستغرب وقوعه ويستندر.

زاد المعاد لابن القيم، ج: 1، ص: 175.
11.02.202509:16
Akkam jirtu miseensoonni chaanaala @ABDULHALIIM HAJJII official?. Dhiyeenya kana sababa garaa garaan shaakalamaa waan turreef kanaan booda deebinee jirra.👌
11.02.202505:18
{أفلا ينظرون إلى الإبل كيف خلقت}{وإلى السماء كيف رفعت}وإلى الجبال كيف نصبت}وإلى الأرض كيف سطحت}
登录以解锁更多功能。