07.05.202515:31
Ibn kasiir yeroo ibn Al-qayyim irraa haasa'u.»ღ
« Nama nama hunda caalaa isatti saahiboomee fii irra nama isa biratti jaalatamaatiin ture. Zamana keenya kana keessa warra ilmii qaban kan akka isaa ibaadaa heddummeeysu hin beekhu an. Salaata keessatti haala tokko kan addaa qaba. Hedduu dheereeysee salaata. Rukuu'aa fii sujuuda isiitillee harkiseeti dheereeysa. Yeroo garii hiriyyoonni isaa kanarratti isa komatu. Inni immoo akka kanarraa hin deebi'u irraayiis hin ka'u. Rabbiin ﷻ rahmata isaaf haa godhu.»ღ
•. Akka itti ibn al qayyim salaata dheereeysee namoonni biraalleen irratti isaan komatanii fii haala keenya kan zaman kanaa wal biratti ilaali. Hattaan imaamman garii rabbiin ﷻ nu hunda nuhaa qajeelchuu faatiha nama hin ficcisiisan. Gariin keenya du'aa'iilee waajibaatuu jennee jirra moo akkami jechuu faatu nama mudata. Wallaahul musta'an.»ღ
•Kuni kan ibn al qayyimi. Silaa kan sheikh al islaam dhageeysee waan dubbattu dhabda. Silaa salaata salaftoota odeeyfatte immoo salaatuma amma dura dalagaa turteewuu shakkita. Rabbiin ﷻ rahmata nuuf haa godhu.»
https://t.me/Latah1T

06.05.202516:00
( إهدنا الصراط المستقيم )
🗣️ Rabbiin dhugaa ufii jaalatu irratti akka isin tikfatu, Rabbiin kadhadhaa..!
Jallataa meeqatu osoo diinii keessaa luqqa’ee jiruu, akka waan diinii keessa jiraataa jiruutti uf yaadee, jiraachaa jira..!
Join 🫵

04.05.202515:58
✍️ "Kan #Nuti Rakkanne Manguddoota utuu hin taane dargaggoota Onneen isaa dulloomedha" Ustaaz Abubakar Ahmad
Ergamaa Keenya Kabajamaa lubbuu keenyaa ol jaallannu yeroo tokko qofa utuu hin taane yeroo kuma tokko kan fiidaa isaaf of goonu tuquun Nabiyyii keenya kabajamaa tuquu utuu hin taane, tuffii ummata kanaati. Kanaaf dargaggoonni bakka isin madaalu dhaabbadhaa. Seenaa keessan kaleessatti deebi'aa.
Namoota ergamaa Rabbii irratti daangaa darban kallattii seeraatiin itti deemna. Hordoftoonni Amantaa biroo wonni nuuf hubachuu qabanu nuti gaafa gorsinu gaafa waamnu dirqiidhaan deemnee hin beeknu. Kanas akka goonu amantaa keenya nuuf hin hayyamu. Kanaaf namoota maqaa amantaa baatanii ummata wolitti buusuuf deema harka jaraa qabuun dirqama keenya.
Dargaggoonni carraan qabnu hardha waan ta'eef diinii keessaniif hojjachuuf hardha qophaa'uutu isin irra jiraata. Dargaggoonni irree tokko ta'aa dhaabbadhaa. Diinii keessaniif ga'ee keessan ba'achuuf yeroo kamiyyuu caalaa qophii ta'aa.

30.04.202517:37
۞-Hadiisa Al-Qudsii Abuu Hureeyraan Rasuula ﷺ irraa gabaase keessatti « Rabbiin ﷻ akkana jedha " Garboota kiyya gaggaariif waan takkaa ijji hin agarin,kan takkaa gurri hin dhag'in,kan takkaa qalbiirrallee nama hin dhufiniin qopheesse." Eegasii aayata kana qara'e
{ فَلَا تَعْلَمُ نَفْسٌ مَا أُخْفِيَ لَهُمْ مِنْ قُرَّةِ أَعْيُنٍ جَزَاءً بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ } .
•متفق عليه
https://t.me/Latah1T
{ فَلَا تَعْلَمُ نَفْسٌ مَا أُخْفِيَ لَهُمْ مِنْ قُرَّةِ أَعْيُنٍ جَزَاءً بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ } .
•متفق عليه
https://t.me/Latah1T

26.04.202519:40
۞ Abu Darda'i rabbiin isarraa haa jaalatuu akkana jedha " Jaalalleen kiyya ﷺ waa sadii natti dhaame. Hangaan lubbuun jirutti gonkumaa hin dhiisu.:- ji'a hunda irraa guyyaa 3 soomanuu,Salaata duhaatii fii osoon witrii hin salaanne rafuu dhabuudha.»
✓. Witrii tee hin lakkisin. Salaanni halkanii jannata duniyaa kanaati jedha warra seenee arge. Hedduu keenya mobaayila irra taa'uun waan nu daakee jiruuf osuma hin rafneen duratti sunnaa witrii salaattachuun gaariidha. Namni booda niin ka'a jechuu of amanatu sa'atii rabbiin ﷻ eenyuutu na kadhata kaniin kennuuf jedhu saniin haa eeggatuu.»ღ
✓. Yaa warra Qur'aanaa Wattaradhaa!.
Sha'ban 22,1446H

25.04.202516:54
Nashiidaa Aruuza Haaraya
Ustaaz Ramadan Abdii
https://youtu.be/i2lKldXA9mA?si=9ZsbldGyhavf0Bji

07.05.202515:29
۞- Mallattoo qalbii jirtu kan fayyaa qabduu keessaa tokko abbichi qalbii sanii yeroo kheeyriin wayii isa dabarte ni gadda. Inumaa ni booya. Osoo yeroon hin dabarre qalbii tee fattashaa taa'i.»ღ
{ وَلَا عَلَى ٱلَّذِینَ إِذَا مَاۤ أَتَوۡكَ لِتَحۡمِلَهُمۡ قُلۡتَ لَاۤ أَجِدُ مَاۤ أَحۡمِلُكُمۡ عَلَیۡهِ تَوَلَّوا۟ وَّأَعۡیُنُهُمۡ تَفِیضُ مِنَ ٱلدَّمۡعِ حَزَنًا أَلَّا یَجِدُوا۟ مَا یُنفِقُونَ }
[سُورَةُ التَّوۡبَةِ: ٩٢]
۞« waan sadaqatan dhabuu irraa kan ka'e gaddaan ijji isaanii imimmaan yaasaa (booyaa) deebi’an.»۞

05.05.202517:34
☆☆﷽☆☆
#Salaanni_keee.....!?
✍Salaanni kee yoonif badirraa,ma'asiyaa dalagurraa, hojii fokkatturraa sin dhoorgine....Ati fakkeessaa dha malee salaataa miti 😢
✍Ee ati fakkeessaa jirta malee salaataa hin jirtu.
Maaliif yoo jette salaanni tee ma'asiyaa fi waan fokkotturaa si dhoorgaa hin jirtu kaa!
✍Masjidatti salaattee achumaa baatee #muuziqaa banattee jette.dhageeffatta!
✍Achumaa baate mana qomara seenta.
Achumaa baatee game taphatta!
💡Anaa miti ka jedhe...(Salaanni hamtuurra nama dhoorguu)......
قال الله عز وجل في كتابه..........
٭إن الصلاة تنها عن الفحشاء والمنكر....
★Salaanni qeeabalmtuu taate ni dhoorgiti wantoota fokkotaa fi jibbamoo tahan irraa nama dhoorgiti.....
✍Hadiisa keessattis dhufee jira....
من لم تنهوه صلاته عن الفحشاء والمنكر#فلا_صلاةله.
وفي روايه اخرى لم يزد من الله إلا بعده.
★Nama salaanni isaa waan fofokkottuu fi jibbamturraa isa hin dhoorgine......salaatumaa hin qabu.
★ Rabbii irraa homaa hin argatu fageenya malee😢
✍Dubbiin jabduudha....
Mee eennu kan salaanni isaa hamturraa isa dhoorgaa jirtu....
Nama Rabbi Rahmata godheef malee.
🤲Warra salaanni hamtuu fi waan fofokkoottu irraa isa dhoorgiturraa rabbi nu haa taasisu.
Share👇👇👇

04.05.202509:44

29.04.202515:34
«Hasan Al basriin rahimahullah kan akkana jedhu ture" obboleewwan kee yaatu maatii fii ilmaan keenya caalaa nu biratti jaalatamoodha. Maatiin keenya duniyaa teenya nu yaadachiisu. Obboleewwan keenya immoo rabbii fii ganda aakhiraa nu yaadachiisu»
✓. Obboleewwan diin kanneen diin keetii fii deemsa gara Allaahaa fii ganda aakhiraa irratti si gargaaraan barbaaddadhuu qabadhu.
https://t.me/Latah1T
✓. Obboleewwan diin kanneen diin keetii fii deemsa gara Allaahaa fii ganda aakhiraa irratti si gargaaraan barbaaddadhuu qabadhu.
https://t.me/Latah1T
Медиа контентке кире албай жатабыз
26.04.202514:19
☆☆﷽☆☆
✍ Rabbi Rahmata nuuf haa godhu......
🍂Ergamaan rabbii saallaallahu Aleyhi wasellam akki jedhe hamtuu boodaan keeyrii hordofsiisi siif hayxi hamtuu jalqabaa san"!....jedhe.
🍂Nuti immoo Keerii takka ni hojjanna isii boodaan hamtuu aanfanna......😢
🍂Keerii heddu ganamee takka hojjannee......
🍂Galagala hamtuudhaan hayne bulla.Rabbi Rahmata nuuf haa godhuu.....
🍂Rabbiin akki jedhu.....>
ولا تكونوا كالتي نقضت غزلها من بعد قوة انكاثا.....
★Akka isittii eega jibrii isii footee jabeessitee booda diinginsa diigdee hin ta'inaa!
Sha👇re

25.04.202515:09
« akka rabbiin ﷻ sii wajjiin tahu hin barbaadduu?. Rabbiin ﷻ hadiisa qudsii keessatti " ani garbicha kiyyaa wajjiin jira yeroo inni na yaadatee na dubbate" jedha. Muttafaaqun Aleyhi.
سبحان الله، والحمد لله، ولا إله إلا الله، والله أكبر، ولا حول ولا قوة إلا بالله.
وأستغفر الله وأتوب إليه.
Sha'ban 22,1446H
https://t.me/Latah1T
سبحان الله، والحمد لله، ولا إله إلا الله، والله أكبر، ولا حول ولا قوة إلا بالله.
وأستغفر الله وأتوب إليه.
Sha'ban 22,1446H
https://t.me/Latah1T

06.05.202519:58
Duuti balbala namni hundi seenuudha. maal qaba silaan gandaan ergaan balbalicha seenee keessa qubadhu san beekee!. yoo waan Rabbiﷻ jaalachiisaa ture dalagaa turte gandi erga balbala saniin seentee qubattu jannata. yoo waan Rabbiﷻ jaalachiisu dalaguurraa boodatti harkifataa turte immoo ibidda.
المَوتُ بابٌ وَكُلُّ الناسِ داخِلُهُ
فَلَيتَ شِعرِيَ بَعدَ البابِ ما الدارُ
الدارُ جَنَّةُ خُلدٍ إِن عَمِلتَ بِما
يُرضي الإِلَهَ وَإِن قَصَّرتَ فَالنارُ
Yaa Rabbi TOWHIDAA fii SUNNAA irratti sabaata nuuf kenni, kheeyrii,araarama,nurraa jaalachuu keetii fii jannata keetiin nuuf goolabi!".

05.05.202517:31
۞-Du'aa'ii irraa Dadhabdaaa?
« Du'aa'iin qorichootaa fii dawaalee keessaa irra fayyadduu dawaati. Aduwwii balaati. Balaa ni deebisti,ni fayyisti,bu'uus ni dhoorkiti. Yoo buutellee ni kaasti yookiin ni laaffisti. Du'aa'iin Meeshaa waraanaa mu'minaati.»
Sheikh Al-Islaam Ibn Al-kayim-rahimahullah
Al-jawaabAl kafii

01.05.202518:18
ATI DUBARTIIDHA!.🧕
↛Ati akka abaaboo (ilillii)ti. Ilillii bareedduu ijaaf toltu, ilillii urgooytuu foolii gaarii qabduuti. Ililliin hanguma muramtee harka namaatiin hin laaqamin bareeddi. Ilillii dirrerratti biqilte yoo taate hundaatu si darba. haajaa itti baanaan ni darbamti. Biqiltuu ol fagaatte yoo taate qaqqabata. Namuu muratee urgaa fii barcedina erga dhabde ofirraa namoonni murachuuf hawwanii dharra'an malee hin argatan. Namni isii argatu nama isiidhaan qixxaatu qofa! Dubartiinis akkuma biqiltuu kana! Uumamaan qaama bareedaa fii nama hawwatu qabdan. Atiis hanguma namootaan hin laaqamin kabajaa qabda. Hanguma naamusaa fii kabajaa tee eeggattu sadarkaan tee ol guddatti! Hayyama keetiin karaarratti namaaf baatee namuu akka si qaqqabatu, hundi yeroof sitti fayyadamee akka deemuuf hin hayyamin! Akka ilillii olfagaattee biqiltee san tahi! Yeroo teetitti fayyadami! Ati akka amma jirtu kanatti hin turtu, wanti hundi ni jijiirama. Wanti beekuu qabdu nama hundaaf osoo hin taane nama tokk

28.04.202515:31
« sheeyxaanni osoo ati qur'aanaan ooddee hedduu jaalata. Boru,iftaani guyyaa itti aanuu jechuun achii si dhiibsisuu fii si harkisuu irraa hin deemu hanga qalbiin tee duutee qur'aanni isii irratti ulfaatee ati isaan ooddee isa lagattutti. Qur'aanaan hin oodinaa. Inni bohaarsaa keessani. Guyyaa qiyaamaa shaffa'aa keessani. Wirdii guyyaa keetii hanga fedhe yoo xiqqaatellee walitti fufiinsaan qarauu hin lakkisin. Hanga fedhe osoo siif mijachuu baatee osoo deemaatillee tahee hin dhiisin.»
Sha'ban 24,1446H
https://t.me/Latah1T
Sha'ban 24,1446H
https://t.me/Latah1T

25.04.202521:01
Gara Rabbiitti yoo deebitu mijjaatu jira, Tasgabbiitu jira, kabajaa fi ulfinaatu jira. Gara Rabbii haa deebinuu 🫶📖📿
#منى_لكم
https://t.me/Latah1T
#منى_لكم
https://t.me/Latah1T

24.04.202516:51
☆☆﷽☆☆
✍ Rabbi Rahmata nuuf haa godhu......
🍂Ergamaan rabbii saallaallahu Aleyhi wasellam akki jedhe hamtuu boodaan keeyrii hordofsiisi siif hayxi hamtuu jalqabaa san"!....jedhe.
🍂Nuti immoo Keerii takka ni hojjanna isii boodaan hamtuu aanfanna......😢
🍂Keerii heddu ganamee takka hojjannee......
🍂Galagala hamtuudhaan hayne bulla.Rabbi Rahmata nuuf haa godhuu.....
🍂Rabbiin akki jedhu.....>
ولا تكونوا كالتي نقضت غزلها من بعد قوة انكاثا.....
★Akka isittii eega jibrii isii footee jabeessitee booda diinginsa diigdee hin ta'inaa!
Sha👇re
https://t.me/Latah1T
✍ Rabbi Rahmata nuuf haa godhu......
🍂Ergamaan rabbii saallaallahu Aleyhi wasellam akki jedhe hamtuu boodaan keeyrii hordofsiisi siif hayxi hamtuu jalqabaa san"!....jedhe.
🍂Nuti immoo Keerii takka ni hojjanna isii boodaan hamtuu aanfanna......😢
🍂Keerii heddu ganamee takka hojjannee......
🍂Galagala hamtuudhaan hayne bulla.Rabbi Rahmata nuuf haa godhuu.....
🍂Rabbiin akki jedhu.....>
ولا تكونوا كالتي نقضت غزلها من بعد قوة انكاثا.....
★Akka isittii eega jibrii isii footee jabeessitee booda diinginsa diigdee hin ta'inaa!
Sha👇re
https://t.me/Latah1T

06.05.202517:20
☆☆﷽☆☆
🪵 Gaafa masjida jum'aaf deemu....
🪵Dhiironni eega imaamni #kuxbaa jalqabee imaamaa fi mudawwaraan faayamanii ol duudan sanniinirra waan ajaa'ibu hin qabu
🪵Boo osoo galmeen kan bareedinaa fi mudawwaraan dura nama aansan tahee.....miskiinni uffatuma qabu uffatee saffaa jalqabaairra taa'u sun ni miidham ture.....
👌 Alhamdulillah garuu dubbiin akkasii miti.
🪵Nama jalqaba masjida seenetu galmeeffama malee uffataa fi imaamaan namaa bakka hun qabu.
🪵Hhhh an kan gaafii natti ta'u galmeen malaa'ikaa haa hafuu....osoo qabalee wahii eega galmeen galmaahanii waa fudhataan jiraatee....eega namni fudhatee galmeen cufame....yoo dhufte ni argattaa?!.....
🪵Kanaaf eega malaa'ikaan galmee cufatanii kuxbaa dhaggeeffachutti seenan dhuftee maali bu'aan.
🪵Of surreesi..... jalqaba irratti arkamuuf yaalii godhi..gaaf tokko mindaan isaa siif dhiyaataa.!!!

05.05.202506:56

01.05.202514:48
بسم الله الرحمٰن الرحيم ✨
#Narraa_qabadhu.....!
✍Namoota siin xilaata ta'an kan arrabaa fi Gochaa fi jechi isaaniillee sima xureessu.....
✍Namoota gadi tahuu kee hawwan.
👉Namoota kufiinsa keetiin gammadaniif.....
👉Kan hamtuu sitti yaadaniif....
🌹Yoo isaan jijjiiruu feete....
🌸Yeroo isaan hamtuu sitti dalaganii fi siin jedhan....
🌸Fuula ifaa fi haasawa gaariin deebisiif.....
🌸Yoo si arrabsan....faarsiin.....
👌Aduwwummaa jidduu teessanii fira/Aanaa wal jaalatu taatee argamti.....
✍Anaaa miti kan jedhee.....
★ادفع بالتي هي أحسن فإذا الذي بينك وبينه عداوة كأنه ولي حميم.....
Rabbiiti jedhe.
✍Kanaaf nama aarii liqimsateetu jabaa namaati..
👌Namaaf irra dabrii. Dhaamsa kiyya.
👌Ramadaannis dhufaa jira ....
🤲Rabbi ottiin nu haa gahu.
Eega geenneellee soomuu fi ibaadaa dalguun nutti haa laaftu.
Eega dalaganneellee rabbiin nurraa haa qeebalu.
🌹 Aamiin Allahumma aamiin 🌹
Share👇

27.04.202515:11
« guyyaa kee qur'aanaan eegali. Dhugumatti qur'aanni irra guddaa waan ittiin guyyaa ofii banatanii fii irra qaalii hiriyyaa wajjiin taa'aniidha. Zikriilee kee irraa hin dagatin. Isiin dallaa jabaa ittiin of eegduudha.»
Sha'ban 24,1446H
https://t.me/Latah1T
Sha'ban 24,1446H
https://t.me/Latah1T

25.04.202517:19
۞ Abu Darda'i rabbiin isarraa haa jaalatuu akkana jedha " Jaalalleen kiyya ﷺ waa sadii natti dhaame. Hangaan lubbuun jirutti gonkumaa hin dhiisu.:- ji'a hunda irraa guyyaa 3 soomanuu,Salaata duhaatii fii osoon witrii hin salaanne rafuu dhabuudha.»
✓. Witrii tee hin lakkisin. Salaanni halkanii jannata duniyaa kanaati jedha warra seenee arge. Hedduu keenya mobaayila irra taa'uun waan nu daakee jiruuf osuma hin rafneen duratti sunnaa witrii salaattachuun gaariidha. Namni booda niin ka'a jechuu of amanatu sa'atii rabbiin ﷻ eenyuutu na kadhata kaniin kennuuf jedhu saniin haa eeggatuu.»ღ
✓. Yaa warra Qur'aanaa Wattaradhaa!.
Sha'ban 22,1446H
https://t.me/Latah1T
✓. Witrii tee hin lakkisin. Salaanni halkanii jannata duniyaa kanaati jedha warra seenee arge. Hedduu keenya mobaayila irra taa'uun waan nu daakee jiruuf osuma hin rafneen duratti sunnaa witrii salaattachuun gaariidha. Namni booda niin ka'a jechuu of amanatu sa'atii rabbiin ﷻ eenyuutu na kadhata kaniin kennuuf jedhu saniin haa eeggatuu.»ღ
✓. Yaa warra Qur'aanaa Wattaradhaa!.
Sha'ban 22,1446H
https://t.me/Latah1T

24.04.202516:28
Ammee..!!
Mootummaan Ingilizii qoqqobbii ministeerota ittisaa, kan biyya keessaa fi dhaabbilee tikaa Siiriyaa irra kaa'amee ture kaasuu isaa ifoomse.
https://t.me/Latah1T
Mootummaan Ingilizii qoqqobbii ministeerota ittisaa, kan biyya keessaa fi dhaabbilee tikaa Siiriyaa irra kaa'amee ture kaasuu isaa ifoomse.
https://t.me/Latah1T
Көрсөтүлдү 1 - 24 ичинде 126
Көбүрөөк функцияларды ачуу үчүн кириңиз.