Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆 avatar

KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆

➬ Killeen gaafa humna keessatiin cabxe cuucii taati,Yoo dhiibbaa alaatiin cabxe immoo jireenyi isii dhume.
→Channel Kana jalatti wantoota argachuu dandeessan
✔Jechoota kaka'uumsa📜
✔ kitaaboota pdf📚
✔Jechoota Kolfa🤣
→JOIN GODHAA🥇
★CEO:- @B_Einstein2
TGlist рейтингі
0
0
ТүріҚоғамдық
Растау
Расталмаған
Сенімділік
Сенімсіз
Орналасқан жеріЕфіопія
ТілБасқа
Канал құрылған күніТрав 09, 2025
TGlist-ке қосылған күні
Груд 17, 2024
Қосылған топ

Telegram арнасы KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆 статистикасы

Жазылушылар

4 593

24 сағат
110
2.4%Апта
461
11.2%Ай
1 541
50.5%

Дәйексөз индексі

13

Ескертулер2Каналдарда қайта жазылу0Каналдарда ескерту2

1 жазбаның орташа қамтуы

77

12 сағат64
44%
24 сағат77
54.3%
48 сағат227
249.6%

Қатысу деңгейі (ER)

2.78%

Қайта жазылды0Пікірлер1Реакциялар3

Қамту бойынша қатысу деңгейі (ERR)

3.92%

24 сағат
0.17%
Апта
1.43%
Ай
2.86%

1 жарнамалық жазбаның қамтуы

77

1 сағат1519.48%1 – 4 сағат4457.14%4 - 24 сағат94122.08%
Каналға біздің ботымызды қосып, осы каналдың аудиториясын біліңіз.
24 сағаттағы жазбалар саны
13
Динамика
3

"KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆" тобындағы соңғы жазбалар

💯 KUNOO HAR'AS DOOLARA 8 IRRAA BAAFADHEEN JIRA.

✔️Bakka task jedhu seenuun task isaa hojjedhaa
💵 Ani osoo invest hin godhiin irraa baafachaan jira.

Hojii Online haaraa kan nama affeeruu qofaan guuyyaatti dollar 8$ (birrii 1,000) ol irraa hojjettanidha

Wanta isiniif hin galle karaa
@Mo_11_Salah11 na gaafadhaa.
🔗 Ammuma link gadiitiin seenuun galmaa'aa eegalaa
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://sears98.org/#/register?ref=585769
https://sears98.org/#/register?ref=585769

🙂TASK ACHI KEESSA JIRU GUYYA GUYYADHAN FUDHACHUU HIN DAGATIINA
Sagantaa badhaasaa torban tokko qofa turu kana Irratti hirmaadhaa qarshii 100 haga 500 injifadhaa.
👇👇👇
Kino arguun amanudhaa namoonii hedduun add gochuun Badhafamaa jiruu isiniis add gochuun Badhafamaa

Add gochuuf 👇👇👇👇👇👇👇👇

@firaoletechaa2
@firaoletechaa2
@firaoletechaa2
Жойылды12.05.202521:55
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
Қайта жіберілді:
N
᯾ new ᯾ ²
🌍BREAKING NEWS ⭕️

Oduu Amma Nu Gaheen Barattoonni kutaa 6ffaa fi 8ffaa hundi guyyaa itti Aanu irraa eegalee...more

Odeefannoo guutuu Argachuuf More Jechuun Dubbisaa
Жойылды12.05.202521:55
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂

Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Hojii online jalqabuu barbadumoo❓❔❓

Namoonni bayyeen bara technology kana keessa mana isaanii taahanii bilbilaa fi laptop isaanii qofaan guyyaatti dollar 100💵 ol argachaa jiru.
💸💷💵💶💸💴💸💶💶💸

Sinis haruma hojii kana yoo jalqabdan ni milkooftu❗️
👇👇
Қайта жіберілді:
N
᯾ new ᯾ ²
𝗞𝗮𝗻𝗮 𝗱𝗵𝗮𝗴𝗲𝗲𝘀𝗮𝗻𝗶𝗶?
𝗕𝗼𝗵𝗮𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗱𝘂𝘂
𝗺𝗮𝗻𝘂𝗺𝗮 𝘁𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻𝗶𝗶
𝗕𝗲𝗲𝗸𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂
𝗺𝗮𝗮𝗹𝗼𝗼𝗻 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗹𝗮𝘁𝘁𝗮𝗻𝗶𝗶?
𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 𝗼𝘀𝗼𝗼𝗻 𝗯𝗮𝗮𝘀𝗶𝗻
𝗧𝗼𝗹𝗮𝗮𝗻 𝗙𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝗶𝗶!
Қайта жіберілді:
N
᯾ new ᯾ ²
➺Namonnii Channelii Kessaan wave Keenyatti dabalachuun Akka isiniif guddatu barbaaddan 𝐍𝐚 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚.

➺ Above  ➣  1K+ subscribers
➺ Above  ➣  5K+ subscribers
➪Hordoftoota kuma tokkoo ol kan qabdan Haala Ajaa'ibaa fi Saffisa ta'een Isiniif Guddisa.
📲👉 @MN_SMN


Na 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐮𝐮𝐟👉 @MN_SMN
Жойылды12.05.202521:55
Kitaabota pdf'n

📚📚📚📚📚📚📚
kitaabota gara garaa akka fedhii keessaniitti argachuu barbaddumoo❓❓
𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢
𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚?
Жойылды12.05.202521:55
Қайта жіберілді:
WAALIIF PROMOTION avatar
WAALIIF PROMOTION
» Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali!
☁️              ☁️                       🛰
         ☁️              ☁️      ☁️             ☁️
                                    ☁️
☁️     ☁️ ☀️  
           ☁️             ✈️
☁️              ☁️☁️  ☁️
     ☁️           🚁      📡 ☁️
🏡🏬🏥🏡🏭.    🏨🏣🏦
                     / | \
     _🚂🚃  /   |   \ 🚩___
       👬🚦 /    |     \ 🚦🚶
        🌳   /      |        \  🌳
              /        |          \    🐐         🎡
     🌳  /  🚔   |  🚔     \ ⛽️       🏟
          /            |             \
  🌵 /      🚖   |  🚘          🚴
      /                |       🚔     \
    /         🚍    |                   \
  /                    |                    
» Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Irraa baratta! Just «JOIN» Now!


Waver @tamisha11

Рекордтар

13.05.202502:06
4.6KЖазылушылар
16.03.202523:59
400Дәйексөз индексі
09.05.202506:40
8361 жазбаның қамтуы
01.03.202523:59
470Жарнамалық жазбаның қамтуы
24.04.202514:22
100.00%ER
21.01.202523:59
196.68%ERR
Жазылушылар
Цитата индексі
1 хабарламаның қаралымы
Жарнамалық хабарлама қаралымы
ER
ERR
СІЧ '25ЛЮТ '25БЕР '25КВІТ '25ТРАВ '25

KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆 танымал жазбалары

26.04.202514:44
#Kaayyoodhugaa1

Qeerroo fi  qarreef

  1. Osoo cabdee jirtuu, bifa suukaneessaa keessa jirtuu, miira gaddisiisaa keessa jirtuu fi yeroo jireenyi kee jeequmsa keessa jiruutti hin jaallatin.   Dursa jireenya kee sirnaan qabadhu.

  2. Hojii idilee qopheessi.   Guyyaa hunda sa'aatii  Halkan 5:00 tti  rafii, ganama sa'aatii 1:00 AM irratti dammaqi.

  3. Guyyaan daqiiqaa 60  dubbisi, barreessi waan hubatte xiinxaluun dabarsi.

  4. Ogummaa galii guddaa qabu kan ji'atti $10k+ siif argamsiisu baradhu.

  5. Waan gatii salphaa ari'uu dhiisi.   Gammachuu caalaa waan barbaachisaa ta'eef dursa kenni.

  6. Jabaatanii turuuf yoo xiqqaate guyyaatti pushup 200 fi squats 100 rukuti.   Akkasumas namoota %97 caalaa fayyaa taata.

  7. Ganama bishaan qorraa tokko Shower fudhachuun amala kee ijaari.

  8. Intarneetii madda galii keessanii godhi.   Maallaqa argachuuf carraawwan dhuma hin qabne jiru.

  9. Jireenya keetif itti gaafatamummaa 100% fudhadhu malee haala ykn nama kamiyyuu gonkumaa hin komatin.

  10. Fayyaa keessan fooyyessuuf pirootiinii, fuduraalee haaraa fi bishaan liitira lama nyaata guyyaa guyyaa keessan keessatti hammadhu.

  11. Namoota sochii godhanii fi jireenya gaarii jiraachuu hawwan  waliin jiraadhu.  Gareen keessan wal hamannaa, wal komannaa, wal hinaaffaa hin qaban.

  12.  Uffata gaarii, urgooftuu  gaarii irratti invast godhaa, akkaataa itti haasa'anis baradhaa.   Milkaa'ina kee %94n ni guddifta.

  13. Uumama waliin michuu ta'i, guyyaatti tarkaanfii 10,000 deemuun sammuu kee qulqulleessi, miira kee guddisi fi dandeettii kalaqaa kee argadhu.

  14. Namoota fedhii isaanii qofaaf kan kee caalaa dursa kennan irraa fagaadhu .  Isaan duubatti deebi'iinsa keef isa guddaadha.

  15. Caatii, poornoogiraafii fi dhugaatii alkoolii dhiisuuf qaroo ta'i.   Isaanis yaada namaa kan jeeqan kan hamaa kee ol kaasan, afaan si hidhu, akka dhiphinnis sitti dhagahamu kan godhaniidha.

━━━━━━━━━━━
Share & Like 👍
Қайта жіберілді:
Beekkumsa walii galaa📖 avatar
Beekkumsa walii galaa📖
20.04.202515:43
Namni channel @beekkumsa_walii_galaa kana jalatti admin tahuun seera channel kana guutuun Waantoota armaan gadii kana post godhu asiin na dubbisaa
👇👇👇
@B_Einstein2

☞Channel Kanarra Waantoota Argattan
💥Beekumsa Walii Galaa
💥Odeeffannoo Barnootaa
💥Kubbaa⚽️
💥Dhimma Fayyaa🩺
💥Seenaa Durii📷
💥Seenaa Hayyootaa
💥Addunyaa Guutuu🌍
💥Kana Beektu laata

Nama qubee afaan oromoo guutuu beeku
Taanaan asiin na qunnamaa
👇👇👇👇
@B_Einstein2
28.04.202511:53
#Kaayyoodhugaa1

GORSA!🌅
================


1, → Maalif akka dhalatte, of gaafadhuutii hubadhu!

2, → Waaqa si uume sodaachuu dirqama kee godhadhu!

3, → Kabajaa fi naamusa kee eeggadhu!

4, → Kaayyoo kee irratti, kutannoo fi murannoo qabaadhu!

5, → Osoo rakkoon hin dhufin, uumakee yaadadhu!

6, → Yemmuu balleesite, dafii dhiifama gaafadhu!

7, → Jireenya injifachuuf, dursa ofiikee injifadhu!

8, → Uumakee kadhachuu; amala taasifadhu!

9, → Umurii dheerachuu yoo feete, waan gaarii hojjedhu!

10, → Nama kamiifuu, ilaalcha gaarii fi kabaja qabaadhu!

11, → Haqaa fi dhara, ragaan xiinxali adda baafadhu!

12, → Ejjannoo sirrii kan mataa keetii qabaadhu!

13, → Qabeenyas dhabdu, amalaa fi garraamummaa qabaadhu!

14, → Namummaa keetin, of tahii mul'adhu!

15, → Hiriyyaa nama hamatuu fi nama sobu; irraa fagaadhu!

16, → Sammuu keetin, of abboomii jiraadhu!

17, → Yeroo gaa'ilaaf nama filattu, bareedinna bifa osoo hin taane, bareedina qalbii ilaalii filadhu!

18, → Haqaa fi mirga keef, sodaa tokko malee falmadhu!

19, → Lammii fi biyya keef, bilisummaa dheebodhu!

20.→haala kam keesssatti iyyuu nama hin miidhiin.

21, → Yemmuu duroomte, hiyyeesota yaadadhu!

22, → Warroota dhukkubsatan, bira dhaqii gaafadhu!

@kaayyoodhugaa1 ❤️

23, → Haadha fi abbaakee, kabajii kunuunfadhu!

24, → Lubbuu baattee lubbuu namaa hin balleessin.

25, → Du'a booda jireenyi jiraachuusaa qalbifadhu!

JOIN

👍@KAAYYOODHUGAA1
30.04.202522:23
#Kaayyoodhugaa1

#Baacoo


Namicha tokkotu baadiyaa irraa Cilee fe'ee magaalaa geessee gurguraa olee yeroo xumuru, harreen jalaa badde. Osoma barbaaduu lafti itti dhiinaan magaala tokkotti gooree buluuf mana siree gaggaafatee argata. Qarshii siree erga kafalee booda ol seenee yeroo siree ilaalu sireen qulqulluu fi baay’ee miidhagaa ture . Yeroo of ilaalu garuu qamni isaa cileen balleesseera. Qulqullina wan hin qabneef siree balleessu irra jedhe siree ol qabee jalaa seenee lafaa rafe. Warri mana siree namicha barbaadanii dhabnaan siree namoota biraatiif kireessu. Namoonni lama kanneen jaalallee walii ta'an dargaggeessi tokkoo fi shamarreen tokko siree namichi jalaa cisuu irra rafuuf ol seenan.
Dargaggeessichi daqiiqaa muraasa booda siree irra cisee jaalalleesaa morma jala seenee hammachuudhaan "Yeroon si ilaalu addunyaa kana guutuutu natti mul’ata!” jedheen.
Achuuman namiichi harreen jalaa baddee sun siree jalaa as bahee “ Erga addunyaan kun hundi sitti mul’ata ta’ee adaraa harree kiyyas keessa naaf barbaadi” jedheen jedhama.

@#kaayyoodhugaa1
01.05.202512:01
Shamarran keenya warri make up fi wiigii akkasuma shaanxaa ofirraa tuultanii deemtanis Baga guyyaa dafqaan bultootaan isin ga'e😄

🤣Qoosumaafi
27.04.202512:25
Waan sitti himaa dhagahi!

❤️Yoo hojjetan nama ta'an
❤️Yoo muratan bakka gahan
❤️Yoo obsan waa hunda argan
❤️Yoo jabaatan galma gahan•
💪Hojiis hin tuffatan.
⌚️Yeroo ofiis hin guban.
💵Yoo qabaatanis hin boonan
❤️Yoo dhabanis dhabe jedhani yaadaan of-hin dhipisan

JOIN
@KAAYYOODHUGAA1
25.04.202511:18
#Kaayyoodhugaa1

☞Duuti du'a caalu wallaalummaa
keessatti du'uudha!
🧠

☞Namni ogeessi jireenya jiraachuu qabu
yemmuu jiraatu, namni wallaalaafi
gowwaan ogummaa hinqabne jireenya
jiraachuu hinqabne jiraata.
Жойылды30.04.202513:29
#Kaayyoodhugaa1

Kottu waliin dhugnaa🍻

Baay'ee nama gaddisiisa garuu😭Chaw Arsee
21.04.202522:40
#Kaayyoodhugaa1

Qarshii guddaan ati hanga yoonaatti lakkooftee beektu kan dhuunfaa keetii kan ta'e meeqa?

Reaction fayyadamuun deebisaa!

100 oli 🥺

1,000 oli 🤔

5,000 olii 👍

10,000 olii 🤩

50,000 olii 🥰

100,000 olii 🔥

1,000,000 olii 🏆

Reaction fayyadamuun filachuu hin dagatinaa!
#Kaayyoodhugaa1

Guyyaa Ayyaanaa Warri Ati Mana Irraa Kireeffatte Siwaamuu Gaafa Didan Mana Isaanii deemtee....Qarshii Keessan Kan Waggaamoo Kan Ji'a Jahaa Isiniif Kaffaluree
10.05.202519:37
#Kaayyoodhugaa1

Yaadni hamaan summii caalaa nama balleessa.
Yaadni gaariin dawaa caalaa nama jajjabeessa!
Қайта жіберілді:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
19.04.202516:48
Sagantaa gaaffiif deebii sa'atii 3:20 irraa eegalu.. kan chaanalli DAMBALII BEEKUMSAA qopheesse irratti hirmaadha!!

Join gochuun qophaaha ta'a!!👇👇

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2685
08.05.202521:41
#Kaayyoodhugaa1

Beekkamaan beekumsa malee; ummata rakkisa.
Beekaan beekkamtii malee:ummata huqqisa!

@Kaayyoodhugaa1
23.04.202515:34
#Kaayyoodhugaa1

Jalqabbiin mul'ata ofiif jiraachuu tola!

1. Hiriyoota filachuu

2. Karoora baafachuu

3. Namoota fakkeenya siif ta'an adamsitee irraa barachuu

4. Kitaabilee dubbisuu

5. Amaloota kee mul'ata keetiif akka ta'utti irra deebiin bocachuu

6. Ilaalcha ofiif qabdu irra deddeebiin gulaaluu

7. Mul'ata keetiif yoo xiqqaate guyyaatti sa'aatii tokko laachuu


8. Wantoota sa'aatii kee guban irraa fagaachuu

9. Yaadannoo fi seenaa kee kaleessaa geggeessuu fi eenyummaa haaraa simachuu

10. Kutannoo, cichoominaa fi tattaaffii wal'aansoo jireenya kee injifachuu si dandeessisu dabalachuun tola!
Көбірек мүмкіндіктерді ашу үшін кіріңіз.