09.05.202519:17
Kitaaba "Hin Gaabbuu" Jedhu namoonni barbaaddan asii argattu. 👇
09.05.202518:25
Yaa diina koo
Yaa inaaftuu
Hamtuu kiyya
Kan ilaaltuu
Seenaa kiyya
Kan balfituu
Dhugaa kiyya
Kan dabsituu
Numan obsaa
Gufuu jiruu
Na dhaabuun kee
Yoomuun jiruu
Haga lubbuun
Tiyya jiruu
Nan mu'attuu
Osoon jiruu
Gadda kolfaan
Nin jijjiiraa
Fagoo mitii
Dhiyoo jiraa
Suuta jedhee
Kolfee seeqaa
Ergan ka'ee
Bara meeqaa
Yeroon koollee
Ga'uuf jiraa
Hawwii hojiin
Nin jijjiiraa
Sinis cimaa
Deemaa firaa
Kaayyoo keenya
Ga'uuf jirraa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ ♂️ 🔕
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ
Yaa inaaftuu
Hamtuu kiyya
Kan ilaaltuu
Seenaa kiyya
Kan balfituu
Dhugaa kiyya
Kan dabsituu
Numan obsaa
Gufuu jiruu
Na dhaabuun kee
Yoomuun jiruu
Haga lubbuun
Tiyya jiruu
Nan mu'attuu
Osoon jiruu
Gadda kolfaan
Nin jijjiiraa
Fagoo mitii
Dhiyoo jiraa
Suuta jedhee
Kolfee seeqaa
Ergan ka'ee
Bara meeqaa
Yeroon koollee
Ga'uuf jiraa
Hawwii hojiin
Nin jijjiiraa
Sinis cimaa
Deemaa firaa
Kaayyoo keenya
Ga'uuf jirraa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ ♂️ 🔕
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ


06.05.202519:04
Education is the key to unlocking a world of possibilities.
Join us for EDUCATIONAL journey!
Join us for EDUCATIONAL journey!
05.05.202516:35
Dubbii bara dhabee
Kan gamaaf gamasii
Edaa durumayyyuu
Barnoonni akkasii
Barnootaan imalee
Barnootaan olgalaa
Yoo barbaadde bitee
Yoo fedhes daldalaa
Biyyaa deemuuf mitii
Baanee galuuf ulaa
Yoomuun dagatinaa
Barnoonni jaalalaa
Hundaa beekaa godhaa
Daa'imaaf wollaalaa
Keessa seenii laalii
Sookoof dubbii qolaa
Aadaa kee qoradhuu
Seenaa gootaaf aadaa
Dhalootaaf ol kaay'uun
Barnoota barbaadaa
Bakka kamuu teessuu
Magaalaafi baddaa
Barnoota baratteetu
Yaada gaarii yaaddaa
Kaayyoo Mr. Alii birraa
Barnootaan cimsinee
Galmaan ga'uuf jirraa
Barnootaa Barnootaa
Ammas Barnootaa
Kana tahuu qabaa
Kaayyoon oromootaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Kan gamaaf gamasii
Edaa durumayyyuu
Barnoonni akkasii
Barnootaan imalee
Barnootaan olgalaa
Yoo barbaadde bitee
Yoo fedhes daldalaa
Biyyaa deemuuf mitii
Baanee galuuf ulaa
Yoomuun dagatinaa
Barnoonni jaalalaa
Hundaa beekaa godhaa
Daa'imaaf wollaalaa
Keessa seenii laalii
Sookoof dubbii qolaa
Aadaa kee qoradhuu
Seenaa gootaaf aadaa
Dhalootaaf ol kaay'uun
Barnoota barbaadaa
Bakka kamuu teessuu
Magaalaafi baddaa
Barnoota baratteetu
Yaada gaarii yaaddaa
Kaayyoo Mr. Alii birraa
Barnootaan cimsinee
Galmaan ga'uuf jirraa
Barnootaa Barnootaa
Ammas Barnootaa
Kana tahuu qabaa
Kaayyoon oromootaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
03.05.202517:20
Jaalala keef jedhee
Bunaa yoon bitadhee
Qamadiin gurguraa
Haalaafi amalli kee
Hin badu na duraa
Deemsa kee tirachaa
Deemtaa fuula duraa
Simbo qabeettii koo
Hin baddu na duraa
Shaggar gara olii
Ifaatu addaataa
Uumamni akka kee
Hin jiru fakkaataa
Birraa olkaayyachuun
Ganna ittiin bahuufii
Rakkoofi gadadoof
Homaan qabdu nuffii
Jiraachuu feetullee
Jireenya haaragalfii
Harra kee tilmaamee
Natti uumeem nuffii
Dhugaa bara dheeraa
Onneenkoo dhahataa
Haadha koo takkittii
Hundaa anaaf caaltaa
✍️Musaab Naasir
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Bunaa yoon bitadhee
Qamadiin gurguraa
Haalaafi amalli kee
Hin badu na duraa
Deemsa kee tirachaa
Deemtaa fuula duraa
Simbo qabeettii koo
Hin baddu na duraa
Shaggar gara olii
Ifaatu addaataa
Uumamni akka kee
Hin jiru fakkaataa
Birraa olkaayyachuun
Ganna ittiin bahuufii
Rakkoofi gadadoof
Homaan qabdu nuffii
Jiraachuu feetullee
Jireenya haaragalfii
Harra kee tilmaamee
Natti uumeem nuffii
Dhugaa bara dheeraa
Onneenkoo dhahataa
Haadha koo takkittii
Hundaa anaaf caaltaa
✍️Musaab Naasir
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
01.05.202519:18
Dhagaa afaan si ka'a
Ol-baasee gad buusee
Waa'ee keenya yaadee
Jecha tokkon ibsuuf
Nan dhabe barbaadee
Dhadhaa afaan keessu
Dhagaa afaan si ka'aa
Toltuu hojjattullee
Hamtuu kee lakka'aa
Huccuu bittee uffiftu
Daaraa sitti guuraa
Daandii imalee kee
Qoree itti Guuraa
Waa'een dhala namaa
Naan na dhibaa jiraa
Jettee of gongumaa
Hin deemini karaa
Galma ka'uuf kaatu
Si dhaabuuf tirtiraa
Jabaadhu nama koo
Milkiin dhiyoo jiraa
Namaaf bakkan laatin
Dursii deemi duraa
Millattee hin laalin
Duuba keef waan baraa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Ol-baasee gad buusee
Waa'ee keenya yaadee
Jecha tokkon ibsuuf
Nan dhabe barbaadee
Dhadhaa afaan keessu
Dhagaa afaan si ka'aa
Toltuu hojjattullee
Hamtuu kee lakka'aa
Huccuu bittee uffiftu
Daaraa sitti guuraa
Daandii imalee kee
Qoree itti Guuraa
Waa'een dhala namaa
Naan na dhibaa jiraa
Jettee of gongumaa
Hin deemini karaa
Galma ka'uuf kaatu
Si dhaabuuf tirtiraa
Jabaadhu nama koo
Milkiin dhiyoo jiraa
Namaaf bakkan laatin
Dursii deemi duraa
Millattee hin laalin
Duuba keef waan baraa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ


09.05.202519:07
Kitaaba dubbisuu barbaadda taanaan join godhi.
08.05.202518:18
Wolaloon Bashannannaa
Ammootii Baradhaa
Yoo share Gootanimmoo
Hedduun Sin Jaalladhaa
Public Share gochuun
Haamilee nuuf godhaa
Qaamaan fagaannullee
Nuti obbolaadhaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ ♂️ 🔕
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ
Ammootii Baradhaa
Yoo share Gootanimmoo
Hedduun Sin Jaalladhaa
Public Share gochuun
Haamilee nuuf godhaa
Qaamaan fagaannullee
Nuti obbolaadhaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ ♂️ 🔕
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ
06.05.202518:00
Hin sukkuumin danuu
Imala dheeraa deemee
Beelaafi dheebuu argee
Gaafuma Gammachuun
Xiqqoodhuma naaf marge
Qoree dura koo tuultee
Kiyyoo hin baane keessee
Shira kee natti tuultee
Dubbii sobaallee deessee
Bifa sagal qabaattee
Natti taatee gaararraa
Hamminni keessa keetii
Hin mul'atu garaarraa
Mee maalin sibballeessee
Kanati natti duultuu
Xinneenyaaf hammina koo
Osoo sobaan dhaadattuu
Garaa nagaa qabuu
Hin sukkuumin danuu
Miidhagsuurra caalaa
Xinneessuu amanuu
Natu caala jettee
Of hin dhaadin danuu
Guyyaa harraa malee
Waan boriin beektanuu
✍️Musaab Naasir
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️ 🔕
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ
Imala dheeraa deemee
Beelaafi dheebuu argee
Gaafuma Gammachuun
Xiqqoodhuma naaf marge
Qoree dura koo tuultee
Kiyyoo hin baane keessee
Shira kee natti tuultee
Dubbii sobaallee deessee
Bifa sagal qabaattee
Natti taatee gaararraa
Hamminni keessa keetii
Hin mul'atu garaarraa
Mee maalin sibballeessee
Kanati natti duultuu
Xinneenyaaf hammina koo
Osoo sobaan dhaadattuu
Garaa nagaa qabuu
Hin sukkuumin danuu
Miidhagsuurra caalaa
Xinneessuu amanuu
Natu caala jettee
Of hin dhaadin danuu
Guyyaa harraa malee
Waan boriin beektanuu
✍️Musaab Naasir
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️ 🔕
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ
Өчүрүлгөн09.05.202512:38
05.05.202507:51
📚📚👉 CHANNELA JIREENYA KEESSANIIF BU'AA GUDDAA QABUUDHA, KEESSATTUU BARATTOONNI AKKAATAA ISIN BARNOOTA KEESSAN IRRATTI CIMTAN GORSA CIMAA ARGATTU, JOIN GODHAA
✍ Icciitii barattoota ciccimmoo akkamitti Akka isaan milkaa'an bifa video sagalee fi barreeffamaatiin isiniif dhiyeessuudha. Itti goraa maatii ta'aa.👇👇👇👇
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🇸 🇭 🇦 🇷 🇪 &🇯 🇴 🇮 🇳
@milkaaina_jireenyaa
@milkaaina_jireenyaa
▬▬▬▬▬▬▬▬
🇸 🇭 🇦 🇷 🇪 &🇯 🇴 🇮 🇳
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
✍ Icciitii barattoota ciccimmoo akkamitti Akka isaan milkaa'an bifa video sagalee fi barreeffamaatiin isiniif dhiyeessuudha. Itti goraa maatii ta'aa.👇👇👇👇
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🇸 🇭 🇦 🇷 🇪 &🇯 🇴 🇮 🇳
@milkaaina_jireenyaa
@milkaaina_jireenyaa
▬▬▬▬▬▬▬▬
🇸 🇭 🇦 🇷 🇪 &🇯 🇴 🇮 🇳
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
02.05.202518:28
Sirboota miidhagaa
Durii hanga ammaa
Dageeffachuu feetaa
Kan Hayyoota hundumaa
Hedduu Ariifadhaa
Join godhaa ammaa
Durii hanga ammaa
Dageeffachuu feetaa
Kan Hayyoota hundumaa
Hedduu Ariifadhaa
Join godhaa ammaa
01.05.202518:06
Telegram keessan fayyadamuun Barataa bashananuu ni barbaadduu?
Eeyyee taanaan Kan barbaaddan filadhaa
Eeyyee taanaan Kan barbaaddan filadhaa
Өчүрүлгөн09.05.202519:09
09.05.202519:03
@ABDII_SABAA_PROMOTION_BOT
07.05.202517:34
Eessa jirta maaloo
Na jelaa dubbadhu
Jecha koo tokkittii
Dhaga'ii hubadhu
Waadaa qabdaa
Dhiigaaf lafee
Maaloo kottuu
Siifan dhufee
Bu'ee bahee
Xiqqoo yaadee
Naa mulladhu
Sin araadee
Namni bay'een
Si barbaadaa
Si argachuuf
Boo'ee aadaa
Dhugaa koo yaa
Jiruu samiif lafaa
Kan si harkaa qabu
Kufee lafaa ka'ee
Deemsa itti fufaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ ♂️ 🔕
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ
Na jelaa dubbadhu
Jecha koo tokkittii
Dhaga'ii hubadhu
Waadaa qabdaa
Dhiigaaf lafee
Maaloo kottuu
Siifan dhufee
Bu'ee bahee
Xiqqoo yaadee
Naa mulladhu
Sin araadee
Namni bay'een
Si barbaadaa
Si argachuuf
Boo'ee aadaa
Dhugaa koo yaa
Jiruu samiif lafaa
Kan si harkaa qabu
Kufee lafaa ka'ee
Deemsa itti fufaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ ♂️ 🔕
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ
05.05.202519:32
Wolaloo miidhagaa
Bifa nama lamaa
Sirriitti hubadhaa
Dubbiin gosa lamaa
Ana(M), hojjataa baankii(Y)
Baankii hojii gamtaa Oromiyaa
(CBO)
M: Naaf kenni qarshii koo
Kanan sitti laadhee
Kanan sitti fidee
Olkaa'i siin jedhee
Y: Maali yaa M koo
An maalan siin jedhee
Mana kootti kottuu
Na gaafadhun jedhee
M: Kanan itti laadhee
Qarshii kiyya sumaa
Daftee naaf fidda moo
Sin himadha ammaa
Y: Maaloo yaa nama koo
Nattin jarjarinii
Harrimoo Dilbataa
Hin jiruu hojiinii
M: Dubbii biraan beekuu
Nattin himin danuu
Amma dubbii dhiisaa
Qarshii koon fiddanuu
Y: Qarshii kan kee mitii
Waan Na dhibetu jiraa
Borillee siif kennuuf
Ibsaan badee jiraa
M: Uu uu uu Ani badee
Rakkachaatan jiraa
Innoo natti gahee
Guyyaan mana kiraa
Y: Kanaaf hin dhiphatin
Furmaatni siif jiraa
Bilbila harka keen
Hundaa siif xumuraa
M: Bilbilli harkaa koo
Naaf tokkicha kanaa
Kana gurguriidhaaf
Deemtaa yaa namanaa
Y: Lakki kanaan mitii
Dubbiin waan biraadhaa
Mobile banking
Fayyadamin jedhaa
M: Kun yaada gaariidhaa
Akkamiin eegaluu
Tartiibaan naaf himii
Akkatti eegaluu
CBO: Fayyaduuf Amanamaa
Saffisa kan qabuu
Mana keessanitti
Kan isin dhaqabuu
Y: Halkan guyyaan jedhu
ATM iin maallaqa baafadhaa
Baankii hojii gamtaa woliin
Karoora baafadhaa
✍️Musaab Naasir
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
#poems #motivation
#funny #education
#CBO #promotion
#mobile_Banking
Bifa nama lamaa
Sirriitti hubadhaa
Dubbiin gosa lamaa
Ana(M), hojjataa baankii(Y)
Baankii hojii gamtaa Oromiyaa
(CBO)
M: Naaf kenni qarshii koo
Kanan sitti laadhee
Kanan sitti fidee
Olkaa'i siin jedhee
Y: Maali yaa M koo
An maalan siin jedhee
Mana kootti kottuu
Na gaafadhun jedhee
M: Kanan itti laadhee
Qarshii kiyya sumaa
Daftee naaf fidda moo
Sin himadha ammaa
Y: Maaloo yaa nama koo
Nattin jarjarinii
Harrimoo Dilbataa
Hin jiruu hojiinii
M: Dubbii biraan beekuu
Nattin himin danuu
Amma dubbii dhiisaa
Qarshii koon fiddanuu
Y: Qarshii kan kee mitii
Waan Na dhibetu jiraa
Borillee siif kennuuf
Ibsaan badee jiraa
M: Uu uu uu Ani badee
Rakkachaatan jiraa
Innoo natti gahee
Guyyaan mana kiraa
Y: Kanaaf hin dhiphatin
Furmaatni siif jiraa
Bilbila harka keen
Hundaa siif xumuraa
M: Bilbilli harkaa koo
Naaf tokkicha kanaa
Kana gurguriidhaaf
Deemtaa yaa namanaa
Y: Lakki kanaan mitii
Dubbiin waan biraadhaa
Mobile banking
Fayyadamin jedhaa
M: Kun yaada gaariidhaa
Akkamiin eegaluu
Tartiibaan naaf himii
Akkatti eegaluu
CBO: Fayyaduuf Amanamaa
Saffisa kan qabuu
Mana keessanitti
Kan isin dhaqabuu
Y: Halkan guyyaan jedhu
ATM iin maallaqa baafadhaa
Baankii hojii gamtaa woliin
Karoora baafadhaa
✍️Musaab Naasir
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
#poems #motivation
#funny #education
#CBO #promotion
#mobile_Banking
04.05.202518:55
Waa'ee kiyyaaf kan kee
Abjuun bara beelaa
Biddeen biddeen jedha
Waa'ee kiyyaaf kan kee
Waa xiqqoon waa jedha
Baay'ee na xiqqeessaa
Waa'ee koo dubbattaa
Bara hedduu geessee
Ammas na tuffattaa
Lakki kanan geenyee
Jetteetu na kaaddaa
Anaaf ati garuu hayii
Woliin qabna waadaa
Ani deemsan dhaabu
Yoomuu ittan fufaa
Guyyaan Lakka'amee
Baatiitti ol dhufaa
Ati achuma taa'ii
Ani deemeen quufaa
Deemsa koo xumureen
Hirriba itti fufaa
Maaliif na dhoksitaa
Nan himattuu namaa
Maqaa koo dhoksitus
Umriin jedhamaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Abjuun bara beelaa
Biddeen biddeen jedha
Waa'ee kiyyaaf kan kee
Waa xiqqoon waa jedha
Baay'ee na xiqqeessaa
Waa'ee koo dubbattaa
Bara hedduu geessee
Ammas na tuffattaa
Lakki kanan geenyee
Jetteetu na kaaddaa
Anaaf ati garuu hayii
Woliin qabna waadaa
Ani deemsan dhaabu
Yoomuu ittan fufaa
Guyyaan Lakka'amee
Baatiitti ol dhufaa
Ati achuma taa'ii
Ani deemeen quufaa
Deemsa koo xumureen
Hirriba itti fufaa
Maaliif na dhoksitaa
Nan himattuu namaa
Maqaa koo dhoksitus
Umriin jedhamaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
02.05.202518:27
Woyyoo hojii namaa
Dalagaa guyyaa tokkoo
Woggaadhaaf lafa ka'aa
Harra buleesaan beekuu
Kan bor Nyaatu lakka'aa
Dhibba kiisa kaawwatee
Kuma abjuun lakka'aa
Innoo qarshiif jarjaraa
Dubbii kee yoom dhaga'aa
Qarshii baayyee horaniif
Lubbuu gabaan bitanii
Galaa kee guyyaa borii
Keewwachuun dagatinii
Osoo halaalaa eegduu
Kan harka keetii dhabdaa
Seenaa Daa'imummaa kee
Deebifachuudhaa yaaddaa
Amma waa si gaafadhuu
Nattin Aartuu gonkumaa
Qarshii moo fayyaa feeta
Mee yaadadhu dhugumaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Dalagaa guyyaa tokkoo
Woggaadhaaf lafa ka'aa
Harra buleesaan beekuu
Kan bor Nyaatu lakka'aa
Dhibba kiisa kaawwatee
Kuma abjuun lakka'aa
Innoo qarshiif jarjaraa
Dubbii kee yoom dhaga'aa
Qarshii baayyee horaniif
Lubbuu gabaan bitanii
Galaa kee guyyaa borii
Keewwachuun dagatinii
Osoo halaalaa eegduu
Kan harka keetii dhabdaa
Seenaa Daa'imummaa kee
Deebifachuudhaa yaaddaa
Amma waa si gaafadhuu
Nattin Aartuu gonkumaa
Qarshii moo fayyaa feeta
Mee yaadadhu dhugumaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
30.04.202519:40
SIRBOTTA AFAAN OROMO HARA ARGACHUF CHANNEL KANA JOIN GODHA
09.05.202518:56
Hedduu faayidaansaa:
Ani reefan dhufaa
Gara biyya lafaa
Seenaa natti himaa
Sin worri angafaa
Durii dachiin kunii
Ni baatti wolaalaa
Moo beekaa qofaatu
Irra oolee galaa
Dureessi yoo nyaatu
Hiyyeessi ni ciisaa
Jaarsa qofaadha moo
Fayi dargaggeessa
Nati himaa maaloo
Dhalootan barsiisaa
Anaaf kun gaafiidha
Arras ta'ee kaleessaa
Waan hin beekne himuu
Seenaan na daangessaa
Aadaadhafi duudhaa
Kan bara Durii keessaa
Seenaa ofii beekuun
Hedduu faayidaansaa
Waa himuudhaan dura
Baradhaa mee dursaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Ani reefan dhufaa
Gara biyya lafaa
Seenaa natti himaa
Sin worri angafaa
Durii dachiin kunii
Ni baatti wolaalaa
Moo beekaa qofaatu
Irra oolee galaa
Dureessi yoo nyaatu
Hiyyeessi ni ciisaa
Jaarsa qofaadha moo
Fayi dargaggeessa
Nati himaa maaloo
Dhalootan barsiisaa
Anaaf kun gaafiidha
Arras ta'ee kaleessaa
Waan hin beekne himuu
Seenaan na daangessaa
Aadaadhafi duudhaa
Kan bara Durii keessaa
Seenaa ofii beekuun
Hedduu faayidaansaa
Waa himuudhaan dura
Baradhaa mee dursaa
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ


07.05.202517:21
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐚𝐣𝐚𝐚𝐲𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮𝐮 𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚?
𝙲𝚑𝚊𝚊𝚗𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒 𝚈𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚐𝚊𝚋𝚊𝚊𝚋𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚓𝚊𝚊𝚕𝚕𝚊𝚝𝚊𝚖𝚞𝚖𝚖𝚊𝚊 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊 𝚊𝚐𝚛𝚐𝚊𝚝𝚎
𝑶𝒅𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝑾𝒂𝒂'𝒆𝒆 𝒌𝒊𝒍𝒂𝒃𝒂 𝒌𝒂𝒎𝒊𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒂'𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒖?
𝙲𝚑𝚊𝚊𝚗𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒 𝚈𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚐𝚊𝚋𝚊𝚊𝚋𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚓𝚊𝚊𝚕𝚕𝚊𝚝𝚊𝚖𝚞𝚖𝚖𝚊𝚊 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊 𝚊𝚐𝚛𝚐𝚊𝚝𝚎
𝑶𝒅𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝑾𝒂𝒂'𝒆𝒆 𝒌𝒊𝒍𝒂𝒃𝒂 𝒌𝒂𝒎𝒊𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒂'𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒖?
05.05.202516:35
📥Kanneen akkami
dubbisuu barbaaddu?
dubbisuu barbaaddu?


04.05.202516:32
🔥🔥 Chaanaalii kilaba guddaa Ingilaand odeffannoo saatii 24 qulqullinaan gabaasu, yeroo gabaabaa giddutti jaallatamummaa argachuun hordoftoota hedduu horachaa jiru ORO MAN UNITED❤️🔥😍 maarree maal eegdu deggarttonni kilabicha join gochuun itti dabalama👇👇
02.05.202518:01
Sirboota afaan oromoo
baayyee miidhagaa adda
Ta'e Argachuuf bakka ⟹𝗠𝘂𝘀𝗶𝗰⟸
Jettu tuquun seenaa bohaaraa.
baayyee miidhagaa adda
Ta'e Argachuuf bakka ⟹𝗠𝘂𝘀𝗶𝗰⟸
Jettu tuquun seenaa bohaaraa.
29.04.202521:56
Natti afaan banee
Gaafti sun galgalaa
Namuu nan agarree
Daandii bal'aa irraa
Namuu hin dabarree
Qofaa kiyyan deemaa
Duuba koon ilaallee
Gaarreewwan milladhee
Fuulleetti Ilaalee
Kanan ijaan Argu
Gonkumaa naan gallee
Manarraa fagaadhee
Hin mullatu waallee
Xiqqoo itti siqeen
Ijuma koon laalee
Bineensa guddicha
Sodaadhe garmalee
Gonkumaan socho'uu
Innoo numa nyaataa
Garuu guddinnisaa
Tulluudha fakkaataa
Kana hundaa dhiisee
Bifa jijjiirratee
Fuulleetti na Argee
As laalee gufatee
Yoonni duuba laalu
Baayyeedha namoonni
Eeboo fi gaachanaan
Tokkummaan Marsanii
Duubarraa dhufanii
Hunduu itti fiigaa
Bineensi guddaan kun
Woraanamee dhiigaa
Baay'eesaa gammadeen
Hirribaa dammaqee
Tokkummaa Tokkummaa
Jedheetan burraaqee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Gaafti sun galgalaa
Namuu nan agarree
Daandii bal'aa irraa
Namuu hin dabarree
Qofaa kiyyan deemaa
Duuba koon ilaallee
Gaarreewwan milladhee
Fuulleetti Ilaalee
Kanan ijaan Argu
Gonkumaa naan gallee
Manarraa fagaadhee
Hin mullatu waallee
Xiqqoo itti siqeen
Ijuma koon laalee
Bineensa guddicha
Sodaadhe garmalee
Gonkumaan socho'uu
Innoo numa nyaataa
Garuu guddinnisaa
Tulluudha fakkaataa
Kana hundaa dhiisee
Bifa jijjiirratee
Fuulleetti na Argee
As laalee gufatee
Yoonni duuba laalu
Baayyeedha namoonni
Eeboo fi gaachanaan
Tokkummaan Marsanii
Duubarraa dhufanii
Hunduu itti fiigaa
Bineensi guddaan kun
Woraanamee dhiigaa
Baay'eesaa gammadeen
Hirribaa dammaqee
Tokkummaa Tokkummaa
Jedheetan burraaqee
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Көрсөтүлдү 1 - 24 ичинде 74
Көбүрөөк функцияларды ачуу үчүн кириңиз.