Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
jechoota jaalala fi buharti jireenya avatar
jechoota jaalala fi buharti jireenya
jechoota jaalala fi buharti jireenya avatar
jechoota jaalala fi buharti jireenya
❤@MuAz_Mahamed
share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa
@MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya
#Motivational_Quotes_Mu Az
♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Guyyun boru eida
20.03.202502:38
Yeroo jaalalati dhugaa taatetti, dogoggorri miira khee jirjiiruu hin dandahu Sammuun 🧠 aaruu malti Garuu Onneen🫀 yeroo hunda dhiifama gootee jaalatti!.❤️‍🩹🖇



@gaarumansumafi
08.03.202518:47
Wlh nashiida ajaaiba seena daawwadha gad dhiifamte
08.02.202506:55
Tarii kallattiin kee isa ati yaadde san tahuu dhabuu dandaha hin sodaatini ittuma deem.
Carraan jireenya waan baayyee nama muda taatee saniiniis hamileenkee bu'uu mala.Maalitti beeyta ati karaa ati hin beeyneen yoo hireetee si tolche Rabbiin
An carraan kanaan dura mudadhee turerraa baayyee hamileen koos na cabee jira hammaan hiriyoota koo kan wajjiin barachaa turreettille gad bahuu sodaadhu takka gaheen ture garuu guyyuma tokkolle harka hin kannine
garuu jireenya jiraannu kana keeysatti namni Rabbiin qabu waan dhabe waa hin qabu pls Jiruun gaari taate tan ati Rabbii keeti wajjiin jiraatteedha qashtii

#Share walif godha

@gaarumansumafi
❤@MuAz_Mahamed
share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa
@MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya
#Motivational_Quotes_Mu Az
♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
28.03.202513:37
Eid mubarak janne
Baga itti geysani
Akkami Huccu eida
Namu bitattani

Ani hin bitanne bar
Eida barana tana
Osoo mama jiraatte
Nuttiis numa bitanna

Eida salaate namu
Kara mana gala
Kan ammo qabri
Ziyaaruuf gorajala

Mana galani walin
Gammadda isaani
Warri hin qabne
Qabri gubba booyani

Maal qaba sila
Harmen jiratte
Waaniin Ani
Fadhu na gafatte

Ja'aeetin deebisaaf
Silaa carraan argamte

Hucu eidaati miti

Lubbuun jiraatte
jatte harmee
Lubbun si na
Gaafatte

Haya huma miti Ani
Harame dhabuus
Yanni natti cime
Arkuuf yaaduus

Guyyya takka ni dhufa
Kan waliin gammanu
Jannata keysa tenye
Haramee walin tapannu


Guyyaan takka ni dhuf
@MuAz Mohamed ✍️
20.03.202502:37
Hin irraanfatamne jachuun ni yaadamta jachuu miti!.♥️🖇



@gaarumansumafi
08.02.202506:55
=>Guyyaan har'aa kun guyyoota
jiran hunda irra fokkata/gaarii
ta'uu isaa hin beektu, garuu
wanti sii dhugoomsu tokko yoo
jiraate har'a qofa qabaachuu
keeti.

@gaarumansumafi
03.04.202520:42
Ati Haasawaa fii bareedina fuula namaa laaltee jaalatta garuu rabbiin fokkina qalbii isaanii argeeti sirraa fageesse!.🖤

@gaarumansumafi
31.03.202519:56
Sababa malee akka nun uuminitti sababa malee nun qormaatu!. ABSHIRUU💔🖇



@gaarumansumafi
27.03.202504:56
Yaa Rabbi Du'ai gabroottan khee halkan guyyaa osoo ja'in khophaa bahee sittii booyee si khadhate hunda ati khadhaa isaanii deebisiif yaa allaah!.❤️‍🩹🖇



@gaarumansumafi
16.03.202503:27
Kufaatii sodaachuu dhabuu.

Kufaatii sodaachun kun karaa addaa addaatin nu keessatti dhalachuu danda'a..

Fknf.. gaafa nuti daa'imaa yoo waan tokko hojjechuu dadhabne maatin keenya nuun lolu ykn nu garafu.
Mana barnootattis qormaata yoo kufne akkasuma.

Haalli kun kufaatii jabeessinee akka balaaleffannu nu godha.

Daa'imni tokko ol ka'ee deemuf kufaatii hedduu hangana hin je'amne booda dhaabbata akkasumas kufaatii hedduu booda tarkaanfii eegala, yeroo kufu sanitti "lakkii an hin danda'u, kun naaf hin umamne" ja'ee hin taa'u.

Sodaan kun guddina keenya keessa jechuun lakkuma guddataa deemnun isas baraa dhufna.

Fooyya'uu fi milkaa'inni bu'aa kufaatiwwan yeroo hedduuti. milkaa'inni keetis kan laalamu tattaaffi fi adeemsa isaa keessatti hangam takka kuftee kaate kan je'amuuni.

Dhimma tokko hanguma kufaatii isaatif hayyamamaa fi qophii taanefitti itti milkaa'uu dandeenya.

Kufaatii yeroo jabeessinee balaaleffannu sodaa yoon kufe hoo? Jechuutin waan haaraa mokkaruu irraa of qusanna, waanuma harkaa qabnu qofarratti goggoynee hafna, kufaatii dheeysutti milkiidhas walumaan dhabna.

Yoo kufte hoo maali? Kufuun kee dhuma addunyaati mitii bar ykn baasa si qofaan bahee miti eega ilmi namaa/ADAM uumame irraa kaasee waanuma  jiru.

Namni tokko dhimma tokkorratti yoo si caalee argame, waan saniif si caalaa kufee ka'ee jira jechuudha.

Akkasumas maddi sodaa kufaatii kun sababa gadhee nuti value jireenyaatif kanninu irraahi.

Fknf..Gatiin nuti ofiif qabnu/kanninu, hanga jaalalaa fi fudhatama namoota guyya guyyaan wal qunnamnuu irratti kan hundaa'u yoo ta'e, dhibbaan dhibbatti fedhiin keenya galma gahuu ykn kufuun isaa namoota  irratti hundaa'a. Nuti hin murteeffannu, control hin goonu.
Murtee namoota biraa kan eeggannu ta'a jechuudha Gatuma dhuunfaa keenyaatif.

📝📝

@gaarumansumafi
07.03.202503:23
Yoo dhukkubbiin sitti dhagahmte ati lubbuun jirta jachuudha. Garuu miidhamni namaa dhukkubbiin namaa yoo sitti dhagahamte ati dhuguma ILMA NAMAATI!.🖤🖇


@gaarumansumafi
转发自:
Sammuu kee bani avatar
Sammuu kee bani
03.04.202520:41
https://youtu.be/qTqTCc1y_ro?si=i_rFASEAPXup7t1B

Mormmii. => Muslim fi Penxe

Muslim Vs Penxe 🤜🤛

Dema me irratti hirmadha isinis yaalaa
23.03.202501:28
Du'aaiin halkan Leylatul-Qadrii keessa akka jennuuf Ergamaan Rabbii nu barsiise tana 👇
"اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عني"
"Allaahumma Innaka Afuwwun tuhubbul Afwa fa'afu Annii"
Hiikkaan isaa
"Yaa Rabbi Ati dhiifama Godhaadha, Dhiifama godhuu jaalatta, Dhiifama naaf godhi (Irra naaf dabri)"

Rabbiin Dogongora keenya hunda irra nuuf dabree Jannata isaa nuuf haa kennu!

Join 👇
@gaarumansumafi
12.03.202500:11
Guyyaa tokko moo Du'ain tee haala siif qrebalamtuu taateen lafaa khaate fuul dura kheetitti agaruuf teessa. Ijji teetis sababa gammachuutiin imimmaan gammachuudha dhangalaasuuf teessi Xiqquma Obsi!.❤️‍🩹🖇

Sabr....❤️‍🩹



@gaarumansumafi
04.03.202501:32
Rakkoon wahii kan jiru taanan, yoo dandeesse furi. garuu akkuma fadhe sanittuu mataan kee akka hin cinqamne of eeggadhu. Of dhippisuun wahuma takkaafuu furmaata hin fiddu.

@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
显示 1 - 22 22
登录以解锁更多功能。