09.05.202503:08
🔵 Jireenya kee keessatti namoota gurguddoo sadiituu si fuuldura dhaabbata. Inni tokko, si jabeessa, si onneessa, abdii hin jirre si keessatti uumee, abdii galaa jireenyaa siif galeessa.
Inni 2ffaa ammoo, si dura dhaabbatee abdii si kutachiisa. Kun hin ta'u, sun hin ta'u, kun hin danda'amu sunis akkasuma siin jedhee galaa abdii inni sun siif hidhe si jalaa haleessa.
Inni sadaffaan ammoo dhimma kee hin qabu, Sin quuqu, sin luuguu, sin jaju, sin jaji'u, sin jabeessuus sin laaffisuus.
Ati yoo jabaattee isaan lachuu mo'atte jireenya qabda. Sammuun keemmoo isa galaa abdii mo'ichaa siif galeessuu waaleffannaan tulluuyyuu ni jigsita.
Lafa kanarratti waan ofiikee yaadde gaarii fi qajeelaa taanaan namni ni dandeessaafi hin dandeessu jedheef osoo hin taane, waan ofiif nan danda'a jette hojjaatta.
Milkaa'inni dhugaan kufaatirraa jalqaba.
@Gaggeessummaa

05.05.202521:08
Ilaalchi gaariin dawaa sammuuti. Haala kamuu keessatti ilaalcha gaarii qabaadhu.
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa

03.05.202521:32
#1. Take Action Every Single Day
Consistency is the key to success. Successful people know that taking action, even in small increments, every single day is crucial to achieving their goals. Consistent daily effort creates momentum, strengthens positive habits, and moves you closer to your goals.
Oprah Winfrey is a perfect example of the power of consistent effort. Daily actions, no matter how small, towards her dreams marked her journey to success. This habit of taking action every day highlights the cumulative impact of steady, deliberate effort

30.04.202520:23
📩 Don't Give Up
The struggle you are in today is developing the strength you need for tomorrow.

26.04.202519:43
Don't let weakness convince you that you don't have strength.
✍️ Dadhabbiin akka ati humna hin qabne si hin amansiisin.

20.04.202520:39
Love cures people - both the ones who give it and the ones who receive it.

08.05.202503:06
🐦 Simbirroon 🌲 muka irra teessee dameen caccabuu gonkumaa hin sodaattu, Sababni isaas amanamummaan ishee damee irratti osoo hin taane baallee ofii irra waan jiruuf.
Yeroo Hundaa Ofitti Amani!
@Gaggeessummaa
Yeroo Hundaa Ofitti Amani!
@Gaggeessummaa
05.05.202515:27
Ofirratti Xiyyeeffachuu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Sammuu ofiirratti xiyyeeffachuun keessumaa nu dhaloota haaraa kanaaf barbaachisa. Biyyoonni guddatan hedduun isaanii ijoollee umuriin isaanii waggaa 8-12 sammuu isaaniirratti hojjetu. Umuriin ganamaa kun umuriiwwan kudha 16 booda dhufan irratti baay’ee sirreeffamaaf sammuu karooraan guute, sammuu toora galeef, hin'raafamne qopheessa. Sammuun isaanii ganama kallattii sirrii qabekaa!
Nutihoo? Isa jedhuuf baay'een keenya waan irratti xiyyeeffachuu qabnu adda baafnee beekuu dhabuurraa kan ka'e burjaajiif raafama jeeqama keessatti gaadi'amnee jiraanna. Kan kallatti sammuu isaatiin jireenya isaarratti murteessu nu keessaa baay’ee dhibbeentaa xiqqoodha.
Ofirratti xiyyeeffachuuf, sammuu ofiitti hojii manaa laachuun jalqabarratti boru yaaduu gaafata. Boru maal ta'uuf maal irratti argamuu akka qabnu adda baafannee beekuudha gaafata. Yoo boru hin'yaadin har'a waanuma har'a fakkaatu keessatti laaqamaa hafna.
Har'a yeroon, yaadni horiin, fayyaan keenya maal irra oolaa jira? Maal irratti qisaasa'aa jira? Maal irratti argamaa jira? Gaaffiin kun deebii sirrii argachuu qaba. Yaadni keenya har'aa maal irrati burjaaja'aa jira? Maalitti dhiphachaa jira? Maalitti of gaadi'aa jira? Kunis deebii saalfachiisaa fi bu'aa hinqabne taanaan bakka amma jirruutti of gannee of dagannee jirra jechuudha.
Kanaaf boruu keenya yaaduun har'a karaa sirrii, gocha sirriif, amala sirrii akka qabaannuuf sababa ta'a. Boruu keenyarratti maal qopheessaa jirra? Karoorsaa jirra? Boruu keenya maliif qopheessaa jirrahoo? Gaaffii aniif ati of gaafachuu qabnudha. Har'a maaltu dursuu qaba? Adda baafadhu. Waan dursuu qaburratti sammuukee too'adhu. Waan karoora keef yaada galmee keerra hin'jirre waliin burjaaja'uu dhiisi. Karoora baafatterratti of hoggani. Waan dursi kennamuuf sirreessaa deemi.Ofii keef; barnootakeef, maatiikeef; hojiikeef. Waan qabdu, adda baafadhu. Afuura kee tasgabbeessi. Atiif afuurri kee walii galuuf, waliin tasgabbaa'uun dirqama.
Yeroo keerratti ati of murteessi. Achirraa ajandaan, dhimmi, wacni asaasni kamuu akka si buqqisuun dandeenye haalaan hubadhu. Yeroo qofarratti osoon taane, eenyummaa keef dhimmootan kana dura kaase hundatti ati nama of hogganu; ajandaa mataa ofii keessa jiraatu, nama yaada sammuu isaatti dhimma bahu, Nama karooraaf, ejjeennoo isaa keessatti cimee dhaabatu ta'uutu si barbaachisa.
Sammuun kee, fedhiin kee, yaadniif hawwiin kee too'annoo kee jala jira taanaan, bakka itti argamuu qabduuf, waan sirraa dhaga'amuuf hubatamuu qabu situ adda baasee filata. Waan si fakkaatuun argamta. Waan sifakkaatu waliin mul'atta. Sammuu ofii kana too'achuun, kunuunsuun, dhaggeeffachuuf hojii itti kennuun gahee keenya.
"Sammuu keenya kun tilmaamaan qaamota xixiqqoo bil 80tti tilmaamaman irratti kan ijaaramedha" jedhama. Kennaa uumamaan nuuf kenname keessaas isa guddaadha. Garuu waanuma kaleessaaf dheengadda irra deddeebiin yaaduudhaan kan itti fayyadamu nuyi. Kunimmoo sammuun keenya yaada haaraaf gochawwan haaraa akka horatuuf dhama'uu dhiisuu keenyarraa madda.
Silaa haguma nama haaraa arginu, yaadni dubbannu nurkaa dhumee waanuma barame irra deddeebinee hin'haasofnu. Osoo sammuu keenyatti guyyuu waan haaraa fiduu amaleeffannee waanuma waggaa ji'aaf torban dura ture irratti yeroo keenya gubaan hafnu. Kanaaf sammuu keenya kaleessa irraa adda gochuuf har'a waan haaraa itti barbaaduu, hoji haaraa itti kennuu, kunuunsuuf, sooruutu barbaachisa.

03.05.202511:53
GORSA!
▬▬▬▬▬▬▬
1→ Maalif akka dhalatte, of gaafadhuutii hubadhu!
2→ Waaqa si uume sodaachuu dirqama kee godhadhu!
3→ Kabajaa fi naamusa kee eeggadhu!
4→ Kaayyoo kee irratti, kutannoo fi murannoo qabaadhu!
5→ Osoo rakkoon hin dhufin, uumakee yaadadhu!
6→ Yommuu balleesite, dafii dhiifama gaafadhu!
7→ Jireenya injifachuuf, dursa ofiikee injifadhu!
8→ Uumakee kadhachuu; amala taasifadhu!
9→ Umurii dheerechuu yoo feete, waan gaarii hojjedhu!
10→ Nama kamiifuu, ilaalcha gaarii fi kabaja qabaadhu!
11→ Haqaa fi dhara, ragaan xiinxalii adda baafadhu!
12→ Ejjennoo sirrii kan mataa keetii qabaadhu!
13→ Qabeenyas dhabdu, amalaa fi garraamummaa qabaadhu!
14→ Namummaa keetin, of ta'ii mul'adhu!
15→ Hiriyaa nama hamatuu fi nama sobu; irraa fagaadhu!
16→ Sammuu keetin, of abboomii jiraadhu!
17→ Yeroo gaa'elaaf nama filattu, bareedina bifaa utuu hin taane, bareedina qalbii ilaalii filadhu!
18→ Haqaa fi mirga keef, sodaa tokko malee falmadhu!
19→ Lammii fi biyya keef, bilisummaa dheebodhu!
20→Haala kam keesssatti iyyuu nama hin miidhin!
21→ Yommuu duroomte, hiyyeesota yaadadhu!
22→ Warroota dhukkubsatan, bira dhaqii gaafadhu!
23→ Haadha fi abbaakee, kabajii kunuunfadhu!
24→ Lubbuu baattee lubbuu namaa hin balleessin!
25→ Du'a booda jireenyi jiraachuusaa qalbifadhu!

30.04.202501:46
Your success will be determined by your own confidence and fortitude.

24.04.202503:07
• Dadhabinni hawwii ajjeesa.
• Inaaffaan Nagaa ajjeesa.
• Aariin Ogummaa ajjeesa.
• Sodaan Abjuu ajjeesa.
• Inaaffaan Nagaa ajjeesa.
• Aariin Ogummaa ajjeesa.
• Sodaan Abjuu ajjeesa.

20.04.202503:40
🎄🎄-----Baga Geessan!-------🎄🎄
Baga Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Gooftaa Yesuus Kiristoosin isin gahe, inni lubbuu keenya du'a bara baraa oolchuuf du’ee, du’aa ka’ee, jireenya haaraa labse!
Yesuus Kiristoos, Ilma Waaqayyoo, du’a hamaa fannoo irratti du’e, cubbuu namootaaf wareegame. Inni guyyoota sadii booda, akka raajonni duraan dubbatanitti, du’aa ka’e, du’a injifate. Du’aa ka’uun isaa, abdii jireenya bara baraa kan mirkaneessu ti. Du’aa ka’uun isaa agarsiisa humna Waaqayyoo ti. Guyyaa Har’aa yeroo ayyaana kana yaadannu gammachuun keenya Gooftaa du’aa ka’eef haa ta’u. Waan inni nuuf godhe yaadannee, gammachuun haa lallabnu. Cubbuu keenyaaf du’ee, abdii keenyaaf immoo du’aa ka’e! Ameen! 🙏
“Inni du’aa ka’eera! Akkuma dubbate sana!” — Maatewoos 28:6

07.05.202503:10
Of Guddisuun Maali? (Self Developmemt)
▬▬▬▬▬▬▬▬
✍️ Of guddisuu jechuun guddina dhuunfaa dammaqinaan hordofuu, of beekuu, dandeettii ofii babal’isuu fi ciminaa fi amaloota ofii keetii isa hunda caalu ta’uuf si gargaaran fooyyessuudha. Jijjiirama fudhachuu fi guddina mataa keetii irratti invast gochuudha. Kunis yaadolee gadii hammata:
1. Of-ijaaruu
2. Barnoota umurii guutuu barachuu
3. Galma ifa ta'e kaa'achuu
4. Sodaa ofitti fudhachuu
5. Yaada barbaaduu
6. Nageenya kunuunfachuu
7. Itti cichuu

04.05.202520:34
Success isn’t just about talent or luck—it’s about habits. The most successful people in the world follow certain routines that help them stay focused, productive, and ahead of the competition. If you want to improve your life and achieve your goals, adopting these habits can be a game-changer.

03.05.202502:52
Your success depends mainly upon what you think of yourself!

28.04.202519:52
"The Happiness of your life depends on the quality of your thoughts."

23.04.202503:01
List of Strengths & Weaknesses
Strengths
• Entrepreneurial
• Detail-oriented
• Collaborative
• Creative
• Empathetic
• Passionate
• Problem solver
• Competitive
• Risk-averse
• Flexible
• Patient
• Honest
• Dedicated
Weaknesses
• Prone to procrastination
• Disorganized
• Insecure
• Self-critical
• Uncomfortable with public speaking
• Uncomfortable with delegating tasks
• Sensitive/emotional
• Risk-averse
• Extreme introversion or extroversion
• Limited experience in a particular
skill or software
@Gaggeessummaa
Strengths
• Entrepreneurial
• Detail-oriented
• Collaborative
• Creative
• Empathetic
• Passionate
• Problem solver
• Competitive
• Risk-averse
• Flexible
• Patient
• Honest
• Dedicated
Weaknesses
• Prone to procrastination
• Disorganized
• Insecure
• Self-critical
• Uncomfortable with public speaking
• Uncomfortable with delegating tasks
• Sensitive/emotional
• Risk-averse
• Extreme introversion or extroversion
• Limited experience in a particular
skill or software
@Gaggeessummaa

19.04.202502:53
✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... See More
🎺 See More
See More
💘 Maaliif barbaachise,... Itti fufuun dubbisi!

06.05.202520:23
HUBADHU
▬▬▬▬▬▬▬▬
(1) SODAA: Sodaan carraa lafa jirutti akka hin fayyadamne si dhoorka.
(2) WALLAALA: Wallaalli murtoo gaarii akka hin murteessine si godha.
(3) AARII: Aariin wantoota sirritti madaaltee akka hin tarkaanfanne si danqa.
(4) HINAAFFAA: Hinaaffaan of guddisuu irratti akka hin xiyyeeffanne si dhoorka.
(5) OF-TUULUMMAA: Namoota biroo irraa akka hin baranne si dhoorka.
(6) SHAKKII: Shakkiin of amanuu fi abjuu kee milkeessuuf bu'aa ba'ii jiru akka hin uggine si godha.
(7) JIBBA: Jibbi nama fooyya'aa akka hin taane si godha.
(8) DHIIFAMA GOCHUU DHABUU: Nama bilisa taatee akka hin jiraanne si dhorka.
(9) SOBA: Namoonni akka sitti hin amanne si godha.
(10) BOONA: Boonuun dogoggora kee akka hin arginee fi irraa akka hin baranne si dhorka.

04.05.202509:42
Nam-jabaa taatee guddachuu yoo barbaadde...
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
• Soba dhiisi!
• Waan gadhee dhiisi!
• Kana booda hin jedhin!
• Amanamaa ta'i!
• Gaggeessaa ta’i!
• Oduu dhiisi!
• Yeroo kee kophaa dabarsi!
• Ganama sa’aatii 1 dura ka’i!
• Diraamaa kamiyyuu hin hayyamin!
• Dhahannaa jireenya keetii kaa'adhu!
• Ergama keef iddoo kenni!
• Namni biraa dhiibbaa sirratti hin godhin!
• Garaa laafina tokko malee daangaa irratti daangaa kaa'adhu!
If you want to grow and be a strong man.
🔘 Stop lying!
🔘 Stop the bad stuff!
🔘 Don't say it anymore!
🔘 Be honest!
🔘 Be a leader!
🔘 Stop the news!
🔘 Spend your time alone!
🔘 Get up before 1 am!
🔘 Don't allow any drama!
🔘 Set the beat of your life!
🔘 Give space to your mission!
🔘 Don't let anyone else pressure you!
🔘 Set limits on limits without any compassion!

01.05.202519:55
Milkaa’ina: milkaa'inni wanta namoonni biroo jedhanii fi akkaataa isaan jedhanitti hojjachuu utuu hin ta’in, waan beektuu fi waan barbaaddu irratti karaa mataa keetiin hojjechuu dha.

27.04.202520:59
Change your attitude,... Change your life!
Attitude is Everything: Change Your Attitude Change Your Life: Book by Jeff Keller
Do you dread going to work? Do you feel tired, unhappy, weighed down? Have you given up on your dreams? The road to a happier, more successful life starts with your attitude–and your attitude is within your control.

21.04.202520:16
Milkaa’uu yoo feete gatii milkiin gaafatu baruu fi baasuun sirra eegama (IskootAdaam)
“Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.”
(Biil Geet)
Gatii shaayii hidha dhuma irra jiruun yaalaa!

17.04.202522:08
ATI MAALIIF OF TUULTAA!
✉️ Yaa namakoo... Jireenyi yeroo tokko tokko fakkeessituudha. Jireenyatti hin hirkatin. Uumaakee qofaatti hirkadhu. Isa qofaattis amani. Of jajuun kees isaan haa tahu. Kattaa amansiisaan Uumaakee qofadha. Uumaa kee wajjin walii galtee yoo hinqabaanneefi uumaakee hin sodaanne afuurri kun hundumtuu sidhuunfata. Garuu dhuma irratti duwwaa tahuukee of argita.
waanti kun hundduumti issayyuu darbuuf jira! Wanti hin darbbiinne waaqayyon duwwaadha!
@Gaggeessummaa 💟
✍️ Maaliin boonaa jirta laata?
Maaliin warra yeroon yeroodhaaf bakkakee hanqisteen haamilee isaanii tuqaa jirta laata?
✍️ Fayyaadhaa?
Fayyaadhaan obboleessa/ttiikee isa fayyaa dhabe irratti of jajjee hin tuffatin gaafa Waaqni sirraa fudhatee isaanii gadi sigodhu hinbeektuu.
✍️ Humnaa?
Humna har'a qabduun isa haamilee dhabee humni isaa laaffatee jirurratti ol ol of hinqabin. Guyyaan laaffattee mataa ol qabachuu dadhabdutu jiraachuu malaa.
✍️ Beekamtiidhaa?
Beekamtiikeen ofin jajin guyyaan nama hundaan dagatamtee as jirtaankee wallaalamee rakkinaafi gadadootti kuftutu jiraa.
✍️ Beekumsaa?
Beekumsa keen of hin jajin! Guyyaa itti inni ati wallaalaadha jettee tuffatte dhufee sidarbutu jiraa. Akkasumas guyyaa itti beekumsikee nyaatallee siif fiduu dadhabutu jiraa.
✍️ Miidhaginaa?
Isaanis ofin jajin waan cheemikaala harki namaa uumeen yookiin asiidii wayiin akkasumallee dhukkubaan salphumatti sirraa godaanuudhaa.
✍️ Qabeenyaadhaa?
Qabeenyaan isa sii gadii irratti of jajaa jirtaa, tuffataa jirtaa? Lakki dhiisi sin fayyaduu. Nama siif wayya. Kunis yeroodhumaaf malee utuu dhukkubsattee ofiisaa lafaa sikaasuu hin danda'u. Egaa waan baay'een of jajjee namoota yeroon siigadi isaan goote tuffattee gitootakoo malee jechaa jirta ta'a. Kuni hundi garuu akkasumaaniifi kan darbu ta'uusaa yaadachuu dhabuukeefin siif gaddaa jira animmoo akka kootti.
✉️ Yaa namakoo... Jireenyi yeroo tokko tokko fakkeessituudha. Jireenyatti hin hirkatin. Uumaakee qofaatti hirkadhu. Isa qofaattis amani. Of jajuun kees isaan haa tahu. Kattaa amansiisaan Uumaakee qofadha. Uumaa kee wajjin walii galtee yoo hinqabaanneefi uumaakee hin sodaanne afuurri kun hundumtuu sidhuunfata. Garuu dhuma irratti duwwaa tahuukee of argita.
waanti kun hundduumti issayyuu darbuuf jira! Wanti hin darbbiinne waaqayyon duwwaadha!
@Gaggeessummaa 💟
Көрсөтүлдү 1 - 24 ичинде 149
Көбүрөөк функцияларды ачуу үчүн кириңиз.