07.05.202518:34
☆☆بســـــــــــــــــــــــــــــم الله الرحمن الرحيم الحـــــــــــــــــمد لله رب العالمين والصلاة والســـــــــــــــــــلام على رسول الله صلى الله عليه وســـــــــــــــلم اما بعد الســــــــــــــــــــــــــــــلام عليــــــــــــــــــــــــــــــــكم ورحمة الله وبــركاتـــــــــــــــــــــــــــــه♡♡
🍁Shahiidota lola uhud keesstti shahiidanirraa sahaabaa uffta ittiin kafanamu dhabee baala mukaa cinaa isaatti caccabsanii isa kafanan beektuu😔
🍃Mus'ab ibni Umeyr......🔸
🍁Kabbaab akkana jedha:- nu shaabarraa nama ajrii isaa osoo xiqqomallee duniyaa tanatti irraa hin qanani'in guutuu isii aakiratti ol dabarfatee duuka deemetu jira warra akka "#Mus'ab ibni umeyr"
🍃Sahaabaan kun Duula uhud keessatti shahiidee uffata takka qofa dhiisee du'e....sunuu yoo miilatti gadi butan.....mataa jalaa hanqata!....
🍃yoo matatti ol butaniif miila jalaa hanqata!.....eegasii matatti ol butaa fi gara jalaa immoo baala irraatti cabsaa jedhanii ajaja dabarsan rasuulli rabbii saallaallahu Aleyhi.....Haala kanaan rabbiif jiraate warri asiin duraa رضي اللّه عنهم أجمعين
🍁Mee anaaf sihi har'a uffta meeqa qabna..... wanni na sodaachisu...jarri kaleessaaa duniyaa uffata hin qaban....garuu aakiraa waan baay'etu isaan eeggata....
🍁Nuti immoo faallaa isaanii taanee salphachuh sodaadhe...
🤲 اللهم يسر لنا الإقتداء بالصالحين
Share
https://t.me/tafak_or

30.04.202509:15
Maaltu onnee tee siif qabbaneessa?
✍️ Warroota boqonnaa fi tasgabbii, akkasuma gorsaa fi qajeelluma qalbii teessanii nashiidaa keessa barbaaddaniif…!!
Namni qur’aanni isa hin booharsin; namni qur’aanni kophummaa keessaa isa hin baasin…yoomuu keessaa hin bahu..!!
Qur’aanni gorsaa fi qajeelchaa isaa olitti kan biraa nun barnaachisneedha..!
وكفى بالقرآن واعظاً…!!
Kan kana caalu, kan sirbaan booharuun hoo maal haa jennu, booharuudha moo boorahuudha…!!
Jireenya koo sirbaan booharsa jettee, aakiraa tantee hin booressiniin dhaamsa kooti..!
Galatoomaaa
👇

29.04.202506:34
✍️ Afaan arabaa kana wanti qur’aana caala si barsiisu inuma hin jirre. Fkn:
Bishaan hirdhate jechuu yoo feetee fi dabale jechuu yoo feete maal jetta?
وغِيضَ الماء
Gaadal-maa’u/غاض الماء jechuun bishaan hirdhate jechuudha.
Faadal-maa’u/ فاض الماء jechuun: bishaan dabale jechuudha.
Rabbiin nuuf haa galchu 👇

28.04.202504:22
Bismillahi Arrahman Arrahiim
🌸 Wallh Mu'uminni hin bariifatu....haala munaafiqummaa sodaatuun malee...hin dhiisifatus haala munaafiqummaa sodaatuun malee.....
🌸Eennutu if amana nifaaqummaa tana #munaafiqa malee....
🌸Eennutu sodaate nifaaqummaa tana mu'imina malee....
🌹 قاله حسن البصري رحمه الله🌹
Share👇
https://t.me/tafak_or
26.04.202513:01
Salaanni ifaadha…!!
Ifaa onnee fi ifaa qabrii akkasuma ifaa aakiraas salaatarraa qabsiifanna..!!
Yoo salaata hin qabaanne, keessi kee dukkkana; qabriin tee dukkana…aakirattis dukkana Jahannam seenta…
ما سلككم في سقر ؟
قالوا: لم نك من المصلين.

25.04.202517:39
Gaafii
👇
👉 Nama salaataa jiru tokko, osoo beeku, osoo yaadatu raka’aa takka keessatti yeroo lama Rukuu’a godhe/ jilba qabate, garuu kanumaan wajjiinuu salaanni isaa fayyaa taate____?!
Comment barreessaa👇

05.05.202515:14
Assalamu aleykum werahmatullaahi webarakaatuh
Mee maal barattan jihaada/qabsoo uhud irraa....
@tafak_or

29.04.202518:24
🪵بسم الله الرحمٰن الرحيم
✨ الحمدلله رب العالمين ثم الصلاة باالسلام تلتقي على الرسول القرشي الخاتم وآله وصحبه الأبرار الحائزي مراتب الفخاري...
🍃1.Gazwaa #badr.....
🍃2. Gazwaa #banii_qunuqaa
🍃3.Gazwaa #Uhud..
🍃4.Gazwaa #Banii nadiir...
🍃5. Gazwaa #ahzaab....
🍃6.Gazwaa #Banii qruyzaa...
🍃7.Gazwaa #Keybar....
🍃8.Gazwaa #fat-hii makkaa...
🍃 9.Gazwaa #Huneyn...
🍃10.Gazwaa #Tabuuk....
Insha Allh

28.04.202510:48
✍️ Hiriyyaan kankee badaa taanaan, kufuu fi karatti hafuun kee waan yeroo wahii eeggataa jiru malee waan biraa sitti hin fakkaatin..!!
Is only a matter of time…okay
Jireenya kee keessatti hiriyyaan ati wajjiin jiraattu, hammam akka murteessaa tahe hin dagatin..!
https://t.me/tafak_or
Is only a matter of time…okay
Jireenya kee keessatti hiriyyaan ati wajjiin jiraattu, hammam akka murteessaa tahe hin dagatin..!
https://t.me/tafak_or
27.04.202514:19
Seenaa Ajaa’ibaati…kutaa 1ffaa
26.04.202509:27
🫣Hey....
🍂Silkii keetirratti yoo bilbilamu kaasuuf hagam cinqamtee jarjarta yaamasa silikii keetiitiif....?!!!
🍂Yeroo lallabni/azaanni masjida bahu hagam jarjarta rabbii keetii awwaattuuf.....?!!!

25.04.202510:14
تسهيل العقيدة
1) Aqiidaa jechuun maali ?
2) Maqoota Aqiidaa
3) Hiikkaa Ahla-sunnaa wal-Jamaa’aa, moggalaasa isaanii kan biraas..!
4) Salafa jechuun maali? Kalafa jechuun hoo ?
5) Aqiidaa Ahlassunnaa maaltu adda godha Aqiidota biroo irraa..!
6) Firqaa hunda keessatti nuti ummata giddugaleessa.
Inshallaah seensa irratti👇

30.04.202511:46
✨بسم الله الرحمٰن الرحيم
🌹Alhamdulillah rabbil_Aalamiin....
ثم الصلاة والسلام على اشرف المرسلين خليلنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
🌿Mallattoon gabroonni rabbii zanbii fi shahwaa isaanii jala deemuu.....
🫀Qalbiin isaanii doomuu fi qaqaa'uu... eshi jettee haqa hin fudhattu.
★كلا بل ران على قلوبهم ما كانوا يكسبون.....
🌿 إن الذنوب والمعاصي لتصيب قلب العبد فتضعف الغيرة في قلبه،فلا يزال يتحراحا حتى تخرج الغيرة من قلبه كلية فيكون كا الديوس،والذي يرى المنكر في اهله ويقر(إبن التيمية رحمه الله)
🌿Zanbii fi ma'asiyaan qalbii mu'uminaa qulqulluu adii tana ni tuyxi,hinaaffaa keessatti yarsiti,....haga hinaaffaan gutumaan guututti qalbii isaa keessaa baatee #dayyuusa tahutti...
#Dayyuus:-hamtuu warra isaatti hojjatamu ni arga garuu laaletuma cal je'a hinaaffaa waan bin qabneef..
🌿Amalli zanbii yoo ati tana daleydu homaa mitii tanatti, homaa mitii tanatti ...... osoo akkanatti si ooftu osoo ma'asiyaa lakkooytu mucaca gubbaa dhaabattee qilee jahannamitti darbamta!....
🌿ma'asiyaan hin quufamtu....Rabbi nu haa tiisu
share👇
https://t.me/tafak_or
29.04.202518:11
Seenaa dhageeffadhaa amma dabraa jiraa
👇👇
https://t.me/Inislamtogether?livestream=a9bf2c1b34d65c9621

28.04.202505:43
Jechoonni tun afran sadarkaa isiin qabdu meeqa keessantu beeka…!!
Mee sadarkaa isii keessaa 5 naaf barreessaa…!

27.04.202510:56
✨بسم الله الرحمٰن الرحيم
🌹Alhamdulillah rabbil_Aalamiin....
ثم الصلاة والسلام على اشرف المرسلين خليلنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
Yaa Allaah....?!
🍂Jahhanam sodaatuu nuuf dabali.....akka irraa baqannuuf
🍂Jannata jaalatuu fi kajeeluu nuuf dabli....akka aragachuudhaaf hojjannu🤲
Share 👇
@tafak_or
26.04.202509:14
بسم الله الرحمٰن الرحيم ✨
الحمدلله رب العالمين والصلاه والسلام على اشرف المرسلين خليلنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين😍
🌺عطت السماء وحق لها أن تعط......
✍ Rasuulli rabbii saallaallahu Aleyhi wasellam akkana jedha samiin tun xixxiixxe/iyyite,iyyuullee haqa godhatte..... sababni isiin iyyituuf malaaikonni samii keessatti heddummaatanii Rabbi gabbaruurraa,heddummina isaanii kana dadhabdee iyyite subhanallah!
✍Maarree yaa ibaadallah malaa'okoota akkanatti isa gabbaran kan gariin isaanii rabbiif qofa sujuudu haga yamalqiyaamaa, kan gariin rukuu'a qofarra jiru haga guyyaa hisaabaatti.....gabroota akkanaa qaba rabbiin.!Jalla azamatuhu!
✍Kanaaf baabaa kiyya dalagattus keyrii lubbuu keetiif,hamatuu dalagattus lubbuu keetirratti.
✍Keyriin ati hojjattu rabbiif homaa hin dabaltu!
✍Hamtuun ati hojjattu rabbirraa homaa hin hir'istu...!
🍂Nutu iasatti hajama malee Rahmaan yoo itti kafartes hajaa nutti hin qabu💐

25.04.202507:00
Kitaaba
تسهيل العقيدة
Jedhu…Inshallaah galgala galgala kan barannu taha…uf qooheessaa barattoonni Tafakkur..
Kitaabota karaa irra jiranis ni xumurra..!

30.04.202510:11
✍️ Namni Aalima tahuu barbaade, beekkumsa keessatti nama isaa gadii, nama isaan qixaa fi nama isaan olii irraa barachuu qaba, yoo nama isaa olii qofarraa barate yoomuu Aalima hin tahuu beekaa..!!
الشيخ وحيد عبد السلام بالي
الشيخ وحيد عبد السلام بالي
29.04.202516:54
✍️ Bismillahi Arrahman Arrahiim
🌸الحمدلله رب العالمين والصلاه والسلام على اشرف المرسلين سيدنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
👌Insha Allh duula/Gazwaa rasuula rabbii 10 ibsa gaggabaabaa wajji qabannee dhufaa jirra......
🍂 Yeroo dhiyootti isiniif dhiyaata....!
🍂Baratuufi qabatuuf qophoodhaa?!

28.04.202505:28
Zkrii-godhaa afaaniin
👇
سُبْحَانَ اللَّهِ،وَالْحَمْدُ لِلَّهِ،وَلا إِلَهَ إِلا اللَّهُ،وَاللَّهُ أَكْبَرُ
Subhaanallaah, wal-hamdulillaah, wa laa ilaaha illallaah, Wallaahu Akbar…!!

27.04.202509:21
https://vm.tiktok.com/ZNd2xmrbc
القرآن حياة
Qur’aanni jiruudha….!
القرآن حياة
Qur’aanni jiruudha….!
26.04.202503:43
✍️ Haadha manaa bareeda lubbuu keetiif filatuu caala, haadha manaa gaarii ijoollee tanteetiif filatutu irra siif caala.
Bareedinni waan dhumaati, amala gaarii fi guddinni gaariin waan nama jalaa hin dhumne…
👉 kanaafuu shariika jiruu teetii ijaan osoo hin taane, sammuudhaa fi qalbiidhaan filadhu.
Join👇

25.04.202504:05
Targeting muslim women
✍️ Diinni amantii islaamaa sadarkaa dubartoonni islaamaa hawaasa ishee biratti qabdu beekee jennaan, ilmoo dhiiraa shape gochuu fi guddisuu keessatti gahee jarri qaban baree jennaan..ummata addunyaa guutuu irratti dubartoonni dhiibbaa guddaa akka gaggeessuu dandeessu hubannaan…garaan isaan dhukkubee mala dubartoota islaamaa ittiin kaayyoon ala godhan maluu eegalan..!
Al-tokko tokko akka nama isheedhaaf yaadee qullaa akka isheen deemtuu fi hawaasarraa ishee fageessuuf dhiibbaa uuman,
yeroo garii maqaa dimokraasii fi bilisummaatiin karaa irraa maqsuuf lallaban,
yeroo garii akka waan mirgi isaanii sarbamee isaaniif kabajaniitti isaan dhaldhoolachuuf iyyuu eegalan,
Yeroo tokko tokko maqaa walqixxummaatiin abbaa manaa irratti kakaasuuf, gahee ishee sana dagachiisuuf yaamicha taasisan….aaaah
Altokko tokko immoo maqaa guddinnaa fi sadarkaa dabaluutiin seerota adda addaa fayyadamuun…, tooftaalee gubbaan keeyrii fakkaatee, keessi sharrii hedduu baadhatee deemu fayyadamuun dubartoota keenna harka keenyaa baasuuf tapha sammuu fayyadamu..!
✍️ Diinni keenya bar sirritti bareechee nu bareeraa…dubartoota karaa irraa maqsuudhaan milkoofnaan, muslimtoota guutuu irratti moohuun isaaniif salphaa akka tahe waan beekaniif…!!
Kun hunduu si fayyaduuf osoo hin taane, sitti fayyadamuudhaaf….!!
Aaaaaaah osoo beeknee kaayyoo isaanii👇

显示 1 - 24 共 118
登录以解锁更多功能。