Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐈𝐒𝐏𝐎𝐎𝐑𝐓𝐈𝐈 avatar
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐈𝐒𝐏𝐎𝐎𝐑𝐓𝐈𝐈
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐈𝐒𝐏𝐎𝐎𝐑𝐓𝐈𝐈 avatar
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐈𝐒𝐏𝐎𝐎𝐑𝐓𝐈𝐈
✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 36ffaa.

🕑 Xumurame

Wolviis 0-2 Biraayteen
Weelbeek(P)⚽️
Giruuda ⚽️
Fulhaam 1-3 Everteen
R.Jiminees⚽️ Maakileenkoo ⚽️
Keen ⚽️
Beetoo⚽️
Ipswich 0-1 Bireentfoord
Sheed⚽️
Saawuzhampiten 0-0 Maan Siitii
10.05.202515:42
Ta'uus ittiisni south cimaadha
10.05.202515:30
Fuulhaam 1-2 Everteen
GUYYAA HAR'A IRRAA KAASUUN BARNOOTA FAYYAA NI ARGATTUU


KUNIS WA'EE


⭐ Qoriichaa
⭐ Ittii fayyadamaa QORICHAA
⭐ Walqunamtii saalaa
⭐ Fayyaa qaamaa Fi kkf ni argattuu


Join Chanal
10.05.202514:45
Maan Siitiin goolii argachuuf rakkachaa jiru

Dadhaban malee
10.05.202514:42
Rukutta adabbi sitif iddo bareedatti
10.05.202515:56
Taphanii city Fi south xumurameera
10.05.202515:41
City cinqaa jira GOOLII galchuuf
10.05.202515:19
✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 36ffaa.

🕑 61'

Wolviis 0-1 Biraayteen
Weelbeek(P)⚽️
Fulhaam 1-1 Everteen
R.Jiminees⚽️ Maakileenkoo ⚽️
Ipswich 0-1Bireentfoord
Sheed⚽️
Saawuzhampiten 0-0 Maan Siitii
✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 36ffaa.

🕑 Boqonnaa

Wolviis 0-1 Biraayteen
Weelbeek(P)⚽️
Fulhaam 1-1 Everteen
R.Jiminees⚽️ Maakileenkoo⚽️
Ipswich 0-1Bireentfoord
Sheed⚽️
Saawuzhampiten 0-0 Maan Siitii
10.05.202514:44
44 minutes
10.05.202514:40
Taphanii akkuma ittii fufettii jirraa


Ammaa illee jijiraamni GOOLII hin jiru
10.05.202515:47
Gooooooooooooooooooooooool

Brayiteen
10.05.202515:39
Daqiiqaa 81
10.05.202515:13
Rukuttaa rogaa

Maan Siitii 7
Saawuzhaampiteen 0
10.05.202514:47
Boqonnaa
10.05.202514:44
Jalaa debisan
10.05.202514:36
Daqiiqaa 35
10.05.202515:44
City GOOLII galchuuf waan hunda gochaa jira garuu ittiisni Southampton cimanii ittisaa jiru
10.05.202515:34
Gooooooooooooooooooooooool

Fuulhaam 1-3 Everteen
✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 36ffaa.

🕑 45'

Wolviis 0-1 Biraayteen
Weelbeek(P)⚽️
Fulhaam 1-1 Everteen
R.Jiminees⚽️ Maakileenkoo ⚽️
Ipswich 0-1Bireentfoord
Sheed⚽️
Saawuzhampiten 0-0 Maan Siitii
10.05.202514:46
Daqiiqaa 2 dabalame
10.05.202514:43
KDB rukkutuuf
10.05.202514:36
City dhiibbaa uumaa jiru gooli dadhaban malee 😳
Көрсөтүлдү 1 - 24 ичинде 8 287
Көбүрөөк функцияларды ачуу үчүн кириңиз.