AKKAATAA SALAATA JANAAZAA [Nama du'ee]
Yoo Dura Beektes Namni Barachuu Fedhu hin Dhabamuu Dubbisii ↪SHARE↪Godhi JZK,,
1==>Takbiirtaa duraa [Allahu akbarii-1ffaa]↪Faatiha qara'ama.
2==>Takbiirtaa lammaffa [Allahu akbarii-2]↪Allahu masallii alaa muhammadiin wa'alaa aalii muhammadin kamaa salleyta Alaa ibraahiima wa'alaa aalii ibraahiima wabaarik alaa muhammadin wa'alaa aali muhammadin kamaa baarakta alaa ibraahiima wa'alaa aali ibraahiima fil aalamiina innaka hamiidun majiid
3==>Takbiirtaa sadaffaa[Allaahu akbarii-3ffaa] ↪Allahuma igfir lahuu war hamahu wa'aafiihu wa'afu anhu wa'akrim nuzulahu wawasi mud kalahu wag silhu bilma'i saljii wal barad wanaqihu min kaxaaya kamaa yunaqa sowbul abyadu mina danas,wa abdilhu daaran keeyran mindaarih,wa ahlan keyran min ahlih, wa azwaajan keyran min azwaajih,wa ad kilhu aljanah,wa'a izhu min azaabi alqabr wa azaabi naar
4==>Takbiirtaa afraffa[Allahu akbarii 4ffaa]
↪Allahuma laa tahrimnaa ajrahuu walaa taftinnaa ba'adah.
Rabbiin Kaatima [Gala Teenya Nuuf haa Tolchu!