Notcoin Community
Notcoin Community
Proxy MTProto | پروکسی
Proxy MTProto | پروکسی
Proxy MTProto | پروکسی
Proxy MTProto | پروکسی
iRo Proxy | پروکسی
iRo Proxy | پروکسی
Ifa keenya avatar
Ifa keenya
Ifa keenya avatar
Ifa keenya
Период
Количество просмотров

Цитирования

Посты
Скрыть репосты
Barattoota kutaa 12ffaa tiif

Herreegnis boqonnaan 4 ffaa fi 5 ffaan hojjetameera

Seentanii barachuu dandeessu

Chaaneelii yuutubii "ifa keenya" jedhu irraa argattu!
04.01.202503:42
Mathematics freshman teacher guide
Barattoota freshmanidhaaf mathematics freshman Course
Haaraan hojjetameera itti dhiyaadhaa
15.12.202408:15
Ai fayyadamtanii: Abbaltii(assignment), yaadannoo gabaabaa baasuu, gaaffiiwwan garaa garaa slphaatti qopheessuu, Walumaa galatti yeroo gabaabaa keessatti barnootaan bu'aa gaarii galmeessuu ni barbaadduu?

Deebiin keessan eeyyee yoo ta'e viidiyoon kun Kan keessani.

Viidiyocha fuuluma telegram "Ifa keenya" jedhu kana irraa argachuu ni dandeessu. Karaa yuutubiitiinis argachuu ni dandeessu.

Keessaan yoo na gaafattanis siniif erguu nan danda'a.

GALATOOMAA


https://youtu.be/ldu3JNatcvA
Barattoonni freshman Course barattan chaaneelii yuutubii keenya irraa mid exam argachuu ni dandeessu
29.12.202406:27
10 important questions on mathematical induction with their answers
Barattoota kutaa 12ffaa tiif

Firii gaarii galmeessitanii yuniversitii seentanii abjuu keessan dhugoomsuuf wantoota sin barbaachisan keessaa gaaffiiwwan baroottan darbanii yaaluudha.

Isa kanaaf immoo gaaffiiwwan sin rakkisan juraachuu malu. Nutimmoo kanaaf furmaata gaarii qabna. Innis viidiyoodhaan gaaffii hojjetame yoo ilaaltan gaaffii Sana fakkaatu tasumaa qormaata keessan irratti hin dhabdanu.

Viidiyoon akkasii immoo kanneen akka mathematics fi physics bifa baay'ee salphaa ta'een hojjetamee you tube chaaneelii "ifa keenya" jedhurra jira.

Liinkiin isaa fuula telegram keenya irras ni jira.

Keessaan yoo na gaafattanis siniif erguu nan danda'a.

Galatoomaa!
AFAAN KEENYAAN BARANNEE HAA BARSIISNU!
09.01.202516:07
17.12.202416:10
09.12.202410:28
Learn from your mistakes and share the lessons you learn freely with others.
Barattoonni freshman Course barattan chaaneelii yuutubii keenya irraa mid exam argachuu ni dandeessu
25.12.202416:29
Barattoota freshmanidhaaf oduu gammachiisaa!

Chaaneelii you tube "ifa keenya " jedhurraa mathematics freshman Course kana argachuu dandeessu

Kana malees gaaffiiwwan baay'ee chaaneelii telegram keenya irraa argachuu dandeessu
Показано 1 - 24 из 300
Войдите, чтобы разблокировать больше функциональности.