Реальний Київ | Украина

Україна Сейчас | УС: новини, політика

Україна Online: Новини | Політика

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Реальна Війна | Україна | Новини

Лачен пише

Nairaland Pulse | News

Анатолий Шарий

Реальний Київ | Украина

Україна Сейчас | УС: новини, політика

Україна Online: Новини | Політика

Труха⚡️Україна

Николаевский Ванёк

Реальна Війна | Україна | Новини

Лачен пише

Nairaland Pulse | News

Анатолий Шарий

Реальний Київ | Украина

Україна Сейчас | УС: новини, політика

Україна Online: Новини | Політика

Spider Media
关联群组

Spider Media
655
记录
24.03.202523:59
8K订阅者31.03.202523:59
400引用指数20.03.202516:34
551每帖平均覆盖率20.03.202516:34
551广告帖子的平均覆盖率14.05.202514:52
6.90%ER27.02.202516:34
6.94%ERR

16.05.202517:16
Itiyoophiyaan faayidaa hundagaleessummaa Teeknooloojii hubachuun bu'uuraalee misooma Diijitaalaa babal'isaa jirti - Tigist Hamiid
*****
Itiyoophiyaan faayidaa hundagaleessummaa Teeknooloojii hubachuun bu'uuraalee misooma Diijitaalaa babal'isaa jiraachuu Daayrekterri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo BiyyaalessaaTigist Hamiid ibsan.
Afrikaa Bahaatti isa jalqabaa kan ta'e agarsiifni Teeknooloojii Finfinnee Gidduala Koonveekshiniitti Idil Addunyaa Addisitti banameera.
Teeknooloojiin Diinagdee hammataa ijaaruu fi kenniinsa Tajaajila ammayyeessuuf qooda olaanaa qabaachuun Tigist Hamiid saganticharratti dubbataniiru.
Itiyoophiyaan faayidaa hunda galeessummaa Teeknooloojii hubachuun bu'uuraalee misooma Diijitaalaa babal'isaa jiraachuu kaasaniiru.FMC

14.05.202517:11
Ahmad Al Sharaa dargaggeessa jabaa, qabsa'aa cimaa, gurbaa nama hawwatu, nama kaayyoo, kan kaayyoo isaa milkeessuuf jabaatee qabsaa'ee milkaa'eedha jedhan Perezidaantiin Ameerikaa #DonaldTrump .
Tiraam kana kan jedhan daawwii isaanii Sa'uud Arabiyaa xumuranii wayita gara Qatar imalanitti, marii Perezidaantii #Syria Ahmad #Alshara waliin taasisan ilaalchisee gaaffii gaazexessitoota irraa ta'eef wayita deebii kennanittiidha.
Ameerikaan kana dura nama bakka Ahmad Al Sharaan (yeroo sanatti maqaan isaa Muhaammad Al Jul***ani ture) jiru natti himeef doolaara miliyoona kudhan qopheesseera jettee turuun kan yaadatamuudha.
© #Amar_Temam
#SpiderMedia

13.05.202517:45
Sa'uudiifi Ameerikaan Waliigaltee Meeshaa Wara*anaaf Qofa Doolara Biliyoona 142 Waliif Mallatteessan
Spider Media : Zul-Qadah 15/1446
Sa'uud Arabiyaan Ameerikaa irraa meeshaaa wara*anaa doolaara biliyoona 142'n bituuf waliigaltee mallatteessaniiru. Dabalataan Muhaammad bin Salmaan investimentii doolara biliyoona 600 Ameerikaatti lolaasuuf waliigaltee dandeessisu Doonaald Tiraamp waliin har'a Riyaaditti mallatteessaniiru.
Biyyi tokko meeshaa wara*anaa yeroo tokkotti bittaan isaa raawwatuuf doolaara biliyoona 142 lolaasuun kun seenaa keessatti baasii guddicha ta'ee galmaa'uun waan hafa hin qabne.
Waliigalteen kun rooba indaastiriin meeshaa war*aanaa Ameerikaa yeroo kamiyyuu argatee beeku caalaa argateeedha. Ameerikaan qabeenya badhaadhaa daldala meeshaalee wara*anaatiin hanga Sa'uudii kan isiif ga'u hin jiru.
Perezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Sa'uudiifi hoogganaa isii jabeessanii jajaniiru. ''Aniifi Muhaammad bin Salmaan baay'ee wal jaallanna, jaalalli nu jidduu jirus baay'ee ho'aadha" jedhani.
Itti dabaluun Ameerikaan Sa'uudii irraa invastimantii guddaafi lammilee keenya miliyoononaan lakka'amaniifis carraa hojii guddaa ta'u arganna, kanumaafis Sa'uud Arabiyaa daawwachuun baay'ee natti tola jedhan Tiraamp. Isin tiksuus itti fufna jedhani.
Sa'uud Arabiyaan invastimantii doolaara tiriliyoona tokko ta'u kan qabdu yoo ta'u, kun tika nuti siniif goonuun yoo walbira qabamee ilaalamu gahaa miti kan jedhe Tiraamp, doolaara biliyoona 600 biraa dabalchiisuun waliigaltee taasisaniiru.
Invastimantii Sa'uudii kanaan Ameerikaan humna diinagdee isii kan ittiin guddifattu yoo ta'u Ameerikaanota miliyoonaan lakka'amaniifis carraa hojii kan uumuudha.
Sa'uudiin hoo hojii guddaa humna war*aanaa isii cimfachuuf hojjataa jirtu duubaa kaayyoon qabdu maal isinitti fakkaata?
© #Amar_Temam
#SpiderMedia
https://t.me/spidermediaa

11.05.202520:55
Iccitii Ameerikaan Isr*aa'eliin dhoksitee kallattiin ijoollee gootota 🇵🇸 waliin eegalteefi badhaasa xiyyaaraa Qatar irraa gumaachame
*****
Dubbiin baha Jiddugaleessaa tibbana karaa biraa qabataa jira. Dhimma hariiroo IZr*aelfi Ameerikaa hubamaa jiru irratti akkuman dheengaddaafi kaleessa jedhe dubbiin gaarreeffannaa itti fufeera.
Perezidaant #DonaldTrump yeroo gabaabaa booda haasaa addaafi ijoo dubbii ta'u qabadheen dhufa jechuun yeroo gabaabaa dura ibseera.
Odeeffannooleen bahaa jiran akka agarsiisanitti taanaan Ameerikaan jidduseentummaa Israa'eliin alatti kallattiidhaan garee gootota ijoollee 🇵🇸 waliin marii eegalteetti.
Ergamaan addaa #Trump Isteefan galgala kana isba kenneen nuti mariidhaan lammilee booji'aman Ha*!ms harkaa deebisuu barbaadna, I-z*rael garuu wara*ana itti fufuu barbaaddi jedhe. (Gabaasaalee bal'aa Cnn, anadolu, guardian faa irraa ilaaluun ni danda'ma)
Dabalataan Gareen Muja**ahidotaa galgala kana isba baaseen addatti marii Ameerikaa waliin taasisaa jiraachuu mirkaneesseera. Kana bira darbees galgala kana booji'amtoota keessaa tokko gafi dhiisuun maricha milkeessuuf akka ta'e ibseera.
Mariin Ameerikaafi Gootota 🇵🇸 jidduutti jaarsummaa Qatar, Türkiyeefi Masriin gaggeffamaa jiru kun wara*ana dhaabuu, haala deeggarsi itti Gaz💔zaa qaqqabuufi booji'amtoonni itti gadi dhiifaman irratti kan fuulleffate yoo ta'u abdachiisaa akka ta'e himamaa jira.
Adeemsi kun guutummaan guutuutti ejjannoofi beekamtii IZra*eliin ala. Kun ammoo haalaan isii mufachiuseera. Hoogganaan isii Sheyixaaniyaahuun amma yeroon yeroo nuti hariiroofi tumsa wara*anaa Ameerikaa waliin qabnu itti xiinxalluudha jedhee ibsi inni har'a kenne hamma'achuu dubbii agarsiisa.
Dhimmk Tiraamp gara Sa'uudii deemee hoggantoota biyyoota Arabaaa waliin mariyachuuf jedhuufi qabxiiwwan marii keessaa tokko Mootummaa Fal 🇵🇸f beekamtii kennuu ammas mataa dhukkubbii isii biraati.
Mariin jidduu Ameerikaafi Iraanitti gaggeffamaa jirus gara waliigalteetti akka dhihaate dubbatamaa jira. Kunis yoo milkaa'e haalota Yamaniifi Gaz🤍 keessa jiran irratti jijjiirama fidu qaba. Faallaa kanaatiin ammoo Izr*eliif yaaddoo biraati.
Dabalataan Qatar xiyyaara ajaa'ibaa doolaara miliyoona 400 baasu bifa kennaatiin Tiraampiif gumaachuuf qopheessuu isii kan beeksiste yoo ta'u Masaraa balali'u jechuudhaan hiika walfakkatu maqaa qabus itti moggaasteetti. Doonaald Tiraamp wayita baha Jiddugaleessaattu daawwiu taasisu akka fudhatus himame. Qatar jaarsa dubbii Ameerikaafi Ham🇵🇸 jidduu jiru dubbataa jiran keessaa tokko yoo taatu kennaan xiyyaarichaa marichaan walqabachuufi walqabachuu dhiisuu irratti hommaa hin jenne.
Perezidaant Tiraamp adduunyaatti waan guddaan himun qaba kan jedhe yeroo gabaabaa booda ni hima. Dhageenyee barra.
© #Amartemam

15.05.202512:13
Pirezidaantiin Yuukireen Voloodmiir Zelenskiin mariidhaaf Tarkiyye Ankaaraa qaqqabaniiru
Spider Media : Zul-Qadah 17/1446
Pirezidaantiin Yuukireen Voloodmiir Zelenskiin har'a gara #Turkiye kan imalan achitti qondaaltota Raashiyaa waliin mari’achuuf beellama qabame hordofeeti.
Turkiyyeen yeroo ammaa jaarsa araaraa ta'uun fudhatamummaa guddaa horatteetti, qabatamattis Ankaaraa waltajjii marii araaraa biyyootaafi qaamolee Idil-addunyaa taateetti.
Gama biraatiin guyyoottaniif baha jiddugaleessaatti daawwii irra kan jiran Perezidaantiin Ameerikaa #DonaldTrump isaanis gara Türkiyee dhaquun maricha kan hirmaatan ta'a.
Amma Ankaaraa kan jiran Perezidaantiin #Ukrain #Zelensky marii #Russia wajjin qaban duursanii Pirezidaantii Tarkiyyee Resiip Xayyiib Erdoğan waliin wal arganii akka mari’atan gabaasni TRT ni eera.

15.05.202514:31
#Oduu_Ammee
Sudaan Kibbaa oduu du'a pirezidaant Kiir haalte
Spider Media : Zul-Qadah 17/1446
Mootummaan Sudaan Kibbaa oduun Perezidaantiin biyyattii Saalvaa Kiir du'an jechuun faca'aa jiru soba jedhe
Ministeerri Dhimma Alaa Sudaan Kibbaa ibsa baaseen ''Perezidaant Saalvaa Kiir du'an jechuun gabaasni miidiyaa hawaasaa irra naanna'aa jiru soba hamaa dhugaa irraa faga'atee'' jedhe
Oduun du'a Perezidaantichaa tibban, keessuumaa Kamisa har'aa bal'inaan miidiyaalee hawaasummaa irratti wal harkaa fuudhamaa jira.
Hogganaan ganna 73 Kiir yeroo dhiheenya kana haalaan dhukkubsachuun isaanii ni beekama.
Ministeerri Dhimma Alaa Sudaan Kibbaa ibsa baaseen, du'a Perezidaanticha waliin walqabatee oduun faca'e soba ta'uufi itti gaafatamummaan kan hanqate ta'uu ibsee qaama 'ijaarsa biyyaa fi tasgabbi biyya keenyaatti hinaafan' jedhuun yakkeera.
Oduun kun kan dhaga'ame yeroo Sudaan Kibbaatti haalli humnoota Kiir fi Machaar waliin hidhata qaban gidduutti naannoolee biyyattii hedduutti uumame hamma'ateefi waraanni waliinii caalaatti hamaa ta'e ammas ka'a jedhamee sodaatamutti ta'uun ammoo haalota daran hammeessan sodaatamaa jira.

15.05.202514:30
#Oduu_Ammee
Sudaan Kibbaa oduu du'a pirezidaant Kiir haalte
👇👇👇

14.05.202522:09
Sooriyaan kana booda dirree waraanaa hin taatu, diigamuufi roorroo ummata keenyaas hin hayyamnu
Perezidaantii #Syria #Ahmad_Al_shara
Perezidaantii #Syria #Ahmad_Al_shara
14.05.202521:23
Ameerikaafi Qatar waliigaltee doolara tiriliyoona 1.2 waliif mallatteessan
Spider Media : Zul-Qadah 16/1446
Tiraamp fi Mootumma Kaataar waliin waliigaltee hedduu mallatteessan
Daldalli, ittisni, daandiin qil'eensaafi teeknolooojiin faan qabxiiwwan waliigaltee kanaati.
Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp fi Amiirri Qatar Sheyik Tamiim Bin Hamad al-Thani har'a #Doha tti marii bal'aa erga taasisanii booda waliigaltee dameewwan garaa garaatiin waliin hojjachuuf isaan dandeessisu waliif mallatteessaniiru.
Kanneen keessa dhimma daldalaa biyyoota lamaanii irraatti Daandiin Qilleensaa beekamaan Kuwatar xiyyaarota Booyingi 160 gara doolaara biiliyoona 200 oliin Ameerikaa irra akka bituuf walii galteen taasisan isa tokko.
Akkasumas dhiyeessiifi bittaa diroonii MQ-9B jedhamu irrattis waliigaltee taasisaniiru.
Kana malees, tumsa ittisaa Ameerikaa fi Kuwatar gidduu jiru cimsuu fi dhimmoota tumsa biyyoota lamaanii barbaadan irrattis waliin hojjachuun qabxii waliigaltechaa keessaayi.
Kanumaanis walumaagalatti waliigaltee doolaara tiriliyoona 1.2 waliif mallatteessaniiru.

14.05.202521:22
Ameerikaafi Qatar waliigaltee doolara tiriliyoona 1.2 waliif mallatteessan
👇👇👇
👇👇👇
14.05.202509:55
Tiraampiifi gitni isaa Ahmad Al-Sharaan Riyaaditti wal arganii
******
Pirezidaantiin #America Doonaald Traamp Sa’udii Arabiyaa, Riyaaditti pirezdaantii yeroo #Syria Ahimad Al-Sharaa waliin wal arguun mariyataniiru.
Hoggantoonni biyyoota lamaanii A.L.A bara 2000 booda yeroo jalqabaatiif wal argani.
Pirezidaantiin Tarkiyyee Recep Tayyip Erdoğan fi mootiin Sa’udii Arabiyaa #MohammedBinSalman wayita Tiraampii fi al-Sharaa wal arguudhaan mari’atan karaa Viidiyoo Oon laayinii hirmaataniiru.
#DonaldTrump qoqqobbii Ameerikaa waggoottaniif Sooriyaa irra ture akka kaasan galgala Kaleessaa murteessuun kan yaadatamuudha.
Erdohaaniifi Muhaammad bin Salmaan waliin yeroo dheeraaf dhimma qoqqobbii Sooriyaa irra turee ilaalchisee waliin dubbataa turuu Tiaamp haasaa kaleessa Riyaaditti taasisaniin ibsaniiru.

13.05.202517:44
Sa'uudiifi Ameerikaan Waliigaltee Meeshaa Wara*anaaf Qofa Doolara Biliyoona 142 Waliif Mallatteessan
👇👇👇
👇👇👇

13.05.202515:28
Yaa'iin Dhaabbilee Amantaa Idil-Addunyaa Wal-tah'insa Gumii Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaafi Gamtaan Afrikaatiin qophaa'e Finfinneetti ta'amuu eegale
********
Yaa’ichi dhimmoota misooma Afrikaa galmaan gahuuf xiyyeeffatan irratti kan mari’atu yoo ta’u, dhaabbileen amantaa misooma itti fufiinsa qabuuf walitti dhiheenyaan hojjechuu akka qaban Pirezidaant Taayyeen dubbataniiru.
Pirezidaant Taayyee Atsqa Sillaasee dhaabbileen amantaa rakkoowwan Afrikaa fi sadarkaa idil-addunyaatti jiran furuuf, akkasumas namoota sagalee hinqabneef sagalee ta’uudhaan rakkoolee jiraniif furmaata kennuu akka qabanis eeran.
Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mohammad Alii Yuusuf gama isaaniitiin, Gamtaan Afrikaa, Afrikaa ardii nagaa fi misoomni dhugaa ta’e, bilisummaan amantaa fi walqixxummaa irratti xiyyeeffate keessatti mirkanaahe akka taatu xiyyeeffannoodhaan kan hojjetu ta’uu beeksisan.

13.05.202514:36
#Oduu_Ammee
Ameerikaan qoqqobbii Sooriyaa irra keessee turte kaasuufi
Spider Media : Zul-Qadah 15/1446
Perezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp qoqqobbii biyyattiin Sooriyaa irra keessee turte kaasuuf yaaduu beeksisaniiru
Tiraamp walitti dhufeenya biyyi isaanii Sooriyaa waliin qabdu haaressuu akka barbaadan akeekaniiru.
Qoqqoobbiin kun ka'uun "Walitti dhufeenya Damasqoo waliin qabnu akka haaraatti akka eegallu nu godha jedheen abdadha" jedhani.
Doonaald Tiraamp kana kan jedhan dhimma daawwii isaanii baha jiddugaleessaafaa dabalatee dhimmoota garaa garaa irratti wayita kaleessa galgala ibsa kennanitti ture.
Baatiiwwan dura mootummaan abbaa irree Asaad erga Sooriyaa irraa cabee booda Perezidaantii Turkiyyee Erdohaan waliin waa'ee qoqqobbii biyyattii irra ka'amee turee irratti mariyachaa turuu himani Perezidaant Tiraamp.
Perezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon Gamtaan Awurooppaa qoqqobbii Sooriyaa irra kaa'e suuta suuta kaasaa akka deemu torban darbe keessa himuu isaanii yaadachiisuun kan gabaase Anaadooluudha.

13.05.202514:35

登录以解锁更多功能。