Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆 avatar
KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆
KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆 avatar
KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆
Период
Количество просмотров

Цитирования

Посты
Скрыть репосты
Переслал из:
N
᯾ new ᯾ ²
03.05.202512:41
🌍𝗢𝗱𝘂𝘂 𝗴𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮𝗮🌐

𝗖𝗵𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮𝗹𝗼𝘁𝗮 𝗧𝗲𝗹𝗲𝗴𝗿𝗮𝗺 𝗛𝗲𝗱𝗱𝘂𝘂 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗙𝗶 𝗙𝗶𝗹𝗮𝘁𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗻𝗶 𝗕𝗮𝗮𝘆𝘆𝗲𝗲𝗻 𝗙𝗮𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗻 𝗤𝗮𝗯𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲 𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗗𝗵𝗶𝗵𝗮𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲 𝗝𝗶𝗿𝗿𝗮.

𝗞𝗮𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗱𝗮𝗻 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗙𝗶𝗹𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮 𝗙𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝗮𝗮.
Удалено30.04.202513:29
#Kaayyoodhugaa1

Kottu waliin dhugnaa🍻

Baay'ee nama gaddisiisa garuu😭Chaw Arsee
29.04.202514:42
#Kaayyoodhugaa1

Guddinni kan argamu carraa ykn tasaan osoo hin taane, Guyyaa guyyaan of irratti hojjechuudhaani.

Namoonni jecha siin jedhan hin dhaban ati garuu, ittiin of hin madaaliin malee,jechi amaluma namaati.!🙏
28.04.202511:53
#Kaayyoodhugaa1

GORSA!🌅
================


1, → Maalif akka dhalatte, of gaafadhuutii hubadhu!

2, → Waaqa si uume sodaachuu dirqama kee godhadhu!

3, → Kabajaa fi naamusa kee eeggadhu!

4, → Kaayyoo kee irratti, kutannoo fi murannoo qabaadhu!

5, → Osoo rakkoon hin dhufin, uumakee yaadadhu!

6, → Yemmuu balleesite, dafii dhiifama gaafadhu!

7, → Jireenya injifachuuf, dursa ofiikee injifadhu!

8, → Uumakee kadhachuu; amala taasifadhu!

9, → Umurii dheerachuu yoo feete, waan gaarii hojjedhu!

10, → Nama kamiifuu, ilaalcha gaarii fi kabaja qabaadhu!

11, → Haqaa fi dhara, ragaan xiinxali adda baafadhu!

12, → Ejjannoo sirrii kan mataa keetii qabaadhu!

13, → Qabeenyas dhabdu, amalaa fi garraamummaa qabaadhu!

14, → Namummaa keetin, of tahii mul'adhu!

15, → Hiriyyaa nama hamatuu fi nama sobu; irraa fagaadhu!

16, → Sammuu keetin, of abboomii jiraadhu!

17, → Yeroo gaa'ilaaf nama filattu, bareedinna bifa osoo hin taane, bareedina qalbii ilaalii filadhu!

18, → Haqaa fi mirga keef, sodaa tokko malee falmadhu!

19, → Lammii fi biyya keef, bilisummaa dheebodhu!

20.→haala kam keesssatti iyyuu nama hin miidhiin.

21, → Yemmuu duroomte, hiyyeesota yaadadhu!

22, → Warroota dhukkubsatan, bira dhaqii gaafadhu!

@kaayyoodhugaa1 ❤️

23, → Haadha fi abbaakee, kabajii kunuunfadhu!

24, → Lubbuu baattee lubbuu namaa hin balleessin.

25, → Du'a booda jireenyi jiraachuusaa qalbifadhu!

JOIN

👍@KAAYYOODHUGAA1
27.04.202512:25
Waan sitti himaa dhagahi!

❤️Yoo hojjetan nama ta'an
❤️Yoo muratan bakka gahan
❤️Yoo obsan waa hunda argan
❤️Yoo jabaatan galma gahan•
💪Hojiis hin tuffatan.
⌚️Yeroo ofiis hin guban.
💵Yoo qabaatanis hin boonan
❤️Yoo dhabanis dhabe jedhani yaadaan of-hin dhipisan

JOIN
@KAAYYOODHUGAA1
Taphoota premier league ingilaand fi liigota aawurooppaa gurguddoo amma taasifamaa jiran tamsaasa kallattiin hordofuuf chaanala armaan gadii join godhaa!! 👇👇
01.05.202512:01
Shamarran keenya warri make up fi wiigii akkasuma shaanxaa ofirraa tuultanii deemtanis Baga guyyaa dafqaan bultootaan isin ga'e😄

🤣Qoosumaafi
Удалено30.04.202513:29
29.04.202521:27
𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢
𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚?
Переслал из:
Beekkumsa walii galaa📖 avatar
Beekkumsa walii galaa📖
28.04.202509:23
☞Channel Kanarra Waantoota Argattan
💥Beekumsa Walii Galaa
💥Odeeffannoo Barnootaa
💥Kubbaa⚽️
💥Dhimma Fayyaa🩺
💥Seenaa Durii📷
💥Seenaa Hayyootaa
💥Addunyaa Guutuu🌍
💥Kana Beektu laata
💥Dhugaawwan dinqisiisoo
💥Xapha sammuu🧠
👇👇👇
Seenaa JOIN GODHAA dubbisaa
👇👇👇
https://t.me/+8W9KqFrjJXliZmY0
Переслал из:
N
᯾ new ᯾ ²
25.04.202520:12
🌍BREAKING NEWS ⭕️

Oduu Amma Nu Gaheen Barattoonni sadarkaa 2ffaa hundi guyyaa itti Aanu irraa eegalee...more

Odeefannoo guutuu Argachuuf More Jechuun Dubbisaa
30.04.202522:23
#Kaayyoodhugaa1

#Baacoo


Namicha tokkotu baadiyaa irraa Cilee fe'ee magaalaa geessee gurguraa olee yeroo xumuru, harreen jalaa badde. Osoma barbaaduu lafti itti dhiinaan magaala tokkotti gooree buluuf mana siree gaggaafatee argata. Qarshii siree erga kafalee booda ol seenee yeroo siree ilaalu sireen qulqulluu fi baay’ee miidhagaa ture . Yeroo of ilaalu garuu qamni isaa cileen balleesseera. Qulqullina wan hin qabneef siree balleessu irra jedhe siree ol qabee jalaa seenee lafaa rafe. Warri mana siree namicha barbaadanii dhabnaan siree namoota biraatiif kireessu. Namoonni lama kanneen jaalallee walii ta'an dargaggeessi tokkoo fi shamarreen tokko siree namichi jalaa cisuu irra rafuuf ol seenan.
Dargaggeessichi daqiiqaa muraasa booda siree irra cisee jaalalleesaa morma jala seenee hammachuudhaan "Yeroon si ilaalu addunyaa kana guutuutu natti mul’ata!” jedheen.
Achuuman namiichi harreen jalaa baddee sun siree jalaa as bahee “ Erga addunyaan kun hundi sitti mul’ata ta’ee adaraa harree kiyyas keessa naaf barbaadi” jedheen jedhama.

@#kaayyoodhugaa1
29.04.202519:46
#Kaayyoodhugaa1

Odeeffannoo ajaa’ibsiisoo argachuuf join godhaa kan gadii kana tuqaa
👇👇👇
https://t.me/+8W9KqFrjJXliZmY0
29.04.202511:41
𝗚𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗫𝗶𝗶𝗻𝘅𝗮𝗹𝗹𝗶𝗶

𝗕𝗲𝗲𝗸𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗺𝗼𝗼 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗹𝗮𝘁𝘁𝘂?
27.04.202515:20
#Kaayyoodhugaa1

Lubbuun jiraachuun qabeenya guddaadha
Alhamdulillaah jedhi.
Fayyaan Immoo Qananiidha.
26.04.202514:44
#Kaayyoodhugaa1

Qeerroo fi  qarreef

  1. Osoo cabdee jirtuu, bifa suukaneessaa keessa jirtuu, miira gaddisiisaa keessa jirtuu fi yeroo jireenyi kee jeequmsa keessa jiruutti hin jaallatin.   Dursa jireenya kee sirnaan qabadhu.

  2. Hojii idilee qopheessi.   Guyyaa hunda sa'aatii  Halkan 5:00 tti  rafii, ganama sa'aatii 1:00 AM irratti dammaqi.

  3. Guyyaan daqiiqaa 60  dubbisi, barreessi waan hubatte xiinxaluun dabarsi.

  4. Ogummaa galii guddaa qabu kan ji'atti $10k+ siif argamsiisu baradhu.

  5. Waan gatii salphaa ari'uu dhiisi.   Gammachuu caalaa waan barbaachisaa ta'eef dursa kenni.

  6. Jabaatanii turuuf yoo xiqqaate guyyaatti pushup 200 fi squats 100 rukuti.   Akkasumas namoota %97 caalaa fayyaa taata.

  7. Ganama bishaan qorraa tokko Shower fudhachuun amala kee ijaari.

  8. Intarneetii madda galii keessanii godhi.   Maallaqa argachuuf carraawwan dhuma hin qabne jiru.

  9. Jireenya keetif itti gaafatamummaa 100% fudhadhu malee haala ykn nama kamiyyuu gonkumaa hin komatin.

  10. Fayyaa keessan fooyyessuuf pirootiinii, fuduraalee haaraa fi bishaan liitira lama nyaata guyyaa guyyaa keessan keessatti hammadhu.

  11. Namoota sochii godhanii fi jireenya gaarii jiraachuu hawwan  waliin jiraadhu.  Gareen keessan wal hamannaa, wal komannaa, wal hinaaffaa hin qaban.

  12.  Uffata gaarii, urgooftuu  gaarii irratti invast godhaa, akkaataa itti haasa'anis baradhaa.   Milkaa'ina kee %94n ni guddifta.

  13. Uumama waliin michuu ta'i, guyyaatti tarkaanfii 10,000 deemuun sammuu kee qulqulleessi, miira kee guddisi fi dandeettii kalaqaa kee argadhu.

  14. Namoota fedhii isaanii qofaaf kan kee caalaa dursa kennan irraa fagaadhu .  Isaan duubatti deebi'iinsa keef isa guddaadha.

  15. Caatii, poornoogiraafii fi dhugaatii alkoolii dhiisuuf qaroo ta'i.   Isaanis yaada namaa kan jeeqan kan hamaa kee ol kaasan, afaan si hidhu, akka dhiphinnis sitti dhagahamu kan godhaniidha.

━━━━━━━━━━━
Share & Like 👍
25.04.202514:40
Sammuun keenya kuni
Waan ol kaayyan baataa
Kan kee guute jedhee
Si dideeraa laataa?
Maaliif hin dubbistu
Beekumsa Argattaa?
Ammuma Hordofi
Irraa waa hubattaa.
👇👇👇
29.04.202517:50
#Kaayyoodhugaa1

"...Jiraachuun ga'aa miti; jireenya milkaa'aa jiraachuu qabda. Jiruun dachee abdii si hin kutachiisin.
Qoma bal'adhu, dhaabbii tolfadhu sana booda mataa kee ol qabadhuutii addunyaa ija ishee keessa ilaali..
Addunyaan warra ishee saalfatu dararuudhaan beekamti..." ✍
Tapha har'a Liverpool fi Tottenham waliin taasisan tamsaasa kallatti sagaleen hordofuuf Chaanala keenya JOIN godhaa!!

ODUU LIVERPOOL!! 👇👇
DEGGERTOONNI CHELSEA HUNDI KEESSAN BAGA GAMMADDAN

CHANNEL CHELSEA QABANNEE ISINII DHIFNEE JIRRAA. MAARREE ISINIMMOO BAKKA "JOIN" JEDHU TUQUUN ITTI DABALAMA ODUULEE CHELSEA IRRAA BARADHAA

CHANNEL KANA KEESSATTI ODEEFFANNOOWWAN CHELSEAN WAL QABATAN KANNEEN AKKA

🔷☞🔹JIJJIIRRA TAPHATTOOTA CHELSEA
🔷☞🔹SEENAA TAPHATTOOTA CHELSEA
🔷☞🔹TAPHA KALLATTIIDHAAN
🔷☞🔹FI KANNEEN KANA FAKKAATAN

💙💙💙💙CHELSEA💙💙💙💙
Показано 1 - 24 из 482
Войдите, чтобы разблокировать больше функциональности.