Notcoin Community
Notcoin Community
Whale Chanel
Whale Chanel
Proxy MTProto | پروکسی
Proxy MTProto | پروکسی
Whale Chanel
Whale Chanel
Proxy MTProto | پروکسی
Proxy MTProto | پروکسی
iRo Proxy | پروکسی
iRo Proxy | پروکسی
Nabiil walaloo ✍️ avatar

Nabiil walaloo ✍️

Baga nagayaan gara channel keenyaa dhuftan !
TGlist 评分
0
0
类型公开
验证
未验证
可信度
不可靠
位置
语言其他
频道创建日期Jan 10, 2024
添加到 TGlist 的日期
Sep 07, 2024
关联群组

记录

17.02.202523:59
18.9K
订阅者
31.10.202423:59
400
引用指数
10.01.202523:59
519
每帖平均覆盖率
10.01.202523:59
519
广告帖子的平均覆盖率
01.02.202523:59
150.00%
ER
10.01.202523:59
2.98%
ERR

Nabiil walaloo ✍️ 热门帖子

16.02.202511:54
#Hojii

Hin tuffatin hojii
Dhabdu ni jibbamtaa
Gad jattee hojjattu
Ol jattee jiraattaa
03.02.202518:09
#Afoowna_Lillaah
🥹

Assalamu Aleeykum
Obboleeyyan qaalii
Kan fagoof halaalaa
Ollaan firaaf aalii

Miseensa Islaamaa
Warri taatan marti
Xiqqaa guddaan janne
Kan dhiiraa dubartii

Rabbiif wal jaalachuun
Dirqama nu taate
Funyoon Laa Ilaaha Illallah
Walitti nu hiite

Osoo atin beeyneen
zannii sitti bade
Dogongoraan waa'e kee
Hamtuu meeqa yaade

Namoota muraasaaf
Nama heddu keessatti
Bakkaaniin taa'uu fi
Bakkaaniin deemutti

Si dubaa waaye kee
Namatti odeesse
Maqaa kan kee gaarii
Hamadhe hammeesse

Amma ji'a jaalalaa
Baatiin kheeyrii dhufte
Nattiis hin murteessin
Akka kiyya laalte

Yaa obboleeytii tiyya
Yaa obboleessa Islaamaa
Afoownaa Lillaahii
Dhiifama dhiifamaa

@Nabel_Moha
@Nabel_Moha
16.02.202519:13
#Niin_beekha


Niin beekha akka na
Garaa hin jabaanne
Bar akka na dhiiste
Kan biraan jaalanne

Kanaafin si jaalla
Lubbu too caalchise
Kanaafan si yaada
Waa'ee kiyyaa dhiise
16.02.202514:34
#Sin_dagadhu


Atin dagatamtuu
Ummii sin daganne
Akkaan si jaaladhutti
Nam tokkon jaalanne

Iddoon ati qabdu
Onnee tiyya keessa
Ilma nama dhiisi
Hin banu qilleensaa

Akkam akkamitti
Si dagachuun taati
Giiftiin onnee tiyya
Jaalalleen too atii

Dhamdhama jaalala
Siitu na barsiise
Jaalalaan kunuunsa
Siitu na guddisee

Niin yaadadha ummii
Bar anaa daa'imaa
Faagaattu gaafa san
Waggaa kudha lamaa

Fira kan kee laaluuf
Kan ilmaaltuu kutte
Xiqqo achi turte
An Kophaa na dhiiste

Yaadni kee na cimeen
Nyaata firraa dhiisee
"ummaa ummii" ja'een
Booyu ture ciisee....

Akkaan fedhe tahuus
Wallaahi sin dagadhu
Tokko akka keeti
Deebi'en jaaladhu

@Nabel_Moha
@Nabel_Moha
27.01.202519:23
#RAMADAAN


Shahru Ramadaan
Yaa ji'a soomanaa
Wali qabdu kheeyrii
Badhaasa Mu'uminaa

Yaa ji'a Keessa
Buufame qur'aanni
Yaa baati keessa
Nassarame Mu'uminni

Tan keessa cufamu
Jahannam torbanuu
Tan keessa banamu
Jannanni hundinuu

Baati rahmataati
Hundi wal jaalata
Waliin nyaate dhugee
Yaame wal gorfata

Kan duraan wal oodees
Walitti araaramee
Dallansuu jijjiire
Jaalalaan jaaramee

Salaataaf azaana
Gaarummaaf arjummaa
Namu hamtuu dheeysee
Toltuutti wal yaamaa...

#Kutaan_2ffaan_itti_fuufa

@Nabel_Moha
@Nabel_Moha
23.01.202518:50
Kana Ergamaan koo


Tolaa nama maraa
Haalli isaa gaarii
Jaalallee koo Nabii
Muhammed naaf bari

Arjaa yeroo kennu
Human hambifanne
Kan firaa fi diinni
Birattin rakkanne

Hiyyeessa gargaaree
Yaadasaa hubatuu
Daa'imaaf yatiima
Ofitti hammatuu

Nama qofaaf miti
Lubbu qabeeyyi hunda
Caalaan ambiyootaa
Dhugumaani yaadaa

Ajab ! Gaarummaasa
Wallaahi guyya tokko
Simbira barristuu
Itti himate rakkoo...

Innis yeruma san
Laateefi furmaata
Ergamaan koo kana
Nabiyyii Rahmataa

@Nabel_Moha
@Nabel_Moha
29.01.202504:09
#Hojii_Gaariin


Hojiin tan tee gariin
Akhiraaf siin taane
Eega qabrii seente
Waa'e kee yoo kaasne

Wal jalaa qabudhaan
Maqaa kee faarsine
Dachii lafaatirra
Gaarumma kee himne

Wal ga'uus maqaan kee
Addunyaa mararra
Seena tee lallabaa
Suuraa siif ijaaraa

Bekkamtii fi oduun
Humaa siifin gootu
Dukkana qabrii san
Bari siin ibsitu

@Nabel_Moha
@Nabel_Moha
24.01.202504:51
#Anuu_jira !


Na gaaffattu
Anu hin jiruu
Waayee kiyya
Feetu baruu

Maqaan kiyya
An Ebaluu
Nama tokkoos
Bar hin caalu

Ammaas nama
kaayyo qabu
Jecha namaaf
Bakkan qabu

Na faarsitee
Na hamattee
Na jibbitee
Na hammattee

Naas hin miitu
Nan fayyaddu
Na kofaltuu
Naaf gammaddu

Kanaaf waaye kiyya ...
Dhiisi lafa kaa'i
Sitti himeera an
Dhaamsa koo dhaga'i

Dhimma kootiif
Anuu jiraa
Ifin dhibinaa
Dhiisaa firaa

@Nabel_Moha
@Nabel_Moha
24.01.202503:32
Garuu maaliif ?


Maaf taa'ee ilaala
Mootummaan biyyatti
Finxaaleeyyi hamoo
Maaf hin dhiheessu seeratti

Hijaaba baastan malee
Barachuun hin ta'u
Dhookfachu qaama ofi
Warra yakka ja'u

Warra barnootarraa
Ilmaan keenya dhorke
Barattoota hijaabaa
Mooraa seenu dhorke

Ijoollee dubaraa
Hulaa itti cufe
Bineensi isin haa nyaatu.
Ja'e galee bira rafe

Seera nuuf dhiyeessi
Mootumma jiraannaan
Tahu baatu garuu
Mirga keenya ofii
Kaanee khabajchiisna

@Nabel_Moha
@Nabel_Moha
16.02.202512:17
#Hin_aaru

Kaayyoof yoo baadhatan
Dhagaan hin ulfaatu
Nan aarsu dhabuun koo
Nama naaf hubatu
已删除07.02.202510:03
25.01.202517:45
Filadhu: Magaalaawwan Beekamoo Oromiyaa keessaa Kan Miidhaginaa Fi Qabeenyaan Sadarkaa 1ffaa irra Jirtu Kami?

Kan Jalqabarratti Deebise Badhaasa qarshii 1,000 qaba.
已删除07.02.202510:03
Are you tired of being eaten by betting??

So join this channel and be profitable ✅ seeing is believing 🏆

➕ Add to us channel @PYSCHO_19
已删除25.01.202511:05
23.01.202520:59
💔'#ሙሽሪትን_ማን_ገደላት?' 💔
 
...ዛሬ ለየት ያለ ቀን ነበር ሰርግ'ማይደል! ሁሉም ተሰብስበው ጨዋታ እያፈኩ፣ ልጆች እየጨፈሩ ሰፈሩ ድምቅ ብላል።   ምሽት 1 ሰአት ተኩል ገደማ "እርርርርርርርይ" የሚል ድምጽ ተሰማ። ከርቀት ነበር። ጩኸቱ እየቀረበ መጣ፤ ሁሉም እየሮጠ ወጣ አንዲት ወጣት ቀሚሷ በደም እርሷል መሬት ላይ ተዘርራለች ሁሉም የሚያዩትን ማመን አቃታቸው። አንገቷ ላይ ያለው ደም መሬቱን ሞልቶታል። ሁሉም የሚያደርገውን አያቅም። እሪታው እየሞቀ ቀለጠ.......See More

ሙሉውን ለማግኘት #OPEN ይበሉ 👇👇

Wave - @semutiyeee
已删除25.01.202511:05
23.01.202520:36
🧕 ኢምሀል ልብ እንጠልጣይ ታሪክ 🧕

ታሪክ ማንበብ ይወደሉ ?

እንግዲያው ይቀላቀሉን ምርጥ ምርጥ የተመረጡ ታሪክ የሚለቀቅበትን channel ልጋብዛቹ 🥰

Join ብቻ በሉ 🙂
👇👇👇👇👇👇👇👇
登录以解锁更多功能。