Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 avatar

𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗
TGlist рейтинг
0
0
ТипАчык
Текшерүү
Текшерилбеген
Ишенимдүүлүк
Ишенимсиз
Орду
ТилиБашка
Канал түзүлгөн датаВер 28, 2018
TGlistке кошулган дата
Лист 01, 2024
Тиркелген топ

"𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚" тобундагы акыркы жазуулар

🕋 Walaloo Waa'ee Hajjii
#Afaan Arabiffaan

🤲
Yaa الله Nunnis Nu Qunnami

💥 قصيدة نداء الحجيج
🎙️ بصوت الأخ عبدالله الحميري


🎧 @ifaislaamaa
🕋 🕋 🕋 🕋 🕋 🕋 🕋
Sadarkaan Guyyaa Jumu'aa Guyyoota Keessaa, Akkuma Jiini Ramadaanaa Ji'oota Kessattii Qabuudha.
Кайра бөлүшүлгөн:
𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 avatar
𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
Irra caaltuun hojii ajaja Rabbii kan ta’e akkasumas kan muslimoonni irratti walii galani Nabi Muhammad ﷺ irratti Salawaata buusuudha.

Salawaata baay'inaan Ergamaa Rabbii ﷺ irratti buusuun akka namoonni tokko tokko hubattaniitti dalagaa suufiyyaa fi kan isaanitti wal nama fakkeessu miti. Inumaayyuu Ibaadaa faayidaa hedduu qabuu fi jaalala ALLAH kan nama gonfachiisu dha.

Imaamu a-tTirmizii (lakk-2457) akka odeesanitti Ubay Ibnu Ka'ab رضي الله عنه Abbaa Isaa irraa odeessuudhaan akkana jedhe.

(قُلْتُ : يَا رَسُولَ اللَّهِ ، إِنِّي أُكْثِرُ الصَّلَاةَ عَلَيْكَ ، فَكَمْ أَجْعَلُ لَكَ مِنْ صَلَاتِي ؟)
«Yaa Ergamaa Rabbii ani sirratti salawaata buusuun baay'isa, mee salaata kana meeqa siif godha? Jedheen gaaffadhe.

فَقَالَ : ( مَا شِئْتَ )
Isaanis «Hanga feete!» jedhan
قَالَ : قُلْتُ : الرُّبُعَ ؟
«¼ffaa» (sirraatti buusuu) ?
قَالَ : ( مَا شِئْتَ ، فَإِنْ زِدْتَ فَهُوَ خَيْرٌ لَكَ ) ،
Isaanis «Haga feete, yoo dabaltes siif gaariidha» jedhaniin.
قُلْتُ : النِّصْفَ ؟
«½ffaa?» (sirraatti buusuu)?
قَالَ : ( مَا شِئْتَ ، فَإِنْ زِدْتَ فَهُوَ خَيْرٌ لَكَ ) ،
Isaanis «Haga barbaadde, yoo dabaltes siif irraa caalaa dha» jedhaniin.
قَالَ : قُلْتُ : فَالثُّلُثَيْنِ ؟
«⅔ffaa?» (sirraatti buusuu) ?
قَالَ : ( مَا شِئْتَ ، فَإِنْ زِدْتَ فَهُوَ خَيْرٌ لَكَ ) ،
Isaanis «Haga barbaadde, yoo dabaltes siif irraa caalaa dha» jedhaniin.

قُلْتُ : أَجْعَلُ لَكَ صَلَاتِي كُلَّهَا ؟
«Salawaata koo hunda isaa siif godhuu?» nan jedheen.

قَالَ : ( إِذًا تُكْفَى هَمَّكَ ، وَيُغْفَرُ لَكَ ذَنْبُكَ )
Isaanis «Akkas yoo ta'e yaadni kee siif gaha, yakki kee sirraa dhiqama» naan jedhan jedha.


▪️قال الإمام ابن القيّم رحمه الله :

لَو صلّي العبد على النبي ﷺ بِعَدَد أنفاسه لم يكن موفّيا لِحقِّه .جلاء الأفهام : (344)

Ibnul Qayyim Akkas Jedhan:-
“Osoo gabrichi haga hafuura baafatuun, nabiyyii irratti salawaata buusee haqa ergamaa rabbii hin guutu”

Kana malees Nabi Muhammad ﷺ salawaata buusuun faayidaawwaan hedduu garbichaaf qaba. Akka fakkeenyaatti:-

1- Ajaja Rabbii hojirra olchuudha. Rabbiin Salawaata Nabiyyi ﷺ irratti buusuu ajaje.

2- Rabbii Qunnamuudha. Rabbii Nabiyyii ﷺ Isaarratti salawaata buusa, Garuu Salawaanni keenyaa fi kan Rabbii hiikkaan isaa garaagara.

3- Malaaykoota Qunnamuudha.

4- Rabbiirraa Rahmata 10 arganna sababaa takka Salawaata Nabiyyii ﷺ irratti buufneef.

5- Gabrichi Isiidhaan sadarkaa 10 ol fuudhama.

6- Hasanaata 10tu nuf katabama. sababaa takka salawaata buuseen.

7- Cubbuu 10tu nurraa haqamata sababa salawaata takkaan.

8- Salawaata buusuun du'aayiin eegalamtu fudhatamuuf hedduu kajeelama.

9- Shafaa’aa Nabiyyii ﷺ argachuuf sababaa taati.

10- Sababaa Araarama cubbuutiif. Kan kana fakkatan baay'eetu jira keesumaa halkan Jimaataa fi guyyaa isaa keessatti salawaata kana heddumeessuun jaalatamaa dha.

أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا

“Halkan jum'aatiifi guyyaa jum'aa anarratti salawaata buusuu baay'isaa namni narratti salawaata tokko buuse Rabbiin salawaata kudhan isarratti buusa.”

اللهم صلى وسلم وبارك على سيدنا ونبينا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين

🛰 @ifaislaamaa

https://t.me/+TNoRmBLV_hFHVkEp.
🕋 Masjiidal al-Haram OverView

🤲 Yaa Rabbi Mana Kana Nama Daawwatu Nu Godhi.

🔗 https://t.me/ifaislaamaa
☁️ Lafarratti Masgiida Guddaa 🕋

🕋Masjiidal al-Haram 4.3 Miliyoona sq.ft.

🕌 Yeroo tokkotti nama miliyoona 2.5 salaataaf keessummeessa.

🕌 Balbala 243 qaba

🕌 Sadarkaa 464 qaba

🕌 Spiikarii 8,000 qaba

🕌 Mana finca'anii 9,774 qaba

🕌 Ifa ampoolii 120,000 qaba

🕌 Qulqulleesitoota 3,500 qaba

🕋 Masjiidal al-Haram

🔗 https://t.me/ifaislaamaa
Кайра бөлүшүлгөн:
𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 avatar
𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
«Kurnan boodaa Ramadaanaa»

❒ قال الإمام ابن كثير رحمه الله :

( والمستحب : الإكثار من الدعاء في جميع الأوقات ، وفي شهر رمضان أكثر، وفي العشر الأخير منه ؛ ثم في أوتاره أكثر ) .

«Yeroo hunda du'aa'ii baay'isuun jaallatamaa dha, Ji'a Ramadaana keessa immoo irra caalaa , guyyoota kurnan boodaa immoo daran irra caalaa ta'a , guyyoota qeenxee immoo hunda caalaa jaallatamaa ta'a»

🔦انظر : تفسير ابن كثير :(٤٥١/٨)

⚠️ Du'aa'ii kan guyyoota kurnan boodaa Ramadaanaa baay'inaan gochuun barbaachisaa ta'e keessaa tokko kunoo kana.

عن عائشة -رضِيَ اللَّهُ عَنْهَا - قالت:
قلت : يا رسول الله ! أرأيت إن علمت أي ليلة ليلة القدر ما أقول فيها ؟

A'ishaa رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا akkana jettee Ergamaa Rabbii gaafatte:- «Mee yoo Rabbiin Laylatul-Qadii na qunnamsiise maal jedheen du'aa'ii godhadhaa?»

قال : قولي :
«اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عني»

«Yaa Allahuu kiyya ati irra namaaf dabraadha, irra namaaf dabruus jaallatta, irra naa darbi» jedhi jedheen.

📔[صحيح الترمذي:3513]

⚠️ Akkuma beekamu guyyootni kurnan boodaa Ramadaanaa hunda irra adda dha.

عَنْ عَائِشَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا قَالَتْ: كَانَ النَّبِيُّ ﷺ إِذَا دَخَلَ الْعَشْرُ شَدَّ مِئْزَرَهُ، وَأَحْيَا لَيْلَهُ، وَأَيْقَظَ أَهْلَهُ. رواه البخاري (٢٠٣٤)، ومسلم (١١٧٤).

A'ishaa رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا irraa akka dabarfameetti:- «Nabiyyiin ﷺ guyyoonni kurnan boodaa Ramadaanaa yeroo jalqabu marxoo/mudhii isaanii jabeeffachuun, halkan ammoo "ibaadaa" dhaan jireessan. maatiwwan isaaniitis ibaadaa dhaaf hirribaa kaasan»

⚠️ Laylatul-Qadiin Guyyoota kurnan boodaa Ramadaanaa keessatti argamti

Guyyoota kurnan (halkan isaani) guutuu Laylatul-Qadii yaaduun ibaadaa dhaan namni dabarsee shakki tokko malee fedhii Rabbiin Laylatul-Qadriin ni argata.

قال الإمام ابن باز رحمه الله:-
«فمن قامها جميعاً أدرك ليلة القدر»[ الفتاوى ١٥/٤٣٠]

«Guyyoota kurnan (halkan isaani) guutuu kan dhaabbatte Laylatul-Qadii ni argata»

قال الإمام ابن العثيمين رحمه الله:-

👈 "من قام العشر الأواخر من رمضان كلها إيماناً واحتساباً فإننا نجزم بأنه أصاب ليلة القدر) فتاوى أركان الإسلام (٤٢٩)
"Namni Ramadaana keessaa kurnan dhumaa hunda isaa dhaabbate Laylatul-Qadrii argata jenne mirkaneesinaaf"

❉ قال الإمام ابن رجب رحمه الله -:

« يُستحبّ في الليالي التي تُرجى فيها ليلة القدر التنظّفُ ، والتطيّب ، والتزيّن بالغُسل والطيب ، واللباس الحسن » .لطائفُ المعارف(١٧٩)

« Halkan Laylatul-Qadriin taati jedhamee kajeelamu keessatti shittoo dibachuun, babbareeduun akkasumas uffata gaarii dhufachuun jaalataamaa dha.»

⚠️ Obbolleewwan Aakhiraa Laylatul-Qadii jechuun waan salphaa miti quba qabaadhaa.

قال الإمام ابن القيم رحمه الله-:
«لو كانت ليلة القدر بالسنة ليلة واحدةً لقمتُ السنة حتى أدركها، فما بالك بعشر ليال» [ ‏بدائع الفوائد(٥٥/١)]

« Guyyoota kurnan (halkan isaanii) dhiisii, osoo Laylatul Qadiin waggaa keessaatti halkan tokko taatee waggaa guutuun dhaabbadha hamman argadhutti »


✍ @ifaislaamaa
▪️ Ramadaana Maal Maaliin Akka Simannu.

Kitaaba 👇 Irraa

«مختصر الكلام في أحكام الصيام»

🗓 خميس 7 / شعبان / 1446 هــ

https://t.me/ifaislaamaa/1827
«Rabbiin ajajamuu keessaa kan akka salaataa salaatuu hamtuu namarra ittisu hin jiru

Kanaafuu balaa adda addaarraa akka Rabbi nu tiku yoo barbaanne Salaata Shanan yeroo, bakkaafi akkaataa Allah barbaaduun geessisuu qabna


🛰 @ifaislaamaa
Kutaa 3ffaa
علامة الفرقة الناجية“
Mallattoolee Firqaa Naajiyaa

من كتاب” منهاج الفرقة الناجية والطائفة المنصورة“

🕰 Rabaj 13,1446H

https://t.me/ifaislaamaa/1808
▃▃▃▃▃▃▃
PDF isaa argachuuf 👇
https://t.me/ifaislaamaa/1789
Towhidaaf Gosoota Isaa

التوحيد وأنواعه

من كتاب” منهاج الفرقة الناجية والطائفة المنصورة“

🕰 Rabaj 16,1446H

https://t.me/ifaislaamaa/1815
▃▃▃▃▃▃▃
PDF isaa argachuuf 👇
https://t.me/ifaislaamaa/1789
Eenyu Gareen Tumsa Rabbii Qabdu?

من هي الطائفة المنصورة

من كتاب” منهاج الفرقة الناجية والطائفة المنصورة“

🕰 Rabaj 15,1446H

https://t.me/ifaislaamaa/1813
▃▃▃▃▃▃▃
PDF isaa argachuuf 👇
https://t.me/ifaislaamaa/1789
"وَكُلُّ مُؤْمِنٍ لَهُ مِنْ نَفْسِهِ سَائِقٌ إِلَى الْمَدِينَةِ"

ابن حجر | فتح الباري

“Namni Mu'mina Ta'e Hunduu Lubbuu Isaa Gara Madiinaatti Isa Oofti”
Bakka tokkoo yoo balleessan bakka biraatii caalee ka'a.

Ameerikaan keessoo ofiitiin busy kan taasise ALLAH galatni kan isaati.

Akkasumas sababa Islaamummaan isaaniitiin muslima kamiyyuu warreen dhiphisan Rabbi busy isaan haa godhu.


Ibidda tokkoof helikooftara 5 ramadanii yoo dadhaban, ibidda buubbisee dhufu helikooftara meeqatu barbaachisa?!

كلما هدأت ريح بعث الله اخرى
اللهم زد وبارك


🛰@ifaislaamaa
🇺🇸 Dunkaana Baqqattoota Ameerikaa!!

{إِن يَمْسَسْكُمْ قَرْحٌ فَقَدْ مَسَّ ٱلْقَوْمَ قَرْحٌ مِّثْلُهُۥۚ وَتِلْكَ ٱلْأَيَّامُ نُدَاوِلُهَا بَيْنَ ٱلنَّاسِ وَلِيَعْلَمَ ٱللَّهُ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَيَتَّخِذَ مِنكُمْ شُهَدَآءَۗ وَٱللَّهُ لَا يُحِبُّ ٱلظَّٰلِمِينَ}

“Yoo madaan isin tuqes, dhugumatti ummatas (diinotas) madaan fakkaataan isaan tuqeera Guyyoota sana gidduu namaatti na naannessina Rabbiin isaan amanan mul’isuufi isin irraas wareegamtoota taasisuuf (kana godhe) Rabbiin miidhaa hojjattoota hin jaalatu.”

“ቁስል ቢያገኛችሁ ሰዎቹንም መሰሉ ቁስል አግኝቷቸዋል፡፡ ይኽችንም ቀናት በሰዎች መካከል እናዘዋውራታለን፡፡ (እንድትገሰጹና) አላህም እነዚያን ያመኑትን እንዲያውቅ (እንዲለይ) ከእናንተም ሰማዕታትን እንዲይዝ ነው፡፡ አላህም በዳዮችን አይወድም”


https://t.me/ifaislaamaa
وقد سأل رجلٌ الإمامَ مالك بن أنس، فقال: من أهل السنة يا أبا عبد الله؟ فقال: "الذين ليس لهم لقب يعرفون به، لا جهمي، ولا رافضي، ولا قدري"

Namtichi tokko Imaamu Maalikiin "yaa Abaa Abdallah eenyu Ahlassunnaan?" jedhee gaafate. Imaamu Maalikis "Isaan warra maqaa ittiin beekamanu hin qabne. Jahmiyyaas miti, Raafidaas miti, Qadariyyaas miti" jedhan.

Beektoleen gariin maqaa 'As-haabul hadiis' ykn 'Ahlal-hadiis' jedhu Ahlassunnaadhaaf moggaasan.

Sababni isaas waan isaan hadiisa rasuula irraa ﷺ dhufe fuuchuu fi sahiiha da'iifa irraa adda baasuuf ta'aabaniifi.

Akkasumas aqiidaa fi ahkaama keessatti waan isa hordofaniifi.
Hadiisaa fi sunnaan hiikoon isaanii walitti dhihoodha. Akkasumas firqaan hanga guyyaa qiyaamaan dhaabbatuutti nassaramtu (Xaa’ifatil-mansuuraan) Ahlassunnaa isaan rasuulli ﷺ

"لن تزال طائفة من أمتي منصورين، لا يضرهم من خذلهم حتى تقوم الساعة " رواه البخاري ومسلم

“Jamaa’aan tokko ummata koo irraa haga qiyaamaan dhaabbatutti tumsamtuu dha. Namni isaan xiqqeesse illee homaa isaan hin miidhu" jedhanii dubbatan.

Isheen firqaa nagaa baatu jedhamtee hadiisa Mu'aawiyaa dabre keessatti dubbatamteetti

🛰 @ifaislaamaa

Рекорддор

15.05.202523:59
10.1KКатталгандар
29.03.202523:59
400Цитация индекси
29.12.202408:06
4881 посттун көрүүлөрү
23.01.202523:59
4991 жарнама посттун көрүүлөрү
20.03.202521:02
12.07%ER
29.12.202408:06
5.45%ERR
Катталуучулар
Citation индекси
Бир посттун көрүүсү
Жарнамалык посттун көрүүсү
ER
ERR
ЛИСТ '24ГРУД '24СІЧ '25ЛЮТ '25БЕР '25КВІТ '25ТРАВ '25

𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 популярдуу жазуулары

08.05.202519:11
🕋 Walaloo Waa'ee Hajjii
#Afaan Arabiffaan

🤲
Yaa الله Nunnis Nu Qunnami

💥 قصيدة نداء الحجيج
🎙️ بصوت الأخ عبدالله الحميري


🎧 @ifaislaamaa
🕋 🕋 🕋 🕋 🕋 🕋 🕋
Көбүрөөк функцияларды ачуу үчүн кириңиз.