Notcoin Community
Notcoin Community
Whale Chanel
Whale Chanel
Proxy MTProto | پروکسی
Proxy MTProto | پروکسی
Whale Chanel
Whale Chanel
Proxy MTProto | پروکسی
Proxy MTProto | پروکسی
iRo Proxy | پروکسی
iRo Proxy | پروکسی
Aliyi Ahimed Ali official avatar
Aliyi Ahimed Ali official
Aliyi Ahimed Ali official avatar
Aliyi Ahimed Ali official
Davr
Ko'rishlar soni

Iqtibos

Postlar
Repostlarni yashirish
01.02.202518:35
Kaampaaniin guddichi Afrikaa, 'African Holding Group' Koodeekoo Kaaffee fi Ristooraantii lakkoofsa 1ffaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayuu Gaafarsa Gujeetti Argamu Eebbisisuu jalqabee.

Kaampaaniin guddichi Afrikaa, 'African Holding Group' bakka kaaffee fi ristooraantiin sirni eebba kunis bakka hundeessaa fi hoji geggeessaa ol'aanaa African Holding Groups obbo Darajjee Maammuuyyee fi Kantiibaan kutaa Bulchiinsa Magaalaa Buraayuu Gaafarsa Gujee Aadde Boontuu Waaqgaarii dabalatee sirna saaqinsaa taasisaniiru.
Repost qilingan:
DAARU SALAAM 🇵🇸 avatar
DAARU SALAAM 🇵🇸
#Oduu_Ammee
#Allahuakbar
Yeroo baay'ee addabaabaayii irratti Qur'aana gubuun kan beekamu namni amantaa hin qabneefi baqataa ta'ee biyya Siwiidiin jiraatu #Salwan_Momika osoo kara Tiktok Live irra jiruu dhu*kaasa itti banameen aj*jeefame.

© Amar Temam
#SpiderMedia
29.01.202515:26
Dear customer,You are invited to register on Apollo by 0923176434. Proceed with the onboarding process and once you have successfully completed, enter your referral phone number.
https://apollo.bankofabyssinia.com/download-apollo
Thank you!
Bank of Abyssinia
27.01.202515:00
Obboletti koo kabajamtu, ⛔ gaa’ila dura maloota warqee 💍

🌟 Jireenyi gaa’elaa ogummaa fi obsa waan barbaaduuf, malootni muraasni jireenya hiriyummaa fi wal hubannaa ittiin gaggeessan:

💎 Namni sirriin hin jiru: abbaa manaa kee hanqina fi cimina isaatiif fudhadhu.
👶 Dhiironni akka daa’imaati: gara laafummaa fi obsaan akka waan haadha isaa taateetti isa kunuunsi.
👂 Dafii dhaggeeffadhu. Suuta haasa’uu: Mariin gaariin furtuu milkaa’inaati.
🚫 Jaalallee kee waliin hin dorgomsiisin: bu’uura isaa hubachiisi.
⚖️ Waan hundaan isa waliin wal qixxeessuuf hin yaalin: tokkoon tokkoon kee gahee mataa isaa qaba.
🤝Yeroo dogoggorte dhiifama gaafadhu: Dhiifamni gatii kee hin hir’isu.
📱Bilbila isaa yoo barbaadde, garuu waan kana taajjabbii hin godhiin.
🤍 Yeroo hunda amanamaa ta’i: amanamummaan amanamummaa ijaara.
🚶 ♀️Eyyama isaa malee fageenya dheeraa hin bahin: Kabajni bu’uura hariirooti.
🍲 Nyaata isaa isa filatamaa waliin wal bari: yoo danda’ame torbanitti si’a lama jaalalaan hojjechiisi.
💰 Karoora baajataa waliinii: faayinaansii keessatti waliigaluun barbaachisaadha.
🌟Gorsaa ta'i malee qeeqaa hin ta'in: qeeqa caalaa deeggarsi barbaachisaadha.
🛠️ Akka isa gargaaraa jirtu yaadadhu: hiriyaan bu’uura gaa’ilaati.
👶 Daa’imummaa booda abbaa manaa kee hin tuffatin: madaalliin ga’ee gidduu jiru barbaachisaadha.
😊Yeroo hunda isatti seeqi: Seequun afaan jaalalaati.
🤗 Yeroo inni deebi’u jaalalaan isa qunnami: yoo dandeesse hammadhu.
🍴 Akka inni beela’u hin godhin: nyaanni isaaf mijata gumaacha.
😶Yeroo inni aaru, xiqqoo callisi: Tasgabbiin dhiphina nurraa balleessa.
🛁 Yeroo hundumaa qulqulluu ta’i: Qulqullinni mata duree miidhaginaati.
❤️ Jaalala ta’i: jaalalli hariiroo ni cimsa.
👨 👩 👧 👦 Firoota kee akka kan keetti ilaali: waa’ee isaanii gaafachuus hin tuffatin.
🕌 Isa waliin gara masjiidaa deemi: Salaanni walitti dhiheenya hafuuraa dabala.
🏡Jireenya kee namoota birootiin hin madaalin: qabiyyeen eebba dha.
🍀 Yoo maloota kanneen irraa fayyadamte, share godhi fayyadami,

Afaan Arabaa irraa kallattiin Hiikkaa waanin fayyadameef Jechoota galumsa isaa malee fayyadamame sirreessa dubbisa ! 🥰

@dubartiimuslimaa
26.01.202516:27
GORSA BAREEDAA IRRAA QOODDADHAA👇
=====================

✍️Waa 4 qaama namaa laaffiftee akka dafanii dullooman nama gooti :

1: Haasawa hedduu
2: Hirriiba hedduu
3: Nyaata hedduu
4: Qunnamtii saal*aa daanga dabre

✍️Waa 4 qaama nama diiydee akka dhukubaaf saaxilaman nama gooti.

1: Yaaddawuu
2: Gadduu
3: Beela
4: Qaaxira heddumeeysu

✍️Waa 4 qaama goggooysitee bareedina namarraa fuuti.

1: Kijiba
2: Falmii hintaane falmuu.
3: Gaafii hintaane gaafachuu, beekumsaan maletti
4. Haqa dabsuu ykn jallisuu heddumeeysuu

✍️Waa 4 qaama kheeysatti bareedinaa fi nuura (ifa) idaati.

1: Sodaa Rabbi
2: Baallama guutuu
3: Arjummaa
4: Khabajaa

✍️Waa 4 rizqii namaaf dabalti

1: Halkan yeroo namni rafe salaatuu
2: Yeroo bariisaa araarama Rabbi khadhachuu
3: Yeroo mara sadaqaa khannachuu
4: Ganamaa fii galgala RABBI zakkaruu

✍️Waa 4 rizqiidhaan nama adda fageeysiti

1: Ganama rafuu
2: Salaata laaffisuu
3: Hifachuu
4: Nama ganuu...


Join
https://t.me/kunmanyanfaunnas
01.02.202511:14
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮? 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐘𝐨𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚'𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐌𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚!!

Ads: 👇👇
https://t.me/+6yGiMXEw3Nk1OWJk
30.01.202511:17
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮?
What channels do you want?
ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ?

Free Waver: @Rafiqul_Islaam
28.01.202517:47
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2

Ads: 👇👇👇👇
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
29.01.202518:47
"Galmee mana barumsaatif waraqaa eenyummaa dijitaalaatu barbaachisa" :-Mootummaa

Itoophiyaatti bara barnootaa dhufu irraa eegalee galmee mana barumsaaf waraqaa eenyummaa dijitaalaa Faayidaa akka barbaachisu mootummaan beeksisee jira.

Kanaan dura galmee manneen barnootaatiif kan tajaajila ture ragaa dhaloota daa’imaa dhiyeessuun akka ture kan beekkamuudha.

Haaluma kanaan bara 2018 irraa eegalee karoorri haaraan daa’imman umuriin isaanii waggaa shanii ol ta’e ID dijitaalaan galmaa’uu fi baayoomeetirii akka kennamu kan hayyamu ta’uu ibsameera.

Daarektarri Olaanaa Sagantaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa Itoophiyaa kan ta’an Yodaahee Zamikaa'el, barbaachisummaa waraqaa eenyummaa dijitaalawaa naannoo mana barumsaa keessatti qabu olaanaa ta'uu dubbatan.

Mootummaan bara 2030tti waraqaa eenyummaa Faayidaa namoota miliyoona 90f kennuudhaaf kan karoorfate yoo ta'u, yeroo ammaa kana namoonni miliyoona 11.4 ol waraqaa eenyummaa kana argataniiru.

Join👇
https://t.me/kunmanyanfaunnas
28.01.202516:58
Daarekteroonni hijaaba dhorkan afur hidhamuuf.

Manni Murtii Aanaa Aksum daarektarota manneen barnoota magaalattii afur barattoota muslimaa irratti dhorkaa uffannaa hijaaba dabarsuun himataman akkaataa ajaja mana murtiitti dhaddacha hin dhiyaanne jechuun hidhamanii akka dhiyaatan ajaja dabarse.

Manni Murtichi dhaddacha Amajjii 06, 2017 ALI ooleen dhorkaa hijaaba manneen barnootaa dabarsan ugguramee akka turuu fi manneen barnootaa kunneen mana murtiitti dhiyaatanii jecha isaanii akka laatan ajaja dabarse ture. 

Haa ta’u malee Biiroo Barnoota Magaalaa Aksum himatamaa tokkoffaan ala himatamtoota 2ffaa hanga 5ffaarra kan jiran manneen barnootaa afur “ajaja mana murtichaa kabajuu diduun” guyyaa beellamaatti dhaddacha akka hin dhiyaanne manni murtichaaf ibsee jira. 

Kun ammoo “gocha walabummaa dhaabbattummaa fi hojimaata mana murtichaa cabsu” waan ta’eef, poolisiin magaalaa Aksum daarektaroota manneen barnootaa afur hidhee Guraandhala 07, 2017 ALI mana murtiitti akka dhiyeessu xalayaa ajajaan.
27.01.202510:57
We're talking about 😭😭😭😭DHIIGA USTAAZA KENYAA RABBIIN HAA BAASU INNAA LILLAAHI WAINNAA ILEEHI RAAJI UN 😭. Click the link to join us! https://s.imoim.net/DLIydF?from=TG
02.02.202504:02
Share 'soomanarraa kana beekhuu qabda 2022.pdf'

Waa'ee soomanaatirraa wantoota kitaaba kana keeysa jiran hunda beekuu qabna! Hadaraa dubbisaa tii irraa hubadhaa waliifiis share godhaa!
26.01.202517:16
𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐂𝐇𝐈𝐒𝐀𝐀


𝐃𝐚𝐚'𝐢𝐦𝐧𝐢 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐮 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐦 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐚?
25.01.202510:55
▣ Click on This 👇
         Join Us
             ⇣
           🌺🌺
         🌺🌺🌺
       🌺🌺🌺🌺
     🌺🌺🌺🌺🌺
   🌺🌺🌺🌺🌺🌺
   🌺🌺🌺🌺🌺🌺
      🌺🌺🌺🌺🌺 
         ☘🌺🌺☘ 
              ☘☘
                 🎋                   🍃
                 🎋              🍃🍃
                 🎋          🍃🍃🍃
                 🎋      🍃🍃🍃🍃
                 🎋    🍃🍃🍃🍃
                 🎋🍃🍃🍃🍃🍃
                 🎋🍃🍃🍃🍃
                 🎋
                 🎋
                 🎋
      ⿻ Join Us ⿻
      ⿻ Join Us ⿻
      ⿻ Join Us ⿻
      ⿻ Join Us ⿻

𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
Ko'rsatilgan 1 - 24 dan 37
Ko'proq funksiyalarni ochish uchun tizimga kiring.