

11.05.202507:01
Taphni Baarseloonaa fi Riyaal Maadriid ni eegama
Tapha Laaligaa Ispeen torbee 35ffaa irratti Baarseloonaan guyyaa dirree isaa irratti sa'aatii 11:15 irratti Riyaal Maadriid ni keessummeessa.
Baarseloonaan qabxii 79n liigicha kan dursu yoo ta'u, Riyaal Maadriid ammoo qabxii 74n sadarkaa 2ffaa irratti argama.
Walakkeessa torbee Intar Miilaaniin mo'amuun Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa irraa kan baahe Baarseloonaan gara injifannootti deebi'ee dursummaa isaa eeguuf qabsaa'a.
Riyaal Maadriid ammoo abdii waancaa tokkicha isaanii eeguuf dorgommii cimaa ni taasisa jedhamee eegama.
Baarseloonaan bara kana taphoota sadanuu injifateera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Tapha Laaligaa Ispeen torbee 35ffaa irratti Baarseloonaan guyyaa dirree isaa irratti sa'aatii 11:15 irratti Riyaal Maadriid ni keessummeessa.
Baarseloonaan qabxii 79n liigicha kan dursu yoo ta'u, Riyaal Maadriid ammoo qabxii 74n sadarkaa 2ffaa irratti argama.
Walakkeessa torbee Intar Miilaaniin mo'amuun Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa irraa kan baahe Baarseloonaan gara injifannootti deebi'ee dursummaa isaa eeguuf qabsaa'a.
Riyaal Maadriid ammoo abdii waancaa tokkicha isaanii eeguuf dorgommii cimaa ni taasisa jedhamee eegama.
Baarseloonaan bara kana taphoota sadanuu injifateera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202519:01
Haary keen baga hoongee waancaa jalaa si baase.💪👏👏👏👏👏
Share and like this post if you like Haary keen
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Share and like this post if you like Haary keen
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202517:07
Arsenaal koontiraata Troosaard hanga bara 2029tti dheeressuuf marii akka eegalan gabaafameera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
10.05.202511:02
Simoonee Inzaagiin waggaa 3 keessatti Inter Miilaan yeroo 2 waancaa shaapiyoonsi liigiin xumuraaf akka darbu taasisaniiru.
Turtii hanga ammaatti Inter wajjiin waancaa 6 kaasuu danda'aniiru.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Turtii hanga ammaatti Inter wajjiin waancaa 6 kaasuu danda'aniiru.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
09.05.202518:48
Sababa Maan Yuunaayitid fi Tootenhaam keessaa kan injifate shaapiyoonsi liigii Awurooppaa irratti hirmaatuuf Pirimer liigiin England bara dorgommii dhufu kilaboota 6 Waltajjii shaampiyeensi liigii Awrooppaatiin akka hirmaachisu beekameera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


07.05.202508:58
Nikoo wiiliyaamsi fi Inaakii wiiliyaamsi tapha Yuurooppaa Liigii boru Maan Yuunaayitid waliin qaban irratti sababa miidhamaan akka hin hirmaanne gabaafameera.
#Fabrizio
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
#Fabrizio
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


11.05.202504:44
Olee Waatikinis taphataa Astonviilaaf goolii hedduu lakkofsiise ta'uu danda'eera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202518:07
Joozee Morinoon dhiyeenya kana taphattoota dhaabbataa fayyadamee hin beeku wal keessa jijjiiraa fayyadama.maaliif akkasi gootee jedhamee yeroo gaafatamu,Coin 25 qopheessadhee qaba (jechuu akka birri Biyya keenyaa tokko kana jechuu isaati), ishee 25 qopheeffadhee qaba,isa fidee taphattootaaf raabsee irraa fuudhee fuulduraatti teessoo tokko irratti ol darba kan taphataa teessoo irratti hafee gara dirree akka seenuu beekamaadha,kan saantim isaa teessoo irra dhaabbachuu didee kufee teessoo jijjiirraa irra akka ta'uu itti himaa jechuun qoose🤣
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202516:35
Bakka bu'aan Maatiyaas Kuunhaa,torbee dhufu keessa Arsenaal fi Niwukaastil waliin wal arguuf akka jiru gabaafameera, taphatichi gara Maan Yuunaayitid deemuuf fedhii akka qabu ibsameera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202507:14
Maartiin Zuubimendii gara Arsenaal deemuuf waliigaleera.
Taphataan Arsenaal yeroo dheeraaf barbaadaa ture Zuubimendiin gara Arsenaal deemuuf waliigaltee irra gaheera, Arsenaal waliigaltee taphatichaa diiguuf Paawondii miliyoona 60M akka kafalu gabaafameera.
👉 Fabrizio Romaano
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphataan Arsenaal yeroo dheeraaf barbaadaa ture Zuubimendiin gara Arsenaal deemuuf waliigaltee irra gaheera, Arsenaal waliigaltee taphatichaa diiguuf Paawondii miliyoona 60M akka kafalu gabaafameera.
👉 Fabrizio Romaano
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


09.05.202518:42
Mikaayil Arteettaa; 100% persentii nuti garee shaapiyoonsi liigii Awurooppaa bara kanaa keessaa garee isa gaarii turre.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


07.05.202506:47
Ga'uumsa Inter Miilaan shaapiyoonsi liigii irratti mulisaa jiruun dandeetti Leenjisaa kanaa osoo hin dinqisiifatin darbuun kubbaa miilaa wallaaluudha.
Keessattuu taaktikin inni fayyadamu adduma, taphattoota sarara ittisaa hanga fuulduraatti goolii galchaa turan .
Simoonee Inzaagii Abbaa Taaktika 5-3-2....maal jettuun mee.👏👏👏👏👏👏
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Keessattuu taaktikin inni fayyadamu adduma, taphattoota sarara ittisaa hanga fuulduraatti goolii galchaa turan .
Simoonee Inzaagii Abbaa Taaktika 5-3-2....maal jettuun mee.👏👏👏👏👏👏
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
11.05.202504:32
Alexsaandar Soorlooz taphataan sarara fuulduraa Atilikoo Maadriid garee isaa duraanii Riyaal Soosidaad irratti daqiiqaa 30 keessatti goolii 4 lakkofsiisuu danda'eera.daqiiqaa 4 keessatti Haatrik hojjachuu danda'eera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202517:51
Mikaayil Oliseen bara kana dorgommii hundaan ..
Goolii 16 lakkofsiisuu danda'eera
Kubbaa 19 mijeessee kenneera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Goolii 16 lakkofsiisuu danda'eera
Kubbaa 19 mijeessee kenneera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202513:37
Iskoot Maktoomeenin taphataa cimaa Seeriyaa Itaalii baatii kanaa ta'uun filatameera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202505:13
Maan Siitiin sarara gidduu isiinii cimsuuf Kaarloos Baleebaa Biraayteen irraa fudhachuuf hordofaa jiru jedhameera.
👉 Mail Sports
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👉 Mail Sports
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


09.05.202517:26
Laamiin Yamaal Istaadiyeemiin ani kubbaa miilaa irratti taphachuuf hawwaa jiru, Olditraafoord fi Anfiild jechuun dubbate.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


07.05.202506:12
Yoosuuf Chiippoo(Gaz) ; Ronald Arajon dandeettii ni qaba,saffisas ni qaba,waan hunda ni qaba jechuu ni dandeenya garuu sammuu hin qabu jechuun dogoggora tapha edaa booddee baayyee qeeqeera.
Arajoon sababa arabsootoo deegartootaa Baarsaaf suuraa post godhee ture haquun ni yaadatama.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Arajoon sababa arabsootoo deegartootaa Baarsaaf suuraa post godhee ture haquun ni yaadatama.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202520:31
HERE We go
Liivarpuul fi Arsenaal boru tapha Pirimeer Liigii Ingilaand torbee 36ffaan waliin falmuuf yeroo eegataa jiru.....
Liivarpuul warreen jettan 👍👍👍👍 tuqaa
Arsenaal warreen jettan 🥰🥰🥰🥰 tuqaa
Tilmaamuuf 👇👇
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Liivarpuul fi Arsenaal boru tapha Pirimeer Liigii Ingilaand torbee 36ffaan waliin falmuuf yeroo eegataa jiru.....
Liivarpuul warreen jettan 👍👍👍👍 tuqaa
Arsenaal warreen jettan 🥰🥰🥰🥰 tuqaa
Tilmaamuuf 👇👇
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202517:14
Kirisaanoo Roonaaldoo yeroo Spoortiing keessa taphataa turetti, waggaa 1 keessatti garee U16,U18,U20, garee B kilabichaa fi garee jalqabaa kilabichaaf taphachuu danda'eera.
Seenaa kilabichaa keessatti taphataa waggaa 1 keessatti seenaa kana hojjate ta'uun galmaa'eera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Seenaa kilabichaa keessatti taphataa waggaa 1 keessatti seenaa kana hojjate ta'uun galmaa'eera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202512:41
✅Leenjisaan Koomoo Franseeks Faabreegas leenjisaa cimaa Seeriyaa Itaalii baatii kanaa ta'un filatameera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


10.05.202504:56
Liyooneel Meesii fi Inter Miiyaamii hanga ammaatti waliigaltee irra waan geenyeef Meesiin kilabicha gad dhiisuu danda'a jedhameera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


09.05.202512:51
Mohammed Saalaan taphataa cimaa waggaa kanaa ta'uun waldaa Barreessitoota kubbaa miilaan filatamee Jira.
Saalaa 👏👏👏👏👏
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Saalaa 👏👏👏👏👏
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


07.05.202505:39
Tapha deebii shaapiyoonsi liigii Awurooppaa walakkaa xumuraa har'a taphatamuun.....
4:00 ✅ PSG Arsenaal waliin ni taphatu.
Kilabni injifatee darbe Inter Miilaan waliin xumuraaf kan morkatu ni ta'a kilabni injifatame Baarsiloonaa waliin sadarkaa 3ffaaf kan morkatu ni ta'a.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
4:00 ✅ PSG Arsenaal waliin ni taphatu.
Kilabni injifatee darbe Inter Miilaan waliin xumuraaf kan morkatu ni ta'a kilabni injifatame Baarsiloonaa waliin sadarkaa 3ffaaf kan morkatu ni ta'a.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Galmee_Ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Көрсетілген 1 - 24 арасынан 116
Көбірек мүмкіндіктерді ашу үшін кіріңіз.